Siinqii Aakhiraa.
رفتن به کانال در Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
754
مشترکین
+1024 ساعت
+587 روز
+11030 روز
آرشیو پست ها
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (04/10/2026 ykn 24/01/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 12ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6abde458f4160267a2c5aa6a
[@download_it_bot mp3] Aqiida 12ffaa.mp311.47 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 12ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Lammaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtube.com/watch?v=BgVQ0-i7YwY&si=PKzO0A-Ni47GoEtc
❤️ Barattoota keenya kabajamoo!
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 11ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

📚Aqiidaan sirrii utubaa amantii fi hundee ibaadaa ti.
Ibaadaan keenya hundi bu'uura sirrii yoo qabaate qofa fudhatama argata.
Tawhiidaa fi Aqiidaa sirrii malee hojiin gaariin bu'aa guutuu hin qabu.
Kanaaf, Aqiidaa sirrii barachuu fi irratti cichuun, jireenya Muslimaa keessatti wantoota hundarra dursa qabu keessaa isa tokko.
Aqiidaa kee baradhu, hubadhu, irratti jabaadhu; waan baratte immoo jireenya kee keessatti hojii irra oolchi 📚.
✍️Siinqii Aakhiraa
📖 Ilmiin Shari'aa ni'imaa isa hundarra guddaa fi rizqii isa caaluudha.
Ilmiin Shari'aa sadarkaa kabajaa isa ol'aanaa qaba; ulfinaa fi caalmaa isaa olitti ulfinni fi caalmaan biraa hin jiru.
Innis hundee qananiilee namaaf hafanii fi zalaalamii ta'an keessaa isa guddaadha; qananii addaan hin cinne, nama waliin bara jireenyaa fi Aakhiraa keessatti tura.
✍️ Siinqii Aakhiraa.
📚 Ilmiin Shari’aa ni’imaa isa hundarra guddaa fi rizqii isa caaluudha.
Ilmiin Shari’aa sadarkaa kabajaa isa ol’aanaa qaba; ulfinaa fi caalmaa isaa olitti ulfinni fi caalmaan biraa hin jiru.
Innis hundee qananiilee namaaf hafanii fi zalaalamii ta’an keessaa isa guddaadha; qananii addaan hin cinne, nama waliin bara jireenyaa fi Aakhiraa keessatti tura.
✍Siinqii Aakhiraa.
I'm using imo Channel BILAAL✍️. Click the link to join us! https://s.channelcom.tech/Jmb4m?from=TG
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 11ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6abc8643ac128d83034119f6
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 11ffaa.mp313.28 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 11ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Tokkoffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
https://youtu.be/NsTHlOXYuDM?si=UI_8eeZXjZ8-KkwH
❤️ Barattoota keenya kabajamoo!
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 10ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Garaagarummaan bu'uuraa Ibaadaa Kowniyyaa fi Ibaadaa Shar'iyyaa gidduu jiru maali?