fa
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 615

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 224 مشترک است و جایگاه 3 615 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 224 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 19 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 482 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 8 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 49.27% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 21.23% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 23 765 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 10 242 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 405 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 20 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 224
مشترکین
+824 ساعت
+1007 روز
+48230 روز
آرشیو پست ها
Leenjii Hojii Qalbii-3.pdf4.63 KB

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

2. Allaah (Rabbiin) wanti sirraa barbaadu.
Anonymous voting

Towbaa godhuun dirqama.
Anonymous voting

Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaa
Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. Akaadaamii Afriikaa

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

Leenjii Hojii Qalbii-2.pdf4.04 KB

📚 Kutaa Lammaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/FljQ2G0xR34

✨ Assalaamu aleykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu , barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo. ⭕ Waraabbi sagalee Dr. Jeeylaan armaan olitti maxxanfame dhaggeeffachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa isin yaadachiifna.

دليل الطالب - الدفعة الأولى.pdf1.59 MB

🎙 Dr. Abdallaah Khadiir

Leenjii Hojii Qalbii-1.pdf4.99 KB

📚 Kutaa Tokkoffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ

📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊
📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊 Ragaa Dippiloomaa 👳🏽‍♂️ Ulamaa'ii Babbeekamoon ✨ Yeroo kamittuu

✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha. 🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir. 💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu. Beeksisa asii gadii kana hiriyyootaa fi maatii keessan hundaaf miidiyaalee hawaasummaa hunda irratti qodaaf (share godhaaf)! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_jalqabaa

📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Ra
📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Rabbiitin amma ga'eera!! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – odeeffannoo isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa gabaabaa "Hojii Qalbii" jedhu eegalu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅 Sagantaan keenya jalq
📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii Barnootaa) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – wantoota isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa kan mata-duree "Hojii Qalbii" jedhu jalqabu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kun kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

Ergaan kun baay'ee barbaachisaa waan ta'eef isin hundi hanga xumuraatti guutummatti akka dubbistan isin beeksifna!Barattoonni sababa rakkoo Teeleegiraamiitin marsariiti irratti galmaa'uun isin rakkisee fi haarawa galmooftan viidiyoon asii olii kuni akkaataa galamee gabaabinaan isinitti agarsiisa. 📚 Barnootni keenya Akkaadaamii Afriikaa keessatti bilisaan, fageenyarraa, waggaa tokkoof kan kennamuudha, akkasumas xumura Sagantaa Dippiloomaa irratti waraqaan ragaa ni kennama. 📆 Barnootni Guyyaa Sanbata (Sabti) 11/07/2026 yoo Rabbiin fedhe ni eegala. ⭕ Barattoonni keenya hundi barnoota jalqabuufi qormaata fudhachuuf dirqama marsariitii (pilaatfoormii) keenya irratti galmaa'uu qabdu. 🔗 Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa: https://orm.africaacademy.com 👆Viidiyoon asii olii kana buufachuu yoo dadhabdan, ykn rakkoon isin mudate, YouTube irratti ilaaluu dandeessu: 👉 https://youtube.com/shorts/SJ0ibXgvuPQ?feature=share 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: – Onkololees
Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: Onkololeessa 18/2018 - Guyyaa Aashuraa (Guyyaa 10ffaa kan Muharram) Yoo ofii soomuu dadhabdan, nama biraa yaadachiisaa. Tarii namni ati yaadachiiste soomuuf ati immoo akka nama soomee sanaatti mindaa (ajrii) argachuu dandeessa. Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:
"Soomni guyyaa Ashuuraa badii (Dilii) waggaa darbee akka haqu Rabbi irraa nin kajeela."
Rabbiin kheeyrii hunda keenya haa qunnamsiisu.

+1
Ibsaa gabaabaa Akkaataa galmee fi odeeffannoo/ dhaamsa walii galaa sagantaa kallatti har'a irratti keennameedha. Kutaa 1ffaa