Beki Bekam Academy
رفتن به کانال در Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
738
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
+7730 روز
آرشیو پست ها
Carraa kana itti fayyadamaa, miseensi as keessa jiru hunduu foormii kana guutaa.
🗣🗣🗣Foormii armaan olii kana sirritti guutaa, kana irratti hundoofnee waan sin gargaaruuf
Akkam jirtu? Borurraa kaasnee google form siniif gadhiisna, group siniif uumuuf kanaaf yoo xiqqaate hiriyyoota keessan bara kana qormaata biyyoolessaa fudhatan 5f chaanaalii kana share godhaafii.
Baga nagaan gara chaannalii keenyaa dhuftan, chaannalin kun barattoota bara darbe qabxii olaanaa fidanii barnoota isaanii instiituutii saayinsii fi teeknoloojii shaggaritti hordofaa jiraniin kan hundaa’edha. Waa’ee instituutii sanaa baruuf liinkii kanaa gadii fayyadamaa.
channaliin kun barattoota bara kana entrance examination fudhatan gargaaruuf kan qophaahedha.
- Nootiiwwan adda addaa
- Videodhaan concept ibsuu
Muuxannoo isinii qooduufi
Quiziiwwan adda addaa ni argattu
join godhaa: https://t.me/BekiBekamacademy
