ch
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

前往频道在 Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

显示更多
未指定国家未指定类别
738
订阅者
无数据24 小时
+17 天
+7730 天
帖子存档
Foormii kana guuttaniittu?
Anonymous voting

Carraa kana itti fayyadamaa, miseensi as keessa jiru hunduu foormii kana guutaa.

Hiriyoota keessaniif qoodaa.

🗣🗣🗣Foormii armaan olii kana sirritti guutaa, kana irratti hundoofnee waan sin gargaaruuf

Akkam jirtu? Borurraa kaasnee google form siniif gadhiisna, group siniif uumuuf kanaaf yoo xiqqaate hiriyyoota keessan bara kana qormaata biyyoolessaa fudhatan 5f chaanaalii kana share godhaafii.

Sin deeggaruuf qophiirra Waan jirruuf nuuf obsaan nu eegaa🙏.

Entrance bara kana fudhattaa?
Anonymous voting

Baga nagaan gara chaannalii keenyaa dhuftan, chaannalin kun barattoota bara darbe qabxii olaanaa fidanii barnoota isaanii instiituutii saayinsii fi teeknoloojii shaggaritti hordofaa jiraniin kan hundaa’edha. Waa’ee instituutii sanaa baruuf liinkii kanaa gadii fayyadamaa. channaliin kun barattoota bara kana entrance examination fudhatan gargaaruuf kan qophaahedha. - Nootiiwwan adda addaa - Videodhaan concept ibsuu Muuxannoo isinii qooduufi Quiziiwwan adda addaa ni argattu join godhaa: https://t.me/BekiBekamacademy