cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

QUBEE ACADEMY

Fayyaa haa duubbisnuu 📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚 Fayyaan fayyaa

Mostrar más
Finlandia3 476El idioma no está especificadoEducación105 233
Publicaciones publicitarias
282
Suscriptores
Sin datos24 horas
+107 días
+2330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6128227554 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
1
Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaari🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6128227554 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
👍 1 1
Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁 Your referral link: https://t.me/avagoldcoin_bot?start=8854384e794e114bbb71
Mostrar todo...
AVACOIN

Gold is where you find it.

Repost from Dr. Ilillii Jemaal
Photo unavailableShow in Telegram
Waa'ee ULFAA fi DA'UMSAA kana beektuu laata? **** 1. Dubartiin tokko yeroo ulfaa ulfaatinni ishii kan duraa irratti Kg 8-12 ni dabala. 2. Qabiyyeen (volume) dhiiga ishii kan duraa irra dhibbeentaa 40 - 50 (40% - 50%) ni dabala. 3. Dha'annaan onnee ishii haga duraa irra daqiiqaatti 10 - 15 ni dabala. 4. Sochiin mucaa gadameessa keessaa erga ulfaa'amee ji'a 4 - 5 tti eegala. 5. Mucaan garaa keessa jiru/tu guyyaatti yoo xiqqaate si'a 12 socho'a/ti. 6. Ulfaatinni obbaatii (placenta) 1/6 ffaa ulfaatina mucaati. 7. Dubartiin tokko erga deessee, madaan qaama hormaata isheerra hin jiru tanaan yeroo kamittuu walqunnamtii saalaa rawwachuu dandeessi (gama fayyaatiin). 8. Dubartiin tokko erga desseen ykn erga irraa baheen booda yoo harma hoosisuu baatte, torban 3 - 4 keessatti ulfa'uu dandeessi. Barnoota fayyaa guutuu isaa argachuuf YouTube Koo subscribe  godhaa 👇👇👇👇👇 https://bit.ly/4dL1XKG https://bit.ly/4dL1XKG
Mostrar todo...
👍 1
Gosoota durbummaa fi dubara durbummaa qabdu(Types of vaginal hymen and virgin🤔🙄) ✏°°°°°°°°°° Walumaa galatti boca tishuu qaama saalaa dubartii haguugee argamuu(hymen) fi bal'ina qaawwa inni qabu irratti hundoofnee durbummaa kana bakka shanitti qoodnee ilaalla. 1) Uraa geengoo ykn walakkaa geengoo xiqqoo kan qabu(annular hymen). Baayinaan kan argamu ta'ee, uraa tokkittii qofa gara fuulduraatti siqxee argamtu qaba. Uraan tuni baayyee dhiphoo waan taateef yeroo walqunnamtii saalaa qaama saalaa dhiiraa yoo cite malee hin seensisu. Haata'u malee dubartiin takka hammuma umuriin ishee turuun tishuun kuni haphachaa fi bal'achaa waan deemuuf akkasumas dandeentiin addaan yaa'uu isaa waan dabalaa deemuuf carraan dhiiguu isaa daran deema🙄. 2) Uraa waan tokkoyyuu kan hin qabne(imperforate hymen). Dubartoota 1000 keessaa nama tokko qofarratti argamuu kan danda'u yoo ta'u, inni kun akka dhukkubaatti(abnormality) ilaallama. Yeroo shamarri tokko marsaa laguu arguu jalqabdu, xuriin gara alaatti akka hin baane waan dhoowwuuf, dhukkubbii ji'a ji'aan dhukkubsattu irraa kan ka'e mana yaalaatti opereeshinii salphaan ni hojjatamaafi. Opereeshiniin kuni durbummaa kan balleessu ta'uu hin qabu. 3) Waan akka kirrii gidduudhaa kan qabu(septate hymen). Kunis baayyee muraasa yoo ta'u uraa lama fi tishuu qalloo gidduu uraa lamaanitti argamtu qaba. Yeroo walqunnamtii saalaa salphumatti tishuu qalloon suni waan cittuuf durbummaan ni bada. 4) Waan akka gingilchaa kan ta'e(Cribriform hymen). Inni kunimmoo qaawwa baayyee xixiqqoo waan qabuuf yeroo ilaalan gingilchaa fakkaata. Dubartiin gosa durbummaa kana qabdu yeroo jalqaba saalqunnamtii raawwattu ni dhiigdi. 5) Kan dubartii deessee kan fakkaatu(parous hymen). Warri kuni qaawwi buqushaa isaanii uumamumaanuu bal'aadha. Dubartii deesseen waluma fakkaata. Isaan garuu saalqunnamtii raawwatanii hin beekan ta'uu danda'a. Dubartoonni gosa durbummaa kanaan dhalatan parsantaa guddaa qabatu. Durbummaa jechuun hiikni isaa walqunnamtii saalaa gosa kamiifiyyuu haaraa ta'uu jechuu waan ta'eef dubartoonni kunneen durbummaa hin qaban jechuun sirrii miti. Uumama waan ta'eef fudhachuun( accept) jaalala itti fufuudha. Amaloota dhokatoo dubara durbummaa qabdu ittiin adda baasnu yeroo biraa itti deebina. Barnoota fayyaa guutuu isaa argachuuf Koo subscribe  godhaa 👇👇👇👇👇 https://t.me/Barnootafayyaa1 https://t.me/Barnootafayyaa1
Mostrar todo...
2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6128227554 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
👍 1
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6128227554 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
Repost from Dr. Ilillii Jemaal
Photo unavailableShow in Telegram
Hubannoo Hawwaasaaf, Wal qabachuu qaama sa*laa dhiiraa fi dubartii yeroo wal qunn*amtii sa*laa. ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1. Sareen yeroo wal qunna*mtii sa*laa raawwattu qaamni sa*laa isaanii maaf wal qabata (walitti rakkata)? 2. Haalli kun nama irratti hoo mudachuu danda'a? Akkuma ilma namaatiif wal qunn*amtiin sa*laa bu'uura ta'e, bineeldotaafis akkasuma. Akkuma ilma namaa fedhii qabu, karaa ittiin wal hor*anii fi sanyii isaanii ittiin fufsifatanisiidha. Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa 👇👇👇 https://bit.ly/4dL1XKG https://bit.ly/4dL1XKG
Mostrar todo...
👍 2 1
Waa'ee dhukkuba sukkaaraa wantoota barbaachisoo 5 bira darbuu hin qabne Hubannoo waa’ee dhukkuba sukkaaraa babal’isuuf sagantaaleen gorsa fayyaa adda addaa hojjetamaa jiru. Armaan gaditti mallattoolee dhibee kanaa xiyyeeffannoon itti kennamuu qaban isinitti hima. 1) Dheebuu garmalee fi fincaan yeroo baay'ee fincaa'uu. Dhukkubni sukkaaraa rakkoo tiruu fiduuf sababa jalqabaa ta'us, hammi sukkaara dhiigaa olka'uun hojii tiruu irratti dhiibbaa uumuu danda'a. 2) Miira dadhabbiin itti dhagahamu Dhukkubni sukkaaraa dadhabina garmalee fiduu danda'a. Ulfaatina qaamaa dabaluun carraa dhukkuba sukkaaraa dabaluu qofa osoo hin taane dadhabbis ni dabala. 3) Rakkoo ijaa Rakkoon ijaa gosa kamiyyuu mallattoo dhukkuba sukkaaraa ta'uu waan danda'uuf osoo hin tursiisin gara giddugala yaalaa deemuun barbaachisaadha. Dhukkubsattoonni dhukkuba sukkaaraa dhukkuba gilgaalaaf saaxilamoo waan ta’aniif dhukkubbiin ijaa yoo isinitti dhaga’ame gara giddugala yaalaa deemuun gaariidha. 4) Miilli laamsha'uu Dhukkubni sukkaaraa miidhaa narvii fida. Miidhaan kun yeroo baay’ee narvii harkaa fi miila keenya keessa jiru irratti raawwatama. Miidhaan narvii ykn ujummoo dhiigaa irratti gahu miila namaa akka dadhabuu fi dhukkubbii fiduu danda’a. Dhukkubbiin kun yeroo wajjin kan hammaatu yoo ta’u, dhugaatii fi tamboo xuuxuun akka hammaatu taasisa. 5) Infeekshinii gogaa fi madaa dafee hin fayyine Dhukkubni sukkaaraa gogaa dabalatee kutaa qaamaa kamiyyuu miidhuu danda’a Dhugaa dubbachuuf namni dhukkuba sukkaaraa qabu infekshinii gogaa baakteeriyaa fi fangasiitiin caalaatti saaxilama, kunis madaa dafee fayyuu dhiisuu danda’a.
Mostrar todo...