cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dr. Ilillii Jemaal

Mostrar más
Finlandia255El idioma no está especificadoMedicina1 046
Publicaciones publicitarias
19 524
Suscriptores
+60924 horas
+1 4977 días
+8 08130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera! Yeroo amma kana qorichoota baayinaan biyya keenya keessaati gurguramaa jiru keessaa tokko qoricha qaama saalaa dhiiraa laafe kaasu Vaayigiraa jedhamudha. Qorichi kun haala nama yaaddeessuun irra caalaatti dargaggoonni keenya hedduminaan fayyadamaa jiru. Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
32👍 29👏 2
Wantoota dhiirri yeroo wal quunnamtii saalaa irraa of eeggachuu qabu beektuu? Addunyaa kana irra wanti beekumsaa fi muuxannoo malee haala gaariidhaan raawwatamu hin jiru. Wal quunnamtiin saalaas argadheedhumaaf waan koranii bu'an miti. Maamila ykn hiriyyaa waliin wal quunnamtii saalaa raawwannu haala gammachiisuu danda'uun yoo deemne, maamilummaan keenya gara fuula duraa cimee itti fufa. Dhugaan dhokachuu hin qabne tokko, yeroo keessa jirru kanatti diigumsi gaa'elaa (divorce) kan baay'achaa dhufeef hanqina dhiirri siree irratti agarsiisu irraa kan ka'ee fi dubartiin abdii irraa kutuu irraa akka ta'e qorannoon ni agarsiisa. Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa 👇👇👇
Mostrar todo...
👍 41 19
Gosoota durbummaa fi dubara durbummaa qabdu(Types of vaginal hymen and virgin🤔🙄) ✏°°°°°°°°°° Walumaa galatti boca tishuu qaama saalaa dubartii haguugee argamuu(hymen) fi bal'ina qaawwa inni qabu irratti hundoofnee durbummaa kana bakka shanitti qoodnee ilaalla. 1) Uraa geengoo ykn walakkaa geengoo xiqqoo kan qabu(annular hymen). Baayinaan kan argamu ta'ee, uraa tokkittii qofa gara fuulduraatti siqxee argamtu qaba. Uraan tuni baayyee dhiphoo waan taateef yeroo walqunnamtii saalaa qaama saalaa dhiiraa yoo cite malee hin seensisu. Haata'u malee dubartiin takka hammuma umuriin ishee turuun tishuun kuni haphachaa fi bal'achaa waan deemuuf akkasumas dandeentiin addaan yaa'uu isaa waan dabalaa deemuuf carraan dhiiguu isaa daran deema🙄. 2) Uraa waan tokkoyyuu kan hin qabne(imperforate hymen). Dubartoota 1000 keessaa nama tokko qofarratti argamuu kan danda'u yoo ta'u, inni kun akka dhukkubaatti(abnormality) ilaallama. Yeroo shamarri tokko marsaa laguu arguu jalqabdu, xuriin gara alaatti akka hin baane waan dhoowwuuf, dhukkubbii ji'a ji'aan dhukkubsattu irraa kan ka'e mana yaalaatti opereeshinii salphaan ni hojjatamaafi. Opereeshiniin kuni durbummaa kan balleessu ta'uu hin qabu. 3) Waan akka kirrii gidduudhaa kan qabu(septate hymen). Kunis baayyee muraasa yoo ta'u uraa lama fi tishuu qalloo gidduu uraa lamaanitti argamtu qaba. Yeroo walqunnamtii saalaa salphumatti tishuu qalloon suni waan cittuuf durbummaan ni bada. 4) Waan akka gingilchaa kan ta'e(Cribriform hymen). Inni kunimmoo qaawwa baayyee xixiqqoo waan qabuuf yeroo ilaalan gingilchaa fakkaata. Dubartiin gosa durbummaa kana qabdu yeroo jalqaba saalqunnamtii raawwattu ni dhiigdi. 5) Kan dubartii deessee kan fakkaatu(parous hymen). Warri kuni qaawwi buqushaa isaanii uumamumaanuu bal'aadha. Dubartii deesseen waluma fakkaata. Isaan garuu saalqunnamtii raawwatanii hin beekan ta'uu danda'a. Dubartoonni gosa durbummaa kanaan dhalatan parsantaa guddaa qabatu. Durbummaa jechuun hiikni isaa walqunnamtii saalaa gosa kamiifiyyuu haaraa ta'uu jechuu waan ta'eef dubartoonni kunneen durbummaa hin qaban jechuun sirrii miti. Uumama waan ta'eef fudhachuun( accept) jaalala itti fufuudha. Amaloota dhokatoo dubara durbummaa qabdu ittiin adda baasnu yeroo biraa itti deebina.
Mostrar todo...
👍 166 67👎 1
👍 29 16
JIINJIBILA Jinjibilli keemikaala "Gingerol" kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba. - Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala. - Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa. - Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa - Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega. - Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna. - Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa - Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa. - Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka. - Qabiyyee qaamaa yoo baay'ate dhukkuba Fayyaan faaya
Mostrar todo...
👍 129 44🥰 27 18👏 8😢 6🤝 4👎 3😍 2💊 2
FAYYIDAA Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa(Health benefit of Testicle) Namoonni baay'een beeyiladoonni yeroo qalaman cidhaan isaanii ni gatu, Muraasni garuu Ibidda irratti waaddanii nyaatuu. Cidhaan beeyiladaa uumamaan Hormooni dhiirotaa "Testestrone" jedhamu baay'inaan of keessaa qabaa. Hormooni kun faayidaalee akka:- ✍Qaama saala dhiiraa dhaabuu(penile erection) ✍Spermii qulqullinna qabu oomishuu ✍Furdina qaama hirdhisuu ✍Atileetotaaf ✍Wal hormaata qulqullinna qabuuf faayidaa olaanaa qabaa. ✍Araada adda addaa irralle bilisa tahuf shoraa guddaa qaba QABBIYYEE CIDHA'ANA 🙏Anniisaa: 135 🙏kaarbohayidreeti-1g Akkasumas Pirootinii coomaa hin taane(non fat protien) fi elementoota fayyaa qaama keenyaf barbaachisan kan akka:-Iron, zinc, magnisium, phosphorus fadha of keessa qaba Shamarran nyaachuu hin qaban
Mostrar todo...
👍 89 27😁 10🔥 5
Biyya teenyatti dhala dhabuun sababii waldhabdee maatii(spouse) ta'ee gaa'elaa diiguun akka baay'atu taasisaa jira. Dubarri yookan dhiirri tokko akka dhala dhabduu wantoonni taasisaan maalii? Qorichoonni ulfa ittisaan miidhaa akkami qabu? Link asii gadiin app fayyaa buufadhaa dubbisaa 👇👇
Mostrar todo...
👍 56 31👎 3🥰 2
Faayidaa fi Miidhaa hanqaaqu dhuguu Hanqaaquu dhuguun qabiyyee pirootiinii baay'ee waan qabuuf naannoolee fiitness fi qaama ijaaruu murtaa'an keessatti jaallatamaadha, garuu gocha kana ilaaluu dura faayidaa fi miidhaa isaa hubachuun barbaachisaadha. Faayidaa fi miidhaa dhufuu danda'u ilaalchisee ilaalcha waliigalaa kunooti: ### Faayidaalee: 1. Qabiyyee Pirootiinii Ol’aanaa: Hanqaaquun madda pirootiinii qulqullina olaanaa qabu yoo ta’u, amiinoo asiidota barbaachisoo sagal hunda of keessaa qaba. Kunis guddina maashaalee, suphaa fi fayyinaaf gatii akka qabaatan isaan taasisa. 2. Vitamin fi Albuudni Badhaadhe: Hanqaaquun vitaaminoota fi albuudota adda addaa kan of keessaa qabu yoo ta'u, isaan keessaa vitaamin A, D, E, B12, riboflavin, folate, iron, selenium, fi phosphorus dabalatee. 3. Madda Cooma Fayyaa Gaarii: Hanqaaquun cooma fayya qabeessa, kan akka asiidota coomaa omeega-3 kan of keessaa qabu yoo ta'u, fayyaa onnee fi hojii hubannoof faayidaa qaba. 4. Ulfaatina qaamaa to'achuu: Qabiyyeen pirootiinii fi coomaa hanqaaquu keessatti argamu baay'inaan akka quufa sitti dhaga'amu gargaaruu danda'a, kunis ulfaatina qaamaa to'achuuf gargaara, garmalee nyaachuu hir'isa. 5. Mijannaa: Hanqaaquu dhuguun (yeroo baayyee shake ykn smoothie keessatti) keessumaa warra jireenya hojiin itti baay'atu qabaniif pirootiinii dabaluudhaaf karaa saffisaa fi salphaa ta'uu danda'a. 6. Hojii baay’ee fayyadamuu: Hanqaaquun dhugaatii ykn nyaata adda addaa irratti dabalamuu kan danda'u yoo ta'u, warra nyaata addaa ykn karoora soorataa hordofaniif wantoota baay'ee fayyadamuu danda'an taasisa. ### Miidhaa killeen dheedhi dhuguun fiduu 1. Balaa Salmonella: Hanqaaquu dhuguun carraa infekshinii salmonella qaba, kunis summii nyaataa fiduu danda'a. Kanaafidha akka waliigalaatti hanqaaquu paastiraayizeeshinii fayyadamuun fayyadamuuf nageenya kan qabu. 2. Hanqina Baayootiinii: Hanqaaquu adiin qamadii pirootiinii baayootiin (vitaaminii B) waliin hidhuu danda’u avidin of keessaa qaba, yeroon baay’inaan yoo nyaatame hanqina baayootiinii fiduu danda’a. 3. Bullaa'insa nyaataa: Namoonni tokko tokko hanqaaquu qalamaa daakuun rakkisaa ta'uu danda'a, kunis garaachaa rakkinaaf sababa ta'uu danda'a. 4. Xuuxuu Soorata: Hanqaaquu bilcheessuun baayoo-argamiinsa soorata murtaa’e dabaluu waan danda’uuf hanqaaquun qalamaan sadarkaa xuuxuu soorata hanqaaquu bilcheefame kennuu dhiisuu danda’a. 5. Kolestroolii: Namoonni baay’een hanqaaquu haala kolestroolii irratti dhiibbaa guddaa osoo hin geessisin nagaan nyaachuu kan danda’an yoo ta’u, namoonni dhuunfaa haala fayyaa addaa ykn kolestroolii olka’aa qaban hanqaaquu nyaata isaanii keessatti hammachuu isaanii dura ogeessa eegumsa fayyaa mariisisuu qabu. ### Filannoo Hanqaaquu Dhugaa: - Faayidaa hanqaaquu balaa nyaachuu wajjin walqabatu malee yoo barbaaddan, hanqaaquu paastiraayizeeshinii ykn daakuu pirootiinii hanqaaquu adii shaayikii fi ismootii keessan keessatti fayyadamuu yaadaa. - Hanqaaquu karaa adda addaatiin bilcheessuun (bilcheefame fi kkf) .
Mostrar todo...
👍 51 17👏 4
8👍 4
Telegram Namoota channel 1K ol qabaniif kaffaltii eegale. Guutuu isaa link asii gadiin dubbisaa 👇👇👇 https://obsii.com/2024/04/21/the-company-has-released-a-new-game-called/
Mostrar todo...
👍 15 11