cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromo Is First

Join us as we delve into the rich history, vibrant culture, and pressing political issues of the Oromo people. Our goal is to provide a platform for open discussions, insightful analysis, and thought-provoking content that sheds light on the struggles

Mostrar más
Finlandia796El idioma no está especificadoPolítica6 413
Publicaciones publicitarias
7 834
Suscriptores
+1024 horas
+47 días
+3030 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Yescoin crypto airdrop bonus waliin argachuuf 👇👇👇👇👇💰💰💰💰💰👉https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=3zOiMn
Mostrar todo...
Yescoin

Yes, It is…

👍 4🙏 3
Du'aaf madoon adabamanii jiru ```````````````````````````````````````` ✍️Jarri tun kaabinoota jajjabduu caasaa hanga godinaa tolfattee #Shiftaa maqaa faannoo jedhu himatee Ummata balleessaa ture warra yayyabee dha. 🌿Caasan ijaarame kun hattootaf Warra nama ajjeesanii laga galan irraa kan walitti qabamee ijaarame yoo ta'u ummatichaan mataa cabsuu fi akka gufuu qabsootti itti fayyadamaa turan. Darraa, hidhabu, dagam, Bulchaa godinaafi warra jaarsoo keessatti ijaaramanii rasaaf meeshaa waraanaa itti gurgurachaa turan. Hunduu guyyaasaa eeggata.
Mostrar todo...
👍 11 2
01:38
Video unavailableShow in Telegram
PPn Cinqii Guddaa Keessa Seenun Bidiyyaa Ambooti Akkasin Hawwasati Dhukaasa Jirti. Kan lolu meeshaa guddaa utuu hin taane murannoo wan ta'eef  leencichi jala bu'e wan godhu gatii beekuf hawwaasni of tiksaa.
Mostrar todo...
👍 4
Amma mootummaan kun duula ijibbaataaf tooftaa biroo baafatee sochitti jira. Innis garee ani waraa-na bilisummaa Oromooti jedhee harka kennataa tureef haaroomsa kennaa turuun isaa nii yaadatama. Amma garee kana raayyaa ittisa biyyaatti makee raayyaa ittisa biyyaa dura isaan hiriirsuun kutaalee Oromiyaa hundatti bobbaasuutti jira. Gareen kun qubsuma waraa-naa fi sochii waraa-nichaa akka waan beekuuniitti of kennuudhan ofiis irbaata rasaa-saa ta'uudhaaf dirqamaan bobbii fudhatanii sochii irra waan jiranii of eeggannoon barbaachisaadha!
Mostrar todo...
👍 6
Subscribe gochun matii ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/@meelbaatube?si=6wwfHL8E94NEixWh
Mostrar todo...
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Farra Riphee Lolaa jedhamani kan gidduu kana Oromiyaa bakka heddutti guuraama turan kunoo utuu torbee hin guutin akka horiiti waliitti qabee jira leencichi aanaa Toleeti. Dhiisaa hin dandeessan Farra-Farra Riphee Lolaa sana.
Mostrar todo...
👍 32
#Ofeggannoo Hawwasi "Ganamaa calqabee madfiin Sanqalleerraa dhukaafamaa jira. Lafti nu jalatti socho'aa jira jedhu jiraattonni Shawaa  Lixaa" #መረጃ፦ በምዕራብ ሸገር ዞን ላይ ከሰንቀሌ መድፍ እየተተኮሰ መሬት እንደ እንዝርት እየተንቀጠቀጠብን ነው ብለው እየተናገሩ ይገኛሉ ጥንቃቄ....
Mostrar todo...
1
Repost from Jabeessaa Qeerroo
#Ofeggannoo Hawwasi "Ganamaa calqabee madfiin Sanqalleerraa dhukaafamaa jira. Lafti nu jalatti socho'aa jira jedhu jiraattonni Shawaa  Lixaa" #መረጃ፦ በምዕራብ ሸገር ዞን ላይ ከሰንቀሌ መድፍ እየተተኮሰ መሬት እንደ እንዝርት እየተንቀጠቀጠብን ነው ብለው እየተናገሩ ይገኛሉ ጥንቃቄ....
Mostrar todo...
Of eeggannoo fi hordoffii Guyyaa 16/5/2024 Godinaa shawaa lixaa Aanaa : ●Ammayyaa, ●dirree inciinnii, ●jibaati, ●noonnoofi ●tokkee kutayyee ▪ meshaalee gurguddoofi ▪elekoopteeriin marsaa waan jirtuuf of eeggannoo cimaa godhaa. ¤ sher godhaa wal qaqabsiisaa. ☆ ilaaltee hin dhiisin dhaamsa kana dabarsi.
Mostrar todo...
👍 15 2
01:08
Video unavailableShow in Telegram
#መረጃ፦ወሎኮ ቆሞኮ.....እንዲህ የነፍጠኛውን ሥርዓት ናፋቂን ጉሮሮ ለጉሮሮ በመያያዝ መሬቱን በደሙ እየጠበቀ ይገኛል......
Mostrar todo...
6👍 1