Jabeessaa Qeerroo
24 880
Suscriptores
-724 horas
+367 días
+1 19630 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
#Inbox
RIB Ooraali hedduun amma halkan sa'aa 5:35 irraatti Naqamtee kessaa gara lixaatti deema jirtii
hordofaa.
👍 12
Injifannoon argamaa jiru tarkaanfii ofirraa qolachuun argamaa Jira malee WBOn ammallee lola hin eegalle .
❤💚❤
Oromiyaa Guutuun diina Oromoo Wal faana Ibidda Godhee Gubuuf deema!
Imaltoonni finfinnee Qophiin dugdarra!!!
Jaal Siinaan Tumsaa
👍 13
Amma mootummaan kun duula ijibbaataaf tooftaa biroo baafatee sochitti jira. Innis garee ani waraa-na bilisummaa Oromooti jedhee harka kennataa tureef haaroomsa kennaa turuun isaa nii yaadatama. Amma garee kana raayyaa ittisa biyyaatti makee raayyaa ittisa biyyaa dura isaan hiriirsuun kutaalee Oromiyaa hundatti bobbaasuutti jira. Gareen kun qubsuma waraa-naa fi sochii waraa-nichaa akka waan beekuuniitti of kennuudhan ofiis irbaata rasaa-saa ta'uudhaaf dirqamaan bobbii fudhatanii sochii irra waan jiranii of eeggannoon barbaachisaadha!
👍 24
Gumaacha Guca Bilisummaa ABO-WBO.
on X Space.
Sunday, May 12th, 24.
1:00 pm EST. DC Time
8:00 pm Oromia Time
#Oromo #Oromia #ABO_WBO
❤ 19👍 4
Kaaba oromiyaa walloo.
Hanga ammaatti Wareegamtoonni guyyaa har'aa:
1.Hussen kaliilee ganda Elemoo
2.Hussen Umar ganda Elemoo
3.Hussen Muhammad ganda Elemo
4.Muhamad Shee Hasan ganda Ortaa.
5.Hasan Muhamad Ali ganda Qalloo
Madoon immoo.
1.Muhammad Siraaj Bulee* Elemoo
2.Sayyid Muhammad Abduu *Elemoo
3.Yahyaa Abduu jibriil *Elemoo
4.Yesuf Ahmad Bahree* Elemoo
5.Abduu Muhammad hussen* Elemoo
6.Hussen Yaasee *Elemoo
6.Muhamuud kabbada* ganda ?
👍 11😡 7❤ 3
#መረጃ፦ዛሬ በምዕራብ ሸገር ዞን ጅባትና ኖኖ ወረዳዎች መሀል ቦምብ እየጣለች በነበረበት ቅጽበት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በወሰደው አጸፋዊ እርምጃ ብትመታም ተመልሳ ልትሄድ ችላለች.....
😡 11👍 5❤ 1
Kaaba oromiyaa Walloo
=========
Lola guyyaa sadihiif karaa caffaatiin oromoo walloo irratti adeemsifamaa jiruun guyyaa har'aa qofa namoonni afur(4)wareegamanii jiru!lolichi ammallee jabaatee itti fufee jira!photo,n asiin gaditti mul'atu kuni namoota wareegaman keessa isa tokko!warroota nurra wareegaman mara rabbiin warra jannataa isaan haa taasisuu!
Abadan uummata walloo kara deemtuun hin cabsitu!
👍 18🔥 5😡 4
#Hordofi
Amma Ppn Fiichee keessaa Dishqa feete fuula gara Dagamittii naannefatteeti
👍 20❤ 2
Lola Karaa Coqorsootii fi Garbootaatiin Deemaa jira Namni Tokkos Wareegamee jira Rabbiin Caffee jannataa keessa Haa Kaawu maal jenna ree.
Haallii ummata keenya keessa jiru hedduu qalbii nama cabsa Qawwee tuni firrii 20 hin caalee Keessa qabu kanuma qabatanii meeshaa gurgudoodha akka dishqa fuula duraa dhabbaata sanu miilaa duwwaatti.
😡 16👍 10❤ 1