cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

OBN Afaan Oromoo|Horn of Africa|Gaammee|Radio|New Media#

OBN Sagalee Uummataa

Mostrar más
Finlandia201El idioma no está especificadoNoticias y medios6 340
Publicaciones publicitarias
25 429
Suscriptores
+324 horas
+2287 días
+94330 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
https://youtu.be/g8PSgQRIqzs
1 4721Loading...
02
https://youtu.be/g8PSgQRIqzs
10Loading...
03
https://youtu.be/szNMH02GGnU
10Loading...
04
https://youtu.be/szNMH02GGnU
2 7162Loading...
05
https://youtu.be/szNMH02GGnU
10Loading...
06
https://youtu.be/uwWXhI6fk28
3 6013Loading...
07
https://youtu.be/8Il6bxRMoD0
3 9150Loading...
08
Media files
3 7801Loading...
09
https://youtu.be/jZv6WBzIV7E
4 6510Loading...
10
https://youtu.be/50dWgslfoas
5 0052Loading...
11
Teletooniin Dijitaalaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf maallaqa walitti qabuuf qophaa'e kaleessa ganama saatii 2 irraa eegalee hanga saatii 12 tureen booda hirmaannaan utuu hin dhaabatiin Caamsaa 05,2016 har'as itti fufuun Birriin miiliyoona 61,753,172.47 walitti qabamuun himameera. Isa kaleessaa dabalatee isa har'aa waliin guyyoota lamaan kanneenitti sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf birriin Miiliyoona 216,253,172 walitti qabamuu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera.
8 0505Loading...
12
Riil Istaatiin Ovid [Ovid Real Istate'] sagantaa teletoonii dijitaalaa Sosochii 'Itiyoophiyaa qulqulluuf qophaa'eef birrii miiliyoona 15 gumaache.
7 9201Loading...
13
Dureessi, Obbo Tokkummaa Fiixee sagantaa teletoonii dijitaalaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf milkeessuuf qophaa'een birrii miiliyoona 2 gumaachan.
6 4072Loading...
14
Tumsi lammileefi dureeyyiin sagantaa teletoonii dijitaalaa sosochii 'Itiyoophiyaa qulqulluuf' eegalan cimee itti fufeera.
6 7010Loading...
15
Dureessi, Obbo Yaadataa Juuneddii sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf birrii miiliyoona 5 gumaachan.
4 1901Loading...
16
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad riqicha guddaa magaalaa Baahirdaaritti laga Abbayyaarratti ijaarame eebbisan. OBN Caamsaa 04,2016- Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad riqicha guddaa Naannoo Amaaraa magaalaa Baahirdaaritti laga Abbayyaarratti ijaarame eebbisaniiru. Sirna eebbaa kana irrattis Dr.Abiyyi dabalatee, Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo Ministira Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee, Pirezidaantota Naannolee, hooggantoonni mootummaa olaanoo biroofi jiraattonni Magaalaa Baahirdaar argamaniiru. AMC
4 7590Loading...
17
Giddu galli Diyaagnostikii Wuddaasee ]‘Wudassie Diagnostic Center’] sagantaa teleetoonii Dijitaalaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf qophaa’eef birrii miiliyoona 2 gumaache. OBN Caamsa gumaacha kanas hoji gaggeessaa giddu galichaa Obbo Daawwit Hayiluutu ifoomsan.
3 4171Loading...
18
Gareen Investimentii MIDROC Teleetoonii Dijitaalaa Sosochii 'Itiyoophiyaa qulqulluuf' qophaa'e irratti akka dhaabbataatti birrii Miiliyoona 50 hojjettoonni isaa immoo birrii miiliyoona 13 gumaachuu beeksise.
3 4291Loading...
19
Teleetoonii dijitaalaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu har’a eegalameen saatii 1 keessatti birriin miiliyoona 1fi walakkaan walitti qabame jedhame. OBN Caamsaa 04,2016- Teleetoonii dijitaalaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ har’a raawwatamuun birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf karoorfameera. Hirmaannaa uummataa hanga ammaatiinis birriin miiliyoona 1fi walakkaan walitti qabamuun himameera. Teletoonii dijitaalaa kanarratti lammileen Itiyoophiyaa biyya keessaafi biyyoota gara garaa jiraatan hirmaataa jiru jedhameera. Teletooniin kunis har’a ganama saatii 2 irraa eegaluun hanga galgala saatii 12’tti itti fufa.
3 1720Loading...
20
https://youtube.com/live/3NFNJVabIHE
3 0430Loading...
21
https://youtube.com/live/3NFNJVabIHE
10Loading...
22
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Teleetoonii Dijitaalaa sosochi ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ qophaa’eef tumsaa jiraachuu pirezidaantiin Baankichaa Obbo Abbee Saanoo himan. OBN Caamsaa 04,2016- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa namoota teleetoonii dijitaalaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ tumsaniif akkaataa ittii maallaqa gumaachaniif haala miijessuurrattis ciminaan hojjetamaa jiraachuu himaniiru. Hojjettoonni Baankichaas sosochii kanaaf akka tumsaniif kallattiin taa’uu eeraniiru. Isaanis akka lammii biyyattii tokkootti gaheesaanii bahuu himaniiru. Tumsi har’aa kan lammilee hundaa waan ta’eefis lammileen dhuunfaan akka tumsan waamicha dhiheessaniiru.
3 6260Loading...
23
Teleetooniin Dijitaalaa sosochii 'Itiyoophiyaa qulqulluuf' maallaqa walitti qabuuf karoorfame eegalameera. OBN Caamsaa 04,2016- Teletoonii kanaan guyyaa har'aa birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf karoorfameera. Teleetoonii kanarrattis lammileen Itiyoophiyaa biyya keessaafi biyyoota gara garaa jiraatan karaa dijitaalaa hirmaachuun deeggarsa isaanii ni gumaachu jedhameera.
3 7221Loading...
24
Teleetooniin dijitaalaa mata duree ‘daandii qulqulluu jireenya fayyaa qabaeessaaf’ jedhu boru qophaa’a. OBN Caamsaa 03,2016- Teleetoonii dijitaalaa mata duree ‘daandii qulqulluu jireenya fayyaa qabaeessaaf’ jedhu boru qophaa’u kanaan guyyaa tokkotti birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf karoorfameera. Teleetoonii boru ganama saatii 2 irraa eegalee hanga galgala saatii 12'tti turu kanaan sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad ifoomsaniif maallaqni hedame kan walitti qabamU akka ta’e eerameera. Teleetoonii dijitaalaa kanarrattis lammileen biyyattii biyya keessaafi ala jiraatan qooda irratti akka fudhatan ibsameera.
4 6850Loading...
Mostrar todo...
Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Caamsaa 16,2016

Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Caamsaa 16,2016 1. Manni maree Tiraansifoormeeshinii dijitaalaa murteewwan damee dhuunfaa hirmaachisan dabarse. 2. Ministriroonni Dhimma Alaa Itiyoophiyaafi Sawudii hariiroo dinagdeefi dippilomaasii guddisuuf mari’atan. 3. Hooggansi Komaandoo sadarkaa jalqabaa leenji’an eebbifaman. 4. Magaalli Adaamaa qaamolee nageenyaa birmadummaa biyyasaaniif aarsaa kanfalaniif lafa mana jireenyaa kenne.

Mostrar todo...
Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 15,2016

Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 15,2016 1. M/M Dr.Abiyyi hojii T/Lammummaa baranaan manneen haadha hiyyeessaa ijaaruu eegalchiisan. 2. Laammiileefi dhalatoonni Itiyoophiyaa biyyoota garaa garaa jiraatan sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf deeggaran. 3. G/I/Abbaa Booritti Xaa'oon uumamaa barana qophaa'e baasii Birrii Miiliyoona 300 fi miiliyoona 89 hanbise. 4. Buufanni Xiyyaaraa Naqamtee xumurarra gahe hawaasa abdachiise. 5. Haalli qilleensaa midhaan waktii Arfaasaa facaafamaniif haala mijataa ni uuma jedhame.

Mostrar todo...
Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 15,2016

Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 15,2016 1. M/M Dr.Abiyyi hojii T/Lammummaa baranaan manneen haadha hiyyeessaa ijaaruu eegalchiisan. 2. Laammiileefi dhalatoonni Itiyoophiyaa biyyoota garaa garaa jiraatan sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf deeggaran. 3. G/I/Abbaa Booritti Xaa'oon uumamaa barana qophaa'e baasii Birrii Miiliyoona 300 fi miiliyoona 89 hanbise. 4. Buufanni Xiyyaaraa Naqamtee xumurarra gahe hawaasa abdachiise. 5. Haalli qilleensaa midhaan waktii Arfaasaa facaafamaniif haala mijataa ni uuma jedhame.

Mostrar todo...
Caayaa, M/Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin

Caayaa, Magaalli Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin taasifame.

Mostrar todo...
Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 13,2016-

Oduuwwan ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 13,2016- 1. Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad qamadii Baaletti Arfaasaan misoome daawwatan. 2. Waltajjiin Mootummaafi P/morkattootaa wal-gahuun dhimmoota tarsimaawaarratti mari’ataniif haala miijessu qophaa’e. 3. M/ Adaamaa barsiisota kuma 1 fi 150'f lafti mana jireenyaa kenname. 4. Tarkaanfii seera kabachiisuu fudhatamaa jiruun Godinaaleen Wallaggaa nagaa argataa jiru jedhame. 5. N/Amaaraatti nageenya bu’aa jiruun misoomaaf haalli miijate jedhame.

Mostrar todo...
Oduu Ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 12,2016

Oduu Ijoo Miidiyaa haaraa OBN Caamsaa 12,2016 1.Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad muudama kennan. 2.Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad du’a pirezidaantii Iraan Ibraahiim Raayisiitti gadduusaanii ibsan. 3.Dhaabbileen Waajjira Ministira Muummeetti waamaman raawwii hojii ji’oota sagalii qoratan. 4.Hoggantoonni olaanoo magaalaa Finfinnee hojii ijaarsa misooma koriidarii daawwatan. 5.Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa imala Haajii 1445ffaa milkaa’inaan gaggeessuuf qophaa’uu beeksise. 6.Guyyaan Afrikaa 61’ffaa yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajame. 7.Pirezidaantii Iraan Ibraahim Rayisii dabalatee, Ministira Dhimma Alaa biyyattiifi hoggantoonni biroon xiyyaaricha keessa turanis lubbuun darbuun himame.

Mostrar todo...
Oduuwwan Ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Caamsaa 11,2016

Oduuwwan Ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Caamsaa 11,2016 1. Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad misooma barnootaarratti hojii waajjirri Giifti duree hojjetaa jiruuf galateeffatan. 2. Manni Barnootaa bultii Qaro Dhabeeyyii ijaarame hojii eegale. 3. Dargaggoonni sadarkaa biyyaalessaatti tajaajila lammummaarratti hirmaatan marsaa 10ffaan leenjii eegalan. 4. Hawaasni M/ Shaakkisoo magaalaasaanii qulqulleessuun cinatti sosochii qulqullinaa biyyaaf ifoomeef tumsan.