cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

OBN Afaan Oromoo|Horn of Africa|Gaammee|Radio|New Media#

OBN Sagalee Uummataa

Mostrar más
Finlandia199El idioma no está especificadoNoticias y medios6 475
Publicaciones publicitarias
24 882
Suscriptores
+3324 horas
+1997 días
+91830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Teleetooniin dijitaalaa mata duree ‘daandii qulqulluu jireenya fayyaa qabaeessaaf’ jedhu boru qophaa’a. OBN Caamsaa 03,2016- Teleetoonii dijitaalaa mata duree ‘daandii qulqulluu jireenya fayyaa qabaeessaaf’ jedhu boru qophaa’u kanaan guyyaa tokkotti birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf karoorfameera. Teleetoonii boru ganama saatii 2 irraa eegalee hanga galgala saatii 12'tti turu kanaan sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad ifoomsaniif maallaqni hedame kan walitti qabamU akka ta’e eerameera. Teleetoonii dijitaalaa kanarrattis lammileen biyyattii biyya keessaafi ala jiraatan qooda irratti akka fudhatan ibsameera.
Mostrar todo...
Tumsi Dhaabbileen sosochii 'Itiyoophiyaa qulqulluuf' eegalan cimee itti fufeera.
Mostrar todo...
Sirna eegalchiisa hojii ijaarsa Zoonii Dinagdee Addaa Gaddaa suuraan
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Kudhaama Aartii

Kudhaamni Aartii Qabiyyee sagantaalee Bohaartii Bifa Haarawaan OBN Tibbana qilleensatti baasu keessaa'i.

Mostrar todo...
Sirna Jalqabsiisa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa

Sirna Hojii Eegalchiisuu Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa suuraan
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Sirna Jalqabsiisa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa