cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mana barumsaa bultii addaa oromiyaa

Any educational information you will find under this channel so please like and share this channel!

Mostrar más
Finlandia2 398El idioma no está especificadoEducación58 721
Publicaciones publicitarias
1 537
Suscriptores
+424 horas
+677 días
+20030 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu ibsame Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera. Balaa qaqqabeen imaltoonni hundi du’uu isaanii Pireezidaantiin biyyattii Laazaaruus Chaakweeraan beeksiisuu BBCn gabaaseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa ❇️https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf! 📡 Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
3230Loading...
02
Media files
3030Loading...
03
Barattoota oromoo check ✔ qormaanni bahee hin jiruu tasgabawa 🙅 Namoonni qormaann baheeru jedhu garee fi channel ofii guddisuuf sobee karaa sobaan Ammas qormaata siif erga qarshii na ergi jechuuf kijibdoota akkas irra fagaadha #barattootaoromo #oromiiyaa #kutaa8ffaa
3310Loading...
04
Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti barattoonni kuma 675 fi 500 qormaaticha fudhachaa jiru. Barattoota keenyaaf carraa gaarii hawwina. 🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡 Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan comment jalatti barreessaa
2970Loading...
05
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa . 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡🔰🔰🔰🔰 https://t.me/manabarumsaabultiiadda Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
2760Loading...
06
#Oduu Qormaataa# Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise.🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡
2930Loading...
07
❇️ Halkan gaarii isiniif haa ta'u hordoftoonni keenya hunda keessanuu.🎯Tokkummaan misoomaaf!🎯
4750Loading...
08
♻️Gaafiif deebii keenya ha'aa gaafii 5 gaafatame 4 Deebisuun tokkoffaa kan ba'e Taammiruudha. Hirmaannaa keetiif guddaa galatoomi Jenna Chaanaal keenya like share join gochuu hin irraanfatinaa Hiriyoota keessanis affeeraa. Liinkii 👉👉👉https://t.me/manabarumsaabultiiadda
4590Loading...
09
Deebii gaaffii xumuraa" D" "D " malee warreen kaan ogbarruu barreeffamaati
4390Loading...
10
Deebii gaaffii 4 Abbaatu of Mara jedhe bofti kan jedhudha Kan Taammiruun jedhes deebii ni ta'a.
4470Loading...
11
Deebii gaaffii 3 B heerumte kan jedhudha.
4520Loading...
12
Deebii gaaffii 2 A
4510Loading...
13
Deebii gaaffii 1 Namoonni B jettan argattaniittu
4390Loading...
14
Gaaffii xumuraa 1.kanneen armaan gadii keessaa kamtu adda? A. do'ii B. Asoosama C. Diraamaa D. Geerarsa
4530Loading...
15
❇️Dhiifama rakkoo qubee nu ofkalchaa Ulfinaaf barcuma jechuudha
4340Loading...
16
Gaaffii 4 1.mammaaksa armaan gadii mammaaksaan deebisi 1.Ulfinaan barcuma abbaatu of jala buta.
4370Loading...
17
♻️Itti fufnu moo nu haa ga'uu? Deebii deebisnuu?
4200Loading...
18
Gaafii 3 1.Hiikkaan jechama "ibiddi ba'eef"jedhu maali? A.Ifa argatte B.Heerumte C.Beekamte
4250Loading...
19
Gaaffii sadaffaa itti fufnuu?
3910Loading...
20
Gaaffii 2 1.hiikkaan jecha "machaara" jedhuu maali? A. Gabaa B.wal gayii C.bakka gaddaa D.A fi B
3910Loading...
21
Gaaffii lammaffaa akka eegalluuf like godhaa
3940Loading...
22
Gaaffii 1 beekumsa walii galaa 1. Yeroo jalqabaatiif ampuulii kan argate eenyu? A.gaaliiloo gaaliilee B.Toomaas Edisan C.isaaq niwutoon E.Deebii hin qabu
4130Loading...
23
❇️Mee namoonni gaaffiif deebii hirmaachuu barbaaddan like gochuun nu agarsiisaa ❇️Daqiiqaa 4' hafe. Hirmaadhaa✨
4130Loading...
24
✅Dhiifama sagantaan badhaasaa keenya kan kaleessa galgala ture har'a galgalatti darbeera Har'a galgala sa'aatii 1:30 irratti dhiyaadhaa badhaafamaa Hiriyoota keessanis affeeraa✨ like share subscribe⚡️ godhaa. 😃🔰🔰🔰🔰 ❇️https://t.me/manabarumsaabultiiadda Hirmaadhaa badhaafamaa
4170Loading...
25
✅️ Hordoftoota keenya jaallatamoo akkuma duraan beekamu hojii haaraa isinii qabannee dhufneerra Hojiin kunis gaaffii deebisuun doolaara argachuudha. ❇️💰Beekumsaa fi qarshii irraa argachuu dandeessu hojjedhaa irraa fayyadamaa💰💰💰💰💰 Liinkii 🔰🔰🔰🔰🔰 https://m.payquiz.top/69489113567710591/
4660Loading...
26
✅️ Odeeffannoo dhimma baruuf barsiisuun wal qabatu argachuuf chaanaal keenya join godhaa. Hiriyoota keessanis affeerraa 💫Galatoomaa ✨
4850Loading...
27
#Oduu Qormaataa Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise. Chaanaal keenya keenya like share subscribe gochuun nu jajjabeessaa Liinkii chaanaal keenya 🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰 https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡
4810Loading...
28
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa Chaanaal keenya like share subscribe nuuf gochuun nu jajjabeessaa 🎉 Tokkummaan misoomaaf! 🎊
10Loading...
29
✅Hirmaanna keessaniif nu jajjabeessuu keessaniif galatoomaa. https://pubnotepad.com/5N4seE
5960Loading...
30
✅️BNB COLD xumuramuuf guyyoota muraasatu hafe maaloo Irraa fayyadamaa carraa kana ofin dabarsinaa soba is initially fakkaachuu mala garuu 100% dhugaadha Ammuma seenaa claim godhaa walitti qabadhaa Liinkii🔰🔰🔰🔰🔰 https://t.me/Newcoldwallet_bot/app?startapp=R2142266838
6930Loading...
31
✨Group keenya keessa seenuun mallatoo itti Mara ee tuquun add godhaa
8990Loading...
32
Jalqaba gara group keenyaatti nama affeeri
8170Loading...
33
Badhaafamaa ta'uuf nama 15 garee keenyatti nuu affeeri sana booda lakk bilbilaa koo ergi
8180Loading...
34
✅Hirmaannaa keetiif guddaa galatoomi
9401Loading...
35
Yeroosan argattee jirta
7590Loading...
36
Mammaaksicha guutuu taasisaa
7720Loading...
37
Deebii keessan comment jalatti barreessaa
8180Loading...
38
Gaaffii 1 Mammaaksa armaan gadii guuti Aak jedhan waa tufan_
7250Loading...
39
❇️Hirmaadhaa badhaafamaa Nama affeeraa badhaafamaa https://t.me/boost/manabarumsaabultiiadda
6740Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu ibsame Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera. Balaa qaqqabeen imaltoonni hundi du’uu isaanii Pireezidaantiin biyyattii Laazaaruus Chaakweeraan beeksiisuu BBCn gabaaseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa ❇️https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf! 📡 Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
Mostrar todo...
👍 2
Hiikaan jechama "harka mure"jedhuu maali?Anonymous voting
  • A. Maqaa balleesse
  • B. Ni dhabsiise
  • C. sanyiin arrabse
  • D. Safuu wallaale
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoota oromoo check ✔ qormaanni bahee hin jiruu tasgabawa 🙅 Namoonni qormaann baheeru jedhu garee fi channel ofii guddisuuf sobee karaa sobaan Ammas qormaata siif erga qarshii na ergi jechuuf kijibdoota akkas irra fagaadha #barattootaoromo #oromiiyaa #kutaa8ffaa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti barattoonni kuma 675 fi 500 qormaaticha fudhachaa jiru. Barattoota keenyaaf carraa gaarii hawwina. 🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡 Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan comment jalatti barreessaa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa . 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡🔰🔰🔰🔰 https://t.me/manabarumsaabultiiadda Yaadaa, Qeeqaa qabdan comment jalatti barreessaa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu Qormaataa# Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama. Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise.🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰https://t.me/manabarumsaabultiiadda 📡 Tokkummaan misoomaaf 📡
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
❇️ Halkan gaarii isiniif haa ta'u hordoftoonni keenya hunda keessanuu.🎯Tokkummaan misoomaaf!🎯
Mostrar todo...
🐳 2

2
Deebii gaaffii xumuraa" D" "D " malee warreen kaan ogbarruu barreeffamaati
Mostrar todo...
👏 2
Deebii gaaffii 4 Abbaatu of Mara jedhe bofti kan jedhudha Kan Taammiruun jedhes deebii ni ta'a.
Mostrar todo...
💯 1