cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mana barumsaa bultii addaa oromiyaa

Odeeffannoo barnootaa kamiyyuu channel kana jalatti argattu kanaafuu like share gochuun channel kana haa gudfifnu! https://t.me/manabarumsaabultiiadda

Mostrar más
Finlandia2 559El idioma no está especificadoEducación61 865
Publicaciones publicitarias
1 366
Suscriptores
+224 horas
+367 días
+9430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
#DIRAAAMAA SIMBOO Akkam jirtu kabajamtootaaf hordoftoota keenya hundaaf Karaa telegramiin diraamaa haaraa hordofuu yoo barbaaddan liinkii armaan gadii tuquun seenaa daawwadhaaa!!!!!!!!🎉🎉🎉🎉 👇🔰👇🔰👇🔰🔰👇🔰👇🔰👇🔰👇🔰👇🔰🥰 https://t.me/simboodiraamaa https://t.me/simboodiraamaa https://t.me/simboodiraamaa https://t.me/simboodiraamaa https://t.me/simboodiraamaa Qulqullina olaanaadhaaan(1080p) Hubachiisa: kutaa 16 gahee jira!
Mostrar todo...
👍 10👏 5
Photo unavailableShow in Telegram
Bu'aan qormaata ba'umsaa barattootaa 114 namuusaa qormaataa cabsanii guutummaatti haqamuu Ministeerri barnootaa beeksise. Bu'aan qormaata bu'umsaa barattoota 114 hojmaata seera qormaataa darbanii guutummaatti haqamuu ministeerichi xaalayaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaaf barreesseen ibseera. Bu'aan qormaataa guutummaan haqamuu fi Adabbiin dabalataa yeroo itti aanu kan ibsamu ta'uu eereera. Barattoonni dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa kumni 119 fi 145 qormaata ba'umsaa marsaa 2ffaaf Guraandhala 6- 11, 2016 kenname fudhachuun kan yaadatamuudha.
Mostrar todo...
👍 8 1
Photo unavailableShow in Telegram
𝐌𝐞𝐡𝐦𝐞𝐝 𝐅𝐞𝐭𝐢𝐡𝐥𝐞𝐫 𝐒𝐮𝐥𝐭𝐚𝐧 ⚔️ ያበደ አዲስ የቱርክ ተከታታይ ፊልም ዛሬ ጠብቀኝ @selahaddin_Eyyub @selahaddin_Eyyub
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Yuunivarsitii Buleeyyii kan ta'e, Yuunivarsitiin Finfinnee barattoota 280,000 eebbisiiseera. Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota Sayiinsii Fayyaa guyyaa har'aa eebbisiise dabalachuun barattoota 280,000 eebbisiiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Mostrar todo...
👍 6
Atileetiin Keeniyaa abbaan riikardii maaraatoonii balaa konkolaataatiin lubbuun isaa darbe. Dorgommii maaraatooniin riikardii addunyaa kan harkaa qabu dargaggeessi ganna 24 lammii Keeniyaa Kelviin Kiptaam balaa konkolaataan lubbuunsaa darbe. Kiptaam leenjisaasaa lammii Ruwaandaa Jarvees Hakizimaanaa waliin Lixa Keeniyaatti balaa konkolaataa Dilbata isaanirra gaheen lamaanuu lubbuu darbuuun gabaafameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚
Mostrar todo...
😭 4 3👍 2
Mostrar todo...
M.B bultii addaa oromiyaa🌐

Channel kana share waliif godhaa

👏 4🥰 3👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
#cryptocurrency Crypto currency trading has started on Telegram 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 Congratulations on collecting free coins and convert them into crypto currency Also collect Notcoin and click the link below and click start to collect coins! https://t.me/notcoin_bot?start=r_5 https://t.me/notcoin_bot?start=r_5
Mostrar todo...
👍 5🕊 2
Photo unavailableShow in Telegram
#crypto currency Telegram irratti daldalli crypto currency jalqabee jira 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 Baga gammaddan coin free walitti qabachuun gara crypto currencytti jijjiirrachuun itti fayyadamaa Akkasuma Notcoin walitti qabachuun liinkii armaan gadii tuquun start tuquun coin funaanndhaa! https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_20435046 https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_20435046
Mostrar todo...
6
Photo unavailableShow in Telegram
#cryptocurrency በቴሌግራም የክሪፕቶ ምንዛሪ ግብይት ተጀምሯል። 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑 ነፃ ሳንቲሞችን በመሰብሰብዎ እንኳን ደስ አለዎት እና ወደ crypto ምንዛሬ ይለውጡ እንዲሁም Notcoin ይሰብስቡ እና ከታች ያለውን ሊንክ ጠቅ ያድርጉ እና ሳንቲሞችን ለመሰብሰብ ጀምርን ጠቅ ያድርጉ! https://t.me/notcoin_bot?start=r_5 https://t.me/notcoin_bot?start=r_5
Mostrar todo...
👍 6
#Fake Yuunivarsitii Arsii maqaa Yuunivarsitichaan koorsii karaa Onlaayinii barsiifna jechuun namoota fb irratti daldalaa jiran yuunivarsiticha kan hin ilaallanneefi namoonni kun hattoota waan ta'aniif akka irraa of qusattan beeksise.
Mostrar todo...
👍 6🥰 3