cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Etv Afaan Oromoo

Mostrar más
Etiopía758El idioma no está especificadoNoticias y medios5 810
Publicaciones publicitarias
27 610
Suscriptores
+13724 horas
+9437 días
+3 61730 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Obboloota lakkuu bifaanis, yaadaanis wal fakkaatan https://youtu.be/eSvt6pn2eeE?feature=shared
1 4370Loading...
02
https://youtu.be/d4-biaVXgbc?feature=shared
1 4620Loading...
03
https://youtu.be/JvNGrXt9da0?feature=shared
1 9573Loading...
04
Karoora investimentii bara 2016- 2018 irratti mari'atame **** Ministeerri Karooraa fi Misoomaa Itiyoophiyaa; Karoora misoomaa fi investimentii bara 2016- 2018 jidduutti raawwatamuu irratti miseensota koree dhaabbii dhimmoota, karooraa, bajataa fi faayinaansii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa waliin mari'ateera. Ministeerichi marii kana dhaabbilee itti waamamni isaanii kan ministeerichaa ta'an waliin, akkasuma miseensota koree dhaabbii dhimmoota karooraa, bajataa fi faayinaansii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa waliin magaalaa Adaamaatti mari'ateera. Waltajjicha irratti gabaasni waliigalaa raawwii karooraa baatiwwan saglan darbanii dhiyaatees irratti mari'atameera. Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dr. Fitsum Asaffaa fi walitti qabaa koree dhaabbii dhimmoota karooraa, bajataa fi faayinaansii obbo Dassaalany Wadaajoo dabalatee keessummoonni biroo fi dhimmamtoonni gara garaa argamaniiru. Ababaayyoo Kafanii
2 2371Loading...
05
https://youtu.be/zAYemr1Lwyc?feature=shared
2 3500Loading...
06
Xaa’oo uumamaatti fayyadamurraa bu’aan guddaan argamuu Waajjirri Qonnaa Godina Arsii beeksise ******************************** Xaa'oon uumamaa asiidummaa biyyoo hir'isuun gabbina biyyoo dabaluun oomisha guddisuuf akka Godina Arsiitti xiyyeeffannoon hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera. Keessattuu yeroo gattiin xaa’oo keemikaalaa gatiin isaa ol ka'e kanatti xaa'oo uumamaa irratti hojjachuun murteessadha jedhame. Haaluma kanaan Godina Arsii Aanaa Xiyyoo fi Heexosaatti xaa'oon uumamaa bifa saayinsaawaa ta'een hojjatamaa jiraachuu ogeeyyii fi hoggantoonni himan. Qophiin xaa'oo uumamaa kun lammiileef kallattii carraa hojii uumuutiin fayyadamaa taasisuudha kan himame. Hogganaan Waajjira Qonnaa Godina Arsii Gannaa Mohaammad, xaa'oon uumamaa xiyyeeffannoon itti kennamee qe'ee qonnaan bulaatti, akkasumas aanaalee hundatti giddu galli varm kompostii hojjatamaa jiraachuudha kan dubbatan. Saxxoo Tashoomaatu gabaase
2 5210Loading...
07
Nageenya argame waaressuuf qaamoleen hunduu tumsuu qabu jedhan jiraattonni magaalaa Naqamtee Hojii xiyyeeffannoon Godinaalee Wallaggaa keessatti hojjatamaa jiruun sosochiin hawaas- dinagdee magaala Naqamtee fi naannooshees gara idileetti deebi'aa jiraachuu jiraattonni himan. Pirojektoonni yeroo dheeraaf gaaffii hawaasa naannawichaa turanii fi sababa rakkoo nageenyaan adda citanii turanis gara hojiitti deebi'aa jiraachuutti gammaduu jiraattonni magaalattii himaniiru. Ijaarsi buufata xiyyaaraa Naqamtee waggootaaf harkifatee ture xumuramee sadarkaa eebbaaf gahuuttis gammaduudha kan himan. Nageenya argame itti fufsiisuuf qaamni hunduu qoodasaa akka bahus waamicha dhiyeessan. Muktaar Abdallaa (Naqamteerraa)
2 3020Loading...
08
https://youtu.be/kWBRy8qIWKI?feature=shared
2 7020Loading...
09
https://youtu.be/tjujVao7PMc?feature=shared
3 6681Loading...
10
Nageenyi Godina Wallaggaa Lixaa Fooyya’uun Himame **************************** Godinichatti caasaaleen mootummaa humnoota seeraan ala hidhataaniin miidhaan irra gahee ture gara hojiitti deebi’uu bulchiinsi godinichaa beeksise. Raayyaan Ittisaa ajajni giddu galeessaa tarkaanffii fudhateen ammatti aanaaleen godinichaa guutummaatti bilisa bahuu bulchaan Godina Wallagga Lixaa Salamoon Taammiruu himan. Rakkoo fi dararaa hamaa qaamolee hidhataniin uummata Godina Wallagga Lixaarra gahaa ture jalaa baasuuf Raayyaan Ittisaa qaamolee nageenyaa fi hawaasa waliin ta'uun aarsaa qaalii kaffalee nageenya argamsiiseef bulchiinsi godinichaa beekamtii kennuun galateeffateera. Sagantaa beekamtii kanarratti ajajaan olaanaa ajaja giddugaleessaa Letenaal Generaal Zawuduu Balaay fi ajajaa olaanaan ajaja Lixaa Letenaal Jeneraal Massalaa Masarat dabalatee qondaaltonni biroo fi hoggantoonni godinichaa biroos argamaniiru. Muktaar Abdallaatu gabaase
3 6891Loading...
11
https://www.facebook.com/100064698339196/posts/pfbid033C3TLXoM6L4yifucuj7APtF6p7RD5G9r9M4E9XBz9dtpCDQbe7J7ta6BoSQkq22El/?app=fbl
10Loading...
12
https://youtu.be/magth53LXCU?feature=shared
3 6490Loading...
13
"Harki mootummaa nageenyaaf diriiree hin dachaane" - Addee Sa'aadaa Abdurraahimaan ***** Miseensonni dubartoota Caffee Oromiyaa fi misensonni Mana Maree Bakka Bu'ootaa Ummataa Naannoo Oromiyaa qaamolee hidhatanii socho'aniif waamicha nageenyaa taasisan. Af yaa'iin Caffee Oromiyaa Aaddee Sa'aadaa Abdurraahimaan, nageenyi bu'ura biyya tokkoo ta'uu himanii, bakka nageenyi hin jirretti, keessattuu miidhamni dubartootaa fi daa'immanii olaanaa waan ta'eef nuti dubartoonni safuu fi duudhaa Oromootiin waamicha nageenyaa taasisna jedhan. Humnoonni hidhatanii ala jiranis tokkummaa, jaalalaa fi misooma ummanni dheebote ilaaluun harka nageenya mootummaan diriirseen gara hawaasa isaaniitti akka deebi'an waamicha dhiyeessan. Kanneen waamicha dhiyaate fudhachuun dhufaniif Mootummaan simannaa kan taasisu ta’uu Aaddee Sa’aadaan eeraaniiru Wasanee Amaaree
4 1262Loading...
14
Media files
10Loading...
15
Marii Biyyoolessaa milkeessuu keessatti gahee miidiyaan qabu irratti mari’atame ************************ Marii Biyyoolessaa keessatti gahee miidiyaan qabu irratti mari’atameera. Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti walitti qabaan dhimma dimokiraasii fi nageenyaa Komishinar Iwunatuu Ayyalaa, Itiyoophiyaan biyya qaroominaan addunyaarratti beekamtu ta’uu himanii, kunis hambaalee qaroomina agarsiisan qabaachuu isheetiini jedhan. Haa ta'uu malee yeroo ammaa kana rakkooleen gara garaa jirachuu fi rakkoo kana furuuf Komishiniin Marii Biyyooleessaa hundeeffamuu fi hojiilee gara garaa hojjachaa jirachuu himanii, rakkoo kana furuu keessatti gaheen miidiyaa olaanaa ta'uu himaniiru. Ajandaa biyyoolessaa milkeessuu keessatti miidiyaaleen wanta irraa eegamu bahaan akkuma jiran kanneen xiyyeeffannoon hin kenninee fi maal naa dhibdeen hojjataan jiraachuu himaniiru. Ummanni akka hubannoo qabaatu gochuu keessatti hojiin midiyaa olaanaa ta'uu waltajjicharratti ibsameera. Saxxoo Tashoomaa
4 1262Loading...
16
https://youtu.be/Z0JCXHQPnNg?feature=shared
3 7821Loading...
17
https://youtu.be/q6mNzTJh4_0?feature=shared
4 5463Loading...
18
Ministeerri Qonnaa raawwii karoora baatiwwan kurnan darbanii qorate *** Saganticharrattis Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amantee damee qonnaatin jijjiiramni gariin galmaa'aa jiraachu himuun milkaa'inoota jiran itti fufsiisun harcaatiwwan naannolee tokko tokkotti mul'atan fururratti xiyyeeffannon kan hojjatamu ta'a jedhan. Bakka buutonni naannolees raawwii damee qonnaatin galmeessan saganticharratti kan dhiyeessan yoo ta'u, hanqinoota jiran adda baasuun karoora bara 2017 irratti fooyyessu akka qaban ibsaniiru. Sagantaan qophaa'e kunis naannoleen muuxannoo akka wal jijjiiranii fi qophii karoora bara 2017tiif haalduree akka dhiyeessaniif kan qophaa'e ta'uun ibsameera. Mangistuu Akkumaatu gabaase
5 0700Loading...
Obboloota lakkuu bifaanis, yaadaanis wal fakkaatan https://youtu.be/eSvt6pn2eeE?feature=shared
Mostrar todo...
"Bifaan qofa miti yaadaanis..."

Dizaayinaroota lakkuu Kooliit Maatiwoos fi Kooliin Maatiwoos

👍 8
Mostrar todo...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Caamsaa 16, 2016- 1:00

Mostrar todo...
Simboo - Kutaa 37ffaa

7
Karoora investimentii bara 2016- 2018 irratti mari'atame **** Ministeerri Karooraa fi Misoomaa Itiyoophiyaa; Karoora misoomaa fi investimentii bara 2016- 2018 jidduutti raawwatamuu irratti miseensota koree dhaabbii dhimmoota, karooraa, bajataa fi faayinaansii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa waliin mari'ateera. Ministeerichi marii kana dhaabbilee itti waamamni isaanii kan ministeerichaa ta'an waliin, akkasuma miseensota koree dhaabbii dhimmoota karooraa, bajataa fi faayinaansii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa waliin magaalaa Adaamaatti mari'ateera. Waltajjicha irratti gabaasni waliigalaa raawwii karooraa baatiwwan saglan darbanii dhiyaatees irratti mari'atameera. Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dr. Fitsum Asaffaa fi walitti qabaa koree dhaabbii dhimmoota karooraa, bajataa fi faayinaansii obbo Dassaalany Wadaajoo dabalatee keessummoonni biroo fi dhimmamtoonni gara garaa argamaniiru. Ababaayyoo Kafanii
Mostrar todo...
👍 7 1
Mostrar todo...

6👍 2
Xaa’oo uumamaatti fayyadamurraa bu’aan guddaan argamuu Waajjirri Qonnaa Godina Arsii beeksise ******************************** Xaa'oon uumamaa asiidummaa biyyoo hir'isuun gabbina biyyoo dabaluun oomisha guddisuuf akka Godina Arsiitti xiyyeeffannoon hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera. Keessattuu yeroo gattiin xaa’oo keemikaalaa gatiin isaa ol ka'e kanatti xaa'oo uumamaa irratti hojjachuun murteessadha jedhame. Haaluma kanaan Godina Arsii Aanaa Xiyyoo fi Heexosaatti xaa'oon uumamaa bifa saayinsaawaa ta'een hojjatamaa jiraachuu ogeeyyii fi hoggantoonni himan. Qophiin xaa'oo uumamaa kun lammiileef kallattii carraa hojii uumuutiin fayyadamaa taasisuudha kan himame. Hogganaan Waajjira Qonnaa Godina Arsii Gannaa Mohaammad, xaa'oon uumamaa xiyyeeffannoon itti kennamee qe'ee qonnaan bulaatti, akkasumas aanaalee hundatti giddu galli varm kompostii hojjatamaa jiraachuudha kan dubbatan. Saxxoo Tashoomaatu gabaase
Mostrar todo...
👍 6 4
Nageenya argame waaressuuf qaamoleen hunduu tumsuu qabu jedhan jiraattonni magaalaa Naqamtee Hojii xiyyeeffannoon Godinaalee Wallaggaa keessatti hojjatamaa jiruun sosochiin hawaas- dinagdee magaala Naqamtee fi naannooshees gara idileetti deebi'aa jiraachuu jiraattonni himan. Pirojektoonni yeroo dheeraaf gaaffii hawaasa naannawichaa turanii fi sababa rakkoo nageenyaan adda citanii turanis gara hojiitti deebi'aa jiraachuutti gammaduu jiraattonni magaalattii himaniiru. Ijaarsi buufata xiyyaaraa Naqamtee waggootaaf harkifatee ture xumuramee sadarkaa eebbaaf gahuuttis gammaduudha kan himan. Nageenya argame itti fufsiisuuf qaamni hunduu qoodasaa akka bahus waamicha dhiyeessan. Muktaar Abdallaa (Naqamteerraa)
Mostrar todo...
👍 11
Mostrar todo...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Caamsaa 15, 2016- 1:00

Mostrar todo...

👍 5 1

👍 19 4