cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Hasso Oro Channel☘

❁્᭄͜͡❣𝕃𝕆𝕍𝔼❣❁્᭄͜͡ اللّٰہُ لَاۤ اِلٰہَ اِلَّا هو ۙ الۡحَیُّ الۡقَیُّوۡمُ ؕ 🌙🤲🤲🤲🤝🤝🤝🧎🕋🫂👆👆👇👇 SUBSCRIBE YOUTUBE CHANNEL👇👇 https://youtube.com/channel/UCbabVgOCTR_tZpRlDENA0IQ https://www.f Telegram@Hasso_Oro_Channel

Mostrar más
Finlandia2 113El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad92 892
Publicaciones publicitarias
189
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Irkoo Yoo dhugumaan waa hundarratti irkoo Rabbi godhatte Rabbiin lafa sin khaayu. Yaa Rabbi hirkoon keenya suma qofa ☝️ #HassoOroChannel #HassoOroChannel
Mostrar todo...
Photo unavailable
Kuni wudu’a kooti, bishaan ​​qulqulluun kun na dhiqa Yaa allaah dhiifama keetiin cubbuu koo naf dhiqii ! . @HASSO ORO CHANNEL @HASSO ORO CHANNEL
Mostrar todo...
#Obbolummaa ✔Obboleessi kee (Mu'uminni) haqa sadi sirraa qaba. Isaanis : ➛Obboleessa kee fayyaduu yoo dadhabde miidhaa isaa irraa uf qusadhu. ➛ Gammachiisuu yoo dadhabde, waan yaada keessa isa daaksisaa baqadhu. ➛Faarsuu yoo dadhabde, arraba kee irraa qusadhu. ✍#HASSO ORO CHANNEL ✍✍✍✍✍✍✍✍✍ #HASSO ORO CHANNEL
Mostrar todo...
"Hiriyyaan tokko tokko yeroo suraa  ka'u qofa si wajiin dhaabta"😏 🤳👬🤳👯‍♂️🤳👫 @HASSO_ORO_CHANNEL @HASSO_ORO_CHANNEL
Mostrar todo...
Eega Nabi Muhammad ﷺ addunyaarraa godaanan booda Sahaabtichi beekkamaan Bilaal Ibn Rabaah Azaanuu fi magaalaa Madiinaa keessaas turuu hin dandeenye. Madiinaa bahee Shaam dhaqe. Gaaftokko osuma Shaam jiruu manaama arge. Manaama keessatti dhaamsa “yaa Bilaal nu ziyaaruu hin geenyee?” ja’uutu dhaamameef. Bilaal hoggaa dammaqu Madiinaa irraa turuu isaatti hedduu gadde, amma dharraa bahuuf ka’e. Bilaal Madiinaa dhaqee qabrii Nabi Muhammad ziyaaree, qabriirratti hedduu booye. Yeroon tun halkani. Joolleen Nabiin Akaakoo tahuuf Hasan fi Huseen jaala Isaanii Bilaal qabrii irratti argan. Hedduu gammadanii itti maramanii wal odeyfatan. “Arra bariisaa Masjida irratti baatee akka Azaaantu barbaanna” jechuun Bilaal gaafatan. Bilaal yaada Isaanii dhagahe, yeroon geenyaan Masjida gubbaa bahee Azaane. “Allaahu akbar Allaahu akbar” ja’ee yeroo Bilaal Azaana jalqabu Madiinaan gammachuu roraate. Warri Madiinaa sagalee tana gaafa Nabiin jiru, Nabii fi Bilaal itti yaadatan. “Laata Bilaaltu dhufee? Sagalee Bilaaliin dhagahaa” ja’anii wal gaggaafatan. Bilaal Azaana itti fufe. Hoggaa “ash-hadu allaa ilaaha illaLlaah” ja’u namuu akka Bilaal Azaanutti jiru bare. Hedduu gammadanii ijji imimmaan fidatte. Bilaal “ash-hadu anna Muhammadan rasuuluLlaah” jannaan miira isaa tohatuu dadhabe. Qaamni isaa hollatee Azaana dhaabee booyuu jalqabe. Bilaal booyu dhageenyaan namuu booyuu jalqabe. Sagaleen booyichaa Madiinaa tohatte, gandi gaddaan hagoogame. Dubartiin manaa gad yaatee booche. “Guyyaa Nabiin addunyaarraa godaane malee, guyyaa warri Madiinaa hundi akkanatti booye hin garre” ja’an Sahaabaan. Mi’aa jireenya Nabii waliin dabarsan yaadatan, jaalala ergamaa Rabbiitiif imimmaan lolaasan. #JirraYaaErgamaaRabbii
Mostrar todo...
Photo unavailable
🔰 ETHIOTELECOM 🔰 AKKAMITTI QARSHII 4000 BADHAAFAMNA? 🔸 Yeroo booti teleegramaa start jettanii galmooftan badhaasa miseensummaa qarshii 1000 badhaafamtu. 🔸Galmee booda liinkii affeerraa keessaaniin namoota yemmuu galmeessitan, tokkoon tokkoon namoota galmeesitanitin qarshiin 100 isiniif shallagama. 🔸 Namoota 30 yemmuu galmeessitan qarshiin 3000 fi qarshii badhaasa miseensummaa 1000 wajjin walitti qarshii walii galaa qarshii 4000 yemmuu gahu baasi gochuu dandeessu. HAALA KAMIIN NAMOOTA GALMEESSUU DANDEENYA? 1️⃣ Yoo haarawa taatan START jedhaa jalqabsiisa. 2️⃣ Meenuu banuudhaan "Linkii Affeerraa" kan jedhu tuqaa. 3️⃣ Ergaa isiniif dhufu namootaf erga 30 oliif ergudhaan start jedhaani akka jalqabiisan itti himaa. 📌 Ergicha guruuppi (Group) adda addaa keessatti erguun namoonni bay'een liinkii keessanin akka galmaa'an sin gargaara. 📌 Hubaachiisa | Badhaafamaa/tuu ta'uudhaaf chaanaali Ethiotelecom - Afaan Oromoo jedhu join jechuu hin irraanfatina. Join | Ethiotelecom - Afaan Oromoo
Mostrar todo...
Photo unavailable
Jireenyi yeroo maraayyuu jabaadha. Naaf laafa jettee  hin egin. Jireenya laafissuuf  ati jireenyarra jabaadhu! @HASSO ORO CHANNEL @HASSO ORO CHANNEL
Mostrar todo...
Osoo gaddituu gammachuu kee, osoo jortuu boqonnaa kee, osoo beeloftuu quufa kee kan barbadduu HARMEE KEETII! @HASSO ORO CHANNEL @HASSO ORO CHANNEL
Mostrar todo...
Photo unavailable
Kufaatiin qaama jireenyaati.  Yoo hin kufne hin barattu.  Yoo hin baranne yoomiyyuu hin jijjiiramtu.💫🌒 @HASSO ORO CHANNEL @HASSO ORO CHANNEL
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.