cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Mostrar más
Finlandia32El idioma no está especificadoVentas428
Publicaciones publicitarias
100 399
Suscriptores
+13324 horas
+4957 días
+3 94830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailable
Moodeemii Intarneetii Biroodbaandii Saffisaa Filannoo Kaffaltii Kiisii Keessan Hin Miinen! yeroo kaffaltii dheereffame hanga ji'oota 12’n Moodeemii Intarneeta Biroodbaandii ((VDSL) baay’ee saffisaa fi amanamaa ta’e wabii ji’oota 6 waliin dhiyeessuu keenya gammachuudhaan ibsina. Giddugalawwan tajaajilaa keenya isinitti dhihoo jiru ni argattu! #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica Join |Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Mostrar todo...
534👍 390 97🆒 66 65🍓 58😍 49💯 48❤‍🔥 38🍾 37🔥 36
Photo unavailable
Yeroo qilleensaa moobaayilaa teeleebirriin bitattanii qarshii 100 fi isaa ol yoo guuttattan %25 akkasumas qarshii 100 gadi yoo guuttattan immoo %15 kennaa dabalataa ni argattu! teelebirrii Suuppar Aappii Telebirr irraa ykn *127# fayyadamaa! teeleebirrii - Baay’ee Salphaa,Saffisaa,Mijataa fi Amansiisaa! Join | Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Mostrar todo...
👍 791 358 91🎉 82🆒 73 55🍓 53😍 52❤‍🔥 49👏 49🤗 46
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Oduu Gammachiisaa Imaltoota Hajjii Hundaaf! Mana Marii Dhimmoota Islaamummaaa Waliigalaa Itoophiyaa Waliin Ta’uun sirna Raawwii Hajjiif gara Sa'uudii Arabiyaatti warreen imaltan hundaaf lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin biyya Sa'uudiitti fayyadamuuf kan isin dandeessisu kuufamni addaa roomiingii Kuufama Imala Hajjii waliin hammatamuun isiniif dhiiyaatee jira. Sababa imalaan firaa fi aantee keessaniin adda osoo hin fagaatin lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin hariiroo keessan itti fufsiisuu ni dandeessu. Kuufama dabalataa yoo isin barbaachises kuufamoota hir’ifamni adda itti taasifame teeleebirrii Suuppar Appiin ykn karaa*999# bitachuu ni dandeessu. Ethiotelecom Telebirr
Mostrar todo...
1314👍 720 228🆒 173 125🍓 125👌 122🍾 122🕊 64🔥 63🎉 62
Photo unavailable
Baga gammaddan! 🎉 Teeleebirrii Suuppar Aappiin Bilisaan Haasa’uun Danda’amee Jira! teeleebirrii Suuppar Appii Ammayyaa’een bittaa fi gurgurtaa gaggeessuu,Maallaqaa akkasumas yeroo qilleensaa waliif daddabarsuu bira darbee vidiyoo,suuraa,barreeffamaa fi faayiloota bilisaan waliif qooduudhaan walitti dhufeenya hawaasummaa keessanii cimsadhaa, daldala keessan ariifachiisaa! Jireenya dijitaalaa keessan teeleebirrii ingeejiin (telebirr engage) salphifadhaa! Join | Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Mostrar todo...
👍 667 250 68🆒 64🔥 45🍾 39🍓 36🥰 34🎉 33 29🤗 27
Photo unavailable
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir nagaan isin gahe! Miseensa ta'aa badhaafamaa. 🎁 Monthly 100GB Internet 🎁 Monthly 1000Mins voice packages Telebirr Gifts Ethiotelecom Gifts
Mostrar todo...
348👍 170🆒 63 43🍓 34🍾 24🤩 16❤‍🔥 15💋 15🤗 15 13
Photo unavailable
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Mostrar todo...
147👍 103 28🍓 22🔥 20🎄 11 3
Photo unavailable
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Mostrar todo...
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Dijitaala Hundagaleessa walqixxummaa Koorniyaatiif! Guyyaa Dubartoota Addunyaa March 8 ilaalchiisuun kuufamoota moobaayilaa addaa hir’ifama hanga %20 waliin dhiyeessine jirra! Kuufamoota teeleebirriin bitachuudhaan kennaa dabalataa %10 waliin akkasumas My Ethio tel,Chaat bootii ardii ykn karaa*999# bitadhaa; Aantee keessaniifis kennaadhaan arjoomaa! Guyyaa Dubartootaa Gaarii! #Ethiotelecom #RealizingDigitalEthiopia
Mostrar todo...
👍 1
👍 Safaricom 🆚 ❤️ Ethiotelecom
Mostrar todo...
Safaricom - Afaan Oromo

❇️Safaricom Ethiopia- Afaan Oromo❇️

https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r09415147420

The leading telecom service provider in Africa 📡

153👍 74🙏 33🍾 24💯 15🫡 9🤝 7 6🔥 5❤‍🔥 3🍓 1
Photo unavailable
Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan! Miseensa ta'aa kennaa ayyaanaa badhaafamaa! - Kuufama Ayyaana Cuuphaa Badhaafamaa! 📞 Daq 250 🌐 GB 2.3 ✉️ Ergaa 100 🍋 Ayyaana Gaarii! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Mostrar todo...
369👍 217 47🍾 47🆒 38🙏 30🔥 27🥰 23🎄 23 21🍓 16
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.