cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Mostrar más
Finlandia2 581El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad56 203
Publicaciones publicitarias
1 382
Suscriptores
+3624 horas
+807 días
+24630 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
220Loading...
02
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
190Loading...
03
HAYYOONNI WAA'EE MACAAFA QULQULLUU MAAL JEDHU? ➊. "Macaafa Qulqulluu dubbifachuu kootti buufadhee  jira. Mee atis amantii fi hafuura qulqulluun guutamiitii Macaaficha dubbisi! Bara jireenya kee guutummaatti shakkii malee nama fooyya'aa taatee jiraatta. Akka kabajamtettis jireenya kee ni raawwatta."     — Abrahaam Linkan ➋. "Dhugaadhuman jedha na amani! Jabina ta'ee, dadhabbii attamii keessa yoon jiraadhe, Macaafa Qulqulluu utuun hin dubbifatin gara siree koo hin dhaqu."    — Daaglaas Maak'artar ➌. "Yuniversiitii seenanii barachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa ittan amana. Haa ta'u iyyuu malee, yoo yuniversiitii seenuu baatan iyyuu warri Macaafa Qulqulluu qoratan warra utuu Macaafa Qulqulluu hin beekin yuniversiitiidhaa eebbifaman irra beekumsa guddaa caalu qabu."     — Pro. Wiliiyam Liyoon ➍. "Seexanni guutumaan guututti namoota moo'atee kan inni too'annaa isaa jala galfatu yeroo akka isaan Macaafa Qulqulluu dubbisanii dhugaa macaaficha keessa jiru hin barbaadneef garaa isaanii cufu dha."     — Dr. Haawaardi Keelii ➎. "Baroota jireenya koo ani keessa darbe hundumaa keessatti maallaqa miliyoona hedduutti lakkaa'amuun mi'oota garaa garaa biteen gurguraa ture. Daldala kana irraas bu'aa hedduu argadheen jira. Haa ta'u iyyuu malee mi'an bite keessaa qabeenya ani yeroon umurii waggaa kudha lama ture bitadhe caalaa kan bu'aa naaf argamsiisuu danda'e hin jiru. Qabeenyi guddaan kuni Macaafa Qulqulluu isa ani Doolaarii Ameerikaa lamaa fi walakkaa dhaan bite dha. Maalummaa koo har'aatiif sababa kan anaaf ta'e Macaafa Qulqulluu kana dha."     —Joon Mekir ➏. "Macaafni Qulqulluun burqaa beekumsa hundaa waan ta’eef macaafotni biyya lafaa kana dinqifachiisan hundumaa kan caaseffameen Macaafa kana irratti."    — Daawit Taalmaargi ➐. "Yeroo gammadnus ta'ee, yeroo gaddinu Macaafa Qulqulluu dubbisuu danda'uu qabna. Yoo kana ta'uu dhaa baate jireenya qajeelchuufis ta'ee ittiin qabuuf humna hin qabaannu." t.me//Youth4Christ1
712Loading...
04
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
1050Loading...
05
#KADHATICHA! Namicha waggoota dheeraadhaaf karaa irra taa'ee kadhatu tokkotu ture. Umurii isaas, aduu dhiitee bariitu, karaa sana irra taa'ee waan tokko gochuun dabarsa ture. Innis namoota daandii sanarra isa bira darbaa oolan qarshii kadhachuudha. Guyyaa tokko akkuma yeroo kaanii namichi kara-deemaan tokko isa bira darbuu yoo dhufu, "Adaraa na gargaari. Rabbi irraa argattaa" jedhee moofaa ciccituu isa fuuldura jirturra akkuma inni saantima muraasallee buuseefii darbuuf harka isaa raasee kadhate. Namichis, "Ani homaa waan siif kennu hin qabu. Waaqni siif haa kennu" ittiin jedhe. Itti dabalees, "Kan ati irra teessee jirtu kun maaliidha?" jedhee miira shakkiin kadhataa sana gaafate. Kadhatichis, "Homaayyuu miti. Saanduqa xiqqoodha. Ergan gaafa asitti argee eegalee waggoota dheeraadhaaf kanuma irra taa'een kadhataa ture" ittiin jedhe. "Bantee ilaaltee beektaa?" namicha kara-deemaa santu gaafata. "Lakki." "Maaliif hin banne?" "Homtuu keessa hin jiru nan beeka. Maaliifan bana?" Kara-deemtichis, "Mee har'a banii ilaali!" ittiin jedhe. Kadhatichis irraa ol ka'ee saanduqa xiqqoo sana bane. Yoo keessa saanduqichaa ilaalu garuu ija isaa amanuu dadhabe. Saanduqichi warqeen guutee jira. Namichi waggaa afurtamaa oliif warqee gatii mi'aa irra taa'ee saantima muraasa kadhataa ture. Seenaan kun kitaaba '#The_Power_Of_Now' jedhu kan #Eckhart_Tolle barreesse irraa fudhatame. Barreessichis dhaamsa seenaa kanaa akkasiin kaa'e: "Anis namicha kara-deemaa homaa waan siif kennullee hin qabneedha. Garuu akka ati gara keessaa ilaaltuuf sittin hima. Gara keessaa yeroon jedhu keessa saanduqaa kan warqee barbaachaaf gootu miti. Keessa isa isa caalu, kan sitti dhihoo jiru, keessa ofii keeti. Keessa ofii kee ilaali. Gaafas 'ani kana booda kadhataa miti.' ofiin jetta." Isin hoo maal irraa hubattu? t.me/Youth4Christ1
1530Loading...
06
Kudhan Taanee Ajjeesuuf Deemne(Gooftaa koo🥰) ======================≈========= George Plamer lixa biyya Awustiraaliyaatti dhalate. Umurii waggaa 7tti abbaan isaa dhukkubsatee irraa du'e. Du'a abbaa isaa yoo dhaga'u baay'ee boo'e. Innis "Yaa Waaqayyo maaliif abbaa koo na jalaa fudhatte? Dhuguma ani garaa kiyya irraan si jibbe. Gonkumaa ani si jaalachuu hin danda'u " jedheen. Jibbaa Waaqayyoof qabu ifatti dubbate. Jireenyi isaa jibba namaanis guute. Namoota naannoo isaa jiran hundaaf yaaddoo ta'e. "Nama faayidaa hin qabne, gatii tokkollee hin baasne" jedhamee waan itti himamaa tureef sirumaa kun gara jabummaa guddaa akka qabaatu isa taasise. Umurii waggaa 17tti dursaa kashalabbootaa(mafia/gangestors) ta'e. Gareen gurmeessee namoota tumuun hojii isaa idilee ta'e. Bara 1959tti hojjetaan wangeelaa Billy Graham wangeela lallabuuf guutummaa ardii Awustiraaliyaa naanna'aa akka jiru dhaga'e. Garee kashalabbootaa 10 kan hogganu George Plamer, Billy Graham ajjeesuuf shugguxii isaanii dhoksaan hidhachiisuuni isteediyimii galan. Kurnan isaniis akka wal hubachuuf isaanii tolutti bakka wal arguu danda'an taa'an. Yeroo inni namoota gara fulduraatti waamu isatti dhukaasne galaafanna jechuun tumaa tumatan. Lallabni hojjetaa wangeelaa kanaa waa'ee jaalala Waaqayyoo fi fayyuu dhala namaa kan bu'ureeffate yoo ta'u namootni sagalicha dhaga'an baay'ee dubbichaan tuqamuu arge. "Namoonni seexana ta'an kun amma asitti walitti kan qabamaniif maal gochuufi?" jedhee osoo aaraa jiruu sagalee"Yaa George, maal asii goota?" jedhu dhaga'e. As garagalee ilaallan nama isatti dubbate dhabe. Sagalichi haafuura Waaqayyoo biraa ta'uu yeroo baretti "Amma bareera. Ati Waaqayyoodha. Ati maaliif abbaa koo na jalaa ajjeefte? Maaliif akasitti na miite? Maaliifan si jaaladha? Ani dhimma kees hin qabu" jechuun deebiseef. Haafurri Waaqayyoos deebisee" George, ani si miidhuuf abbaa kee hin ajjeefne. Ani tasumallees si hin miine" jedheen. Hojjetaan wangeelaa Billy Graham lubbuu haaraa gara fulduraatti gaafa waamu hiriyootni isaa "ka'i, haa ajjeesnu" jedhaniin. George garuu "lakki kana gochuu hin danda'u" jedheen. Hirqifatee boo'e. Umurii waggaa 7ffaa isaa irraa eegale imimmaan waan jedhamu fuula isaa irratti kan hin mul'anne gaafa sana fuulli isaa akka rooba yandoo fakkaate. Shugguxii isaa lafatte darbatee Gooftaa amanuuf gara iddoo aarsaatti qajeele. Kudhan keessaa salgan isaaniis wangeelatti amananii fayyan. George Waldaa "Salvation Army" jedhamutti dabalamee tajaajilaa ta'e. Osoo jibbanii kan nama jaalatu, osoo hari'atanii kan nama barbaadu, laphee jibbaan guute jaalalatti kan geeddaru, kan gatii dhabeef gatii kan kennu Yesus Kiristoos qofaadha. Afaan Oromootti kan hiikamee dha. t.me//Youth4Christ1
1 53812Loading...
07
Ab-suuddaa (Xuqur asmuudi) gurraacha 1. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu. 2. Haphina rifeensaaf shayi waliin. . 3. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin. 4. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin.. 5. Dhibee kaansaariif. 6. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin 7. Dhibee sukkaaraaf. 8. Dhibee garaa kaasaatiif. 9. Qakkeef. 10. Dhukkubbii garaa laaleessu.. 11. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura. 12. Utaalloof 13. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa. 14. Dhukkubbii maashaaf bayeessa. 15. Dhukkubbii dugdaatiif.. 16. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu. 17. Dhukkubbii ilkaaniif, 18. Infekshinii irgaaf ni tola.. 19. Hooqxoo qaama. 20. Ho'insa qaama dabaluuf. 21. Dhibee himna humna nama qabuuf. . 22. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara. 23. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola... 24. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha..           Firiin kun dhibewwaan gara garaatiif heeddu gargaara akka jiru qoronnowwan wirtuu omisha dawaa ibsaa jiru -Akkaataan soorata isaa nyaata waliin. -Shayi waliin -Damma waliin. - Buna waliin. - Bishaan waliin Akkamiitti nyaatamuu qaba =Daakama isaa otoo hin bilchoofne =Sodaa garaachi daaku dadhabuuf immoo xiqqo akawama. =Zeeytii (cunfaa)isaa Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! t.me/Youth4Christ1
1340Loading...
08
1Yoh. 5 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁶ Inni bishaaniin cuuphamee dhiiga isaa dhangalaasuuf dhufe isa kana; innis Yesus Kristos. Inni bishaan duwwaadhaan miti, bishaanii fi dhiigaan dhufe malee. Hafuurri qulqulluun kana dhugaa in ba'a, hafuurichi dhugaa dha. ⁷ Dhuga-baatuu sadiitu jira. ⁸ Isaan kunis hafuuricha, bishaanicha, dhiigicha, sadanuus sagalee tokkoon dhugaa ba'u. ⁹ Isa namoonni dhugaa ba'an kan fudhannu erga taanee, inni Waaqayyo dhugaa ba'u immoo in caala. Dhugaan Waaqayyoos isa inni ilma isaatiif dhugaa ba'ee dha. ¹⁰ Namni ilma Waaqayyootti amanu, dhugaa kana of keessaa qaba; namni Waaqayyoon hin amanne garuu, isa Waaqayyo ilma isaatiif dhugaa ba'e waan amanuu dhiiseef, Waaqayyoon sobduu gochuu isaa ti, ¹¹ Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne; egaa dhugaan isaa isa kana; jireenyi bara baraa kunis ilma isaa keessatti argama. ¹² Namni ilma Waaqayyoo qabaatu jireenyicha qaba; namni ilma Waaqayyoo hin qabaanne, jireenyicha hin qabu. t.me/Youth4Christ1
1700Loading...
09
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
350Loading...
10
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
1640Loading...
11
ኢየሱስ እና መከራው ኢየሱስ ተገዶ ሳይሆን በፈቃዱ (በራሱ ምርጫ) ሞተልን። ያ ማለት ገለውት ሳይሆን ሞቶልን ነው። አለመያዝ፣ አለመሰቀል እና አለመሞት ይችል ነበረ ማለቴ ነው። ነገር ግን በፈቃዱ የሕማም ሰው ሆነ። “እንግዲህ፦ እኔ ነኝ ባላቸው ጊዜ ወደ ኋላ አፈግፍገው በምድር ወደቁ።” (ዮሐንስ 18፥6) መከራው በሰቃዮቹ ዓይን እና በእኛ በአማኞች አይን ትርጉሙ ይለያያል። እነርሱ እየሞተ እንደሆነ ነበር የቆጠሩት፤ እርሱ ግን እያዳነን ነበር! የኃጢአታችንን ዕዳ እየከፈለ ነበረ። እነርሱ የመሰላቸው እየገደሉት እንደሆነ ነበረ፤ እርሱ ግን እየሞተ (ላቸው) (ልን) ነበረ! እነርሱ የሚያውቁት ያመፀ ሽፍታ እንደ ሰቀሉ ነው። ነገሩ ግን ሌላ መልክ ነበረው! እርሱ የኛ ቤዛና አዳኝ ነበረ። ይህ እውነት በጳውሎስ ሲብራራ ... ጳውሎስ ራሱ እንደ እብድ ተቆጥሯል!. የሆነ ዘመን ላይ እንደ ሽፍታ የሰቀሉትን ሰው "ጌታ ነው" "አዳኝ ነው" "መሲህ ነው" ማለት እብደት ነው የሚመስለው! “እንዲህም ብሎ ስለ ራሱ ሲመልስ ፊስጦስ በታላቅ ድምፅ፦ ጳውሎስ ሆይ፥ አብድሃል እኮ፤ ብዙ ትምህርትህ ወደ እብደት ያዞርሃል አለው።” (ሐዋርያት 26፥24) ኢየሱስን ይሁዳ ስለጠቆመው ብቻ የተያዘ ከመሰለን መስቀሉን ከሰማይ አንፃር አልተረዳነውም! በይሁዳ ጥቆማ ሳይሆን ራሱን ሰጥቶ ነው! ከዚህ በፊት ተአምራት ሲያደርግ "ለማንም አታውሩ" ያለው ለምን መሰላችሁ? መሲህነቱ እንዳይታወቅ ነበረ፤ ካወቁ ስለማይሰቅሉት! መሲሕ ለዘላለም እንደሚኖር ነው እውቀታቸው። “እንግዲህ ሕዝቡ፦ እኛስ ክርስቶስ ለዘላለም እንዲኖር ከሕጉ ሰምተናል፤ አንተስ የሰው ልጅ ከፍ ከፍ ይል ዘንድ እንዲያስፈልገው እንዴት ትላላህ? ይህ የሰው ልጅ ማን ነው? ብለው መለሱለት።” (ዮሐንስ 12፥34) ኢየሱስ መከራውን ለመገላገል በሚል መንፈስ አልተቀበለም! በዘላለም መንፈስ፣ በፍጹም መታዘዝ ራሱን አቅርቧል! ምድር ላይ ከነበሩ ሰዎች ይልቅ ተጎሳቁሎ ነበረ! የሚያሳዝነው እንደ እስረኛ እንኳን ፍትሀዊ ፍርድ አላገኘም! ከአመጸኞች ጋር የተቆጠረው በአጋጣሚ አልነበረም! (ኢሳይያስ 53፥9) ይህ ሁሉ የሆነው ለእኔ ነው! ለአንተ/ቺ ነው!              #SEER_ABENI share♻️share♻️share 👇👇👇👇👇👇 @Youth4Christ1      
1801Loading...
12
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1750Loading...
13
(•‿•) Riqicha kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa!         👇👇👇                 ⇣                     ╬═╬               ╬═╬                 ╬═╬                 ╬═╬                 ╬═╬                 ╬═╬               ╬═╬                 ╬═╬                 ╬═╬                 ╬═╬         🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver: @BrakeIt
2010Loading...
14
✍ 𝐁𝐀𝐑𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐀𝐅 𝐉𝐈𝐑𝐀𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐊𝐀𝐍 𝐃𝐀𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐔 𝐀𝐊𝐊𝐀𝐌𝐈𝐓𝐓 ?👇                           𝙺𝚄𝚃𝙰𝙰 1𝒇𝒇𝒂𝒂𝒂𝒂....... Deebii Kitaaba Qulqulluu"  Kitaabni Qulqulluun: “Namni fedhii Waaqayyoo raawwatu . . . bara baraaf ni jiraata” jechuudhaan abdii kenna. (1𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐢𝐬 2:17 Maarree Waaqayyo maal akka gootu si irraa eega?  Waaʼee Waaqayyoo fi Ilma isaa Yesuus baradhu.  Yesuus kadhannaa Waaqayyoof dhiheesse irratti: “Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif, si isa Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu” jechuudhaan dubbateera. (𝐘𝐨𝐡𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 17:3 Waaqayyoo fi Yesuusiin ‘beekuun’ maal dabalata? Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu fi ergaa isaa jireenya keenya keessatti hojii irra oolchuudhaan isaan beekuu ni dandeenya. 𝐚 Kitaabni Qulqulluun waaʼee ilaalcha Yihowaa isa Uumaa keenya taʼee fi jireenya namaaf kennuu nu barsiisa. ( 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐭𝐚 17;24_25Kana malees, Kitaabni Qulqulluun waaʼee Ilma isaa Yesuus isa “dubbii jireenya bara baraa” barsiisee ni dubbata.— 𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐢𝐬 6;67_69  Aarsaa furii Yesuus irratti amantii qabaadhu. Yesuus gara lafaa kan dhufe ‘warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuufi dha.’ 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐞𝐰𝐨𝐬 20;28 Aarsaan Furii Yesuus namoonni bara baraaf lafa Jannata taatu irra akka jiraataniif karaa baneera. 𝐁 𝐅𝐚𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚 37:29 Yesuus, “Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayʼee jaallateera” jechuudhaan dubbateera. (𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 3:16 Akkasumaan Yesuusitti amanuu caalaa wanti barbaachisu akka jiru hubadhu. Barumsa Yesuus barsiisee fi fedha Abbaa isaa wajjin haala wal simuun jiraachuuf filachuudhaan ‘isatti akka amannu’ argisiisuu qabna.—.𝐌𝐚𝐚𝐭𝐞𝐰𝐨𝐬 7:21/𝐘𝐚𝐚𝐪𝐨𝐨𝐛 2;17..... 𝐀𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭 𝐟𝐮𝐟𝐚𝐚...... https://t.me/Youth4Christ1
90Loading...
15
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
2040Loading...
16
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2450Loading...
17
"Waaqayyoo carraa du'aa sii qabu" Ergaa keeti dubbiifadhuu darbii !!!!!                   Guyyaa tokko jedhan dubbartii tokkotu konkolaata imala jiru tokko argiite deemuuf bakka qabatte buute.  Konkollachiisan konkolaata sana garuu bakka isheen qabattee sana gonkumaa akka hin teenye dide. isheen garuu deemuuf waan fedha qabduuf  amma amma irra deddebi'iite gaafattu illee tole jechuu dideen booda irra dubbartiin kun dhiistefi buute.      Akka carraa ta'ee namnii kan bira immoo gaafa dhufu akka inni ta'uu konkollachiisaan sun ayyaameef.  Waan nama dhibu garuu  konkolaatan kun erga xiqqoo adeemen booda galagalee namiichii bakka dubbartii sana ta'ee du'ee argame.................................. Yaa obbolleessa ko  yaa obbolleetti koo bakka atii qabattee sana sanyiin, qoomon , lammiin , firaan , anteen , jireenyaan , bifa fi haalan akka atii hin teenyeef si dhorka warri jiran badiisa keef osoo hin taane  jireenya keefidha...............  isaano garrummaaf malee .. isaano akka atii jiraattuuf malee si miidhuuf miti.   Ilaa yoo isaan karaa keetti cuufan illee , yoo isaan galma keetti gufuu ta'aan illee , yoo isaan  si jibban illee , yoo isaan si dhiiban illee ati immoo cimsii isaaniin galateeffadhuu gaariis yaadiif......... sababiin isaa isaan daandii jireenyaa kee waan ta'aniifi..... ....... Ameen ameen waan dubbiistaaniif galatooma......🙏                   Follow this channel t.me/Youth4Christ1              #Halkan_gaarii❤️
2691Loading...
18
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
2780Loading...
19
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2800Loading...
20
_keessaa_tokko_sitaasisa. Luq 12:45 59. #Mootummaa_Waaqayyoon_ala_sigodh. 1Qor 6:10. Gal 5:21. #Dhugaatii_jabaa_dhuguu_dhiisuun_maaliif_gargaara? 60. #Xuraa’ummaa #irraa_si_oolcha. Dan 1:5-7. 61. #Hafuura_Qulqulluudhaann_guutamta. Luq 1:15. 62. #Akka_of_hindaganne_sigodha. Luq 21:35. 63. #Amalakee_akka_sirreeffattu_godha. Rom 13:13. 64. #Gaarummaatti_jiraatta. Rom 14:21. 65. #Hiriyyummaa_nama_amaneera_jedhee_machaa'u irraa_si_oolcha. 1Qor 5:11. 66. #Dammaqinaan_jiraatta. 1Tes 5:6-7. 67. #Nama_amane_taatee_akka_hin_dogoggorreef_si_oolcha. 1xim 3:8. #Macaafni_Qulqulluun_waa'ee #dhugaatii_jabaa_irratti_tajaajiltootaan_maal_jedha? 68. #Raajonni Dhugaatii_jabaatiin_akka_hinmachoofne_ykn_warra_of_hinganne_tahuu_qabu_jedha. 1xim 3:2, Tito 1:7-8 69. #Diyaaqonii_ykn_warri_waldaa_Kiristiyaanaa_keessatti_gargaartota_tahan_dhugaatiitti_akka_of_hingadhiisne_jedha. 1Xim 3:8. 70. #Maanguddoonni-dargaggoonni_dhugaatiitti_akka_of_hinganne_Jedha. Titos 2: 3 fi 4. 71. #Jireenya_isa_kanaan_dura_yeroo_saba_Waaqayyoo_hinta’in #jiraachaa_turtan_sana_hinjiraatiinaa_jedha. 1Phex 4:3-4. 72. #Dhugaatiidhaan_of_hin_balleessinaa_jedha. Efesoon 5:18 73. #Machooftanii_gadhiisiitti_jiraachuudhaan_guyyicha_isa_dhumaaf_akka_of_hin_daganne_jedha. Luq 21:34. 74. #Machiidhaan_Mootummaa_Waaqayyoo_akka_hin_dhabne_jedha. Gal 5:21. 75. #Dhugaatii_nama_macheessu_hawwuun_sirrii_miti_jedha. Fakk 31:4. t.me/Youth4Christ1
4147Loading...
21
Qalbii Godhadhu Dhugaatii_jabaa_Hin_dhugiin_Kan_jedhu_Macaafa_Qulqulluu_irratti_bakka_75tti_akka_caafame_beektaa? 1. #Daadhiin_wayinii_qullaa_sigodha_sisalphisa. Uma 9:20-26. 2. #Fira_dhiigaa_ykn_ijoolleekee_wajjiin_akka_ati_ejjitu_sitaasisa. S.uma 19:30-38. 3. #Dhugaatii_Nama_macheessu_hin_dhugiinaa_jedhee_Waaqayyo_abboomeera. S.Lew 10:9-11. 4. #Cuunfaa_muka_dhangaggaawu_hin_dhugiinaa! S.Lakk 6:3 5. #Dhugaatii_jabaan_albaadhessaa_fi_sagaagaltuu_sitaasisa. K.deebii 21:20 6. #Daadhii_Wayinii_yookaan_dhugaatii_cimaa_hin_dhugiinaa! K.deebii 29:5-6. 7. #Daadhiin_wayinii_ykn_dhugaatiin_jabaa_hadhaa_bofaa_isa_dhoksaatti_nama_ajjeesuudh. K.deebii 32:33. 8. #Daadhii_Wayinii_waanuma_nama_macheessu_irraa_ofeeggadhu! A.firdii 13:4, 7:14. 9. #Ati_hanga_yoomitti_machoofta? 1Seenaa 1:14 fi 15 10. #Dhugaatiin_jabaa_kun_akka_ati_duutuu_fi_ajjeestu_sigodha. Fakkeenyaaf Naabaal erga dhugee booda in du'e. 1Saam 25:32-38. 11. #Haxxummaa_hamaa_sibarsiisa. 2Saam 11:13. 12. #Amnoon_mucaan_Daawwit_dhugee_ture_gaafa_namaan_ajjeefame. 2Saam 13:28 fi 29. 13. #Beenhaadad_fi_jeneraalonni_32_dhuganii_machaa'anii_rukutamanii_dhuman. 1Mot 20:12-21 14. #Dhugaatii_jabaan_akka_tuffatamtu_sigodha.  Asteer 1:8-12. 15. #Daadhii_Wayinichaa_isa_firdiif_qophaa'e #irraa_jal’oonni #lafa_jiranii_ni_dhugu. Far 75:8 16. #jal’oonni #daadhii_wayinii_isa_humnaan_nama_irratti_ka’uudhaan #argamu_keessaas_ni_dhugu. Kana jechuun humnaan nama irratti akka ati kaatu sigodha. Fakk 4:17. 17. #Dhugaatii_jabaan_ogummaa_sidhabsiisa. Ogeessa hintaatu jechuudha. Fakkeenya 20:1. 18. #Dhugaatii_jabaan_hidhata_warra_dhugduu_sigodha. Fakkee Ta 23:19 & 20. 19. #Hiyyeessa_sigodha. Baasii hintaaneef si saaxila akkasumas qaamaan illee namaan gadi sigodha. Fakkeenya 23:21. 20. #Madaahuu_qaamaa_sitti_fida. Fakkeenya 23:29-30 21. #Hawwa_hintaaneef_si_saaxila. Fakk 23:31 22. #Hadhaa_mar’ataas #tahee_keessakee_idda. Fakk 23:32 23. #Gara_dubartii_ejjituu_si_ilaalchisa. Fakkeenya 23:33 24. #Ofitti_amanamummaa_sidhabsiisa. Kana jechuun yaada tokko akka ati hinqabaanne , akka gabatee bishaan keessaa taata. Fakkeenya 23:34 25. #Miira_dhukkubbii_fi_miira_fayyina_qaamaa_siwallaalchisa. Fakkeenya 23:35. 26. #Eenyummaa_fi_kabaja_sidhabsiisa. Fkn 31:4 fi 5. 27. #Badiisatti_sigeessa. Fakkeenya 31:6 fi 7 28. #Gammachuu_miira_jireenyakeef_hinta'u. Lall 2:3, 12:8. 29. #Keessattuu_gaggeessaa_taatee_dhuguun_sirrii_miti. Fakkeenya 31:4. 30. #Kaayyoo_dhugaatii_dhuguu_malee_kaayyoo_biraaf_carraa_siif_hinlaatu. Isa 5:11 fi 12. 31. #Araada_dhugaatii_qofaan_akka_ati_gammaddu_sigodha. Isa 5:22 32. #Fedhii_nyaataa_sidhabsiisa. Isa 19:14. 33. #Jireenya_Abdii_kutannaa_keessa_sigalcha. Isa 22:12 fi 13 34. #Miira_dhandhammii_sidhabsiisa. Isa 24:9 35. #Dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_sihambisa. Isa 28:1. 36. #Ulfina_mataakee_sidhabsiisa. Isa 28:3 37. #Firdii_qajeelaa_sijallisiisa. Isa 28:7 38. #Maaddii_kabajamu_hin_godhattu. Isa 28:8 39. #Jireenya_irra_deebii_malee_jireenya_haaraa_hinqabaattu. Isa 56:9-12. 40. #Laphee_ykn_Gurra_Waaqayyoon_dhagahu_hinqabaattu. Erm 35:2-14. 41. #Oobdii_ykn_iddoo_aarsaa_Waaqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Hisqi'el 44:21. 42. #Gaggeessummaa_sirrii_hin_gaggeessitu. Dan 5:2-3 43. #Qodaa_mana_Waqayyoo_akka_xureessitu_sigodha. Dan 5:3 44. #Waaqa_tolfamaa_siwaaqeffachiisa. Dan 5:4 45. #Waaqayyo_irratti_akka_kaatu_sigodha. Dan 5:23. 46. #Yaada_sibooji'a. Hose'aa 4:11 47. #Jal’ina #sihojjechiisa. Hos 7:5 48. #Daldala_jal'inaa #sibarsiisa. Yo'el 3:3. 49. #Gargaaraa_jal'ootaa #taatee_xureeffamuu_mana_Waaqayyoof_sababa_taata. Amos 2:8 50. #Sababa_baduu_namaa_taata. Amos 2:12. 51. #Sababii_dheekkamsa_Waaqayyoo_taata. Yo'el 1:1-4. 52. #Sobduu_sitaasisa. Miik 2:11. 53. #Hojii_hamminaatiin_hamootatti_si_ijaara. Nahoom 1:10 54. #Salphaatti_gowwoomta. Amb 2:5 55. #Sababa_dhugaatii_jabaa_nama_tokkoo_yoo_taate_dheekkamsa_Waaqayyoo_jalatti_hafta. Amb 2:15 56. #hin_yellaata. Ulfinnikee salphinatti geddarama. Amb 2:16. 57. #Hojjetaa_hin_amanamnee_taata. Mat 24:48_51. 58. #Hamoota
36810Loading...
22
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
2580Loading...
23
TORBEE DHUFUN FANNIFAMA(Dinqii Gooftaa) ================================= " Kiruseedii gurguddaa ardii Afrikaa keessatti gaggeessinuun namootni miliyoonaan lakkaawwan gooftaatti amananu turan. Dabareedhaan biyya Koongoo wangeela lallabuufan deeme. Guyyaa tokko obboleessi wayii akka mana hidhaa dhaqnee wangeela dhugaa baanuuf nu affeere. Innis kanaan dura achi deemee waan tureef hidhamtoota keessaa kan amanan turan. Yeroo dhaqnetti namoota 50 kan duuni itti murtaa'e, harkii fi miilli isaanii haala sukkanneessaan, finyoo(funcaa) sibilaan, hidhaman argine. Taa'anii faarfatu. "Guyyaan gooftichi uume isa kana" jechuun walharkaa fuudhanii suuta faarfatu" jedhan hojjetaan wangeelaa Reinhard Bonnke. Girgiddaa manichaa keessa sibila tokkorra taa'ee osoon dhaggeeffadhuu Hafuurri Waaqayyoo natti dubbate."Mucaa dura bu'ee faarfachiisaa jiru kanaan 'Mana hidhaa kanaas ni baata, wangeela koos ni lallabda' jedhii itti himi" naan jedhe. Anis yaa gooftaa kun sagalee keetii jedheen irra deebiin gaafadhe. Waaqayyoos deebisee "Eeyyee! kun Sagalee kooti !" jechuun natti dubbate. Namicha afaan naaf hiikuun "muca dura bu'ee faarsaa hogganaa jiru naaf waamin" jedheen. Dargaggeessichi yoo dhufu"Maqaan kee eenyu jennaan Richard" naan jedhe. Richard, Waaqayyo gooftaan "mana hidhaa kanaas ni baata, wangeela koos ni lallabda" sin jedheera jedheen itti hime. Fuulli mucaa kanaa ni geeddarame. Innis " Muka guddaa ala jiru sana agartaa ? " naan jedhe. "Eyyeen" jedheen. "Ji'atti yeroo tokko magaalaa Kinshaashaa irraa namni tokko nu fannisuuf ergama. Nuyis mukicha fuldura dhaabbannee fannifamuuf dabaree egganna. Funyoo morma(kokkeetti) hidhee fiixee mukarraatti ol harkisee gadi yoo deebisu hidhamaan sun ni du'a. Kana dura dabareen yemmuu narra ga'u yeroo sadiif nan dadhabe; ji'a dhuftutti jedhee na dhiisee deeme. Torbee dhufu garuu jalqaba irratti anatu fannifama" jechuun naaf deebise. Anis "Egaa Waaqayyoo akkas jedheera jechuun kadhadheefiin bira adeeme." Torban sana manatti yoon kadhadhu"Yaa gooftaa! Dhimma Richard sana raawwadhuuf" jechuun boo'ichaan kadhadhaaf. Haafurri Waaqayyoo guyyaa tokko "Atumti bulchitoota biyyaa bira dhaqii bakka isaa dubbadhuuf " jedhe. Anis nan dhaqe. Bulchaan biyyaa mana hin turre. Haadha manaa isaatiin "har'a dhimma tokkofan as dhufe"n jedheen. "Torbee darbe mana hidhaatti wangeela lallabeen ture. Waaqayyoo dargaggeessi Richard jedhamu gadhiifamee wangeela koo haa lallabu waan jedheef dhimma kana abba warraa keettii akka naaf himtu kabajaan si gaafadhan" jedheen. Isheenis "dhimmi kun waan ta'u natti hin fakkaatu" jette. Xiqqoo turtees " yoo ijoollee keenya Ameerikaatti kaffaltee nuuf barsiisfte garuu irra mari'anna" naan jette. Anis deebisee "Lakki ! Kana gochuuf ani qarshii hin qabun" jedheen. Baay'ee natti aarte. Balbala natti cuftee deemuuf yoo isheen kaatu "Waaqayyoo Richard hiikaa; inni hojjetaa wangeela kooti isiin jedheera" jedheen sokke. Konfiraansii gaggeessee yoon deebi'u bilbilli natti bilbilamee "Richard hiikameera. Amma barumsa wangeela barachuuf galmaa'eera" naan jedhe. Anis "Baasii mana barumsaa isa nan danda'an" jedheen. Waggaa afuriin booda Kiruseedii magaalaa Kinshaashaatti qopheessinee turre. Dura bu'aan Kiruseedii keenyaa har'a saatii laaqanaa nannoo hoteela kiyyaatti "surprise" n akka na qunnamu natti hime. Yeroo geenyu dargaggeessi tokko fiigee dhufee natti marame. Ni boo'e, na boochise. Ani Richard jechuun natti hime. Barsumsa fixee hijjetaa wangeelaa ta'e. Dhugumaan“Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru" ( Luq. 1:37) Dinqiidha hojiin Gooftaa keenyaa!! Fannifamuu nama oolchee lallabaa wangeelaa nama taasisa. Afaan Oromootti kan hiike Duresa Guluma t.me//Youth4Christ1
3721Loading...
24
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
720Loading...
25

2910Loading...
26
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
960Loading...
27
(•‿•) Suura kana irratti cuqaasuun, ol bahaa! Waan isiniif dhufu daawwadhaa! Affeerraa keenyatti gammadaa! 👇👇👇            🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴🚴       🌑°  *   ° *. °☆ ★* • ○ ° ★● . ○ °° ☆     ★° °☆ 🌚 ★ ○☆ 👆 ClickOn Steps 😱 Waver : @BrakeIt
3210Loading...
28
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
1070Loading...
29
Media files
3570Loading...
30
I would like to say Congratulations !!! for All Action group of Jimma college and university main campus fellowship 👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉👏🎉 I proud to you all the time I proud to you all the time !!!  I feel Hopeful about you ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ the world is waiting for you; to be the man of tomorrow, a generation nominated for good works and to preach the gospel to all nations . 62 action teams are certified last Saturday may 10/2024 at Jimma college and university main campus fellowship! Praise God 🙏 #Jesus_saves #SLM_Ethiopia #We_are_a_witness #GCM_Ehiopia t.me//Youth4Christ1
7871Loading...
31
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA. WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA👇👇
2320Loading...
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
👍 1
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
HAYYOONNI WAA'EE MACAAFA QULQULLUU MAAL JEDHU? ➊. "Macaafa Qulqulluu dubbifachuu kootti buufadhee  jira. Mee atis amantii fi hafuura qulqulluun guutamiitii Macaaficha dubbisi! Bara jireenya kee guutummaatti shakkii malee nama fooyya'aa taatee jiraatta. Akka kabajamtettis jireenya kee ni raawwatta."     — Abrahaam Linkan ➋. "Dhugaadhuman jedha na amani! Jabina ta'ee, dadhabbii attamii keessa yoon jiraadhe, Macaafa Qulqulluu utuun hin dubbifatin gara siree koo hin dhaqu."    — Daaglaas Maak'artar ➌. "Yuniversiitii seenanii barachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa ittan amana. Haa ta'u iyyuu malee, yoo yuniversiitii seenuu baatan iyyuu warri Macaafa Qulqulluu qoratan warra utuu Macaafa Qulqulluu hin beekin yuniversiitiidhaa eebbifaman irra beekumsa guddaa caalu qabu."     — Pro. Wiliiyam Liyoon ➍. "Seexanni guutumaan guututti namoota moo'atee kan inni too'annaa isaa jala galfatu yeroo akka isaan Macaafa Qulqulluu dubbisanii dhugaa macaaficha keessa jiru hin barbaadneef garaa isaanii cufu dha."     — Dr. Haawaardi Keelii ➎. "Baroota jireenya koo ani keessa darbe hundumaa keessatti maallaqa miliyoona hedduutti lakkaa'amuun mi'oota garaa garaa biteen gurguraa ture. Daldala kana irraas bu'aa hedduu argadheen jira. Haa ta'u iyyuu malee mi'an bite keessaa qabeenya ani yeroon umurii waggaa kudha lama ture bitadhe caalaa kan bu'aa naaf argamsiisuu danda'e hin jiru. Qabeenyi guddaan kuni Macaafa Qulqulluu isa ani Doolaarii Ameerikaa lamaa fi walakkaa dhaan bite dha. Maalummaa koo har'aatiif sababa kan anaaf ta'e Macaafa Qulqulluu kana dha."     —Joon Mekir ➏. "Macaafni Qulqulluun burqaa beekumsa hundaa waan ta’eef macaafotni biyya lafaa kana dinqifachiisan hundumaa kan caaseffameen Macaafa kana irratti."    — Daawit Taalmaargi ➐. "Yeroo gammadnus ta'ee, yeroo gaddinu Macaafa Qulqulluu dubbisuu danda'uu qabna. Yoo kana ta'uu dhaa baate jireenya qajeelchuufis ta'ee ittiin qabuuf humna hin qabaannu." t.me//Youth4Christ1
Mostrar todo...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

👍 4
#KADHATICHA! Namicha waggoota dheeraadhaaf karaa irra taa'ee kadhatu tokkotu ture. Umurii isaas, aduu dhiitee bariitu, karaa sana irra taa'ee waan tokko gochuun dabarsa ture. Innis namoota daandii sanarra isa bira darbaa oolan qarshii kadhachuudha. Guyyaa tokko akkuma yeroo kaanii namichi kara-deemaan tokko isa bira darbuu yoo dhufu, "Adaraa na gargaari. Rabbi irraa argattaa" jedhee moofaa ciccituu isa fuuldura jirturra akkuma inni saantima muraasallee buuseefii darbuuf harka isaa raasee kadhate. Namichis, "Ani homaa waan siif kennu hin qabu. Waaqni siif haa kennu" ittiin jedhe. Itti dabalees, "Kan ati irra teessee jirtu kun maaliidha?" jedhee miira shakkiin kadhataa sana gaafate. Kadhatichis, "Homaayyuu miti. Saanduqa xiqqoodha. Ergan gaafa asitti argee eegalee waggoota dheeraadhaaf kanuma irra taa'een kadhataa ture" ittiin jedhe. "Bantee ilaaltee beektaa?" namicha kara-deemaa santu gaafata. "Lakki." "Maaliif hin banne?" "Homtuu keessa hin jiru nan beeka. Maaliifan bana?" Kara-deemtichis, "Mee har'a banii ilaali!" ittiin jedhe. Kadhatichis irraa ol ka'ee saanduqa xiqqoo sana bane. Yoo keessa saanduqichaa ilaalu garuu ija isaa amanuu dadhabe. Saanduqichi warqeen guutee jira. Namichi waggaa afurtamaa oliif warqee gatii mi'aa irra taa'ee saantima muraasa kadhataa ture. Seenaan kun kitaaba '#The_Power_Of_Now' jedhu kan #Eckhart_Tolle barreesse irraa fudhatame. Barreessichis dhaamsa seenaa kanaa akkasiin kaa'e: "Anis namicha kara-deemaa homaa waan siif kennullee hin qabneedha. Garuu akka ati gara keessaa ilaaltuuf sittin hima. Gara keessaa yeroon jedhu keessa saanduqaa kan warqee barbaachaaf gootu miti. Keessa isa isa caalu, kan sitti dhihoo jiru, keessa ofii keeti. Keessa ofii kee ilaali. Gaafas 'ani kana booda kadhataa miti.' ofiin jetta." Isin hoo maal irraa hubattu? t.me/Youth4Christ1
Mostrar todo...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Kudhan Taanee Ajjeesuuf Deemne(Gooftaa koo🥰) ======================≈========= George Plamer lixa biyya Awustiraaliyaatti dhalate. Umurii waggaa 7tti abbaan isaa dhukkubsatee irraa du'e. Du'a abbaa isaa yoo dhaga'u baay'ee boo'e. Innis "Yaa Waaqayyo maaliif abbaa koo na jalaa fudhatte? Dhuguma ani garaa kiyya irraan si jibbe. Gonkumaa ani si jaalachuu hin danda'u " jedheen. Jibbaa Waaqayyoof qabu ifatti dubbate. Jireenyi isaa jibba namaanis guute. Namoota naannoo isaa jiran hundaaf yaaddoo ta'e. "Nama faayidaa hin qabne, gatii tokkollee hin baasne" jedhamee waan itti himamaa tureef sirumaa kun gara jabummaa guddaa akka qabaatu isa taasise. Umurii waggaa 17tti dursaa kashalabbootaa(mafia/gangestors) ta'e. Gareen gurmeessee namoota tumuun hojii isaa idilee ta'e. Bara 1959tti hojjetaan wangeelaa Billy Graham wangeela lallabuuf guutummaa ardii Awustiraaliyaa naanna'aa akka jiru dhaga'e. Garee kashalabbootaa 10 kan hogganu George Plamer, Billy Graham ajjeesuuf shugguxii isaanii dhoksaan hidhachiisuuni isteediyimii galan. Kurnan isaniis akka wal hubachuuf isaanii tolutti bakka wal arguu danda'an taa'an. Yeroo inni namoota gara fulduraatti waamu isatti dhukaasne galaafanna jechuun tumaa tumatan. Lallabni hojjetaa wangeelaa kanaa waa'ee jaalala Waaqayyoo fi fayyuu dhala namaa kan bu'ureeffate yoo ta'u namootni sagalicha dhaga'an baay'ee dubbichaan tuqamuu arge. "Namoonni seexana ta'an kun amma asitti walitti kan qabamaniif maal gochuufi?" jedhee osoo aaraa jiruu sagalee"Yaa George, maal asii goota?" jedhu dhaga'e. As garagalee ilaallan nama isatti dubbate dhabe. Sagalichi haafuura Waaqayyoo biraa ta'uu yeroo baretti "Amma bareera. Ati Waaqayyoodha. Ati maaliif abbaa koo na jalaa ajjeefte? Maaliif akasitti na miite? Maaliifan si jaaladha? Ani dhimma kees hin qabu" jechuun deebiseef. Haafurri Waaqayyoos deebisee" George, ani si miidhuuf abbaa kee hin ajjeefne. Ani tasumallees si hin miine" jedheen. Hojjetaan wangeelaa Billy Graham lubbuu haaraa gara fulduraatti gaafa waamu hiriyootni isaa "ka'i, haa ajjeesnu" jedhaniin. George garuu "lakki kana gochuu hin danda'u" jedheen. Hirqifatee boo'e. Umurii waggaa 7ffaa isaa irraa eegale imimmaan waan jedhamu fuula isaa irratti kan hin mul'anne gaafa sana fuulli isaa akka rooba yandoo fakkaate. Shugguxii isaa lafatte darbatee Gooftaa amanuuf gara iddoo aarsaatti qajeele. Kudhan keessaa salgan isaaniis wangeelatti amananii fayyan. George Waldaa "Salvation Army" jedhamutti dabalamee tajaajilaa ta'e. Osoo jibbanii kan nama jaalatu, osoo hari'atanii kan nama barbaadu, laphee jibbaan guute jaalalatti kan geeddaru, kan gatii dhabeef gatii kan kennu Yesus Kiristoos qofaadha. Afaan Oromootti kan hiikamee dha. t.me//Youth4Christ1
Mostrar todo...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Ab-suuddaa (Xuqur asmuudi) gurraacha 1. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu. 2. Haphina rifeensaaf shayi waliin. . 3. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin. 4. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin.. 5. Dhibee kaansaariif. 6. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin 7. Dhibee sukkaaraaf. 8. Dhibee garaa kaasaatiif. 9. Qakkeef. 10. Dhukkubbii garaa laaleessu.. 11. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura. 12. Utaalloof 13. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa. 14. Dhukkubbii maashaaf bayeessa. 15. Dhukkubbii dugdaatiif.. 16. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu. 17. Dhukkubbii ilkaaniif, 18. Infekshinii irgaaf ni tola.. 19. Hooqxoo qaama. 20. Ho'insa qaama dabaluuf. 21. Dhibee himna humna nama qabuuf. . 22. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara. 23. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola... 24. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha..           Firiin kun dhibewwaan gara garaatiif heeddu gargaara akka jiru qoronnowwan wirtuu omisha dawaa ibsaa jiru -Akkaataan soorata isaa nyaata waliin. -Shayi waliin -Damma waliin. - Buna waliin. - Bishaan waliin Akkamiitti nyaatamuu qaba =Daakama isaa otoo hin bilchoofne =Sodaa garaachi daaku dadhabuuf immoo xiqqo akawama. =Zeeytii (cunfaa)isaa Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! t.me/Youth4Christ1
Mostrar todo...
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

👍 3