Creative Dev
Ir al canal en Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Mostrar más2 412
Suscriptores
-524 horas
-277 días
-9630 días
Archivo de publicaciones
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
#Ramaddii_Yuunivarsiitii
Akkaataa Sirna ramaddii yunivarsiitii barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatan ilaalchisee ibsa kenname.
Ulaagaalee Ramaddii Barattootaa:-
Ulaagaa ramaddii qabxiiwwan 11 guutuu isaa liinkii asii gadii tuquudhaan argattuu
👇👇👇👇👇👇👇👇
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa
Free Waver promo
@Rafiqul_Islaam
ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን::
Free Waver promo
@Rafiqul_Islaam
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 409
"Israa’el si’a sadii haleelle, fuuldurattis ni haleella"- Huutii
Onkololeessa 20/2016
Hidhattoonni Huutii Yaman - kibba baha Israa'elirraa maayilii dhibbaan lakkaa'amu fagaatu- misaa'ela baalistikii fi diroonii ''danuu‘‘ furguggisuu mirkaneesse.
Magaalaa kibba Israa'el Ayilat keessaa sagaleen akeekkachisa balaa Kibxata dhagahamaa kan ture yoo ta’u, Israa'el ‘‘xiyyaaara diinaati‘‘ jettuun Galaana Diimaarratti kuffifte.
Dubbi himaan waraanaa Huutii Yahyaa Saaree ibsa TV gubbatti kennaniin, Israa’el haleeluuf si’a sadaffaaf tarkaanfii waraana fudhanneerra jedhan- haleellaan biroos akka itti fufu dubbatan.
Humnoonni Huutii ''hanga weerarri Israa'el xumuramutti tarkaanfii waraanaa addaa fudhachuun ittifufa'' jedhan Saareen.
Torban darbe Israa’el gareen finciltoota Yaman kan Iraaniin deeggaramu, diroonii magaalota Masrii lama keessatti dho’iinsa uume erguun himattee turte. Kaayyon haleellaa diroonii sun Israa’el haleeluuf yaadame jetteetti. BBC News Somali wabeeffannne.
Nu hordofaa
YouTube https://youtube.com/@
Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
2 409
Halkan kana lolli jalqabee jira, Ogeeyyiin Irone Dome ajjeefaman...!!
Har'a halkan kana lolli Waraanaa Hamaas fi Israa'iil gidduutti geggeeffamaa jiru dhumaatii loltoota Waraana Israa'iiliin jabaatee itti fufee jira, Israa'iil Gaazaa to'annaa ishee jala galchuuf humna ishee guutummaatti fayyadamaa jirti.
Loltoonni Israa'iil ogeeyyii Irone Dome ta'an 3 halkan kana ajjeefamuun ifoomee jira.
Loltoonni Israa'iil kun meeshaa Irone Dome kan haleellaa qilleensa irraa ittiin qolatan Opirate godhan yoo ta'u har'a dhiheenya Gaazaa 'tti meeshaa kana Opirate godhanii Rookkettii Hamaas furguggisu osoo qolatanii haleellaa Hamaas 'f saaxilamuun Addunyaa kana irra godaananii jiru.
Ogeeyyiin Meeshaa Irone Dome kanneen halkan kana Haleellaa Hamaasiin ajjeefaman kunneen maqaan isaanii Koomaandar Biniyam Gabrael, Koomaandar Natav Kuzare fi Kaappiten Shahar Sa'udiyan jedhamu.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii
2 409
Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔 🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 409
Hizbullaah waliin kallattiin lola Waraanaa 'tti akka hin seenne Israa'iil of-eggannoo taasistus addi Waraanaa biraa dhalachuun isaa waan oolle ta'aa jira..!!
Kaleessa galgala Hizbullaah 'n irra-deddeebiin Misaa'ila furguggisuun Israa'iiliin haleelaa kan bule yoo ta'u haleellaa Misaa'ilaa kanaanis dhoo'insa jabaa mudateen Manneen jireenyaa Israa'iil barbadaa'anii jiru.
Hizbullaah 'n halkan kaleessaa walumaa galatti haleellaa Misaa'ilaa 10 kan geggeesse yoo ta'u kanaanis buufata Waraanaa Israa'iil rukutuu beeksisee jira.
Haleellaan Misaa'ila Hizbullaah kun Israa'iil iddoo Gaalilen Nahraya fi Kirayati Shimona jedhamu irratti xiyyeeffachuun geggeeffamuu isaa Miidiyaaleen ifoomsanii jiru.
Israa'iil adda Waraanaa tokko qofa irratti Hamaas waliin wal loluuf jettee Hizbullaah waliin kallattiin lola biraatti akka hin seenneef tattaaffii guddaa taasisaa kan jirtu yoo ta'u Hizbullaah 'n garuu "Israa'iil Weerara Waraanaa Falasxiin irratti bantee jirtu haga hin dhaabnetti lolli keenya waan hin oolle dha! Gaazaan barbada'aa nuti harka marannee hin teenyu.!!" jechuun Israa'iil 'tti kan dhaadatu Hizbullaah 'n haleellaa qilleensa irraa irra-deddeebiin Israa'iil irratti fudhachuu itti fufee jira.
Israa'iil gama dubbi himaa Ministeera Waraanaa isheetiin ibsa kenniteen "Hizbullaah 'n gocha isaa kana irraa yoo hin dhaabbanne tarkaanfii haaloo ba'annaa keenyaa jala hin miliqxu..!" jechuun akeekkachiisee jira.
Israa'iil yoo dhiibee dhufe Adda Waraanaa lamaan isaa (Hamaas fi Hizbullaah) irratti nan lola kan jette yoo ta'u Israa'iil Adda Waraanaa 2 irratti loluu ishee ammoo Ameerikaan jabeessitee kan isheen barbaanne dha.
Ameerikaan lolli Israa'iil geggeessaa jirtu Hamaas qofa waliin akka ta'u qofa kan barbaaddu yoo ta'u sababa kanaas akeekkachiisa jajjabaa Israa'iiliif kennaa turuun ishee ni yaadatama.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
