Creative Dev
Ir al canal en Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Mostrar más2 412
Suscriptores
-524 horas
-277 días
-9630 días
Archivo de publicaciones
2 409
Haleellaa halkan edaa Hizbullaah 'n Israa'iil irratti fudhate jabaa ture.
Bal'ina isaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇
2 409
Goota Biirgeedii Taankii daaraa godhu, isa humna Waraanaa Israa'iil salphise.. Raajii dha..!!
Goota dachii isaa bakka awwaalchaa diinaa taasise, Weerartuu humna lafoo ishee Biirgeedii Taankiin dabaaltee dachii isaa dhuunfachuuf dhufte Gootichi Hamaas kunoo haala kanaan daaraa godhe!! Loltoonni weerartuu Israa'iil bakka seentu dhabdee yeroo baaragdu Taankii Israa'il ittiin dhaadattu yeroo barbada'an! Waaroo salphinaa biraa waraanni Israa'iil uffate.
Lola kaleessa kaaba Gaazaa 'tti Hamaas fi Israa'iil gidduutti geggeeffame irratti yeroo Hamaas Taankii Israa'iil barbadeessu kan mul'isuu Viidiyoo Hamaas qoode daawwadhaa.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii
2 409
Lola jabaa guyyaa kaleessaa Kaaba Gaazaa irraan Hamaasi fi Israa'iil gidduutti geggeeffame..!!
Lolli kaleessaa kun kaaba Gaazaa irraan waraanni weerartuu Israa'iil Magaalaa Gaazaa seenuuf waraanni Hamaas ammoo akka isaan hin seenne dhorkuuf kan geggeeffame yoo ta'u lolichi lola Waraanaa isa ijibbaachisaa ture.
Lola kanaan Hamaas loltoota lafoo Israa'iil ajjeesuun Taankilee ishee hedduu barbadeessuu ragaa suur-sagaleen qoodeen ifoomsee jira. Israa'iil gama isheetiin ibsa lola kana irratti kenniteen ajajaan Waraanaa tokko madoo jabaan jalaa adabamuu isaa kan ifoomsite yoo ta'u Neetaniyaahoo 'n "Lolichi qormaata jabaan kan dabaalame dha, yeroo dheeraa nutti fudhata" jechuun Magaalaa Gaazaa seenuun salphaa akka hin taane beeksisee jira.
Pirezidaantii Rippaablika Islaamaa Iraan kan ta'an Ibraahiim Ra'iisii lola kaleessaa kana ilaalchisuun ibsa kan kennan yoo ta'u "Kufaatiin Waraanaa har'a kaaba Gaazaa irratti Israa'iliin mudate kun Injifannoo Hamaas haleellaa jalqabaan goonfate 'tti aanuun Injifannoo guddicha 2ffaa dha!" jechuun Injifannoon kaleessa Hamaas galmeesse salphaa akka hin taane akeekee jira. Israa'iil garuu gama isheetiin kasaaraa Waraanaa kaleessa ishee mudate kanaafis Iraaniin gaafatamaa taasistee jirti! Israa'iil lola kaleessa kaaba Gaazaa irratti mudate kana irratti komii dhiheessiteen "Meeshaalee Waraanaa fi tooftaa bobbaa Waraanaa Hamaas itti fayyadame keessa harki Iraan ni jira!" jechuun Iraanitti quba qabdee jirti.
Lolli Waraanaa torban 3 darbe kun jabaatee itti fufee jira, Israa'iil humna lafoo ishee Gaazaa seensisuuf tooftaa mara fayyadamtee milkaa'uu dhabdee jirti! Kanuma hordofuun aanga'onni Israa'iil adda qoqqoodamanii wal qeequu jalqabanii jiru!! Toora Twitter irraan roogeyyiin Israa'iil duula jabaa MM Israa'iil Beenjaamin Neetniyaahoo irratti bananii kan jiran yoo ta'u "Salphina Waraanaa yeroo ammaa Israa'iiliin mudateef Beenjaamin Neetniyaahoo 'n gaafatama jalaa hin ba'u" jechuun balaaleffaannaa garaagaraa geggeessaa jiru.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii
2 409
Lola jabaa kaleessa kaaba Gaazaa 'tti Hamaas fi Israa'iil gidduutti geggeeffame, Injifannoo guddicha lola jalqabaa irratti galmaa'etti aansuun Injifannoo 2ffaa jedhamee galmaa'e.
Bal'ina isaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇
2 409
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 409
Repost from Quick Mobile Solution
🅾𝐃𝐔𝐔_🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
Dabalameeraa
GUYYAA BORII (Kibxata) IRRAA KAASEE KAN KANAAN DURA REFERRAL (1)F MAALLAQA (3) KAFFALAA TURE YOMMUU TA'U BOR IRRAA KAASEE GARA MAALLAQA (1) TTI GADI XIQQEEFFAMA WAAN JIRUUF NAMNI HIN JALQABNE DAFAA AMMUMA JALQABAA
𝑪𝑨𝑨𝑹𝑹𝑨𝑨𝑵 𝑲𝑼𝑵 𝑨𝑲𝑲𝑨 𝑰𝑺𝑰𝑵 𝑯𝑰𝑵 𝑫𝑨𝑹𝑩𝑰𝑵𝑬𝑬.
𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂
Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇
Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
1ffaa. Share your contact isa jedhu tuqxu
2ffaa. Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu
3ffaa
✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂
Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu
Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
2 409
#ODUU_AMMEE
DV lottery 2025 Guutamuu Eegaleera. Nuti Immoo Amma Irraa Kaasuun Bilisaan Guutaa Jirraa. Amma Gara Xumuraatti Waan Deemaa Jirruuf Namni Hin Galmaa'iin Ammuma Galmaa'uuf Kan Jedhu Tuquudhaan Galmaa'aa.
Namni Galmaa'uu Barbadnes Filannoo keessanii irratti hundaa'aa
2 409
Kitaaba Buluughul-Maraam guutuu isaa sagaleen
https://t.me/buluugha_1 arkachuu ni dandeysan
#Namni irraa fayyadamtan dua”iin nan dagatinaa jedha ustaazni.
2 409
_(✪)__
Sareen eegee isiituu osoo hin ilaalle, re'eedgaan eegee tee gad qabadhu jetti.
_(✪)__
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 409
_(✪)__
Yeroo mara hanqina nama biroo ilaaluu dhiisii, hanqina kee of duuba deebi'ii ilaali.
_(✪)__
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 409
Oduu gammachisa
#Diversity_visa
Dv-2025 xumuramuf torban tokko qofatu hafee warreen hin gunne carran kun isiin jala hin darbin guutaati qooda(Carra) kessan ilaalladha guutuudhaaf karaalee asii gadii fayyadamun nu dubbisa bifa qulqullina qabuun isiniif guunnaa.
2 409
Repost from BABA TRAVEL AGENT ✈️
🅾𝐃𝐔𝐔_🅰𝐌𝐌𝐄𝐄
GUYYAA BORII (WIIXATA) IRRAA KAASEE KAN KANAAN DURA REFERRAL (1)F MAALLAQA (3) KAFFALAA TURE YOMMUU TA'U BOR IRRAA KAASEE GARA MAALLAQA (1) TTI GADI XIQQEEFFAMA WAAN JIRUUF NAMNI HIN JALQABNE DAFAA AMMUMA JALQABAA
𝑪𝑨𝑨𝑹𝑹𝑨𝑨𝑵 𝑲𝑼𝑵 𝑨𝑲𝑲𝑨 𝑰𝑺𝑰𝑵 𝑯𝑰𝑵 𝑫𝑨𝑹𝑩𝑰𝑵𝑬𝑬.
𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂
Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇
Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
1ffaa. Share your contact isa jedhu tuqxu
2ffaa. Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu
3ffaa
✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂
Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu
Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
2 409
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
2 409
Repost from Quick Mobile Solution
#🅾𝐃𝐔𝐔_🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 🅾𝑶𝑫𝑼𝑼_🅰𝑴𝑴𝑬𝑬
HARA QOFAA!!!!
GUYYAA BORII (WIIXATA) IRRAA KAASEE KAN KANAAN DURA REFERRAL (1)F MAALLAQA (3) KAFFALAA TURE YOMMUU TA'U BOR IRRAA KAASEE GARA MAALLAQA (1) TTI GADI XIQQEEFFAMA WAAN JIRUUF NAMNI HIN JALQABNE DAFAA AMMUMA JALQABAA
𝑪𝑨𝑨𝑹𝑹𝑨𝑨𝑵 𝑲𝑼𝑵 𝑨𝑲𝑲𝑨 𝑰𝑺𝑰𝑵 𝑯𝑰𝑵 𝑫𝑨𝑹𝑩𝑰𝑵𝑬𝑬.
𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂
Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇
Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
1ffaa. Share your contact isa jedhu tuqxu
2ffaa. Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu
3ffaa
✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂
Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu
Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 