cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DIRREE BEEKUMSAA

JECHOOTA KAKA'UMSAA FI ONNACHIISOO ARGACHUUF ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ–คโค๐Ÿค JOIN GODHAA. 1.JECHOOTA_KAKAUMSAA 2.Jechoota BARSIISOO 3.KECHOOTA HAYYOOTAA MAARREE ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ FILANNOO KEESSAN

Mostrar mรกs
Finlandia3 150El idioma no estรก especificadoLingรผรญstica5 580
Publicaciones publicitarias
776
Suscriptores
+124 horas
+177 dรญas
+7130 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Cats ๐Ÿˆ AKKA dog; Qabxiin kan kennamu yeroo Telegram irratti galmooftan ta'a. Guyyaa 2 keessatti hordoftoota 1.1M ol argatan. ๐ŸŽง Karaa link kanaan seena ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ http://t.me/catsgang_bot/join?startapp=SYVVdAwitKap5eeWcNX3K
Mostrar todo...
14 แดŠแดœสŸส แด€สŸสŸ แด›แด€แด˜sแดกแด€แด˜ แด„แดแด…แด‡s : แดŠแดœsแด› แด›แด€แด˜ แดษด แด›สœแด‡ แด„แดแด…แด‡s แด›แด แด„แดแด˜ส แด›สœแด‡แด What are NFTs and why they cost millions? Code: tardigrade Tapswap education: can u earn 1 bitcoin per day?how bitcoin mining work. Code: 4K7U6E10G7 The most dangerous cryptoscams you should know about! Code: RANSOMWARE Hot crypto news:Ethereum ETFs Code: 5J6OL847G7 Tapswap: curious facts. Top 7 most expensive NFT Code : F35K90V3 What is bitcoin?the simplest explanation Code: liveness Learn 10 New Crypto Terms Code: collateral Top 10 Crypto Billionaires 2024 Code: L6SE704V81 How Cryptocurrency works Code: fibonacci Crypto-currencies worldwide news 3PM71AK03X delisting Fake News And Real News Code: G5D73H20 8 Warren Buffet Rules Code: ABENOMICS Get started in Crypto! Code: TRIBALISM Memes and Crypto-currencies Code: 4D80N74 5 way to make Money on Crypto Code: encryption Drops and Rises Code: 27F53K9 How Earn Money on Crypto Code: genesis Tapswap Education- what the bitcoin is? Code: D57U94 Learn 5 Crypto Terms Code: 2614907 New in the Crypto World Code: 739551 TapSwap Education Code: 030072 Watch the first Token Video No Code (You only have to watch the video) Learn what the TON is Code: 548719 Watch new video Code: 5 Watch the first Video Code: 739002 N.B: Watch full video Namoonni Major Star hin eegalle ammuma eegalaa. Gatiin list taheera.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=1774239772
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Gatiin Major Star efoomeera. Suura oliirraa ilaali. โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† Yoo hin eegaliin immoo ammuma eegali.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=1774239772
Mostrar todo...
Baga gammaddan! Kana beektuu laata . Harra immoo karaa Website akkaataa itti guyyaatti altokko qofaa seentanii bakka 1 qofaa tuquun  $1.5  yeruma Sana withdrawal guchuu fi akkuma level guddisaa deemtaniin hojjettan qabadheen isiniif dhufeera. Yoo xiqqaate hamma airdrop n warri kaan (Hamster,  tapswap,...) list ta'anitti akka ittiin abdii godhattaniif jedheeni. Kanaaf step kana hordoftee bonus achi keessa jiruun eegalta. 1. Link kana ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://usdtmall.cyou/#/register?ic=789582 2. Email kee fi password email kee galchi(2ร—) yeroo 2 jechuu Kooti. 3. Password kan yeroo withdrawal gootuu galchadhu.(2ร—) 4. Invitation code 789582 galchi. VIP jiran bantee fayyadamuuf fuula jalqabaa irraatti bakka bonus tuqii Kan Kana booda haala suuraa oliitiin guyyaatti bakka task Jedhu erga tuqtee hojjettee  booda $1.5 siif kenna. Guyyaatti task murtaa'e qofa siif kenna. Booom
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1
Kun airdrop kamiyyuu akka caalu of amansiisi. Kanammoo booda nagalateeffachuu hin dhiistu. Yoo eegalte tae task fi daily bonus fudhu. Yoo hin eegaliin immoo ammuma eegali in qaqqabda.
Mostrar todo...
https://t.me/major/start?startapp=1774239772 ๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 75โญ๏ธ invite bonus for you 200โญ๏ธ if you are Premium Major
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Simbirroon yommuu lubbuun jirtu mixii nyaatti. Gaafa simbirroon duutu mixiin simbirroo nyaatu. Yeroo fi haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu dandaโ€™a. Jireenya keessatti nama kamiyyuu gonkumaa gatii hin baasisin ykn hin miidhin. Har'a cimaa ta'uu dandeessa, garuu yeroon si caalaa cimaa ta'uu yaadadhu! Mukti tokko ulee kibiriitii miliyoona tokko ol ta'a, uleen kibiriitii tokko immoo muka miliyoona tokko gubuu danda'a. Kuman caala jettee hin daadhatin, kuma ati nan caala jettu keessaa tokko kan akka kee kumaatama jilbeenfachiisuu danda'aa! Kanaaf wanti hamaan tokko jireenya kee keessatti biqilee wantoota gaarii miliyoonaan lakkaa'aman akka hin balleessinetti of-eeggadhu! โ€œGaarii taโ€™ii waan gaarii hojjedhu!" Via Olifan Merga
Mostrar todo...
โค 3
https://t.me/major/start?startapp=1774239772 ๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 75โญ๏ธ invite bonus for you 200โญ๏ธ if you are Premium Major Ammayyuu namoonni hin eegaliin jirtan ammas hin dhumne waan ta'eef seenaa fayyadamaa. Dhugaa dubbachuuf baayyee fayyada. Dhaabbatuma telegram tu hundeesse waan ta'eef gatii baayyeetti gurgurama. Link n ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Mostrar todo...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 4
SEENAA NAMA BARSIISU โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โžฅ ๏ธBarsiisaa tokkotu waa'ee marsaa jireenya kanniisaa utuu barsiisuu barattoota isaa gochaan (practical) dhaan isaan hubachiisuu barbaade.  โ Kanniisa fidee kutaa dhufee, fuuldura barattoota isaa kaa'ee,   akkas jedheen barattoota isaatiin "hamma marsaan isaa kun jiisaa irra ga'eera gara ga'eessatti jijjiiramuuf turtii sa'aatii 2 itti fudhata waan ta'eef namni kamiyyuu akka itti hin buune"Jedhe. Sana booda utuma barattoonni daree keessaa ilaalaa jiranii kanniisni sunis qodaa (qola)  keessa jiru cabsuuf yaalii gochuu eegale. โ Utuma yaalus yeroo dheeraa itti fudhatee ture. Barattoonnis baay'ee gadduufii irraan kan ka'e gargaaruu yoo barbaadaniyyuu ajaja barsiisaa isaanii cabsuu hin barbaadne ture. โ Haa ta'u malee gara dhumaa irratti barattoota sana keessaa tokko dhiphinni kanniisa sanaa baay'ee waan garaa isa nyaatef gargaaruuf murteessee; ka'ees gargaaree qola (qodaa) inni keessa jiru sana keessaa baase. Haa ta'u malee utuma baay'ee hin turin kanniisni sun ni du'e. MAALIF DU'EE ๏ธโ‰ โ Yaaliin inni taasisaa ture sun yaalii jireenya isaaf baay'ee barbaachisu ture. โ ๏ธAchi keessaa ofiin Cabsee (Wala'aansoo qabee) ba'uun isaa: โž€. Cimina qaaama isaaf faayidaa qaba ture. โž. Cimina baallee isaaf faayidaa qaba ture. โ Amma garuu gargaarsa namaatiin achi keessaa waan ba'eef faayidaa kana hunda ni dhabe ofiifis ni du'e. https://t.me/Dirree_beekumsa
Mostrar todo...
DIRREE BEEKUMSAA

JECHOOTA KAKA'UMSAA FI ONNACHIISOO ARGACHUUF ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ–คโค๐Ÿค JOIN GODHAA. 1.JECHOOTA_KAKAUMSAA 2.Jechoota BARSIISOO 3.KECHOOTA HAYYOOTAA MAARREE ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ FILANNOO KEESSAN

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sรณlo permite el anรกlisis de 5 canales. Para obtener mรกs, elige otro plan.