cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Manhaju Sunna ((منهاج السنة))

((القرآن والسنة بفهم سلف الأمة)) -------:⤵️⤵️⤵️:------ t.me/Manhaju_Sunna

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
197
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

السلام ورحمة الله وبركاته Baga Rabbiin ittin isin Siga'e Ramadaan Mubarak!! بارك الله شهركم وأعانكم على صيامه وقيامه 🤲
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
BREAKING NEWS: Baatiin Ramadaanaa 1445/2024 Sa'udii Arabiyaa keessatti mul'ateera! Soomanni Ramadaanaa 1445/2024 boru Amajjii 11 bara 2024 eegala Salaanni Taraweeh Salaata Ishaa booda har'a irraa eegalame salaatama!!. Baga Geessan Alhamdulillah baga Geenye Obbolewwan kiyya marti keessanu T.me/Manhaju_sunnah
Mostrar todo...
BREAKING NEWS: Baatiin Ramadaanaa 1445/2024 Sa'udii Arabiyaa keessatti mul'ateera! Soomanni Ramadaanaa 1445/2024 boru Amajjii 11 bara 2024 eegala Salaanni Taraweeh Salaata Ishaa booda har'a irraa eegalame salaatama!!. Baga Geessan Alhamdulillah baga Geenye Obbolewwan kiyya marti keessanu
Mostrar todo...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
إنا لله وإنا إليه راجعون في اليوم الخميس من شهر شعبان ٢٦/8/١٤٤٥ من الهجرة النبوية صلى الله عليه وسلم مات العلامة الدكتور سماحة الشيخ علي حسن شوني الأورومي الهرري السلفي وهو يعيش في كندا 🇨🇦 رحمه الله تعالى وأسكنه فسيح جناته ورفع قدره ودرجته وجعله في الفردوس الأعلى مع الصديقين والشهداء والصالحين وبعثه مع الأنبياء والمرسلين يا رب العالمين
Mostrar todo...
As. Wr. Wb Oduu Gamaashisa Godina Jimmaa Anaa Geeraa magaalaa ciraati markazaa.nur Baraatota wagaa (2) qaraasisaa ture adhaa ebisisee jiraa dhirotaa (15)shamaare(2) t.me/Keyralumma
Mostrar todo...
Ramadaana Simachuudhaf Qabxiilee nu gargaaran Kudhan (10) Wantoonni Ramadaana Simachuudhaf nu gargaaran Kurnan:- -1ffaa- Akka Rabbi Ramadaanatti Nagaan nuun gahu Du'aa'ii kadhachuu. Hadiisni waan kana irratti Ergamaa Rabbii ﷺ irraa Dubbatame jedhame Da'iifa waan taheef dhiiseera. Garuu Warri Salafaa Akka Rabbi Nagaan Ramadaanan isaan gahu kadhachaa akka turan mirkanaa'aadha. -2ffaa- Ramadaanni Dhufuu isaatti gammaduu:- Ergamaan Rabbii ﷺ Ramadaanni dhufuu isaatin Sahaabota isaanii akkas jechuun gammachiisu turan: «Baatin Ulfaatan Ramadaanaa isiniif dhufeera, isa keessa Soomanuu Rabbiin dirqama isinirratti taasiseera . isa keessa Balballan Jannataa ni babbanamu, kan Azaabaa ni cuccufamu» (Imaamu Ahmad Gabaasee, Albaanin Sahiiha jedhaniiru) -3ffaa- Ramadaana irraa Fayyadamuuf Kutannoo qabaachuu fi Sagantaa baafachuu. Namni dhimma Duniyaatifuu Sagantaa baafata. Kan Aakhiraa immoo akkanumaan dalaga, isumaayyuu Nama diinii qaba jedhamu yoo tahe. Collee namaati jechuun isa Jireenya Aakhiraatif qophaaheedha. Qophiin kunis kan milkaahu yoo sagantaan hoogganameedha. Kanneen keessaa Baatii Ramadaanaa guyyaa fi Halkan isaatis sirnaan itti fayyadamuudhaf Sagantaa kaawwachuu fi Kutannoodhan simachuudha. -4ffaa- Waayee Ramadaanaa irratti Ajaja dhufan beekuu. Namni Muslimaa Rabbii isaa beekumsaan gabbaruun irratti dirqama. Kanaafi, Rabbiin Ergamaa isaatin ﷺ dursee 'Beeki' kan jedheenif. Kanaafuu Namni Muslimaa tokko ibaada dirqama isarratti tahu, Akkaata itti dalagu beekuu waliin hojjachuun dirqama irratti taha. Dalagaan wallaalummaan dalagamtu uzrii hin qabdu. Biyya Beekan irraa baratan jirutti dadhabina ofiitin namni barachui dhabe Gaafatamuu jalaa hin bahu. Ibaadaa kamiiyyuu wayita dalagnu, Gaafannee, barannee, beeknee tahuu qaba. Murtiilee Soomana Ramadaanaa barachuin fkn. Waan Soomana balleessan, Kan ajrii isaa hir'isan, Qadaa baafachuu waan dirqama godhan, Akkasumas Faxaruudhaf sababoota jiran fi kkf beekun dirqama. -5ffaa- Towbaa godhanii qophaahuu:- Ramadaana Qeebaluudhaf, Badii kamiiyyuu irraa deebinee, Sheena'uudhan, lammaffaa itti deebi'uu dhabuudhaf murteessuu gaafata. Galata Rabbiin nurratti oole isarratti finciluudhan argachuuf yaalun Gowwummaadha. Namni Muslimaa tokko Ramadaanan Diliin isaa dhiifamee fi Rahmata Rabbii isaa argachuuf Gara Rabbii isaa deebi'uu qaba. Rabbiin nama gara isaa deebi'e ni dhiisaf, Mindaa dacha dachaas isaaf kenna! ... itti fufa, In shaa Allaah ╭─┅──┅─═ঊঈ═─┅──┅─╮ © ኡስታዝ ባህሩ ተካ - Bahiru Teka ╰─┅──┅─═ঊঈ═─┅──┅─╯ ✍ Afaan Oromoo tti Kan Hiike Khedir M Abomsa T.me/Manhaju_sunna
Mostrar todo...
Manhaju Sunna ((منهاج السنة))

((القرآن والسنة بفهم سلف الأمة)) -------:⤵️⤵️⤵️:------ t.me/Manhaju_Sunna

Dhaamsa Xumuraa «Manhaja Salafiyyaa irratti Adaraa...» Sheekh Alii Hassan Shuunee Gaafa Wiixata Dabre (Jechuunis Baatii Sha'aabaanaa 23/1445 H.C - ykn 04/03/2024) ture. Jama'aan Salafiyyootaa Sagantaa Marii qopheessanii gama Telegram dhaan Tamsaasa Kallattii godhan. Achirratti Sheekh Alii Hasan Shuunee Akka Hoogganaa tahanii nuun deeman Filachuudhan, Akka Nasiihaa nuuf godhanis Affeerre. Sheekhnis dhaamsa Gabaabduu keessi ishii baldhoo tana nuuf dhaaman. dhaamsa isaan dhaaman irraa:- 🪩 Sheekh Abdulkariim Ahmad (Jimmaa-Ambuyyee) fi Sheekh Xaahaa Kadiir faa Warroota Da'waa Haqaa tan Salafiyyaa gaggeessaa jiraachuu 🪩 Warra Da'waa Salafiyyaa gochaa jiran (Keessattuu gara Harargee tti) yeroo ammaa kana Duulli guddaan irratti godhamaa jiraachuu 🪩 Da'waa Salafiyyaa irratti jabaachuu, salafiyyooni Tokkummaa isaanii eeggatanii deemuu akka qaban. Kanneen fi Qabxiilee Biroos heddu nuuf dhaaman. Dhaamsa Kana dhaamanii Bultii Afur booda Murtii Rabbii tahee tasa gara Aakhiraa tti deeman. إنالله وإنا إليه راجعون‼️ اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه وأكرم نزله ووسع مدخله واغسله بالماء والثلج والبرد ونقه من الذنوب والخطايا كما ينقى الثوب الأبيض من الدنس. https://t.me/BiiftuuSunnaa/1674 Biiftuu Sunnaa Ibsituu Dukkanaa ┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈ ●══◄ೋღ♥ღೋ►══● ┊  ┊  ┊  ┊ ┊  ┊  ┊  ✨ Biiftuu✨ ┊  ┊  ✨ Sunnaa✨ ┊  ✨ Ibsituu✨ ✨ Dukkanaa✨
Mostrar todo...
Biiftuu Sunnaa️️

👋Dhaamsa Xumuraa «Manhaja Salafiyyaa irratti Adaraa...» 🎙️Sheekh Alii Hasan Shuunee Rahimahullaah

https://t.me/BiiftuuSunnaa/1674

Barnoota Soomaa -Kutaa 1ffaa- 🎙 Sheekh Naziif jihaad Abuu Usayd
Mostrar todo...
BARNOOTA SOOMAA KUTAA 1 FFAA SHAYKH NAZIIF.mp38.35 MB
Barnoota Soomaa kutaa 2 ffaa Shaykh Naziif.mp38.56 MB
⬇️ هكذا أرشدنا علماء السلف ⬇️ 🔴 إذا ظهرت المنكرات في مجتمع ✅️ فاعرف الفرق بين أهل السنة والجماعة ❌️ وبين الخوارج والجماعات الحزبية 🟡 في التعامل مع ولاة الأمر وأعوانهم ونوابهم خصوصا في : ⬅️ باب الأمر بالمعروف والنهي عن المنكر ⬅️ وباب الجهاد ⬅️ وباب الإصلاح والتغيير بزعمهم 🎙لفضيلة الشيخ / #عبدالله_القصير حفظه الله T.me/Manhaju_sunna
Mostrar todo...
Manhaju Sunna ((منهاج السنة))

((القرآن والسنة بفهم سلف الأمة)) -------:⤵️⤵️⤵️:------ t.me/Manhaju_Sunna

علموا أولادكم التوحيد بتكرار هذه الاسئلة عليهم ﺱ :1 ﺃﻳﻦ ﺍﻟﻠﻪ؟ ﺝ : ﻓﻲ ﺍﻟﺴﻤﺎﺀ ‏( ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻌﺮﺵ ‏) . ﺱ :2 ﻣﺎ ﺍﻟﺪﻟﻴﻞ ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻌﺮﺵ؟ ﺝ : " ﺍﻟﺮﺣﻤﻦ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻌﺮﺵ ﺍﺳﺘﻮﻯ ". ﺱ :3 ﻣﺎ ﻣﻌﻨﻰ " ﺍﺳﺘﻮﻯ " ؟ ﺝ : ﻋﻼ ﻭ ﺍﺭﺗﻔﻊ ‏( ﺣﻘﻴﻘﺔ ﻻ ﻣﺠﺎﺯﺍ ‏) . ﺱ :4 ﻣﻦ ﺃﻳﻦ ﻧﺄﺧﺬ ﻋﻘﻴﺪﺗﻨﺎ؟ ﺝ : ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮآﻥ ﻭ ﺍﻟﺴﻨﺔ ﻭ ﺍﻷﺛﺮ . ﺱ :5 ﻟﻤﺎﺫﺍ ﺧﻠﻖ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﻟﺠﻦ ﻭ ﺍﻹﻧﺲ؟ ﺝ : ﻟﻌﺒﺎﺩﺗﻪ ﻭﺣﺪﻩ ﻻ ﺷﺮﻳﻚ ﻟﻪ . ﺱ :6 ﻣﺎ ﺍﻟﺪﻟﻴﻞ ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﺍﻟﻠﻪ ﺧﻠﻖ ﺍﻟﺠﻦ ﻭ ﺍﻹﻧﺲ ﻟﻌﺒﺎﺩﺗﻪ؟ ﺝ : " ﻭ ﻣﺎ ﺧﻠﻘﺖ ﺍﻟﺠﻦ ﻭ ﺍﻹﻧﺲ ﺇﻻ ﻟﻴﻌﺒﺪﻭﻥ ". ﺱ :7 ﻣﺎ ﻣﻌﻨﻰ " ﻳﻌﺒﺪﻭﻥ " ؟ ﺝ : ﻳﻮﺣﺪﻭﻥ ﻭ ﻳﻄﻴﻌﻮﻥ . ﺱ :8 ﻣﺎ ﻣﻌﻨﻰ " ﻻ ﺇﻟﻪ ﺇﻻ ﺍﻟﻠﻪ " ؟ ﺝ : ﻻ ﻣﻌﺒﻮﺩ ﺑﺤﻖ ﺇﻻ ﺍﻟﻠﻪ . ﺱ :9 ﻣﺎ ﻫﻲ ﺃﻋﻈﻢ ﻋﺒﺎﺩﺓ؟ ﺝ : ﺍﻟﺘﻮﺣﻴﺪ . ﺱ :10 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺃﻋﻈﻢ ﻇﻠﻢ؟ ﺝ : ﺍﻟﺸﺮﻙ . ﺱ :11 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺍﻟﺘﻮﺣﻴﺪ؟ ﺝ : ﺇﻓﺮﺍﺩ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﺎﻟﻌﺒﺎﺩﺓ . ﺱ :12 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺍﻟﺸﺮﻙ؟ ﺝ : ﻋﺒﺎﺩﺓ ﻏﻴﺮ ﺍﻟﻠﻪ ﻣﻊ ﺍﻟﻠﻪ . ﺱ :13 ﻛﻢ ﺃﻗﺴﺎﻡ ﺍﻟﺘﻮﺣﻴﺪ؟ ﺝ : ﺛﻼﺛﺔ . ﺱ :14 ﻣﺎ ﻫﻲ ﺃﻗﺴﺎﻡ ﺍﻟﺘﻮﺣﻴﺪ؟ ﺝ : ﺍﻟﺮﺑﻮﺑﻴﺔ، ﻭ ﺍﻷﻟﻮﻫﻴﺔ، ﻭ ﺍﻷﺳﻤﺎﺀ ﻭ ﺍﻟﺼﻔﺎﺕ . ﺱ :15 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺗﻌﺮﻳﻒ " ﺗﻮﺣﻴﺪ ﺍﻟﺮﺑﻮﺑﻴﺔ " ؟ ﺝ : ﺇﻓﺮﺍﺩ ﺍﻟﻠﻪ ﻓﻲ ﺃﻓﻌﺎﻟﻪ، ﻣﺜﻞ ﺍﻟﺨﻠﻖ ﻭ ﺍﻟﺮﺯﻕ ﻭ ﺍﻟﺘﺪﺑﻴﺮ . ﺱ :16 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺗﻌﺮﻳﻒ " ﺗﻮﺣﻴﺪ ﺍﻷﻟﻮﻫﻴﺔ " ؟ ﺝ : ﺇﻓﺮﺍﺩ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﺄﻓﻌﺎﻝ ﺍﻟﻌﺒﺎﺩ، ﻣﺜﻞ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻭ ﺍﻟﺬﺑﺢ ﻭ ﺍﻟﺴﺠﻮﺩ . ﺱ :17 ﻫﻞ ﻟﻠﻪ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﻭ ﺻﻔﺎﺕ؟ ﺝ : ﻧﻌﻢ، ﻟﻪ ﻣﺎ ﻭﺻﻒ ﺑﻪ ﻧﻔﺴﻪ ﻭ ﻭﺻﻔﻪ ﺑﻪ ﺍﻟﻨﺒﻲ ﷺ . ﺱ :18 ﻣﻦ ﺃﻳﻦ ﻧﺄﺧﺬ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺍﻟﻠﻪ ﻭ ﺻﻔﺎﺗﻪ؟ ﺝ : ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻭ ﺍﻟﺴﻨﺔ . ﺱ :19 ﻫﻞ ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ ﺗﻤﺎﺛﻞ ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻤﺨﻠﻮﻗﻴﻦ؟ ﺝ : ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ ﻻ ﺗﻤﺎﺛﻞ ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻤﺨﻠﻮﻗﻴﻦ ﻓﻲ ﺟﻮﻫﺮﻫﺎ ‏( ﻭ ﺇﻥ ﺗﺸﺎﺑﻬﺖ ﻣﺴﻤﻴﺎﺗﻬﺎ ﺃﺣﻴﺎﻧﺎ ‏) . ﺱ :20 ﻣﺎ ﺍﻟﺪﻟﻴﻞ ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ ﻻ ﺗﻤﺎﺛﻞ ﺻﻔﺎﺕ ﺍﻟﻤﺨﻠﻮﻗﻴﻦ؟ ﺝ : " ﻟﻴﺲ ﻛﻤﺜﻠﻪ ﺷﻲﺀ ﻭ ﻫﻮ ﺍﻟﺴﻤﻴﻊ ﺍﻟﺒﺼﻴﺮ ". ﺱ :21 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺍﻟﻘﺮآﻥ؟ ﺝ : ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻛﻼﻡ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ . ﺱ :22 ﻫﻞ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻣﻨﺰﻝ ﺃﻡ ﻣﺨﻠﻮﻕ؟ ﺝ : ﻣﻨﺰﻝ ﻭ ﻫﻮ ﻛﻼﻡ ﺍﻟﻠﻪ ﺣﻘﻴﻘﺔ ‏( ﺑﺤﺮﻑ ﻭ ﺻﻮﺕ ‏) . ﺱ :23 ﻣﺎ ﻫﻮ ﺍﻟﺒﻌﺚ؟ ﺝ : ﺇﺣﻴﺎﺀ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﺑﻌﺪ ﻣﻮﺗﻬﻢ . ﺱ :24 ﻣﺎ ﺍﻟﺪﻟﻴﻞ ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻋﻠﻰ ﻛﻔﺮ ﻣﻦ ﺃﻧﻜﺮ ﺍﻟﺒﻌﺚ؟ ﺝ : " ﺯﻋﻢ ﺍﻟﺬﻳﻦ ﻛﻔﺮﻭﺍ ﺃﻥ ﻟﻦ ﻳﺒﻌﺜﻮﺍ ". ﺱ :25 ﻣﺎ ﺍﻟﺪﻟﻴﻞ ﻣﻦ ﺍﻟﻘﺮﺀﺍﻥ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﺍﻟﻠﻪ ﺳﻴﺒﻌﺜﻨﺎ؟ ﺝ : " ﻗﻞ ﺑﻠﻰ ﻭﺭﺑﻲ ﻟﺘﺒﻌﺜﻦ ". ﺱ :26 ﻣﺎ ﻣﻌﻨﻰ ﻛﻠﻤﺔ " ﺍﻹﺳﻼﻡ " ؟ ﺝ : ﺍﻻﺳﺘﺴﻼﻡ ﻟﻠﻪ ﺑﺘﻮﺣﻴﺪﻩ ﻭ ﺍﻻﻧﻘﻴﺎﺩ ﻟﻪ ﻭ ﺍﻟﺒﺮﺍﺀﺓ ﻣﻦ ﺍﻟﺸﺮﻙ ﻭ ﺃﻫﻠﻪ . ﺱ :27 ﻣﺎ ﻣﻌﻨﻰ ﻛﻠﻤﺔ " ﺍﻹﻳﻤﺎﻥ " ؟ ﺝ : ﺃﻥ ﺗﺆﻣﻦ ﺑﺎﻟﻠﻪ ﻭ ﻣﻼﺋﻜﺘﻪ ﻭ ﻛﺘﺒﻪ ﻭ ﺭﺳﻠﻪ ﻭ ﺍﻟﻴﻮﻡ ﺍﻵﺧﺮ ﻭ ﺃﻥ ﺗﺆﻣﻦ ﺑﺎﻟﻘﺪﺭ ﺧﻴﺮﻩ ﻭ ﺷﺮﻩ . ﺱ :28 ﻫﻞ ﺍﻹﻳﻤﺎﻥ ﻳﺜﺒﺖ ﺑﺎﻟﻘﻠﺐ ﺃﻡ ﺑﺎﻟﻠﺴﺎﻥ ﺃﻡ ﺑﺎﻟﺒﺪﻥ؟ ﺝ : ﺍﻹﻳﻤﺎﻥ ﻳﺜﺒﺖ ﺑﺎﻋﺘﻘﺎﺩ ﺍﻟﻘﻠﺐ ﻭ ﻗﻮﻝ ﺍﻟﻠﺴﺎﻥ ﻭ ﻋﻤﻞ ﺍﻟﺒﺪﻥ ‏( ﻣﻌﺎ ‏) ، ﻭ ﻫﻮ ﻳﺰﻳﺪ ﺑﺎﻟﻄﺎﻋﺔ، ﻭ ﻳﻨﻘﺺ ﺑﺎﻟﻤﻌﺼﻴﺔ . (إحذر من قول ان الإيمان في القلب فقط!!) ﺱ :29 ﻟﻤﻦ ﻧﺘﻀﺮﻉ ﻭ ﻧﺴﺠﺪ ﻭ ﻧﺬﺑﺢ؟ ﺝ : ﻟﻠﻪ ﻭﺣﺪﻩ ﻻﺷﺮﻳﻚ ﻟﻪ . ﺱ :30 ﻫﻞ ﻳﺠﻮﺯ ﺍﻟﺘﻀﺮﻉ ﺃﻭ ﺍﻟﺴﺠﻮﺩ ﺃﻭ ﺍﻟﺬﺑﺢ ﻟﻐﻴﺮ ﺍﻟﻠﻪ؟ ﺝ : ﻻ ﻳﺠﻮﺯ ﺫﻟﻚ، ﻷﻥ ﻓﻌﻞ ﺫﻟﻚ ﻟﻐﻴﺮ ﺍﻟﻠﻪ ﺷﺮﻙ . ﻭ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻭ ﺳﻠﻢ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﺒﻲ ﻣﺤﻤﺪ ﻭ ﻋﻠﻰ ﺀﺍﻟﻪ ﻭ ﺻﺤﺒﻪ ﻭ ﺍﻟﺘﺎﺑﻌﻴﻦ، ﻭ ﺍﻟﺤﻤﺪ ﻟﻠﻪ ﺭﺏ العالمين. 🌿🌿🌿🌿🌿🌿 t.me/Manhaju_Sunna
Mostrar todo...
Manhaju Sunna ((منهاج السنة))

((القرآن والسنة بفهم سلف الأمة)) -------:⤵️⤵️⤵️:------ t.me/Manhaju_Sunna

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.