cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia Bank

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Mostrar más
Finlandia38El idioma no está especificadoEconomía y Finanzas2 068
Publicaciones publicitarias
70 117
Suscriptores
+92224 horas
+2 1157 días
+4 16030 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Media files
4 7372Loading...
02
Media files
4 5620Loading...
03
Baankiin Oromiyaa Ijaarsa Marsaa 2ffaa Giddu Gala Gahoominaa fi Konveeshinii Galaan ijaaruuf Dhaabbata Ijaarsaa Waliigalaa Xilaahun Ababaa waliin waliigaltee malatteesse. Proojektiin kun baasii Birrii Biliyoona 1.1 tii siquun kan ijaaramu yoo ta’u, Giddu Gala guddaa abbaa darbii 9 kaaree meetira 1200 irra qubate ijaarama jedhameera. Waliigalticha kan mallateessan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonniniifii Dhaabbaa Ijaarsaa waliigalaa Xilaahun Ababaatti gita isaanii Obbo Xilaahun Abbabaa Waliini. Baankiin keenya Biyya keenyarra darbee Afrikaa bahaattuu adda kan ta’e giddu gala Gahoominaa fi Konveenshinii guddaa heektaara 20 irratti Kutaa Magaalaa Galaanitti Ijaarsisaa jiran kan jedhan Hoji Rawwachiisaa Olaanaan Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonnin Ijaarsi Marsaa duraas duraas qulqullinaa fi yeroo jedhameen xumuramaa jira jedhani. Baankiin keenya Pirojektoota ijaarsaa qulqullinaa fi yeroodhaan xumursiisuuf muxxannoo guddaa horateera kan jedhan Obbo Tafariin Finfinnee Goommaa Quxabaatti kan ijaaramaa jiru Gamoon guddichi Waajjira Muummee ce’umsaa Baankii keenyaa xumuramaa jiru kanaaf agarsiistuu ta’uu eerani. Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbata Ijaarsaa waliigalaa Xilaahun Ababaa Obbo Xilaahun Ababbaa Piroojektiin Baankii Oromiyaa kan dursa kenninuufidha jedhanii muuxannoo waggoota 30 damee kanaratti horanneen yeroo fi qulqullina taa’een ni xumurra jedhani. Baankiin Oromiyaa Damee Konistraakshinii Biyya keenyaa keessatti Ashaaraa isaa kaa’uuf birria Biliyoonota hedduu ramadee hojjetaa jira.
4 1490Loading...
04
Dorgommiin badhaasa birrii 1000.00 marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa akkuma itti fufeetti jira. Liinkii Telegiraamii Baankii keenyaa namoota 50 fi isaa oliif qooduun amuuma badhaafamaa. ኦሮሚያ ባንክ 5ኛው ዙር 1000.00 ብር ሽልማት የሚያስገኝ ውድድር እንደቀጠለ ነው። የባንካችንን የቴሌግራም ሊንክ ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ አሁኑኑ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
15 602135Loading...
05
Old Rivals Clash at the Old Trafford! EPL 37th Round Manchester United Vs. Arsenal Who will win? Put your predictions in the comments section below. Good Luck!
10 31256Loading...
06
OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa Baankii Oromiyaa yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti eegaledha. Tajaajilli kun seera Shari’aa kan bu'uureffate yoo ta’u, Ulama’oota fi Goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa qabaniin hoogganama. Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii keenyaa fayyadamaa! Jumaa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው እና ፈር ቀዳጅ ነው። ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡ የባንካችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ። መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ! Learn More: https://t.me/OromiabankOfficial
9 6798Loading...
07
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
17 761218Loading...
08
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Monday May 06, 2024
12 8495Loading...
09
Eessattuu, haalaa fi yeroo barbaadanitti fayyadamuuf salphaa fi mijataa kan ta’e OrooDigitaal’n fayyadamuun yeroo keessan qaalii qusadhaa! በማንኛውም ቦታ፣ ጊዜ እና ሁኔታ ለአጠቃቀም ቀላል እና ምቹ የሆነውን ኦሮዲጂታልን በመጠቀም ውድ ጊዜዎን ይቆጥቡ! Download the App now using the link below! Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking IOS https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 OrooDigital Internet Banking at: https://oroodigital.com/InternetBanking/
12 3101Loading...
10
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraaf Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e! Ayyaanni kan Nagaa, Jaalalaa fi Gammachuu akka isiniif ta’u hawwina! Baankii Oromiyaa Baankii Ummataa ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ ትንሳዔው በሰላም አደረሳችሁ! በዓሉ የሰላም፣ የጤና እና የፍሰሃ እንዲሆንልዎ እንመኛለን፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የህዝብ ባንክ!
13 70611Loading...
11
4th Round Telegram Refer and Win Challenge Winners List! Congratulations!
12 5704Loading...
12
Baankiin Oromiyaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun dhaabbilee tola ooltummaa hojii gargaarsa namoomaa irratti bobba’an 3f sagantaa deeggarsa maallaqaa taasise suur-sagaleen. የትንሳዔን በዓል ምክንያት በማድረግ ኦሮሚያ ባንክ በሰብዓዊ ስራ ላይ ለተሰማሩ 3 የበጎ አድራጎት ድርጅቶች አጋርነቱን ለማሳየት የገንዘብ ድጋፍ ያደረገበት መርኃ-ግብር በምስል፡፡
12 1671Loading...
13
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf baga guyyaa yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoosiin Nagaan geessan. ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የስቅለት በዓል በሰላም አደረሳችሁ። Happy Good Friday!
13 75721Loading...
14
Baga Gammaddan! Badhaafamtoota Barnoota Online Marsaa 2ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Beekumsa keessan guddisuuf Badhaasa Barnoota Online Badhaafamaa jennee gaaffii hirmannaa fuula Linkedinii Baankii keenyaa irratti gaafanneen namoonni hedduun hirmaataniiru. Baankiin Oromiyaa kanfalatii Barnootaa online kan isiniif kafalu ta’a. Eenyutu injifate? Liinkii armaan gadii cuqaasuun fuula LinkedIn Baankii keenyaa Follow gochuun badhafamtoota barnoota online ilaaluu dandeessu. LinkedIn Link: https://www.linkedin.com/company/oromia-bank-s-c/ እንኳን ደስ አላችሁ! 2ኛው የኦንላይን ኮርስ ሽልማት አሸናፊዎች ከኦሮሚያ ባንክ! እራስዎን በእውቀት ለማሳደግ የኦንላይን ኮርስ ይሸለሙ ብለን በባንካችን Linkedin ገጽ ላይ ለጠየቅነዉ #ጥያቄ በርካታ መላሾች ተሳትፈዋል። ኦሮሚያ ባንክ የኦንላይን የትምህርት ክፍያዎን ይሸፍንሎታል። አሸናፊዎቹ እነማን ናቸዉ? ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን የባንካችንን የLinkedIn ገፅ Follow በማድረግ የኦንላይን ትምህርት አሸናፊዎችን ማየት ይችላሉ፡፡ LinkedIn Link: https://www.linkedin.com/company/oromia-bank-s-c/
13 7534Loading...
15
Prime Media covered our Bank's latest CSR endeavors, highlighting our generous donations in celebration of the Easter Holiday to various charitable organizations.
11 7615Loading...
16
EBC's coverage
12 8643Loading...
17
Mean-while Waliif TV's Report
12 3604Loading...
18
ARTS TV covered our Bank's latest CSR endeavors, highlighting our generous donations in celebration of the Easter Holiday to various charitable organizations.
10 2984Loading...
19
ETV Afaan Oromoo covered our Bank's latest CSR endeavors, highlighting our generous donations in celebration of the Easter Holiday to various charitable organizations.
10 6963Loading...
20
Ayyaanni Faasikaa Dhiyaateera! Ayyaanatti Maatiin wal quba qabaachuun waan oolu miti.  Maallaqa Firaa fi Aantee keessan irraa karaa dhaabbilee daddabarsa Maallaqaa nu waliin hojjetaniin biyya alaatii isiniif ergame dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goraati fudhadhaa. Baankii Oromiyaa irraa Fudhadhaa Baankii Oromiyaatti Sharafadhaa የትንሳኤ በዓል ተቃርቧል! በበዓል ወቅት ደግሞ ከሀገር ውጪ ከሚኖሩ ዘመድ አዝማድ ጋር መጠያየቁ አይቀርም! ከውጭ ሀገር ከወዳጅ ዘመድዎ ከእኛ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ድርጅቶች በኩል የሚላክልዎትን ገንዘብ በአቅራቢያዎ ወደሚገኙት የኦሮሚያ ባንክ ቅርጫፎች ጎራ ብለዉ ይቀበሉ፡፡ ከኦሮሚያ ባንክ ይቀበሉ በኦሮሚያ ባንክ ይመንዝሩ #SendMoneyHome #OromiaBank #Holiday #Easter #ServingtoEmpowerYou
12 4794Loading...
21
It’s May 01, 2024. Happy International Labor Day from Oromia Bank! Today, we celebrate the invaluable contributions and sacrifices of workers worldwide. Thank you to all labor members for your dedication and hard work! #InternationalLaborDay #WorkersDay #OromiaBank #PeoplesBank #ServingtoEmpowerYou #May1
12 30311Loading...
22
Media files
13 3243Loading...
👍 35 8👌 5👏 4
9👍 1
Baankiin Oromiyaa Ijaarsa Marsaa 2ffaa Giddu Gala Gahoominaa fi Konveeshinii Galaan ijaaruuf Dhaabbata Ijaarsaa Waliigalaa Xilaahun Ababaa waliin waliigaltee malatteesse. Proojektiin kun baasii Birrii Biliyoona 1.1 tii siquun kan ijaaramu yoo ta’u, Giddu Gala guddaa abbaa darbii 9 kaaree meetira 1200 irra qubate ijaarama jedhameera. Waliigalticha kan mallateessan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonniniifii Dhaabbaa Ijaarsaa waliigalaa Xilaahun Ababaatti gita isaanii Obbo Xilaahun Abbabaa Waliini. Baankiin keenya Biyya keenyarra darbee Afrikaa bahaattuu adda kan ta’e giddu gala Gahoominaa fi Konveenshinii guddaa heektaara 20 irratti Kutaa Magaalaa Galaanitti Ijaarsisaa jiran kan jedhan Hoji Rawwachiisaa Olaanaan Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonnin Ijaarsi Marsaa duraas duraas qulqullinaa fi yeroo jedhameen xumuramaa jira jedhani. Baankiin keenya Pirojektoota ijaarsaa qulqullinaa fi yeroodhaan xumursiisuuf muxxannoo guddaa horateera kan jedhan Obbo Tafariin Finfinnee Goommaa Quxabaatti kan ijaaramaa jiru Gamoon guddichi Waajjira Muummee ce’umsaa Baankii keenyaa xumuramaa jiru kanaaf agarsiistuu ta’uu eerani. Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbata Ijaarsaa waliigalaa Xilaahun Ababaa Obbo Xilaahun Ababbaa Piroojektiin Baankii Oromiyaa kan dursa kenninuufidha jedhanii muuxannoo waggoota 30 damee kanaratti horanneen yeroo fi qulqullina taa’een ni xumurra jedhani. Baankiin Oromiyaa Damee Konistraakshinii Biyya keenyaa keessatti Ashaaraa isaa kaa’uuf birria Biliyoonota hedduu ramadee hojjetaa jira.
Mostrar todo...
👍 13 5👌 1
Dorgommiin badhaasa birrii 1000.00 marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa akkuma itti fufeetti jira. Liinkii Telegiraamii Baankii keenyaa namoota 50 fi isaa oliif qooduun amuuma badhaafamaa. ኦሮሚያ ባንክ 5ኛው ዙር 1000.00 ብር ሽልማት የሚያስገኝ ውድድር እንደቀጠለ ነው። የባንካችንን የቴሌግራም ሊንክ ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ አሁኑኑ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
Mostrar todo...
👍 112🙏 25 19🔥 19👌 14👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Old Rivals Clash at the Old Trafford! EPL 37th Round Manchester United Vs. Arsenal Who will win? Put your predictions in the comments section below. Good Luck!
Mostrar todo...
👍 194 50🙏 19👏 18👌 14🔥 12
Photo unavailableShow in Telegram
OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa Baankii Oromiyaa yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti eegaledha. Tajaajilli kun seera Shari’aa kan bu'uureffate yoo ta’u, Ulama’oota fi Goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa qabaniin hoogganama. Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii keenyaa fayyadamaa! Jumaa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው እና ፈር ቀዳጅ ነው። ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡ የባንካችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ። መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ! Learn More: https://t.me/OromiabankOfficial
Mostrar todo...
👍 28🙏 12 7👏 2🔥 1👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Mostrar todo...
👍 109 26👏 10🙏 10🔥 8👌 5
Photo unavailableShow in Telegram
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Monday May 06, 2024
Mostrar todo...
🙏 24👍 12 10🔥 5👏 3
Photo unavailableShow in Telegram
Eessattuu, haalaa fi yeroo barbaadanitti fayyadamuuf salphaa fi mijataa kan ta’e OrooDigitaal’n fayyadamuun yeroo keessan qaalii qusadhaa! በማንኛውም ቦታ፣ ጊዜ እና ሁኔታ ለአጠቃቀም ቀላል እና ምቹ የሆነውን ኦሮዲጂታልን በመጠቀም ውድ ጊዜዎን ይቆጥቡ! Download the App now using the link below! Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking IOS https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 OrooDigital Internet Banking at: https://oroodigital.com/InternetBanking/
Mostrar todo...
🙏 12👍 11 6🔥 4👏 3👌 2
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraaf Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e! Ayyaanni kan Nagaa, Jaalalaa fi Gammachuu akka isiniif ta’u hawwina! Baankii Oromiyaa Baankii Ummataa ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ ትንሳዔው በሰላም አደረሳችሁ! በዓሉ የሰላም፣ የጤና እና የፍሰሃ እንዲሆንልዎ እንመኛለን፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የህዝብ ባንክ!
Mostrar todo...
🙏 57👍 28 25👏 12🔥 7👌 2