cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

Mostrar más
Etiopía3 103El idioma no está especificadoNoticias y medios16 339
Publicaciones publicitarias
6 300
Suscriptores
+4024 horas
+3437 días
+1 41730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Itoophiyaatti qamadii jal'isiin omishame keessaa dhibbantaa 97 Oromiyaatu omishe ******************** Gaazexaa Bariisaa Itoophiyaatti qamadii jal'siidhaan omishame keessaa dhibbantaan 97 Naannoo Oromiyaatti kan omishame ta'uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Bakka Bu'aa Gaggeessa Dhimmoota Tarsimoo kan ta'an Obbo Mulugeetaa Siyyum gabaasa raawwii ji'a sagalii ministeerichaa yommuu dhiyeessan akka jedhanitti, bara kana akka guutuu biyyaatti, jal'isii bonaatiin qamadii kuntaala miliyoona 87.4 omishame keessaa kuntaalli miliyoona 85.1 Naannoo Oromiyaatti omishame. Haaluma walfakkaatuun omisha midhaanii idilee bara omisha 2015/2016 akka biyyaatti kuntaala miliyoona 506 argame keessattis Oromiyaan kuntaala miliyoona 284 omishuun dhibbantaa 56 gumaacha taasiseera jedhan. Taammiruu Raggaasaatiin Caamsaa 13 bara 2016
Mostrar todo...
Ergaa Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad‼️ Waggoota muraasa darbanitti omishni waqtii roobaa duubatti otoo hin harkifatiin tattaffii misooma qamadii bonaa babal’isuu dandeenyeerra. Daawwannaan har’aa ittifufinsa hojiiwwanii kan itti arginedha. Qonnaan invastimantii cimaa barbaada. Qabiyyeen lafa keenyaa midhaaniin uwwisnus suuta suuta dabalaa dhufeera.
Mostrar todo...
ባለፈው ዓመት 'የመደመር ትውልድ' መፅሃፍን በመረቅንበት ወቅት በኦሮምያ ክልል የሚሸጡ መጽሐፎች ገቢውን የሶፍ ኡመር አካባቢን ለማልማት እንዲውል አበርክተን ነበር። ዛሬ ስራው የደረሰበትን አስደናቂ ርምጃ ተመልክተናል። ባሌ ካለው ሰፊ የታሪክ ሃብት እና የተፈጥሮ ስጦታ አንፃር እምቅ ሀብት ያለበት አካባቢ ነው። ድንቅ መስህብ ያላቸው መልክዓ ምድሮች ከመሰረተ ልማት እና የመገናኛ ማሳለጫዎች መሻሻል ጋር ለአካባቢው የበለጠ እድገት ሊያስገኙ ይችላሉ። በአቅራቢያ የሚገኘው የዲንሾ ፓርክ የአካባቢውን ሳቢነት የበለጠ የሚጨምር ነው። የሶፍ ኡመር ፕሮጀክት አመርቂ አጀማመር የጠንካራ ፕሮጀክት አመራርን ጠቀሜታ የሚያጎላ ሲሆን የስራው ሂደት ባለበት ደረጃ እንኳ ሰፊ የስራ እድል የፈጠረ የማኅበረሰቡን የኑሮ ደረጃም በእጅጉ የሚያሻሻል ይሆናል። Bara darbe wayita kitaaba 'Dhaloota Ida’amuu' eebbifne galiin kitaabota Naannoo Oromiyaatti gurguramanirraa argamu naannawaa Holqa Soof Umar misoomsuuf akka oolu gumaachinee turre. Har'a sadarkaa dinqisiisaa hojichi irratti argamu daawwanneerra. Qabeenya bal'aa seenaafi kennaa uumamaa Baleen qabu yoo ilaalle naannawaa qabeenyi guddaan jirudha. Teessumni lafaa hawwata ajaa’ibsiisaa qabu misooma bu'uraafi mala walqunnamtii fooyya'aa qabaannaan guddina caalmaa qabu argamsiisuu ni danda’u. Paarkiin Dinshoo naannichatti argamu hawwattummaa naannawaa sanaa kan dabaludha. Jalqabbiin ajaa’ibsiisaa piroojaktii Soof Umar faayidaa hooggansa piroojaktii cimaa kan sirriitti agarsiisu yoo ta’u, adeemsi hojichaa sadarkaa amma irra jiruttillee carraa hojii bal'aa kan uumeefi sadarkaa jireenya hawaasichaa kan baay’ee fooyyessudha. Last year, when we launched the book "Generation Medemer," we dedicated the proceeds from sales in the Oromia Region to developing the Sof Omar area. Today, we witnessed the remarkable progress made. Bale, with its rich history and natural endowments, is a high-potential area. Its attractive landscapes, coupled with infrastructure development and improved connectivity, can catalyze further growth. Nearby Dinsho Park adds to the area's appeal. The inspiring start of the Sof Omar project underscores the importance of strong project management. This progress is already boosting employment and will accelerate living standards in the community.
Mostrar todo...
Falfala/Sihrii Dhugaatii Irratti Hojjatamu ⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻ Namoonni falfala dhugaatii irratti hojjachatan jinnoota “jiraattota bishaanii“ jedhamaniin gargaaramanii hojjatu. Jinnoonni kunneen dhangala'oo irratti hojjachuu waan danda'aniif “jiraattota bishaanii“ jedhamu. Namni tokko dhugaatii akka Aannanii, Bunaa, bishaanii, Lallaafaa, Cuunfaa adda addaa fi wantoota dhugaatii biroo irratti yeroo Sihr godhu, jiiniiwwan Sihrii dhangala'aa akka hojjetu taasisan kanniin fayyadamaniiti. ⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻ Mallattoo Falfala/Sihrii Dhugaatii. 1. Bishaan dhuguu baattus garaan bishaaniin guutamuu, garaa keessa sagalee akka bishaan koddaa keessaatti 'culba culba' jedhu dhagayuu. 2. Bishaan qofa haqqisiisuu(oldeebisuu): Bishaan oldeebisuun bishaan qulqulluu osoo hin taane, dhangala’aa nyaata of keessaa hin qabne haqqisiisuu dha. 3. Garaa dhiitessuu: Dhiita'uun kun kan jalqabu yoo dubartii taate ulfa waan baatte fakkaata, yoo dhiira ta'e immoo borcii waan qabu fakkaata. Mana yaalaatti meeshaadhaan (Altiraasaawundiin) yoo ilaalamu dhangala'aa malee mallattoo biraa hin agarsiisu. 4. Caphsata harkaa fi lukaatti dhukkubuu: Ciqilee irratti, many'ee irratti, koroony'oo, jilba irratti, dugada qixxee miira dhukkubbii fi keessa nyaataa qabaachuu 5. Funyaan cufamuu: Kunis funyaan hanga foolii adda baafachuu hin dandeenyetti cufamuu. Yeroo haxxiffattu, qonyonyaa baay’ee goggogaa fi dhiiga makat kan foolii badaa qabu bahuu. 6. Dhiphina sammuu Humnaa Olii: Mallattoon kun mallattoo guddaa nama falfala kanaan qabamuu adda baasnuudha. Mallattoolee asii olitti himne waliin mallattoon dhiphina sammuu yoo jiraate, kallattiin weerara jiinii kanaa agarsiisa. 7. Hirriba dhabuu: Akkuma halkan dhiyaateen hirribni ijaa baduu. Sa'aatii tokkoo fi lamaa olitti hirriba rafuu dadhabuu. Yeeroo rafanis hirriba boqannaa namaaf hin kennine rafuu.Hirribni jeeqamuu ykn abjuu sodaachisaa irra deddeebiin arguu. 8.Garaa keessatti dhukkuba hin ibsamne ykn qaama namaatti hin tolle, ulfaatinni garaa ykn miirri dhukkubbii garaa ibsuuf nama dhibu namatti dhagahamu. 9. Miirri ykn haalli xiinsammuu tasa jijjiiramuu. Jijjiirama amala dhuunfaa tasuma dhufuu kan ibsa hin qabne. Fkf Namootaan wol-qunnamuu irraa fagaachuu, hawaasa ofbaasuu, raawwii hojii hir’achuu, raawwii barnootaa irratti dadhabuu, humni namaa dadhabuu, kasumas sammuun qayyabachuu dadhabuu. Hubachiisa Mallattoolee kanneen keessaa mallattoo 3 fi sanaa ol yoo ofirratti argitan daftanii yaalamuu qabdu! #Follow_Share_Like Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa
Mostrar todo...
ባለፉት ጥቂት አመታት ዋናውን የዝናብ ወቅት ምርት ሳናስተጓጉል የበጋ ስንዴ ልማት ጥረታችንን ለማስፋፋት ችለናል። የዛሬው ምልከታ የስራዎችን ቀጣይነት የተመለከትንበት ነበር። ግብርና ጠንካራ ኢንቨስትመንት ይፈልጋል። በሰብል የምንሸፍነው የመሬታችን ይዞታም ቀስ በቀስ በመጨመር ላይ ይገኛል። Waggoota muraasa darbanitti hoomisha yeroo rooba isa guddaa utuu addaan hin kutiin tattaaffii qamadii bonaa misoomsuu keenya babal'isuu dandeenyeerra. Wanti har'a ilaalles ittifufiinsa hojii keenyaa idilee kan mul'isudha. Qonni invastimentii cimaa barbaada. Bal'inni lafa keenyaa min'aaniin uwwifamus adeemsa keessa dabalaa deemaa jira. Over the past few years, we have had the opportunity to expand our summer wheat endeavors, ensuring we do not miss our regular rainy season production. Today’s showcase is testimony to continuity in the regular cycle. Agriculture requires strong investments, and the amount of land we are cultivating is increasing steadily.
Mostrar todo...
Archivo de publicaciones