cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Gaaddidduu yakka @Obsaa

Gaaddidduun yakka godo erga yeroo fi kitaabota pdf'n qophaan maatii dubbistootaf qabate kan dhufedha itti goora ilaala.milki tola

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
179
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
#Never_Give_Up!#Harka_Hin_Kenniin! Suuraa ergaa kitila qabudha! Deemsa keenya adda kutuudhaaf sababa quubsaan tokkoyyuu hinjiru. Wanti nuyi goonee hin argamne hedduun waan irratti hinyaadne yookaan hinyaalle, yaallee immoo irra deebinee yaaluu dhiifnedha malee, waan hindandeenye miti. Harka hin kenniin!#Never_Give_Up! ©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2022 @Orobook
Mostrar todo...
Mostrar todo...
DHALOOTAAF ART GROUP

Rules and regulation 1) our group are free from any racism 2) free from politics 3 free from religious 4mainly we are focus on #Humanity #Attitude #Positive thinking #Secret of success Invite your friend and member here! ▶️

𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐚𝐚 Baankiin Dhaloota Haaraa Maamiltoonni Isaa Manuma Taa'anii Galii Dabalataa Akka Argatan Hojjechuu Irratti Argama. ‼️Ammuma Kana Tuquun Join Godhi 👉@Baankii_Gadaa 🎁 Nama 1 Afeerraan Birrii 1 Isiniif Galma'a.
Mostrar todo...
Yeroo baayyee gatii namonnii eenyummaa keef kennan irraatti hundoofte gatii ykn eenyummaa kee hin murteesssin, isaan gatii ofiif laatani irraatti hundan gatii sif laatu wanta ta'ef
Mostrar todo...
Addunyaa bilisomte keessaa jirachun dura, ati ofii kee bilisomsi
Mostrar todo...
Atii meesha gaba irra bitan miti, mi'aa rakasan argamu ykis wanta gatiin hin basne ofitti hin fakkatin atii meeshaa mi'aa gatii xiqqoon hin argamne albuda guddaadha atii mi'aa addaati akkasuma nama addaati kan si fakkatu kan addunyaa kanaaf latame namni tokko illee hin jiru kanaaf atii addunyaa kanaaf kenna guddaa ta'u kee beekiti addunyaa kanaaf bu'a adda nama buusu ta'i. Har'i guyyaa addati boruu immoo guyyaa mullinati kan itti milkoftu kanaaf akka meesha gaba irra bitamu halootan, yaadotan, godoo soban of agugdee gatii kee malee gaba soba eenyummaa soba ofi basin. Of Beeki ofiin jiraadhu addunyaa kanaaf dhaloota dhufu bu'a buusi, nama akkasuman jiraatu ta'ni
Mostrar todo...
Yoo jirannee addunyaaf, yoo duune biyyee tokko keessaa tokko dhabun kani ati hin dandeenyi addunyaaf ta'u yoo battee duute gaafa tortorte biyyeef ta'uun dirqama. Kanaaf uumamni lubbuu qabu hundu biyyoof ta'a atii garuu addunyaafi dhaloota si boddee dhufani ta'i
Mostrar todo...
Jiratte hin faayyaddu taanan yoo duutes nama gaddisiistu, kanaaf gaafa dute seena gaarii addunyaa kan keessa qabachuf har'a sa'aati qabdutti faayadami hojeedhu seena gaariif maqaa gaarii awwaalakeen ol bulfadh.
Mostrar todo...
Baga guyyaa dhaloota kiristoosi gooftichan isiin gahe, ayyaana gaarii!.
Mostrar todo...