cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂.

Mostrar más
Finlandia203El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
28 535
Suscriptores
+2924 horas
+4297 días
+1 74230 días
Archivo de publicaciones
Barnoota Qabxii kudhaan(10)qabu kitaaba mataa duree "The Art of War" kan Sun Tzu barra'ee irraa: * 1.Diina kee beekii of beekii(Know your enemy and know yourself):- waan Kunni barumsa hunda caalaa iddoo barbaachisaa ta'edha kitaaba "The Art of War" keessa. •Yoo diina kee beektee of beekte lola dhibbaan karaa kamiyyuu dhufuun hin saaxilamtu. 2.Gaafa jabaattu dadhabaa ta'ii,gaafa dadhabde immoo jabaa ta'ii mul'adhu. •Kun barumsa waa'ee gowwoomsatti. •Yeroo jabaattu dadhabaa fakkaachuudhaan,diina kee gowwoomsee akka si xiqqeessuu dandeessa. 3.Bakka diinni hin qophoofnetti haleelu(Attack where the enemy is unprepared)): •Kun barumsa waa'ee taajjabbitti. •Bakka diinni hin qophoofnetti duuluun faayidaa argachuu sirraa jiratu argachu dandeessa. 4.Basaastota fayyadamuu(Make use of spies):- •Basaastonni waa’ee diina keetti oddeeffannoo gatii guddaa qabu siif kennuu danda’u. 5.Teessuma lafaa faayidaa keessaniif fayyadamuu(Use terrain to your advantage):- •Teessumni lafaa lola keessatti meeshaa cimaa taʼuu dandaʼa. •Teessuma lafaa hubachuudhaan faayidaa keetiif itti fayyadamuu dandeessa. 6.Jijjirama ta'u(Be flexible):- •Haalli dirree waraanaa yeroo hunda jijjiiramaa jira,Jijjiirama kana wajjin walsimsiisuuf haala jijjiiramaa taʼuu qabda. 7.Humna kee xiyyeefadhu(Concentrate your forces):- •Humna kee garmalee salphatti hin facaasina. •Kana mana humna kee bakka haleellaa tokko irratti xiyyeeffadhu. 8.Qalbii diinaa rukutuu(Strike at the enemy's heart):- •Garaan diinaa fedha falmachuu isaaniiti. •Fedhii diinaa lola cabsuu yoo dandeesse lola injifatta. 9.Gowwoomsaa fayyadamuu(Use deception):- • Gowwoomsaan waraana keessatti meeshaa cimaadha,Diina kee gowwoomsuun faayidaa argachuu dandeessa. 10.Yoom akka duubatti deebi'u beekuu(Know when to retreat):- • Yeroo tokko tokkoo, tarkaanfiin hundarra gaariin duubatti deebi’uudha. Duubatti deebi’uudhaan humna kee lola gara fuula duraatiif kunuunsuu dandeessa jedha Kitaabni "The Art of War"via Naol Nafyad @segnigudeta @WABIISG
Mostrar todo...
👍 25 6🕊 5👏 3
➊. MAARTIIN LUUTER KIING ➥ "Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu danda’a. Jibbis jibba hin balleessu, jaalala qofatu jibba balleessuu danda’a." ➥ "Humni guddaan diina ofii ofitti firoomfachuu nama dandeessisu jaalala qofaadha. Jaalalli meeshaa ati yoo of harkaa qabaatte yeroo hundumaa ittiin mootuu dha!" ➥ "Jaalalatti qabamee jiraachuuf murteesseen jira. Jibbi ba’aa ulfaataadha waan ta'eef hin baadhu!" ➋. MAAHATAMA GAANDII ➝ "Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira." ➝ "Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha." ➝ "Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu. Kan jibbamuu qabu cubbuudha malee cubbamaa miti waan ta'eef." ➝ "Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf iyyuu bilisummaa na barbaachisa. Kanaaf garbummaa keessatti du'uu koo irra amman du'uttan gara bilisummaatti adeema!" ➝ "Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin danda’u. Kan dhiifama gochuu danda'u nama beekaa, Ogeessa, hubataa fi jabaadha. Kanaaf nama dadhabaa fi gowwaa irraa dhiifama gochuu hin eegin!" ➝ "Qooda ijaa ijji haa ba’u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha." ➌. ABRAHAAM LIINKEN ➤ "Dhuma irratti kan siif lakkaa’amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jiraniidha malee!" ➤ "Abjuun koo, Amerikaan abdii addunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Akka isheen taatus nan amana waan ta'eef abjuu dhugaa abju'achaa jiraachuu koo hin shakku!" ➤ "Miilli kee bakka sirrii dhaabbachuu isaa mirkaneeffadhu! Isa booda qajeelii dhaabadhu; deemsaaf immoo fuula kee dura ilaalii arreedi!" ➤ "Muka tokko akkan muruuf sa’aatii ja’a yoo naaf kennitan, ja'an keessaa sa’aatii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa." ➤ "Kan guddaa na yaaddessu Waaqayyo nu cinaa dhaabachuu isaa miti; nuti toora Waaqayyo irra dhaabachuu keenya barbaadu irra dhaabachaa jiraachuu keenyadha, Sababni isaa Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan ta’eef." ➤ "Tooftaa cimaan diina ofii ittiin balleessan, fira ofii godhachuudhaani." ➤ "Yeroo murtaa’eef namoota hundumaa yookiin namoota muraasa gowwoomsuu dandeessa ta’a, garuu yeroo hundumaa gowwoomsuu hin dandeessu." ➤ "Abbaan abbaa kootii eenyuun iyyuu yoo ta’e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu ta’uuf akka jirudha." ➍. MAAZER TEREEZAA ➲ "Waaqayyo akka milkoofnu nu irraa hin eegu, akka nuti milkaa’uu yaallu qofa nu irraa eega malee." ➲ "Namoota dhibba tokko nyaachisuu yoo dadhabde, nama tokko nyaachisi; Tokko dhibba tokko keessa waan jiruuf!" ➲ "Namoota nurraa fagoo jiran jaallachuun salphaadha. Warra nutti dhi’oo jiran jaallachuun garuu yeroo hundumaa salphaa miti." ➲ "Wanti guddaan hammam akka kennine miti. Waan kenninetti jaalala hammamii akka daballedha." ➲ "Wanta gaarii ati har’a hojjettu, namoonni bor ni irraanfatu ta’a. Waanuma hundaafuu, waan hamaa isaan yaadachaa jiraatan hojjechuu irra waan gaarii isaan irraanfatan sana hojjedhu!" ➲ "Addunyaa keenya irraa daabboo dhabanii du’aa kan jiran hedduudha, jaalala dhabanii du’aa kan jiran immoo isaan sana irra ni caalu." ➲ "Wanti nuti hojjennu coba galaanaa caalaa xiqqaadha. Yoo nuti keessaa hafne garuu galaanichi waan dhabuu hin qabne tokko dhabeera jechuudha." ➎. NIILSEN MAANDEELLAA ➪ "Addunyaa kana jijjiiruuf meeshaa guddaan, hunda caalaa humna qabu barnoota dha!" ➪ "Namoota isaan kaan of dura buusanii ofii booda ta’anii hoogganuun gaariidha, keessumaa yeroo injifannoo fi wantoonni gaggaariin nu mudatan dursa warra gaggeessinuuf kennuu qabna. Yeroo balaan jiru garuu ofii fuula dura dhaabachuun gaariidha. Isa booda namoonni hooggansa keenya ni ajaa’ibsiifatu, ni jallatamnas." ➪ "Namni tokko itti ol ba’uuf gaaronni hedduun akka isa hafan kan argu, gaara tokko erga ol ba’ee booda dha." ➪ "Hamma hojjetanii arganitti hojiin hundumtuu waan hin danda’amne fakkaata, ta'us hojiin hin hojjetamin isa hojjechuuf hin yaalamin jiruudha malee isa dadhabame miti!"
Mostrar todo...
👍 9 3👏 3
➪ "Afaan inni hubachuu hin dandeenyeen nama tokkotti yoo dubbatte dubbiin kee gara mataa isaa deema. Afaan isaatiin yoo itti dubbatte garuu dubbichi gara laphee isaa deema." ➪ "Diina kee waliin nagaa buusuu yoo barbaadde, isa waliin hojjechuu fi gaarii ta'uufi qabda. Isa booda innuu fira siif ta’a." ➪ "Namoonni jajjaboon nagaaf jedhanii dhiifama gochuu hin sodaatan. Dadhaboonni garuu hiika nagaa waan hin beekneef dhiifama gochuus hin beekan!" ➪ "Lammiileen ishee hamma baratanitti, biyyi guddachuu dandeessu hin jirtu. Sababni isaa guddinni biyyaa barachuu dhalootaa keessa waan jiruuf!" ➪ Abjuun koo Afrikaa nagaa qabdu arguudha, nagaan jiraannan hundumaas akka qabaannu nan beeka!" 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
Mostrar todo...
👍 29
■ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti." — (Biilii Giraam) ■ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa." — (Biilii Giraam) ■ "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu." — (Looyid Joonsi) ■ "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata." — (Shiikeeraa) ■ "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin." — (Ingilizoota) ■ "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu." — (Giriikota) ■ "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi." — (Araboota) ■ "Beekumsi nyaata lubbuuti." — (Pilaatoo) ■ "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif." — (Abrahaam Liinkan) "Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha." — Albart Staayin "Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti." — Sooqiraxas "Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!" — Abrahaam Linkan "Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!" — Abrahaam Linkan "Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba." — Abrahaam Linkan "Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya." — Sheekispiir "Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu." — Edmand Bark "Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata." — Antoon Cheevak "Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!" — Wiiliyaam Jaamsi "Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu." — Joon F. Keneediin "Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema." — Joon F. Keneediin "Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!" — W. Sheekispiir 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
Mostrar todo...
👍 15🔥 6 3
➊. Abrahaam Liinken — Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu. — Waan feete ta'i; garuu itti cimi! — Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u. — Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmu ka'uu keef! ➋. Beenjaamiin Firaankiliin — Namni obsa qabaachuu danda’u waan barbaadu argachuu danda’a. — Qophaa 'uu yoo dadhabde kufaatiif qophoofta. — Yookiin waan dubbifamuuf malu barreessi! — Yookiin waan barreeffamuuf malu hojjedhu! — Investimentiin beekumsa irratti ta'u dhala hunda caalu namaaf kaffala. — Foddaan mana kee fuullee yoo qabaate, ollaa keetti dhagaa hin darbatin! ➌. Guutamaa Budihaa — Kan nuti taanee jirru bu'aa wanta nuti yaadneeti. — Namni ogummaadhaan jiraatu du'ayyuu hin sodaatu. — Yoo waa dubbachuu feete yeroo hundumaa dubbiin sun dhugaa, barbaachisaa fi gaarii ta'uu of gaafadhu! — Okkoteen copha cophaan guutti! — Gammachuun keessa keetii dhufa, alaa hin eegiin! — Rakkoon kee maali seete? Yeroo qaba jettee yaadda. ➍. Maatamaa Gaandii — Namni dadhabaan dhiifama hin godhu. Dhiifama gochuun amala nama jabaati. — Gammachuun yeroo waan ati yaaddu, waan ati dubbattuu fi waan ati hojjettu tokko ta'aniidha. — Namni gaariin michuu uumama hundumaati. — Namni bu'aa yaadota isaati, waan yaadu ta'a. ➎. Maartiin Luuter Kiing — Umurii qofaa lakkaa'uu dhaan dheerina yeroon namaa nyaatame caalaa kan nama gaddisiisu hin jiru. — Humni diina ofi irratti jijjiiruu danda’u tokkichi jaalaladha. — Namni dhiifama gochuuf humna dhabe, jaalachuuf humna hin qabu. — Urjoota arguu kan dandeessu dukkana keessatti qofaadha. — Fincilli sagalee warra hin dhaga'amneeti. ➏. Maazar Tereezaa — Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaalachuuf yeroo hin qabaattu. — Jechoonni gaggaariin gabaaboo fi salphoo ta'uu danda’u, sagaleen isaanii garuu dhuma hin qabu. — Namoota dhibba nyaachisuu yoo dadhabde tokko qofa nyaachisi! — Hojiin jaalala hin qabne garbummaadha. — Jireenyi namoota kaaniif hin jiraatamin jireenya miti. 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎ 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
Mostrar todo...
👍 7🥰 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
🎉 19👍 9 8
Barsiisaa Tokkotu barattoota isaa keessaa barattoota shan filachuun Agarsiistuu /Maxaantirii/ Haalluu adda addaa argisiisuu laatefi. Sana booda gabatee gurraacha fuuldura isaanii jiru haalluu isaan arga hunda irraa adda ta'e dibee "haalluu akkamiituu sinitti mul'ata?" jechuun gaafate. Hundi isaanituu wanta itti mul'atu halluu adda addaa deebisaniif. Barattoota taa'anii ilaalaa turanitti garagaluun "ijoollen kun akkamitti walii galuu danda'u?" jechuun gaafate. Namoonni muuraasni yaalanis sirrii miti jedhaman xumura irratti mucaan tokko harka ishee baastee akkas jettee deebiste. "Dhuunfaa dhuunfaan wanti isaan arganiifi deebisan. Garuu deebii wal-tawaa argachuuf marti isaaniyyuu agarsiistuu isaanii baafachuu qabu" jette. Dhugaadha nutihoo maal ilaalaa jirra? kan dhuunfaa keenyatimoo kan hawaasa keenyati. Caluma jennee lafaa ka'uun anatu siif beeka jechuun dura nama sana beekuun ni dursaatii kopheen ani keessa dhaabbadhe keessa dhaabbattee yoo hin ilaalin wantan ani argu arguu hin dandeessu. 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎ 👍        ❤        🗨️             ♂️ ˡⁱᵏᵉ       ʳᵉᵃᶜᵗ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ     ˢʰᵃʳᵉ
Mostrar todo...
31👍 14👏 2
𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘀𝗼𝗼𝗿𝗮𝘁𝗮 𝘀𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂        MILKAA'INA |#SUCCESS ❍Milkaa'uu yoo barbaadde gatiin isaa maal akka ta'e barbaadi sana booda kaffali.          𝆺𝅥Iskoott Adam ❍Milkaa'inni furtuu gammachuu miti. Gammachuun furtuu milkaa'inaati. Waan hojjettu yoo jaallatte milkaa'ina argatta.        𝆺𝅥Hermaan Qaayin ❍Milkaa’inni kuftee caalaa yeroo tokko qofa ka’uu of keessaa qaba.        𝆺𝅥Oliivar Gooldsmith ❍Hanga hin dhaabbannetti hammam suuta deemtu homaa hin qabu.        𝆺𝅥Konfishiyaas ❍Galmi bira gahuu akka hin dandeenye yeroo ifa ta'u galma hin sirreessinaa, tarkaanfii gochaa sirreessaa.        𝆺𝅥Konfishiyaas ❍Dhiira milkaa'aa hunda duuba waggoonni hin milkoofne baay'eedha.        𝆺𝅥Boob Braawuun ❍Ganama ganama kutannoodhaan ka'uu qabda yoo itti quufinsa ciifte.       𝆺𝅥Joorji Loorimer ❍Amalli salphaa fi callisee guddachuu hin danda’u. Muuxannoo qormaataa fi gidiraa qofaan lubbuun cimuu danda’a.        𝆺𝅥Helen Keelar ❍Milkaa’inni nama ta’uuf yaadame jettee amantu ta’uuf ija jabina, kutannoo fi fedhii qabaachuu jechuudha.        𝆺𝅥Joorji Sheehan ❍Addunyaa kana irratti jijjiirama fiduu akka hin dandeenye kan sitti himan gosa lamatu jira: warra yaaluun sodaattee fi warra si sodaattee milkoofta.        𝆺𝅥Raay Goforth ❍Garaagarummaan nama milkaa’aa fi namoota biroo gidduu jiru humna dhabuu osoo hin taane, hanqina beekumsaa osoo hin taane, fedhii dhabuudha.        𝆺𝅥Viins Loombardii ❍Milkaa’inni kufaatii dhabuu miti; kufaatii keessa darbuudha.        𝆺𝅥Aisha Tyler ❍Milkaa'inaaf iccitiin hin jiru. Bu’aa qophii, hojii cimaa fi kufaatii irraa barachuuti.          𝆺𝅥Kooliin Paawel ❍Milkaa'inni milkaa'ina irratti hin ijaaramu. Kufaatii irratti ijaarame. Mufannaa irratti ijaarame. Yeroo tokko tokko balaa irratti ijaarama.          𝆺𝅥Dhagaa Diimaa Ganna ❍Wanti ati barbaadde hundi sodaa gama biraa jira.        𝆺𝅥Joorji Addaa ❍Milkaa'inni gochaan kan walqabatu fakkaata. Namoonni milkaa'an sochii isaanii itti fufu. Dogoggora ni hojjetu, garuu hin dhiisan.         𝆺𝅥Konraad Hiltoon ❍Gochoota bu’a qabeessa ta’an callisee xiinxaluudhaan hordofaa. Callisee calaqqisu irraa tarkaanfiin daran bu’a qabeessa ta’e ni dhufa.        𝆺𝅥Piitar Diraakar ❍Dhiironni gadi fagoo carraatti amanu. Dhiironni ciccimoon sababaafi bu’aa ni amanu.       𝆺𝅥Raalf Waaldoo Emersan ❍Namoota biroo beekuun sammuudha; of beekuun ogummaa dhugaati. Namoota biroo irratti dandeettii qabaachuun humna; ofitti qabachuun humna dhugaati.             𝆺𝅥Lao Tzu 𝆺𝅥Yoo qeeqxoota hin qabne ta'e milkaa'ina tokkollee argachuun kee hin oolu.       𝆺𝅥Malcolm X ❍Milkaa'uuf fira si barbaachisa baay'ee milkaa'uuf immoo diina barbaachisa.         𝆺𝅥Siidnii Sheeldon ❍Milkaa'inaaf foormulaa mirkanaa'e siif kennuu hin danda'u, garuu kufaatiidhaaf foormulaa siif kennuu nan danda'a: yeroo hunda nama hunda gammachiisuuf yaali.             𝆺𝅥Herbert Bayard Swope ❍Milkaa'inni jireenyaa dhibbeentaa torbaatamaan mul'achaa jira.        𝆺𝅥Wuudii Alen @segnigudeta @WABIISG 👍        ❤        🗨️             ♂️ ˡⁱᵏᵉ       ʳᵉᵃᶜᵗ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ     ˢʰᵃʳᵉ
Mostrar todo...
👍 72 18👏 3
♻️♻️♻️JECHOOTA HAYYOOTA♻️♻️ --------- @Jechoota_kakaumsaa1 -------------- ♻️~. Maallaqni hin dubbatu,garuu soba dhugaa fakkeessa. (South African) ♻️~Namni akka itti jiraatu beeku, beekumsa ga'aa qaba. (Swedish) ♻️~Iccitiin akkuma Simbirroo ogguma nama harkaa baatu balali'uu eegalti. (Saudi Arabia) ♻️~Waa'ee Qilxuu, Qilxuu irraa baradhu, waa'ee Birbirsaa immoo Birbirsa irraa baradhu. (Zen) ♻️~Beekumsa (ogummaa) kee guyyaa tokkoof yoo dagatte, inni immoo guyyaa lamaaf si dagata.(Chinese) ♻️~Yoo manni kee laga qarqara ta'e, naacha fira godhadhu. (Indian) ♻️~. Duuti maqaan isaa hin tolu. Ykn ni ture jedhu;ykn immoo ni ariifate jedhu. (Engliz) ♻️~ Nama Giriikii tokko erga harka fuutee booda,quboota kee lakkaawwadhu. (Albanian) ♻️~. Keessummummaa ganda harree dhaqxee waa'ee gurraa hin haasa'iin. (Jamaican) ♻️~. Simbirroon Allaattii duuba fiigdu, waan inni baqatu seeti. (Japanese) ♻️~. Jabanaan kee inni haaraan akka bishaan baatu hanga mirkaneeffattutti, isa moofaa hin gatiin.Swedish) --Dubistee utuu hin xuqiin hin darbiin👍share --------- 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
Mostrar todo...
👍 106 26
Namni ogeessi akka nama wallaalaatti hojjachuu danda'a, wallaalaan garuu akka ogeessaatti hojjachuu hin damda'u. Maalkom Eksi (X). ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
Seeroota warqee(Top 15 Golden Rule) hariiroo nama walinni ilaalchisee hubachu qabdu: * 1.Dhaggeeffataa cimaa ta’i(Be an active listener):- •Deebii kennuu dura ilaalcha nama biraa dhugaadhaan dhaga’uun hubachuu qabdu 2.Amanamummaa fi iftoomina qabaachuu(Be honest and transparent) :- •Amanamummaan wal amantaa uumuu fi hariiroon cimsa deemuudha. 3.Gaarummaa fi kabajaan dubbadhu(Speak with kindness and respect): •Jechoonni nutti fayyadamuun ol kaasuu ykn diiguu waan danda’aniif ogummaadhaan filadhu dubbadhu. 4.Tilmaama hin godhin(Don't make assumptions):- •yeroo hunda gaaffii gaafachuu fi hubannoo dogoggoraa akka hin uumamneef ibsa barbaaduun qalbeeffachu. 5.Haasawa tokko tokkoon taasifamuuf yeroo rammadi(Set aside time for one-on-one conversations): •Hariiroo gadi fageessuuf yeroon qulqullina qabu barbaachisaa dha. 6.Galata ibsuu(Express gratitude): •Amala gaarii fi gocha nama biraa dinqisiifachuu fi beekamtii kennuu dubbii walinni keessatti murteessadha. 7.Garaadhaan dhiifama gaafadhu(Apologize sincerely): •Dogoggora kee irratti abbummaa fudhadhuu sirreessii sanan boodaa laphee irraa dhifamma godhi. 8.Garaa laafina agarsiisi(Show empathy): •bakka nama biraa of kaa’iitii miira isaa hubachuuf yaali malee hinmudaminni. 9. Komachuu fi salphisuu irraa fagaachuu(Avoid blaming and shaming): •komachuu bayyisuu dhiistee furmaata barbaaduu irratti xiyyeeffadhu. 10.Yeroo hundaa jechaa "ati" jedhu dhiistee "ani" jedhu fayyadamuu(Use "I" statements instead of "you" statements): kana jechuun Miiraa fi yaada keetiif itti gaafatamummaa fudhacha deemu qabda. 11.Yeroo barbaachisaa ta'etti boqonnaa fudhadhu(Take breaks when needed): •Yeroo miirrii ol ka'u duubatti deebi'anii wal hubacha deemuun murteessadha. 12.Sammuu banaa(Be open-minded): •yaada garaa garaa dhaggeeffachuu fi ilaalcha biroo gaarii ummachuun Wal hubachuuf Sammuu banaa qabachu. 13.Waadaa hordofuu(Follow through on commitments): Amanamummaan amantaa kan ijaaruu fi kutannoo agarsiisa. 14.Jireenya nama biraatiif fedhii agarsiisuu(Show interest in the other person's life): •waa’ee hojii bohaartii,fedhii fi hawwii isaanii gaafadhu. 15. Obsaa(Be patient): •Hariiroo cimaa ijaaruun yeroo fi carraaqqii gaafata,garuu ammoo bu'aan isaa gatii guddaa qaba. 👉Kanneen kana fakkaatan argachuuf telegram keenya mil'adhaa. 👉CHANNEL👇👇👇👇 https://t.me/Starstudent 👉GROUP DISCUSSION👇👇👇 https://t.me/HopeFutureHF
Mostrar todo...
43👍 41
Milkaa'uu yoo barbaadde gatiin isaa maal akka ta'e barbaadi sana booda kaffali. 𝆺𝅥Iskoott Adam ❍Milkaa'inni furtuu gammachuu miti. Gammachuun furtuu milkaa'inaati. Waan hojjettu yoo jaallatte milkaa'ina argatta. 𝆺𝅥Hermaan Qaayin ❍Milkaa’inni kuftee caalaa yeroo tokko qofa ka’uu of keessaa qaba. 𝆺𝅥Oliivar Gooldsmith ❍Hanga hin dhaabbannetti hammam suuta deemtu homaa hin qabu. 𝆺𝅥Konfishiyaas ❍Galmi bira gahuu akka hin dandeenye yeroo ifa ta'u galma hin sirreessinaa, tarkaanfii gochaa sirreessaa. 𝆺𝅥Konfishiyaas ❍Dhiira milkaa'aa hunda duuba waggoonni hin milkoofne baay'eedha. 𝆺𝅥Boob Braawuun ❍Ganama ganama kutannoodhaan ka'uu qabda yoo itti quufinsa ciifte. 𝆺𝅥Joorji Loorimer ❍Amalli salphaa fi callisee guddachuu hin danda’u. Muuxannoo qormaataa fi gidiraa qofaan lubbuun cimuu danda’a. 𝆺𝅥Helen Keelar ❍Milkaa’inni nama ta’uuf yaadame jettee amantu ta’uuf ija jabina, kutannoo fi fedhii qabaachuu jechuudha. 𝆺𝅥Joorji Sheehan ❍Addunyaa kana irratti jijjiirama fiduu akka hin dandeenye kan sitti himan gosa lamatu jira: warra yaaluun sodaattee fi warra si sodaattee milkoofta. 𝆺𝅥Raay Goforth ❍Garaagarummaan nama milkaa’aa fi namoota biroo gidduu jiru humna dhabuu osoo hin taane, hanqina beekumsaa osoo hin taane, fedhii dhabuudha. 𝆺𝅥Viins Loombardii ❍Milkaa’inni kufaatii dhabuu miti; kufaatii keessa darbuudha. 𝆺𝅥Aisha Tyler ❍Milkaa'inaaf iccitiin hin jiru. Bu’aa qophii, hojii cimaa fi kufaatii irraa barachuuti. 𝆺𝅥Kooliin Paawel ❍Milkaa'inni milkaa'ina irratti hin ijaaramu. Kufaatii irratti ijaarame. Mufannaa irratti ijaarame. Yeroo tokko tokko balaa irratti ijaarama. 𝆺𝅥Dhagaa Diimaa Ganna ❍Wanti ati barbaadde hundi sodaa gama biraa jira. 𝆺𝅥Joorji Addaa ❍Milkaa'inni gochaan kan walqabatu fakkaata. Namoonni milkaa'an sochii isaanii itti fufu. Dogoggora ni hojjetu, garuu hin dhiisan. 𝆺𝅥Konraad Hiltoon ❍Gochoota bu’a qabeessa ta’an callisee xiinxaluudhaan hordofaa. Callisee calaqqisu irraa tarkaanfiin daran bu’a qabeessa ta’e ni dhufa. 𝆺𝅥Piitar Diraakar ❍Dhiironni gadi fagoo carraatti amanu. Dhiironni ciccimoon sababaafi bu’aa ni amanu. 𝆺𝅥Raalf Waaldoo Emersan ❍Namoota biroo beekuun sammuudha; of beekuun ogummaa dhugaati. Namoota biroo irratti dandeettii qabaachuun humna; ofitti qabachuun humna dhugaati. 𝆺𝅥Lao Tzu 𝆺𝅥Yoo qeeqxoota hin qabne ta'e milkaa'ina tokkollee argachuun kee hin oolu. 𝆺𝅥Malcolm X ❍Milkaa'uuf fira si barbaachisa baay'ee milkaa'uuf immoo diina barbaachisa. 𝆺𝅥Siidnii Sheeldon ❍Milkaa'inaaf foormulaa mirkanaa'e siif kennuu hin danda'u, garuu kufaatiidhaaf foormulaa siif kennuu nan danda'a: yeroo hunda nama hunda gammachiisuuf yaali. 𝆺𝅥Herbert Bayard Swope ❍Milkaa'inni jireenyaa dhibbeentaa torbaatamaan mul'achaa jira. 𝆺𝅥Wuudii Alen ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
👍 86 12😢 10👏 8🔥 5
Jechoota Elon Field 20n Irra Caalan! ❶"Mana barumsaa fi barnoota hin burjaajessinaa. Ani Harvard hin deemne, garuu warra Harvard seenan qacareera." ❷ "Namoonni idilee idilee ta'uu dhiisuu filachuu danda'u." ❸"Yookiin waan tokko dhugoomu arguu nan danda'a yookaan warra akka raawwatamu taasisan keessaa tokko ta'uu nan danda'a." ❹"Yaada gadhee hiriyyoota kee dhiyoo irraa dhufaniif xiyyeeffannoo addaa kenni. Yoo akkas goote ni fayyadamta. " ❺"Filannoo bilisaa keetiin karaa hundarra gaarii fi sirrii ta'eedha boru tilmaamuuf." ❻"Kitaabota yeroo ogummaadhaan akka itti fayyadamtu si gargaaran hin dubbisne." ❼"Beekumsi kee humna siif kenna. Amalli kee gaariin siif kabaja." ❽"Kufaatiin filannoodha. Wantoonni qormaataa fi fedhii malee yoo hin taane waan haaraa hin uumtu." ❾"Yeroon kolleejjii ture waan addunyaa jijjiiru keessatti hirmaachuu barbaada ture." ❿"Yoo hirribaa dammaqxee guyyaan kee gaarii ta'a jettee yaadde guyyaan kee ifa ta'a." ⓫"Obsi humna. Kanaaf obsa barachaa jira. Barumsi akka obsa cimaan hin jiru." ⓬"Warra baallee cimaa qaban qofatu kophaa balali'a." ⓭"Yeroo hunda waa'ee waan gaarii hojjechuuf yaadi. Of gaafachuu hin dhiisin." ⓮"Abbootiin qabeenyaa torbanitti sa'aatii 100 hojjetan maraattota. Nama biraatiif sa'aatii 40 hojjechuuf yeroo hin qaban. " ⓯"Warra yeroo dheeraaf jibba qabaniif jireenyi gabaabaa dha." ⓰ "Jireenya kee keessatti kufaatii hedduu qabda. Garuu akka mo'amtu gonkumaa of hin hayyamu." ⓱ "Jireenyi rakkoo furuu ta'uu qaba." ⓲"Namoonni kaayyoo isaanii fi sababa isaanii yoo beekan caalaatti hojjetu." ⓳"Ani digrii aerospace hin qabu. Garuu kitaabota baay'een dubbiseera. Namoota ciccimoo waliin haasa'eera. Kuusaa gurguddaa waliin hojjedheera." ⓴"Ani yaadda'een ture. Natti balleesseera. Nan arrabsame. Wanti hundinuu dhumeera." ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
👍 33 2🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
Bara Jireenya Kee Keessatti Wanta gaarii goote maraaf deebiisaa namarraa hin eegin. Yoo akkas yaadda ta'e deebiin Ati Eegdu faallaa ta'uu danda'a. Inni ammoo gaarii dalaguurraa Si Fegeessa. Kanaaf ofiif Jedhiitoo wantoota gaarii Hojjadhu. 🙏 @WABIISG @segnigudeta
Mostrar todo...
👍 68🥰 11 8🔥 7😢 5🎉 2
Photo unavailableShow in Telegram
Mul'ata(vision) Nama ta'uu barbaaddu fi bakka ga'uu barbaaddu sammuu kee keessatti Mul'ata ta'ee uumama.
Mostrar todo...
28👍 12👌 2
Photo unavailableShow in Telegram
Sammuun qaroo ta'ee uumame... Deebi'ee hindukkanaa'u!! @WABIISG
Mostrar todo...
👍 17 1
💬
Mostrar todo...
👍 34👏 5🙏 4
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 3 3
Iid Mubaarak Hordooftoota Amantaa Islaamaa hundumtuu, baga Ayyaana Sooma hiikkaa(Iid Al Faxirii) 1445 ffaan nagaan isin gahe!
Mostrar todo...
13👍 4🎉 2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
00:03
Video unavailableShow in Telegram
Eid-ul-Fitr Eid Mubarak ...
Mostrar todo...
0.05 KB
Bill Gates - "Guyyaa milkaa'inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha." Warren Buffet - "Amanamummaan kennaa baay'ee mi'aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin." Bruce Lee - "Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, yoo walhubachuun jiraate." Albert Hubbard - "Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda'a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda'u." Robert Kiosks - "Kufaatiin warra sodaatan naasisa, moo'attoota immoo ni jabeessa." Abraham Lincoln - "Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan." Audrey Hepburn -  "Wanti kamiyyuu ni danda'ama." "Nothing is impossible, the word itself says "I'm possible." Maya Angelou -  "Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan." Mike Ditka - "Warra Moo'attoota keessaa kan baatu yoo yaaluu dhiifte." ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
👍 55 3🔥 1🥰 1😢 1
Arraba beektotaa irraa 🔴 "Hireen dhimma carraa osoo hin taane, dhimma filannooti."                (Wiiliyam Jeenings Biraayiin) 🔴 "Namoonni milkaa'uu barbaadu, garuu namoota milkaa'an ni jibbu."                 (Kaarota Gubbaa) . "Egeree kee tilmaamuuf karaan hundarra caalu  eegeree kee uumuudha."                 (Alen Keey) 🔴 "Milkaa'inni kan dhufu warra yeroo isaanii harka caalu waan barbaadan irratti dabarsaniidha."                 (Heenrii Deevid) "Warra guddaa kufuuf ija jabaatan qofatu milkaa'ina guddaa argachuu danda'a."                 (Roobert F. Keeneedii) "Warri jajjaboon kufanii ka'an, warri dadhabaan garuu gadi hafu."                  (Toomaas Woolfii) "Mo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda."                  (Sukkaara Reey Roobinsan) "Karoora jireenyaa mataa keetii yoo hin tolchine karoora namoota biroo keessa jiraachuun siif hiree ta'a."                   (Jim Roon) jedhamu. 🔴 "Foormulaa milkaa'ina siif kennuu hin danda'u. Garuu foormulaa kufaatii siif kennuu nan danda'a. Sun nama hunda gammachiisuuf yaaluudha."                 (Haarbart Swoop) 🔴 "Sooressa ta'uuf maallaqa argachuu qofa osoo hin taane, maallaqa qabdu akkamitti akka qusattu beekuu qabda."                 (Beeniyaamin Firaankiliin) 🔴 "Jireenya salphaa ta'eef hin kadhatin. Haa ta'u malee, jireenya ulfaataa kana fudhachuuf humna qabaachuuf cimsitee kadhadhu."        (Bruusii Lii) @segnigudeta @wabisegni
Mostrar todo...
👍 19🥰 6👏 4 3
MOO'ATAA TA'I! ▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Moo'attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. Moo'amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu. ❍ Moo'attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa qabu. Moo'amtoonni garuu sagantaa dhabuu isaaniif sababa garaagaraa dhiheessu. ❍ Moo'ataan "siifan hojjedha" siin jedha. Moo'atamaan garuu "kun hojii koo miti, ana hin ilaallatu" siin jedha. ❍ Moo'ataan rakkoo kamiifiyyuu furmaata barbaada. Moo'atamaan garuu furmaata kamiifiyyuu hanqina yookin mudaa barbaada. ❍ Moo'ataan "ulfaachuu danda'a garuu hojjechuun ni danda'ama" siin jedha. Moo'atamaan immoo, "Gochuun ni danda'ama garuu ulfaataadha" siin jedha. ❍ Moo'ataan wayita dogoggoru "nan dogoggore" jedha. Moo'atamaan immoo "Dogoggora koo miti" jedha. ❍ Moo'ataan waan hojjechuu qabu ni murteeffata. Moo'atamaan garuu yeroo biraa akka hojjetu waadaa siif seena. ❍ Moo'attoonni mul'ata qabu. Moo'amtoonni hawwii qabu. ❍ Moo'attoonni "hojjechuun qaba" jedhu. Moo'amtoonni immoo "hojjetamuu qaba" siin jedhu. ❍ Moo'attoonni garee tokkotti makamanii waliin hojjechuu ni danda'u. Moo'amtoonni garuu hin danda'an. ❍ Moo'attoonni waan argatan yaadu. Moo'amtoonni immoo waan dhaban yaadu. ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
👍 39
Dargaggeessa ta'uun gaariidha. Yoo yoo qarshii dhabde fayyaa qabda. Bifa yoo dhabde sammuu qabda. Beekumsa dhabdus of tuuluu ni qabaatta. Jaalala yoo qabaachuu baatte abdii ni qabaatta. Gammachuu yoo dhabde aarii qabda. Yoo dhiphinni sitti baay'ate warraaqsa jalqabda. Namni si beeku yoo jiraatellee dargaggeessa waan taateef seenaa salphaa ni qabaatta. ♻️Share Galatoomaa👇 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 !
Mostrar todo...
28👍 8🥰 2👏 2😢 1
1. Mul'ata Ifa Ta'e Qabaadhu: Maal galmaan gahuu barbaadda? Kaayyoon kee maali? Mul’ata ifa ta’e qabaachuun kee xiyyeeffannaan akka turtuu fi murtoo fooyya’aa akka gootuuf si gargaara. 2. Ciminaa fi Hanqina Kee Hubadhu: Maal irratti dandeettii qabda? Maal irratti immoo dandeettii hin qabdu? Ciminaa fi hanqina kee beekuun garee dandeettii kee dabalu ijaaruuf si gargaara. 3. Dorgommii Kee Beeki: Dorgomtoonni kee eenyu fa'i? Wanta gaarii maal hojjechaa jiru? Maal immoo balleessaa jiru? Dorgommii kee hubachuun kee dursitee akka turtuuf si gargaara. 4. Balaa Dhufuu Danda'u Fudhachuuf Fedhii Qabaadhu: Kaayyoo kee galmaan ga’uuf balaa dhufuu danda'u fudhachuuf fedhii qabaadhu. 5. Jijjiiramaa Ta'i: Addunyaan yeroo hunda jijjiiramaa waan jirtuuf karooraa fi tooftaa kee akka barbaachisummaa isaatti madaqsuuf fedhii qabaadhu. 6. Itti Cichi: Abjuu keetiif abdii hin kutatin. Hammamiyyuu rakkisaa ta'ee yoo sitti mulʼate, waan barbaaddeef falmuu kee itti fufi. 7. Garee Cimaa Ijaari: Namoota dandeettii fi kaka'umsa qaban kanneen mul'ata kee wajjin walsimaniin of marsi. 8. Haala Bu’a Qabeessa Ta’een Haasa’i: Namoonni garee kee keessaa hundi fuula tokko irratti akka argaman mirkaneessi. Mul’ata kee bifa ifaa fi gabaabaan dabarsi. 9. Milkaa'ina Kee Kabaji: Yeroo galma tokko galmaan geesse milkaa'ina kee kabajuuf yeroo fudhadhu. Kunis akka itti fuftuuf si kakaasuuf gargaara. 10. Dogoggora Kee Irraa Baradhu: Namni hunduu ni dogoggora. Wanti guddaan dogoggora irraa barachuu fi dogoggora tokko yeroo lama hojjechuu dhiisuudha. Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
15👍 8
1. Milkaa'ina kee irratti gufuun guddaan addunyaa si'in ala jiru osoo hin taane addunyaa keessa kee jirudha: Sodaan, shakkiinii fi tasgabbii dhabuun kee diina dhugaa injifachuu qabdudha. 2. Sodaan dhugaa miti: Sodaan miira yoo ta’u, miirrii immoo dhugaa miti. Sodaan sitti dhagahama waan ta’eef qofa, wanti sodaachuu qabdu jira jechuu miti. Sodaan miira humna guddaa qabu ta'us, waan ittiin to'atamuu qabdu miti. 3. Ati waan yaadde caalaa cimaadha: Waan hubattu caalaas dandeettii qabda. Sodaa kee mo'attee kaayyoo kee galmaan ga'uuf humna qabda. Sodaan kee jireenya kee isa gaarii jiraachuu irraa si hin dhowwiin. 4. Galma baafadhu akkasumas tarkaanfii fudhadhu: Lola keessoo kee injifachuu yoo barbaadde galma baafachuu fi tarkaanfii fudhachuu qabda. Waan galmaan gahuu barbaaddu qofa teessee abjuudhaan hin abjootin. Karoora baafadhuutii har'uma galma kee ga'uuf hojjechuu jalqabi. 5. Abdii hin kutin: Daandiin milkaa'ina yeroo hunda salphaa miti. Yeroon abdii kutachuu barbaaddu ni jiraata. Garuu yoo abdii kutatte gonkumaa kaayyoo kee galmaan hin geessu. Kanaaf qabsaa'uu itti fufi, gara fuulduraatti dhiibuu itti fufi, abjuu keetiif gonkumaa abdii hin kutatin. 6. Ofii keetiif gaarummaa qabaadhu: Ati qeeqaa kee isa hamaa dha. Garuu ofiif gaarummaa qabaachuu qabda. Dogoggora kee irratti of hin miidhiin. Isaan irraa barachaa itti fufi. 7. Yeroo ammaa keessa jiraadhu: Waan darbe keessa hin jiraatiin akkasumas waa'ee egeree hin yaadda'iin. Yeroo ammaa kana irratti xiyyeeffachuun imala keetti gammadi! 8. Waan qabduuf galateeffadhu: Waan hin qabne irratti xiyyeeffachuun salphaadha. Garuu waan qabnuuf galateeffachuun barbaachisaadha. Galateeffannaan wantoota gaarii jireenya kee keessatti argaman dinqisiifachuu fi yaada gaarii qabaachuuf si gargaara. 9. Namoota biroo gargaari: Namoota biroo gargaaruun addunyaa kana irratti jijjiirama fiduuf akkasumas ofiif miira gaarii akka qabaattuuf karaa gaarii dha. Akkasumas waan qabduuf caalaatti akka galateeffattu si taasisa. 10. Kaayyoodhaan jiraadhu: Kaayyoon jireenya kee maali? Maal irratti quuqama qabda? Kaayyoo kee barbaadiitii akkaataa sanaan jireenya kee jiraadhu. » Barumsi kun lola keessoo kee injifachuu fi jireenya gammachiisaa akka jiraattuuf akka si gargaaru abdiin qaba. Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
9👏 1
AMALOOTA HIRIYAA SOBAA 10! | ▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasa'u, gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadan malee! ➋. Gaarummaa kee akka gowwummaatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu, gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu, si cufu, amala sitti jijjiiratu! ➌. Milkaa'ina keetitti hin gammadan, akka ati isaan dursitee milkooftu hin fedhan, yookiin milkaa'ina isaanii sitti odeessanii akka sitti dhaga'amu godhu barbaadu! ➍. Yeroo hunda gadi si qabu, bifa keetiin, amala kee qeequ, filannoo kee akka jibbitu si godhu, walumaa galatti akka gadi aantummaan sitti dhaga'amu si gochuu barbaadu! Isaan malee ati akka faayidaa hin qabne godhani si duuba waa'e kee namoota birootiif odeessu !! ➎. Yeroo siif hin kennan, si hin dhaggeeffatan, rakkoo isaanii akka dhageeffattu barbaadu, yeroo hunda negative dha! Of jaalatu, amala isaanii hin beektu, ni jijjiiramu, yeroo hunda sababa baay'isu, gaafa ati barbaaddu amala akkasii agarsiisu! Iccitii kee si irraa baasuu barbaadu, garuu kan isaanii immoo siif himuu hin fedhan! ➏. Si to'achuu barbaadu, waan uffachuu qabdu, nyaachuu qabdu, eenyu waliin akka dubbachuu fi deemuu hin qabne sitti himu, yoo nama tokko jibban atis akka isaanitti nama sana akka jibbitu barbaadan! ➐. Akka ofiif fedhanitti si jijjiiruu barbaadu, fedhinnaa kee fi wanta jaalattu akka jibbitee kan isaan jaalatan sana waliin jaalattu si gochuu barbaadu! Karaa gaarii fi wanta si fayyadu akka hordoftu hin fedhan, karaa isaan jaalatan qofa akka ati hordoftu si gochuu barbaadu! ➑. Jibbaa fi oduu sobaa facaasu waa'ee nama biraa.. Kana jechuun si irrattis akkasuma duuba kee deemanii waa'ee kan kee xureessanii haasa'uu barbaadu jechuudha! Waan ati iccitiidhaan itti himte, si duuba deebi'anii nama biroof odeessu! Dafanii sitti mufatu, dafanii ammaas deebi'anii sitti araaramu! ➒. Yeroo hunda siin dorgomu, yoo ati wanta haaraa tokko goote isaaniis ni godhu, yoo siin dorgomuu hin dandeenye wanta sana akka jibbitu si godhu! ➓. Siif waan baay'ee akka ta'an, tola akka oolan sitti himu yookiin si duuba odeessu! Akka ati isaan malee nama biraa hiriyaa godhachuu hin dandeenye godhaniiti yaadu! Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 18🔥 1🤩 1
Sadarkaalee 25 (Digdamii Shan) Nameenya (Personality) Gaarii Gabbifachuuf Fayyadan | ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 1ffaa: Itti gaafatamummaa fudhachuu! 2ffaa: Namoota biroof dursa kennuu! 3ffaa: Atis namootni biroonis akka injifatan hawwi! 4ffaa: Jechoota dubbattu of eeggannoon filadhu! 5ffaa: Namoota hin ceepha'in, hin mormin! 6ffaa: Kolfi; nama gaarii ta'i! 7ffaa: Amala namoota gara gaaritti hiikkadhu! 8ffaa: Namoota sirriitti dhaggeeffadhu! 9ffaa: Dharraa injifachuu qabaachuu! 10ffaa: Namoota garaa kee irraa jaji! 11ffaa: Wayita dogoggortu amanii irra darbi! 12ffaa: Mari'adhu; malee hin falmin! 13ffaa: Jette-jettee hin odeessin! 14ffaa: Waadaa kee gara kakuu jabaatti jijjiiri! 15ffaa: Namoota galateeffadhu, garuu akka si galateeffatan hin eegin! 16ffaa: Amanamtummaa qabaadhu! 17ffaa: Haaloo garaatti qabattee hin turin! 18ffaa: Waan gootu hundumaa dhugaa irratti hundaa'ii godhi! 19ffaa: Of hin guguddisin! 20ffaa: Namoota hubadhu fedhii isaaniif bakka kenni! 21ffaa: Guyyuu amala gaarii bartee godhadhu! 22ffaa: Qoosaa Amaleeffadhu! 23ffaa: Qoosaa hamilee namootaa buusu hin qoosin! 24ffaa: Hiriyaa gaarii argachuuf jalqaba ofii keetii nama gaarii ta'i! 25ffaa: Bakka namootaa bu'ii yaadi! Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 15
GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 1. Eessaan dhufe, Eessattin deema, Maaliifin uumamee hubadhu! 2. Seera uumaa (natural law) kabaji! 3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu! 4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kan kana fakkaatan qabaadhu! 5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi! 6. Nama miidhuu irraa fagaadhu! 7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu! 8. Amantii qabaadhu, Waaqa kadhachaa, sodaadhu! 9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi! 10. Hiriyaa gaarii filadhu! 11. Mul'ata qabaadhu! 12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekumsa horadhu! 13. Hanga duututti barataa ta'i! 14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari! 15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekumsa argadhu! 16. Du'a akka hin oolle yaadadhu! 17. Taa'uu hin baay'isin socho'i, deemii dalagi! 18. Nama qormaata irra furmaata; boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu! 19. Waan darbe yaadachaa hin oolin, dhiisi fuuldura ilaali! 20. Keessummaa yookiin nama hayyuu waliin haasa'i, irraa baradhu! 21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii darbanii dubbisi! 22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carraatti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi! 23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online hin baay'isin! 24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin! 25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, fakkeessaa, sobaa, abdii kutataa kan kana fakkaatan irraa fagaadhu! 26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin! 27. Waan namni akka siif ta'u feetu dursii namaaf ta'i! 28. Qorichoota si macheessan dhaabi! 29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi! 30. Ganamaan dammaqi! 31. Ispoortii hojjedhu! 32. Nyaata gosaa (kuduraa fi muduraa baay'isi; cooma, soogiddaa fi sukkaara hir'isi) hamma isaa hanga danda’ame madaalii nyaadhu! 33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i! 34. Miira dorgommii fi naman caalaa of irraa balleessi! 35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu! 36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami! Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i! 37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin! 38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu hojjedhu! 39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in, dhala namaaf jiddugaleessa ta'i! 40. Ofii gaarii ta'i! "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu! Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 9 8
Dubbiilee Gaggaarii Ofirratti Dubbadhu! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ▪️Ani nama gaarii dha! ▪️Ani bareedaadha! ▪️Ani nan hojjedha! ▪️Ani nan jaaladha! ▪️Ani dhiifama godha! ▪️Ani nama mul'ata qabudha! ▪️Ani nan galateeffadha! ▪️Ani nama abjuu qabudha! ▪️Ani nan baradha! ▪️Ani nan dubbisa! ▪️Ani nama gadi jedhudha! ▪️Ani obsa nan qaba! ▪️Ani ajajamaadha! ▪️Ani nama milkaa'aa dha ▪️Ani tattaaffii godha! ▪️Ani fayyaa qaba! ▪️Ani dhaggeeffataa dha! ▪️Ani nan gammada! ▪️Ani dureessa! ▪️Ani nama kabaja qabudha ▪️Ani nama dubbii koo eegudha! ▪️Ani amanamaa dha! ▪️Ani carraa qabeessa! ▪️Ani gaggeessa dha! ▪️Maallaqa koo sirnaan itti fayyadama! ▪️Ani nama kennudha! ▪️Ani nama yaada gaarii qabudha! ▪️Ani nama gatii guddaa qabudha! ▪️Ani jabaadha! ▪️Yerootti sirnaan fayyadama! ▪️Ani nama tasgabbaa'adha! ▪️Ani michuudha! ▪️Ani namummaa gaarii qaba! ▪️Ani boqonnaa qaba! Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
12👍 8👏 2🎉 2🥰 1😁 1
Positive Affirmation | ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ▪️I am the best! ▪️I am love! ▪️I am a good person! ▪️I am rational! ▪️I am beautiful! ▪️I am forgiving! ▪️I am a visionary! ▪️I am grateful! ▪️I am a dreamer! ▪️I am a practical person! ▪️I am a reader! ▪️I am humble! ▪️I am obedient! ▪️I am patient! ▪️I am a successful person! ▪️I am strong! ▪️I am healthy! ▪️I am a listener! ▪️I am happy! ▪️I am rich! ▪️I am a respectful person! ▪️I am a person who keeps my word! ▪️I am faithful! ▪️I am an opportunity giver! ▪️I am the leader of action! ▪️I use my money properly! ▪️I am a giver! ▪️I am a good thinking person! ▪️I am fun! ▪️I am a valuable person! ▪️ I am brave! ▪️I am a person who uses my day properly! ▪️I am a calm person! ▪️I am friendly! ▪️I have a good personality! ▪️I am relaxed! Join 👉 @Kutannoo_123 ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 9 1
⩩ ▢ Qabsoo jireenyaa akka itti mo'u nama beekuuf jireenyi dhangaadha. ▢ Sirriitti akeekkadhu! Mul'ata qabaadhu! ▢ Gara itti deemtu hin beektu taanaan galma kee hin gahuun si rakkisa! ▢ Bakka mukti goolii jiru hin beektu taanaan, callistee kubbaa dhiituun kee gatii hin qabu! ▢ Milkaawwiif dharraa qabaadhu! ▢ Namni kufaatii faarsu kufaatii jalaa hin miliqu! ▢ Abdiin nama ishee abdatu cina jirti. ▢ Of onnachiiftu malee wanti laafaatti siif milkaa'u hin jiru. ▢ Namoota waan addaa hojjechuu barbaadaniif kophaadhaaf jireenyi lafarraa injifannoodhaan goolabama. ▢ Injifaachuuf utuu hin kutatin waraanatti seenuun balaa fida. Sangaan coomaa waan ta'eef isa qallicha hin mo'u. Humna isaan qabantu murteessa. Waan tokko xiqqoodhuma xuxxuqxee seenaa hojjechuu hin dandeessu. ☑ Kutannoo qabda taanaan bakka yaadde ooltee bultee ni geessa. ☑ Ofirratti amantii qabaadhu! ☑ Nama ofirratti amantii qabu, amantii inni ofirratti qabu isa tiksiti. ☑ Shakkiin tulluu kufaatii ijaara, ofirratti amanuun immoo tullicha jigsa. ☑ Yoo waraana keessa gootummaadhaan darbite, medaaliyaa argatta. ☑ Fiixee damee mukichaa bira gahuu hin sodaatin, ijjisaa kan jiru bakka sanadha. ☑ Wayita dukkanaa'u filannoolee lamatu jiru. Dukkanicha abaaruu yookiin dungoo/maktuuta ibsuu, seexaa qabaadhu! ☑ Kaka'umsa keetiin waa hojjechuu jechuun dukkana jabaa keessatti tirika ibsuu akka jechuuti. Halkanichi hamma fedhe dukkanaa'ullee ifi baatirichaa daandii kee sitti agarsiisa. ☑ Yoo waraana tokko mo'uu barbaadde, dursitee waa'ee waraanichaa beekuu qabda. ☑ Yeroon ati rasaasa itti dhukaastu, hanguma waan ati rukuttee mirga irratti argachuu barbaadde sanaa barbaachisaadha. ☑ Rakkinaaf furmaata kennuuf yeroo gaariin akkuma rakkichi mul'ateen tarkaanfii fudhachuudha. ☑ Namni kamiyyuu humna dinqisiisaa ta'e tokko qaba: humna waan barbaade filachuu! ☑ Wanti qophiin isaa gaarii ta'e, walakkaa olitti akka waan hojjatameetti fudhatamuu ni danda'a! ♻️Share Galatoomaa👇 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 14
#Dammaqi! Boriikeetiif har'akeetu murteessaadha. Gaabbii borii jalaa ba'uuf har'akee irratti hojjedhu. yeroo baay'ee waa'een yeroo erga bira darbanii kan namaaf galuudha. Siif garuu har'uma akka siif galu nan barbaada. #Yeroo ofii kunuunsuun, #Jireenya ofii kunuunsuu waan ta'eefan siif dhaama. Waa'ee #Yeroo Beektootni Maal Jedhu? 1, "kaayyoon kee kan fiixaan ba'u #yeroo lafa irratti siif kenname qofaattidha." #Maayelsi_Munroo 2,"#yeroo kee hin qisaasessin, baay'ee gabaabaa, gati-jabeessaa fi kan bakka hin buufamnedha." #Maayik_Maardok 5, "Argitee, Wanti ani #yeroo fi qabeenya koo itti baasu maal akka ani barbaadu argissisa." #Maayik_Maardok 6, "Egeree keenya kan sodaannu #har'a keenya qisaasessaa waan jirruuf." #Maazer_Tereezaa 7, "Tarkaanfiin Mul'aata hin qabne #yeroo gubuu qofa, mul'anni tarkaanfii hin qabne abjuu akkanumaaniiti, tarkaanfii waliin garuu mul'anni addunyaa jijjiruu danda'a." #Neelsen_Maandeellaa 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶!
Mostrar todo...
👍 11 5🥰 3👏 2🎉 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni,warra jajjaboo ni jibbu,ni ajajamuufimmoodha; warra dadhabaa ni jaallatu Garuu,ni tuffatu! #Dostoevsky
Mostrar todo...
🥰 25👍 8 7
~Sababni jijjiiramaafi jijjiiramnis walii adda. Kana hubachuufis, wanti jijjiirama fiduu danda'u ofii jijjiirama akka bakka hinbuune beekuun isa dursudha. ~ Wantichi ka'umsa jijjiiramaa ta'a malee jijjiirama bakka bu'uu hindanda'u. ~Eeyyeen, jijjiiramniifi sababni jijiiramaa walii adda! ~Namni tokko rafaa jira haajennu. ~Nama rafaa jiru kana dammaqsuuf sagaleen waamichaa tokko yoo dhufe, sagaleen sun jijjiirama osoo hintaane ka'umsa yookaan sababa jijjiiramaati. Fakkeenya kanaan jijjiirama kan bakka bu'uu danda'u dammaquu, ka'uu, socho'uufi deemuudha. ~Deemuu yeroo eegalanis eessaafi maaliif akka ka'an hubachuu yoo dursani. ~Akkanuma, sagaleen dammaqse sun nama biraa irraa kan dhufe dhiibbaa alaati; garuu, kan dammaqe nama biraa abbaa waamicha sanarraan addaati. ~Kana jechuun, ka'umsi jijjiiramaa dhiibbaa alaa ta'ullee jijjiiramni garuu keessaa eegala! ~Gabaabumatti, wanti jijjiirama fiduu danda'u eessaa yoo dhufellee, jijjiiramni sirriin garuu keessumaa eegala. ~Kanaafuu, qaama alaa osoo hintaane, keessoo keenya haa ilaallu; quba akeekuu qofaa osoo hintaanes, of faana yeroo haaqabaannu. ~Kanatu fala; yoo kana ta'es, jijjiiramni dhuunfaa keenyaa dhufa. ~Dhuunfaatti yoo jijjiiramne, jijjiiramuu nama biraaf sababa taana. ~ Kana keessaanis, jijjiirama hawaasa bal'aatu argama. Kun hundi yoo ta'eef, sababni guddaan jijjiirama isa keessaa dhufedha. ~ Akkasi! Jijjiiramni sirriin keessumaa eegala malee, qaama biraan namaa hinkennamu. Kennaas miti! ~Jijjiiramni sirriin keessaa keeti kan eegaludha akkasitti addan baafadhu beeki!!Jechoota mimmiidhagoo ~Yaada tokko Yaaduu qofa osoo hin taane bu'aan yaada keenyaa maal akka tahe tilmaamuu qabna. ~Wallaalummaa irra osoo beekanuu dogongora hojjatanitu aarsaa guddaa nama kafalchiisa. ~Waan gaarii hojjattee nama biratti fudhatama yoo dhabde uumaa biratti iddoo ol'aanaa akka qabdu hin dagatin. ~Sibiila caalaa osoo cimaa taatewuu nama ganda kee fi Diina kee irraa kabaja hin eeggatin. ~Iddoo waan dabre yaaddee hidhamaa of gootu waan fuuldura kee jiru irratti xiyyeeffadhu. ~Boru waan fooyyeetu fuulduree kee jira waan taheef. ~Waa'ee keef boqonnaan inni guddaan beekumsa kee caalaa hojii kee ta'uu hin dagatin. ~Daandin ati irra jirtu sirridha taanaan waa'ee dheerina isaaf hin dhiphatin. 🧶 @Jechoota_kakaumsaa1🪙 🧶 !
Mostrar todo...
25👍 19
Inicia sesión y accede a información detallada

Te revelaremos estos tesoros después de la autorización. ¡Prometemos que será rápido!