cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Nehemiah Promotion

Tajaajila Promotion bilisaa kan kennu Channel ykn Group tajaajila Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kennu yoo qabdu ta'e karaa @danistade galmeessifadhaa! Bilisaan beeksifadhaa!

Mostrar más
Finlandia3 040El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad70 591
Publicaciones publicitarias
634
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Seeraa fi Dambiiwwan Nehemiah Promotion Promotion kun kan of keessatti qabate Chaanaaliiwwan Telegram kan Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromoo yoo ta'u Guyyoonni Promotion; 1. Sanbata (Qidaamee) 2. Kibxata 3. Kamisa fi 4. Dilbata ⏱️ Guyyoota armaan olii kanatti galgala sa'aatii 12 irraa kaasee hanga galgala sa'aatii 3 tti ⚠️ Sa'aatii kanatti jechuunis Sa'aatii 12 hanga sa'aatii 3 tti wanta biraa Promotion kana irratti post taasisuun hin danda'amu. Wanta post taasistan sa'aatii kanaan ala post taasisaa! Namoonni channel afuurawaa Afaan Oromoo qabdan kan members 500 ol qabu promotion galfachuu kan barbaaddan @ortokoo_bot irratti nuuf barreessaa! 🏘️ Channel keessan yeroo promotion galmeeffattan Admin guutuu kennuu qabdu! Wantoota armaan olitti kaasne hunda hojirra oolchaa!
Mostrar todo...
Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu? 💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81 💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66 💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee 💠 Raajii Maariyaam 💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa 💠 Sirna Mana Kiristaanaa 💠 Seenaa Mana Kiristaanaa 💠 Kitaaba Aksimaaroos 💠 Kitaabolee Kadhannaa 💠 Dubbii Maariyaam 💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa 💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa! 👇👇👇
Mostrar todo...
Kitaaba Qulqulluu
Kitaabolee Kadhannaa
Kitaabolee Hiikoo
Join
Baga nagaadhaan gara Channel Afuurawaa Ortodoksii Tawaahidoo kan Afaan Oromootti dhuftan! Link kanaa gadi jiru tuquun chaanaalota kana add taasifadhaa! Faaruuwwan, Walaloowwan, Barnoota Amantaa, Koorsiiwwan fi k.k.f ni argattu! 👇👇👇
Mostrar todo...
Faaruuwwan Ortodoksii ⛪
Barnoota Amantaa
Koorsiiwwan Afuurawaa 📗
Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii hundaaf Baga gammaddan! Chaanaaliin Odeeffannoo waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii irratti xiyyeeffatu banameera join taasisaa! Koorsiiwwan, Tutorial fi qormaata Remedial irraa argattu 👇👇👇
Mostrar todo...
Remedial Course 📖
Remedial Tutorial 🎦
Remedial Exams
Join
Breaking........ ‼️ Baga gammmaddan barattoota sagantaa Reemeediyaalii hundaaf! Ramaddiin Yuunivarsiitii ifa ta'eera link kanaa gadi jiru tuquun eessa akka isin gahe ilaalaa
Mostrar todo...
Placement
Remedial
Ramaddii Remedial
Breaking........ Baga gammmaddan barattoota sagantaa Reemeediyaalii hundaaf! Ramaddiin Yuunivarsiitii ifa ta'eera link kanaa gadi jiru tuquun eessa akka isin gahe ilaalaa
Mostrar todo...
Ramaddii Yuunivarsiitii
Breaking........ Baga gammmaddan barattoota sagantaa Reemeediyaalii hundaaf! Ramaddiin Yuunivarsiitii ifa ta'eera link kanaa gadi jiru tuquun eessa akka isin gahe ilaalaa
Mostrar todo...
Placement
University
Registration number
Archivo de publicaciones