es
Feedback
⛪✥HUNDEE AMANTAA✥⛪

⛪✥HUNDEE AMANTAA✥⛪

Ir al canal en Telegram
1 763
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
septiembre '24
septiembre '240
en 1 canales
agosto '24
+209
en 0 canales
Get PRO
julio '240
en 0 canales
Get PRO
junio '240
en 0 canales
Get PRO
mayo '240
en 0 canales
Get PRO
abril '240
en 0 canales
Get PRO
marzo '240
en 0 canales
Get PRO
febrero '240
en 0 canales
Get PRO
enero '240
en 0 canales
Get PRO
diciembre '230
en 0 canales
Get PRO
noviembre '230
en 0 canales
Get PRO
octubre '230
en 0 canales
Get PRO
septiembre '230
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+32
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+29
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+21
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+20
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+16
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+33
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+16
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+43
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+45
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+26
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+27
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+33
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+49
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+41
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+41
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+29
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+42
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+51
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+27
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+33
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+34
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+45
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+152
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+135
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+177
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+129
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+133
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+84
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+115
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+137
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+105
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+125
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+1 560
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
22 septiembre0
Publicaciones del Canal
👏👏Baga torban 2ffaa sooma Guddichan isin Ga'e!!!👏👏 ✍️Torban 2ffaa sooma guddicha Qulqulleetti (qidisit) jedhama. Moggaasa maqaa kana kan kennefis qulqullicha Yaaredidha. Qulqulleettii kan jedhameefis waa'ee qulqullina sanbataa waan dubbatuuf. Qulqulluun Yaareed kitaaba sooma Digguwaa jedhu irratti torban kanaaf faarfannaa akkas jedhu kan itti faarfate dha.  "Waaqayyoof bitamaa, maqaa isaas waamaa, hojii isaas ormatti himaa, maqaa isaatiifis galata dhiheessaa, sanbata kabaja, waan gaariis godhaa, kan nyaattuun hin balleessine kan hattuun hin agarre galmee samiirraatti walitti qabadhaa, kan qophooftan tahaa, gara kiristoos jiru gara oliis yaadaa" jedha.Torban kun egaa torban Gooftaan keenyaa  Iyyasuus Kiristoos isaa kufe ol kaasuf kan dhadhabe utubuf kan Abdii kute abdii itti hooruuf gara addunyaa kanatti erga dhufe booda nu barsiisuf gara gadaamii Qorontoos seenun guyyaa inni sooma itti eegaledha (Maat 4:1_). ✍️Torban kana keessaatti qulqulleettin mana kiristaanaa keenyaa waa'ee waaqayyoof bitamu, sagadu, galatefachun akka ta'uf fi qulqulluumma isaa ni barsiisifti. Kana malees amantoota ijoolleeshee waa’ee qulqullummaa gadi fageenyaan yeroo bira caalaa torban kana keessa ni barsiifti. Sirna Qulqulleessa (“qiddaasee”) irrattis lallabni lallabamu, ergawwan dubbifamanis, hojii Ergamootaa fi wangeelli dubbifamanis waa’ee qulqullummaa kan barsiisani dha. ✍️Qulqulluu jedhame kan galatefamus argama qulqulluu kan ta'e, qulqulluumasatin kan galatefamu, qulqulluumma isaan kan jiraatu, qulqulluumman amala kan ta'eef qulqulluun qulqulloota waaqayyoodha.  ✍️Qulqulluun Yohaanis "si duwwatu qulqulluudha" jechuun Ergamoonni sammiirratti faarfanna garbicha isaa Muusedhan akka galatefatan barreesera (mul 14:3_5). Waaqayyon kan dhagesse  Haannaan "akka waaqayyo qulqulluun hin jiru... Isa irraa kan hafee qulqulluun hin jiru"  jechuun faarfatteti.(1ffaa.Sam. 2:2). ✍️Raajichi Isaayyaas Waaqayyoon qulqulluu qulqulluu qulqulluu jedhamee boqonnaa malee guyyaa fi halkan akka galateeffatamu fi kan isaan dorgomuu akka hin jirre dubbateera (Isaa 6:3, 40:25). ✍️Waaqayyoo ofi isaati yeroo ofi ibsuu "Ani waaqni keessaan qulqulluu akkan ta'ee isinis qulqulluu ta'a"( See.Leew 19:2 1peex 1:15) jechuun waaqayyoo dubbateera.  Egaa maqaan isaa qulqulluu inni ta’e uumaan uumamtoota hundaa inni qulqulluummaa isaatiin warra kan isaa ta’an warra isatti amananii isaaf abboomamanii jiraatanis akka qulqulleessu barreeffameera, fakkeenyaaf, foon isaa fi dhiiga isaa fudhachuutiin akka qulqulloofnu, inni Sanbata akka qulqulleesse, aarsaa gara mana Waaqayyootti amantootni galchan hundumaas kan qulqulleessu Waaqayyoo isa qulqulluu dha. ✍️Gadii siqee waaqayyoo akkas jedha".......Guyyaa Sanbata kootiis eegaa!"( Leew 19:3).  Kanas waaqayyoo qulqulluu kan ta'ee waa'ee qulqulleetti sanbata kabajuu akka qabnu kan nu barsisudha fi sanbanni qulqulluu ta'uu ishee akka hubannu kan dubbatedha. "Guyyaa Sanbataa qulqullinaatti eeguudhaaf yaadadhu! "(  seera ba'uu 20_8_11) " Waaqayyo waan uume hundumaa raawwatee guyyaa torbaffaatti waan boqoteef, guyyaa torbaffaa sana in eebbise, in qulqulleesses." (Seera Uumamaa 2: 3) ..........Torban kana keessaattis yeroo sirna qulqulleessas kan dubbifamu (1 Tas 4:1_12, 1Pex 1:13_ 25, HDB 10: 17_30 , Faar 95/96:5).       👉Eebbi sanbata qulqulleetti hunda keenyarra haa baluu! Join https://t.me/+UE8OsP4gdv93PxwT

2
👏👏👏BAGA GEESSAN👏👏👏 ⁉️Sooma gosa akkamii soomnu? 👉Akka tasaa akka sooma bara raajicha Isaayyas keessa sooma faayida hin qabne akka hin taanef of eegadhu! Nuyi maalif soomne? Ati nuuf hin beekne erga ta'ee, nuyi maalif of dhiphifnee? (Raj. Isaa. 58:3). Gooftaanis akkana jechuun ni deebisaaf "soomiin ani foo'adhe isa akkasiiti ree? Inni isin soomuudhaa jettan, isa namni gaafa tokkoon of dhiphisee, akka dhalladduu coollagee mataa isaa gad-qabatee, uffata gaddaas uffatee daaraa keessa taa'u kanaa? Guyyaan waaqayyo jaallatus isa kanaa?" (Raaj. Isaa. 58:5) jedhenii ✍Yaa saba waaqayyo sooma nutii soomnu hunduu akka hin fudhatamnee hin beektanii. Torbanitti guyyaa lama kan soome namichi warra faarisootaa kan ta'e qaraxa funaana ture sun sooma isaatiif gatii wanta tokko illee hin arganne. (Luq 18:12). waa'ee cubbuu raawwannef osoo hin dhiphatin, osoo gad of hin qabinii fi osoo of hin salphisin soomun bela'uurra hin jiru. ✍Bara raajicha Ermiyaas keessa kan ta'e soomiin cubbamtoota akkanumaan gatii kan hin qabne ture. Kadhanna isaanis hin dhageenyeef." Isaan soomanii yoo kadhatanis ani isaaniif hin dhaga'u;"(Raaj Ermi 14: 12) Sababni isaa abboomamuu dadhabaniiru. Ni soomuu garuu abboomii waaqayyoo irra fagaataniiru. ✍Namatti muldhachuuf warreen soomaan hunduu amma bakka jiranii of yaadachun, fedhii waaqayyoo isaanirra barbaadu raawwachuu qabu. kanaan alatti gatiinii isaanii biyya lafaa nama fulduraatti hafa waan ta'eef. "Yeroodhuma soomtanitti immoo, akka warra of argisiiftuu nyaara keessan hin guurinaa! Isaan soomuun isaanii namootatti akka mul'atutti, fuula isaanii in boosomsu; dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii fudhataniiru".(Maat 6:16) Egaa hunduumti keenya bakka jirru dhabbanne of haa qorannu. Sooma turre malee bu'a tokko hin bufnee akka hin jennef, kan narra eegamuu maaltu hir'dhate? jechun har'a of haa qorannu. Hiikaa sooma sirritti haa hubannuu; bu'a sooman argamuus haa beeknu. Yeroo tokko tokko akka waan qaama biraaf hojjennuti gaafa soomni dhufuu kan jibbinu ni jira. kun garuu fedhii foon keenyaan qorumsa nutti dhufuu waan ta'eef irratti haa barru. Garuu namoonni hiika sooma beekaan gammachuun simatu.yeroo itti hojii gudda lubbu isaaniif itti buufatanii dhas. Kanaaf nutis sooma kana sooma gammachuun simannee gatii lubbuu keenyaa itti argannuu waaqayyoo nuuf haa taasisuu.  Sooma of agarsiisuf soomnu osoo hin taane sooma gaabbii  itti gallee gatii lubbuu keenyaa itti argannu waaqayyi nuu haa taasisuu.  "Ati garuu yeroodhuma soomtutti, mataa kee dibadhu, fuula kees dhiqadhu, Soomuun kee abbaa kee isa wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaa argutti malee, namota duratti akka hin mul'anne godhi! Abbaan kee inni wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaa argu immoo gatii siif in kenna" (Maat 6:17-18) 🤲Soomaa ittin gatii lubbu itti argannuu waaqayyoo nuuf haa taasisuu!
0
3
https://www.facebook.com/100012256627539/posts/1643179146100624/?flite=scwspnss
0
4
https://www.facebook.com/100088231531582/posts/102578459359872/?flite=scwspnss
0
5
Waa’ee Ergamootaa (Abo.13:2-23) fi (Abo.6:11-22) irratti barreeffame gaaffii ka’uuf deebii Gaaffichi: 1. “Ergamaan kun maalif aarsaa fudhachuu dide? (Abo.13:16). Ergamaa inni kaan (Abo.6:19-21) irratti aarsaa fudhateera mitii?” 2. “Itti dabalees, maalif maqaa isaa itti himuu dide? (Abo.13:18). Fakkeenyaaf, Gabri’eliin, Luba Zakkaariyaasitti, ‘Ani Gabri’elii dha, fuula Waaqayyoo dura kanan dhaabadhu.’ (Luq.1:19) jedheera mitii; inni kun maalif itti himuu dide?” 3. “Ergamaan kun immoo aarsaa Geediwoon fudhate (Abo.6:19-21). Inni (Abo.13:16) irraa fudhachuu dide mitii; inni kun maalif fudhate? 4. “Kanaafuu, inni kun aarsaa fudhachuu isaatiin garaagarummaan isaan kana lameen gidduu jiru maali dha?” 5. “Isaan lachuu Ergamaa Waaqayyoo jedhamu?” 6. “Kan Maanu’eetti mul’ate ‘Aarsaa Waaqayyoof dhi’eessi!’ jedheen; kan Geediwoon immoo osoo ergamaa ta’ee jiruu aarsaa fudhachuun isaa Waaqayyoon ta’uu isaa ibse moo?” Gaaffilee kanneeniif deebii argachuuf, “Instant View” kan jettu tuquun banaa dubbisaa! Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jettu kanaaf miseensa hin taane yoo ta’e, kunoo ammuma link, @abdiimaariyaamiifinjira jedhu kana tuquun banaatii itti makamaa miseensa ta’aa! https://telegra.ph/Waaee-Ergamootaa-Abo132-23-fi-Abo611-22-irratti-barreeffame-gaaffii-kauuf-deebii-10-15
0
6
Arjummaa Isaatiin Baroota Kan Jijjiiru Waaqayyo Abbaan Keenya Eegee Tiksee Bara Maarqos Dabarsee Bara Haaraa Bara Luqaasin Kan Nu Gahe Galatni Fi Ulfinni Guddaan Isaaf Haa Ta’u.
0
7
Durbee maariyaamiin tokkittidha koochoowwan lama garuu qabdi.Kunis qulqullummaa foonii fi qulqullummaa lubbuuti.Waaqa akka deessuuf kan geesises kanuma.Uumaa samiif lafaas akka barruu isheetti baattu kan godhes kanuma.Ibiddi waaqummaas ishees hin gubne.Osoo hin dahiin duras ta'e deessee boodas durbadha.Waaqa hin jijjiiramne barabaraan jiraataa isa ta'e sanaaf haati isheedha. Osoo hin dahiin durba yeroo deesses durba deessee boodas isheen durbadha.Maat.1:18 Haatii keenyi biiftuu bahaati.Gooftaa hunda olii qofaatus bultoo taasifate.Ilmishee biiftuu qajeelummaati.Durboon baha biiftuu jedhamte yennaa addunyaa kanatti dhufte ifa dhugaan addunyaaf ife.Waaqni afdunyaan dukkanaan weeraramee akka hafu sila hin barbaanneef ifti jireenyaa karaa ishee akka bahuuf dursee ishee qopheesse.Yeroo kanas dhalli namaa dukkana keessa ture ifa guddaa arge.Maat.4:17 Kana jechuun dhala namaa ganiinsaan tureef mataa amantii kan ta'e kiristoos dhalateefi.Dhala namaa garbummaan hidhamee jiruuf angafi lubootaa kiristoos dhalateefi.Dhala namaa wallaalummaan tureef ogummaa dhugaa kan ta'e kiristoos dhalateefi.Dhala namaa beelaa fi dheebuun turaniif dhiigaa fi foon isaa kan kennu kiristoos ni dhalateef.Dhala namaa hojiin Daabiloos fakkaata turaniif fakkeenyi dhugaan kiristoos dhalateefi. Namoonni tokko tokko kiristoos durbee maariyaamii irraa dhalatee kan irraa adda bahe itti fakkaata.Anis nan jedha yaa gowwaa Gooftaan foon koo kan nyaate dhiiga koos kan dhuge ani isa waliin innis ana waliin jiraata kan jedhe foonii fi dhiiga ishee kan fudhate haadha isaa irraa kan adda bahu sitti fakkaataa? Koochoon ishee tokko kana.Qulqullummaa!Isheen tokko taatee osoo jirtuu durba.Akkasuma haadha.Haadhas durbas sila taateef lama hin jennu.Giddugaleessummaan kana.Kunis Hojii lama waalomaan qabattee argamuu isheeti.Kuni maalif ta'ee? waa'ee kiristoos barsiisuufi.Inni waaqadha.Inni namadha. Ta'us garuu waaqas namas sila ta'eef kiristoos tokko malee lama hin jennu.Giddu galeessa kan jennus kanumaafi. Michuu koo caqasa kana qabattee inni araarsaa jechuuf hin aariifatiin.Waaqni Abbaan waaqa garuu nama hin taane.Waaqni Afuura qulqulluunis waaqa garuu nama hin taane Waaqni Ilmi garuu waaqa nama immoo ta'eera. Kanaaf maaf ilmi giddu galeessa tokkicha waaqaa fi nama gidduu jiru jedhamee? Waaqummaa fi namummaa waloomsee kan mul'ate isa qofaa jechu malee kan biraa miti.Aangoon gadi hin jenne abbaa waliin tokko.Bakkaanis akka hin jenne teessoo abbaa waliin jira. Giddu galeessummaan isaa Walooma agarsiisuuf malee araarsummaa ibsuuf miti.Inni mataa isaa jireenya.Jireenya kadhatee kan siif kennu sitti hin fakkaatiin.Yoh.11:25 Yohaannis Afaan Warqeen barreeffame. 👉Obboloota koo afuuraa adaraa keessan kadhannaa keessaniin WaldeTinsa'e jedhaa na yaaddadhaa!🙏 Fuula Telegiraamiin Miseensa ta'uuf👇 @Naataniim Fuula yutuubin subscribe gochuuf👇 https://www.youtube.com/c/TaodokosTube Yaadaaf Gaaffii asiin na quunnamaa! @Rabuuniikoo
0
8
👏Miseensa 1000 ol Waliin👏 👉Chaanelli keessan "GODOLIYAAS" turtii ji'a lama hin guutne keessatti miseensota #800 ol horatee jira. Amma immoo bara haaraa fuldura keenya jiru miseensota #1000 ol waliin kabajuuf karoorfateera. Kana kan godhu immoo anumaaf fi si'idha! Kanaafuu dursii ofii #join godhi isa booda yoo xiqqaate hiriyyoota kee #sadiif qoodi! Yoo wal dhageenye Waaqayyo nu dhagaha; yoo walcina dhaabbanne Waaqayyo nu wajjin ta'a! 👉Yeroo baay'ee wantoota nuti salphisnee ilaallu sababa fayyina keenyaa ta'uu danda'u waan ta'eef #ergaa obbolummaa kana salphistee hin ilaaliin obboleessa/eettii koo! Akkuma na dhageesse Waaqayyos si haa dhagahu; gatiin kee samiirraati! Yaada ykn Gaaffiif👉 @lamtesh Miseensa ta'uuf link gadii👇"VIEW CHANNEL" jedhu tuquun #join godhaa! https://t.me/Kalabhiyahu
0
9
“Taabota Qulqullummaa kee” kan jedhame Mana qulqullummaa kan jeedhame Foon keef bultoo kan taate jechuudha. Kiristoos Foon isaatiin "kunoo Mana Qulqullummaa kana diigaa" hin jennee? “Hoolichi Mana qulqullummaa isheeti” jedhamee hin barroofnee? Kanaaf "gara boqonnaa keetiitti ka'i atii fi taabonni mana Qulqullummaa keetii" jechuun Phaawuloos "gara boqonnaa isaatti galuuf haa jabaannu" akkuma jedhe " Yaa Gooftaa gara samii "boqonnaa kee" jedhamteetti ati qofaan kaatee hin hafiin Bultoo Foon keetii kan taate Haadha kees qabadhuu ka'i jechuudha. Du'aa ka'uun Giiftii keenyaa namoota baay'ee mormisiisuun isaa akkam nama gadisiisaa? Kiristoos 'Ka'umsiifi Jireenyi ana' jedheera. Dhugamatti haati ka'umsa deesseef du'aa ka'uun ishee waan guddaadhaa? Haati jireenyaa jiraattuu taate yoo jedhamu nama dheekamsiisaa? Duuti kan du'e Ilma isheetiin mitii? Haadha jireenyaa duuti qabee hambise jedhamuun namni inni gammachiisu gargaartota du'aati. “Taabotni dubbattuun Waaqayyo keessa bule burkutooftee hafteetti jechuun; Taabonni Tsiyoon Filsxeem keessatti booji'amtee hafteetti" jechuun kan isa gammachiisu Firii gadameessa isheetiin kan burkutaa'e Diyaabiloos dha. Nuun ORTODOOKSOTA kan nu ajaa'ibu Du'uu ishee malee KA'UU ishee miti. Qulqullu Yaaree "Duuti Maariyaamii nama hunda ajaa'iba akkuna jedhe, jireenya kan argamsiifte durbeen Maariyaam; Irreewwan Waaqa hammatan; jilbootni Teessuma Waaqayyoo Ta'an Du'aan injifatamuun isaanii akkam nama ajaa'iba? Du'aa ka'uun ishee garuu waanuma nutis eegnedha. Alaazaariin 'Alaazaar' 'Alaazaar' jedhee kan Waaqni kaase; Gooftaan du'a isaatiin guyyaa jimaataa namoota hedduu du'a kaase, Haadha isaa du'a kaase yeroo jedhamu kanneen dheekkaman kan akkamiidha? Dhuga baatota lamaan kanneen jedhaman Eeliyaas fi Henook gara dachee kanaatti dhufanii erga barsiisanii booda ajjeefamanii "guyyaa sadii fi walakkaa booda Afuurri jireenyaa Waaqarraa ba'es isaanitti gale. Ka'aniis miilla isaaniitiin dhaabbatan...samii irraas sagalee guddaa gara kanatti as ol-ba'aa jedhu dhaga'an; utuu diinonni isaanii ilaalaniis gara samiitti ol ba'an. (Mul 11÷4-12) Eeliyaasii fi Henookiin dhufaatii isaan dura lammata akka isaan hin duunetti du'aa kaasee diinota isaanii fuulduratti kan olbaasu Haadha isaa jaalleewwan isaa fuulduratti olbaaseera yeroo jedhamu dheekkamsaan mormuun maal jechuudha? Akka Ilma isheetti ofii ishee samiitti olba'uu (Ascension) jechuunii fi ilmi ishee du'aa kaasee ofitti fudhate (Assumption) jechuu gidduu garaagarummaa jiru hubachuun yoo danda'ame Giiftiin keenya du'aa kaateetti jechuun maal wal nama mormisiisa? Eeliyaas isa bokkaa (rooba) dhorkeerra Durbeen Rooba dhugaa argamsiifte hin caaltuu? Henook isa adeemsa isaa Waaqayyo waliin taasifateerra Bultoo Waaqayyoo kan taate Haati Waaqayyoo hin caaltuu? Nuti garuu Qulqulluun Ephifaaniyoos "Du'a isheetiin lafti yoo gadditu samiirratti ammoo gammachuu guddaatu ta'e" akkuma jedhe Durbeen Maariyaam Addunyaa darburraa gara Addunyaa hin dabarreetti yeroo ceetus ta'e; Aangoo ilma isheetiin du'aa kaatee samiitti yeroo olbaatu gammachuu samiirratti ta'e amantiitiin ni hubanna. Hiyyeessichi Alaazaarillee yeroo inni du'e ergamoonni fuudhanii gara Abrahaamitti fudhatanii turan; Eeliyaas yeroo ol ba'an ergamoonni saragallaa Ibiddaa fi fardeen ibiddaatiin ol baasani turan. Olba'uu Haadha Waaqaa yeroo yaadaummoo faarfannaan kanaa ol ta'e nutti mul'ata. Qulqulluun Tewoodoosiyoos akkuma barreesse; Maddii kitaaba hin maxxanfamne “Dubree Maariyaam Fudhachu Hin Sodaatiin!” jedhu irraa 👉Obboloota koo afuuraa adaraa keessan kadhannaa keessaniin WaldeTinsa'e jedhaa na yaaddadhaa!🙏 Fuula Telegiraamiin Miseensa ta'uuf👇 @Naataniim Fuula yutuubin subscribe gochuuf👇 https://www.youtube.com/c/TaodokosTube Yaadaaf Gaaffii asiin na quunnamaa! @Rabuuniikoo
0
10
Ortodooksota yoo taane ammoo bakka Gooftaa keenya argine hundatti Giiftii keenya barbaaduuf ija keenya oliif gadi jechuun hin oolu. Addaam fakkeenya kiristoos taanaan yeroo arginu lafti sanyii malee Addaamiin argamsifte durbee sanyii dhiiraa malee Kiristoosiin argamsiifte taatee nutti mul'atti. Hoolaa Abrahaam aarsaa taasise gaafti isaa utuu hin hiikamiin bosona keessaa akkuma ba'e Mallattoon durbummaa ishee utuu hin hiikamiin kan deesse haadhi hoolichaa nutti mul'atti. gara dunkaana walgeettiittis seennee hin boqannu; inni ibsaa ta'ee yoo ta'u isheen teessoo ibsaa/faanaa/መቅረዝ taatee nutti mul'atti. Yeroo inni ixaana ta'u isheen qodaa ixaanni itti aaru/ማዕጠንት) taati, yeroo inni Taabota ta'u isheen ammoo Qulqulleettii qulqullootaa kan Taabonni keessa taa'uu taati; yeroo inni Tsillaatii ta'u isheen Taabota Tsillaatiin keessa taa'u taati; yeroo inni barreeffama Tsillaatiirraa ta'u isheen ammoo Tsillaatii taati. Sabaa sagalii(namoota baha fagoof) “Daa'imicha haadha isaa waliin argan” akkuma jedhameef nutis bakka kakuu moofaa keessa deemnee seenaa Kiristoosiin walqabatu dubbifne hundatti haadha isaas ni arganna. Kakuun Moofaa Haadha Kiristoosiin deesse haa turuu Yihuudaa isa kiristoosiin dabarsee kenneyyuu fakkeenya heedduun kaasee jira. Amma gara du’a ka'umsa Haadha Keenya Qulqulleetti Dubree Maariyaamitti haa deebinuuti, “Maaloo gara boqonnaa keetiitti ka'i, atii fi Taabonni qulqullummaa kee” jedhee Daawwit waa'ee ijaaramuu mana Qulqullummaa fi Taabonni Waaqayyo gara mana Qulqullummichaatti galuu isaa faarsaa inni faarfate Ilmisaa Solomoonis mana Qulqullummaa ijaaree yeroo fixetti faarfatame kana kan inni faarfate Kun Durbee Maariyaamii waliin maaltu walitti fida? 2Kes deb 6÷41 Abboonni Ortodooksii durii jalqabee caqasa kana kan isaan caqasan seenaan ijaaramuu mana qulqullummaa kun isaan jalaa badnaanii? Faarsaa Daawwit “Maaloo gara boqonnaa keetti ka'i atii fi taabonni qulqullummaa kee” durbee Maariyaam waliin akka walitti fidnu maaltu nu taasise? kan jedhutti haa dhufnu! Daawwit waa'ee Taabotaa kaninni dubbate waa'ee durbee Maariyaam ta'ee akka nutti dhaga'amu kan taasise Daawwit mataamumaa isaatiin. Daawwit Taabonni Waaqayyoo yeroo gara isaatti dhufu “Taabonni Waaqayyoo akkamitti gara koo dhufaa?” yeroo jedhu hin dhageenyee nuti? 2Sam 6÷9 Dubbii kana Eelsaabeex “Haati Gooftaa koo gara koo dhufuun akkamitti ta'a?” (Luq 1÷43) Daawwit Taabotni inni sodaate yeroo gara isaa dhufetti teessuma isaarraa bu'ee faarfachuudhaan hanga Meelkool isa tuffattutti hin utaallee?2Sam6÷16) Gadameessa Eelsaabex keessa kan ture Yohaannisis Sagalee nagaa Durbee yeroo dhaga'etti haati isaa hanga ajaa'ibsiifattutti “Ulfichi ni utaale.” hin jedhamnee?Luq 1:44) Qulqullu Giyoorgis Zenuusis; namoonni kabajni durbee Maariyaam fi Ilmashee hin galleef “akka Yohaannis gadameessa keessatti utaaluun yoo siniif dadhabame erga lubbuu keessan bartaniillee maali utuu haadha Waaqaaf akka daawwititti utaaltanii galaateffatan?” kan jedheef kanaafi. Nuti maal haa goonu Taabonni Waaqayyoo nama biyya geet kan ta'e mana Abidaaraa ji'a sadiif taa'e akkuma jedhame " Durbeen Maariyaamis mana Zakkaariyaas ji'oota sadiif turte" jedhamee kan barraa'e dubbifnewo.(2Sam 6÷11; Luq 1÷56) Maarree seenaan Durbee Maariyaam seenaa Taabota bultoo Waaqayyoo waliin tokko taanaan yoo arginu Daawwit Taabotaaf kan dubbate Dubree maariyaamiif akkamitti hin caqasnuu? Seenaa durbee Maariyaam haa caqasnu yoo jenneree Taabotittiin Warqiin akkuma faayamte Qulqullummaan kan faayamte; Taabotni Mana Qulqullummaa keessa akkuma teesse mana qulqullummaatti kan guddatte; Taaboticha uleen isaa lalifnaan Aaroon akkuma eege, uleen isaa lalisnaan Yooseef kan ishee eege; Taabota harkaan qabee akkuma Oozaan dheekkamame. 2sam6÷7, Foon durbee harkaan tuqee kan dheekkamame seenaa Tawufaaniyaa caqasuun ni danda'ama ture.
0
11
Bagaa Geessaan Du’a Ka’umsaa Hadhaa Keenya Qulqulleetti Dubree Maariyaam Waa'ee Giiftiin keenya durbeen Maariyaam heyyama Ilma isheetiin du'a keessaa ka'uu isheef Abbooni Ortodooksii yeroo barsiisan macaafa qulqulluu keessaa ragaan isan caqasan "Far 131÷8 irra kan jiru "Maaloo gara boqonnaa keetiitti ka'i; atii fi Taaboonni mana Qulqullummaa kee!" kan jedhudha. Caqasa kana du'aa ka'uu durbee Maariyaam waliin wal qabsiisanii caqasuun har'a kan jalqabame osoo hin taane baroota heedduu kan lakkoofsisedha. Phaaphaasiin Iskiindiriyaa 33ffaa Abbaa Tewoofoosiyaas Abboonni isa dursanii ka'an waa'ee du'aaf ka'uu durbee Maariyaam irratti ergaa isaan dabarsan waggoota 1500n har'aa yoo barressu; hayyoota Dubbii Maariyaam biratti "Doctor of dormision" jedhamuun kan beekamu Hayyicha Yohaannis isa Damaasqoo; Manneetiin kiristaanaa duuka bu'ootaa hunduu barreeffamoota isaanii keessatti yeroo kaasan hunda fi ayyaana Ol-ba'uu ishee yeroo kabajan hunda kutaan macaafa qulqulluu isaan dubbisan "Maaloo gara boqonnaa keetti ka'i; atii fi Taabonni mana qulqullummaa kee" kan jedhu faarsaa Daawwitidha. Dhugumatti caqasa kana Durboo Maariyaam waliin maaltu walitti fida? 'Maariyaam kaateetti' kan jedhu qabaa? Kan jedhu barruu gabaabduu kanaan ilaalla. Isaan dura garuu hima ijoo tokko haa dursinu! Kiristaanota kakuu haaraatti amannuuf, kiristaanota Wangeelaan geggeeffamnuuf kitaabonni kakuu moofaa maal nuuf godhu? Seeronni musee, macaafonni raajotaa, faarsaawwan kiristaanotaaf maal nufayyadu? Jennee gaafachuudhaan eegalla. Deebiin gaaffichaas " Seerota Musee fi faarfannoota raajotaa keessatti waa'ee koo kan barreeffaman hunduu raawwachuun ni imala" akkuma jedhe kitaabonni kakuu Moofaa icciitiidhaan kan dubbatan waa'ee Kiristoos waan ta'eef dha. (Luq 24÷44). “Musee fi Raajotarraa eegalee waa'ee isaa kan barreeffame isaaniif hike” jedhamee kan ibsaaniif dubbatame karadeemtonni Eemaahus “Daandii irratti yeroo inni nutti dubbatee macaafota nuuf hiikaa ture lapheen keenya gubachaa hin turree?” Jedhanii akkuma dubbatan kakuun moofaa dhugumatti waa'ee Kiristoos; kiristoos akka dubbatan yoo hubanne lapheen keenya booji'ama gadfagoo irraa kan ka'e ni gubate/boba'e. Fuullee ija Hiikkaa Macaafa Qulqulluu kan abboota keenya durii kana ija keenyatti yoo godhanne kakuu moofaa dubbisaa galaana kakuu haaraa keessa daakuun ni danda'ama. Bifa adda addaatiin(typology) sababa inni dursee itti dubbatame(primary application) fi xumura isaa (fulfillment) yoo hubanno seenaa fi raajii hunda keessa Iyyesuus Kiristoosiin argaa jiraanna. Seenaa Addaam isa Gannata keessa ciisee cinaacha isaa keessaa haadha hunda keenyaa kan taate Hewaaniin argamsiisuu isaa yeroo dubbifnu gaafa guyyaa jimaataa Muka fannoorra ciisee/Mugee(አንቀላፍቶ) bishaan Cuuphaa cinaacha isaa keessaa dhangalaaseen haadha hunda keenyaa kan taate Bataskaana kan argamsiise Kiristoosiin yaadanna. Seenaa Wayinii dhugee machaa'uun kufnaan ilma Kaam kan ta’e Kana’aan itti qoose, Seem fi Yaafet qullaa isaa kan dhoksaniif seenaa Nohiin yeroo dubbifnu Xoofaa du'aa dhugee jaalala namaan machaa'ee qullaa isaa kan fannifame fi Yihuudonni yoo itti qoosan Ji'aa fi Aduun qullaa isaa kan dhoksaniif Kiristoosiin agarra. Seenaa Abrihaam Ilma isaa Isaaqiin aarsaa gochuuf heyyamuu isaa fi Hoolaa aarsaa gochuu isaa yeroo dubbifnu Ilmasaa tokkicha dabarsee hanga aarsaa kennutti Addunyaa kana kan jaallate Waaqayyo Abbaa fi Ilmasaa tokkicha hanga du'aatti ajajamaa ta'e Waaqayyo Ilmaa Hoolicha Qulqulluu Kiristoosiin arganna. Daawwit Gooliyaadiin mo'atee Israa'eloota bilisa baasuu isaa yeroo ilaallu Seexana mo'atee Ilmaan namootaa bilisa baasuu Kiristoostu nutti mul'ata. Israa'eloonni yeroo gammoojjii keessa deemaa turan sana dhagaan uleen dha'amee bishaan burqisiisnaan dhuguu isaanii yeroo ilaallu Cinaachi Kiristoos eeboon waraanamee dhiiga isaan dheebuu keenya kan nubaasuu Fayyisaa Addunyaa/መድኃንአለምን/ nutti mul'annaan qulqulluu Phaawuloos waliin “Dhagaan sunis Kiriatoos ture” jenna.
0
12
Sooma Filsataa Filsataa jechuun godaansa;deemsa;mul'annaa jechuudha.Kunis olfudhatamuu haadha keenya durbee maariyaamii agarsiisa.Kunis haati keenya durbee maariyaamiin erga boqattee booda getesemenii gara gannataa olfudhatamuu boodas foon ishee gannata muka jireenya iddoo turtee ka'uu kan agarsiisudha.Soomni kun sooma labsii torban mana kiristaanaa keessa tokko. Durboo maariyaamiin waggaa sadi mana abbaa fi haadha ishee;waggaa kudha lama mana qulqullummaa;ji'a sagal mana yoosef;waggaa soddomii sadiif ji'a sadii gooftaa keenyaaf iyyesuus kiristoos waliin;waggaa kudha afur wangeelawwicha yohannis erga jiraattee booda waggaa 64tti boqatte. Galatoo duuka bu'ootaan erga awwaalamtee booda akka sanyi namaa kaanii du'a ka'umsa osoo hin eegiin aangoo ilma isheen faarfannaa ergamootaa waliin gara samiitti olbaate. Baga Geessan! 👉Obboloota koo afuuraa adaraa keessan kadhannaa keessaniin WaldeTinsa'e jedhaa na yaaddadhaa!🙏 Fuula Telegiraamiin Miseensa ta'uuf👇 @Naataniim Fuula yutuubin subscribe gochuuf👇 https://www.youtube.com/c/TaodokosTube Yaadaaf Gaaffii asiin na quunnamaa! @Rabuuniikoo
0
13
⚡️እኛም አሐዱ ብለናል⚡️ እጆላይ ባለው #ስልክ📱 ብቻ ወደ #ሀብት_ማማ ይውጡ ዛሬውኑ ይጀምሩ ከፍታን #ከአሐዱ_ጋር_ያጣጥሙ 🎊 #የአሐዱ_ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 125 ብር ክፍያ ያግኙ🎁 ይህ ማለት 40 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 5000+1000 ብር #አካውንቶ ላይ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው መልካም እድል ይሁንሎ🙌 እረሶም #አሐዱ ብለው ይጀምሩ👇 https://t.me/Ahadu_bank_bot?start=r0477653975 https://t.me/Ahadu_bank_bot?start=r0477653975
0
14
👉Hubachiisa! Miseensonni chaanala Hundee Amantaa hundumti keessan nagaan waaqayyoo bakka jirtanitti isiniif haa baayyatu. Barnoonni karaa chaanala kanaan darbaa ture irraa waa muraasa waliin barachaa turuun keenya waan yaadatamudha. Ammas tajaajila kana babal'isuuf karaa yuutubii "Ta'odokos tube"erga eegalle bubbulleerra.Isinis tajaajilli kun daran akka babal'atuuf kadhannaan dabalatatti liinkii gadii kanaan chaanala keenya subscribe,share fi like taasisuun nu waliin turaa! Liinkii kana fayyadamaa👇 https://www.youtube.com/c/TaodokosTube
0
15
https://youtu.be/fwGAKoBLdsI
0
16
https://youtu.be/fwGAKoBLdsI
0
17
✝️ Sooma Duukaa bu'ootaa fi Sooma Fayyinaa ✝️ Ayyaana Phiraaqilxoos [guyyaa 50ffaa] booda soomawwan gurguddoon lama eegalu. Isaanis sooma duukaa bu'ootaa fi sooma fayyinaa [Roobii fi Jimaata] yammuu ta'an soomawwan torban keessatti ni lakkaawamu. Kitaabolee qulqullaa'oo irratti barreeffamee akkuma argannu kakuu moofaa keessatti raajicha Museen seera oriitii Waaqayyoo irraa fudhatee osoo uummata osoo hin barsiisiin dura soomeera. (S. Bah. 34:28). Qulqulloonni raajonnis raawwii jecha waadaa sana akkaa eeggatan Waaqayyoodhaan bu'i dhaladhu, akkaa jedhan soomaa kadhachaa turan. Gooftaan keenya qorichi keenya Iyyessuus Kiristoos soomni jalqabbii hojii hundumaa ta'uushee nu barsiisuuf osoo wangeela hin barsiisiin dura soomeera. (Mat 4:1-14). Duukaa bu'oonnis erga ayyaana phiraaqilxoositti Afuurri Qulqulluu isaaniif bu'ee booda seera wangeelaa uummataaf osoo hin barsiisiin dura soomaniiru. Nuyis isaanirraa barannee; sirna isaaniin qajeelfamnee; Afuurri Qulqulluun isaanirra bule nurras akka buluuf waggaa waggaatti sooma duukaa bu'ootaa fi sooma fayyinaa, soomawwan biroos kabajnee soomuu akka qabnu qannoonaa mana kiristaanaatiin murtaa'eera. (Haqa Moototaa 15:586) Soomni duukaa bu'ootaa sooma duukaa bu'oonni Afuura Qulqulluu erga fudhatanii booda addunyaa hundarra naanna'anii wangeela barsiisuun dura soomanidha. Soomni fayyinaa immoo akkuma moggaasni isaa ibsu 'sooma fayyinaa' jechuu yoo ta'u, kunis soomawwan kakuu moofaa sooma Asterii fi sooma Yoodit kan bakka bu'u sooma kakuu haaraati. Kakuu moofaa keessatti sababa Haamaatiin duuti Israa'el irratti labsamee ture sooma Asteeriin akkuma hafe, kakuu haaraattis marii guyyaa Roobii gooftaa keenyarratti raawwateen xaxaan seexanaa waan kufeef bakka sooma Asteer guyyaa Roobii ni soomna. Kakuu moofaatti sababa sooma Yooditiin Holoohornis akkuma moo'ame, kakuu haaraatti immoo aarsaa qorichi keenya guyyaa Jimaataa fannoo irratti kanfaleen Diyaabiloos waan moo'ameef bakka sooma Yooditii guyyaa Jimaataa ni soomna. Guyyaan Roobii guyyaa itti mariin du'aa gooftaa keenyarratti taasifame, guyyaan Jimaataas guyyaa gooftaan keenya itti fannifame waan ta'eef, aarsaa fannoorratti nuuf kanfalame yeroo hunfa yaadachuun waan nurraa eegamuuf yeroo hunda akka soomnu qulqulluu Sinoodoosiin sirni nuuf hojjetameera. Soomni guyyaawwan lamaan kanaa [Roobii fi Jimaata] sooma fayyinaa jedhama. Walumaagalatti soomni duukaa bu'ootaa fi soomni fayyinaa akkuma sooma Nanawee fi sooma guddaa lakkoofsa guyyaa ayyaanotaa fi soomawwanii eeguuun kan dhufan fi soomawwan torban keessatti kan ramadamanidha. Xumurri sooma duukaa bu'ootaa guyyaa yaadannoo boqonnaa Qulqulluu Phaawuloos fi Qulqulluu Pheexiroos [Adoolessa 5] yoo ta'u, soomni fayyinaa garuu waqtii du'aa ka'umsaa irraa kan hafe waggaa guutuu kan soomamu waan ta'ee xumurri isaa ayyaana du'aa ka'umsaati. Bara kana soomi duukaa bu'ootaa waxabajjii 6; soomni fayyinaa immoo waxabajjii 8 ni jalqaba. Kana ta'uusaatiin kan fayyadamnu gocha gaarii matuma keenyaan, kan ceepha'amnus gocha badaa matuma keenyaan ta'uu isaa hubannee kun kan Lubootaati, kan monoksootaati sababa jedhu osoo hin uumiin hundumti keenya tokkummaadhaan yoo soomne qabeenyaabfi kennaan Waaqayyo irraa argannu nuuf baay'ataatii mataa keenya soomaaf of haa qopheessinu. Galanni Waaqayyoof haa ta'u! Madda:-Marsariitii Waldaa Qulqullootaa https://t.me/DooniiNoh
0
18
++#DHANGAA_ABBOOTII_IRRAA++ 💞"Lafa kanaaf bara jireenya kee hundumaa osoo kenniteefii kan isheen siif kennitu awwaalcha duwwaadha. Samiif garuu osoo of kennite dhuma irratti kan isheen siif kennitu teessoodha. [jireenyadha]!" #Q_Efreem isa Sooriyaa 💞"Waaqayyo cubbamaa irraa ni fagaata jedhanii yaaduun biiftuun waan ishee hin argineef jaamaa irraa fagaatti jedhanii yaaduu waliin tokkodha. #Q_Inxoons 💞"Waaqayyo siif jedhee gadi of qabe. Ati garuu matuma keef jettee illee gadi of qabuu akkamiin dadhabda!" #Q_Meqaariyoos 💞"Kan qaamni kee fedhu hundaa qaama keef yoo kennite, qaamni kee immoo kan ati hin barbaadne hunda siif kenna. Qaama [fedhii] keerratti moo'i malee ati qaama keef hin bitamiin!" #Abbaa_Kaaraas 💞"Gochi seexanni fakkeessuu hin dandeenye gadi-of-qabummaa qofadha" #Q_Yohaannis kan Siwaasewu [Yaabbannoo] 💞"Solomoon, 'Callisuunis, duubbachuunis yeroo qaba' jedhe. Callisuu kan durseef yammuu callisnu ogummaa dubbachuu waan barannuufidha!" #Q_Gorgooriyoos isa Nuusis 💞"Dheekkamsi, hamma jirtutti haadha ijoolleewwaan gammachuu hin qabnee hedduu taatee ni jiraatti!" #Q_Yohaannis kan Siwaasewu [Yaabbannoo] #Eebbi isaanii nurra haa bulu! https://t.me/DooniiNoh
0
19
++++ #BAGA_GEESSAN +++++ #DEBRE_MIXMAAQ [Tulluu Mixmaaq] ◆Ayyaanni kun #Caamsaa_21 kabajama. Guyyaa kanatti haati keenyi qulqulleettiin dubroo Maariyaam biyya Gibxi tulluu mixmaaq jedhamuu irratti gulilaata bataskaana maqaa isheen ijaaramte irratti markaba ifa fakkaatuun guyyaa itti muldhattedha. Namootni baay'een warreen Kiristaana ta'aaniif warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Ishee waliiniis ergamootnii fi qulqullootnii ni jiru ture. Ergamootnis akkas jechaa galateeffatuun ture, "Waaqayyoo Abbaan samii irra ta'ee ilaalee, akka kee kan ta'u garuu hin arganne; ilma isaa tokkicha gara kee erge,innis sirraa nama ta'e!" Qulqullootni, wareegamtoonni hunduu gara ishee dhufanii kabaja isheef ni sagadu ture. Warreen achi turanis isheedhaan eebbifamaa turan, kan abbaa fi haati jalaa du'e, gara ishee dhufanii haadha koo ykn abbaa koo nuuf agarsiisi yeroo jedhan ni agarsiistiin turte. Maarraba isaanii gara haadha keenyaa kanneen darbataniis jiru ture. Isheeniis kan jaallatte ofitti fudhachaa deebistee kennitiif ture. Isaaniis eebbaaf ni hiratu ture. ◆ Akkasiin guyyaa shaniif Kiristaanootnii fi warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Muldhatni haadha keenya tulluu mixmaaq jedhamutti muldhatte kun agarsiisa araarsummaa haadha keenyaa fi namoota ilma ishee Kiristoosiin amananiif abdii kan itti agarsiistedha. Warreen ishee arganiis akkuma qulqulluun Daawiit faarfatee, ishee dhaan akkas jedhanii galateefataniiru, "Waaqayyo iddoo buufata Yaaqoob hunduma caalaa mandara Tsiyoon karra ishee wajjin in jaallata. Yaa mandara Waaqayyoo, wanti ulfina-qabeessi waa'ee keef in dubbatama;" Faarf. 87፥2-3. ◆ Sababa kanaaf guyyaan kun ayyanota haadha keenya 33'n keessa tokko ta'ee ni kabajama. Waaqayyo Jaalala Tsiyoon haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam laphee keenyarra, mi'awaa maqaa ishee immoo afaan keenyarra nuuf haa bulchu! Ameen! ✣ #AYYAANA_GAARII ✣ Maddi:Channaalii biroo Irraa. #SHARE @Kadhannaa_Qulqullootaa @kadhannaa_Qulqullootaa
0
20
👉#Afuurummaa_Tibba_Ayyaana_Shantamaffaa👈 Dubbisuun #share gochuun ni danda'ama. ✍Du'aa ka'umsaa kaasee hanga guyyaa Phiraaqilixoositti guyyoonni jiran tibba ayyaana shantamaffaa jedhamuun beekamu. Tibba kana guyyoota Roobiifi Jimaata dabalatee soomnis tahe saganni hin jiru. Sababnisaa guyyoonni kuni dhugumatti guyyoota gammachuuti. Ta'us guyyoota gammachuu jennee yeroo nuti gonka afuurummaa keenya dagannu bal'inaan ni mul'ata. Haa tahu iyyuu malee yeroo gammachuus nama afuuraa ta'uun ni danda'ama. ✍Gammachuufi afuurummaan waliin hin deeman jennee yoo yaanne; akkamiin bakka gammachuun barabaraa jirtu Mootummaa Waaqaatti namoota Afuuraa tahuu dandeenyaree? Sababnisaa jireenyi nuti tibba kana taasifnu jireenya guyyaa dhufaatiisaa booda jirtu bakka qulqullootaaf qophoofte jireenya Mootummaa Waaqayyoo keessaan waan fakkeeffamtuuf. ✍Tibba kana Soomniifi Saganni jiraachuu baatanis Kadhannaan, dubbisa Kitaaba afuurummaan, Yeedaloofi Faarfannaan bakka buusuu dandeenya. Duuka bu'aan qulqullichi Yaa'iqoob faarfannaa ilaalchisee akkas jedhee jira. " ....Kan gammade yoo jiraate inni haa faarfatuu!" Yaq5:13 ✍Du'aa ka'umsa booda jaallalli Waaqayyoo duuka bu'oota waliiin guyyaa afuuratama tureera. " .... guyyaa afurtamaaf akka isa argan godhe, waa'ee mootummaa Waaqayyoos isaanitti in dubbate." (Hoj1:3). Waa'ee mootummaa Waaqayyoo yaaduufi barachuun dabarsuu qabna jechuudha. ✍Tibba kana faarfannaa daawwit dubbisuun, kadhannaa dhuunfaa sirnaan taasisuun akkasuma waa'ee hojiisaa dinqiif Waaqayyoon galateeffachuun, Waaqayyoon faana dubbachaa isa waliin ta'uu bartee godhachuu dandeenya. Kanaaf wantoota Waaqayyo waliin ta'uu irraa, isarraas nu dhorkaniifi fageessan irraa fagaachuutu nurra jiraata jechuudha. ✍Jireenya gammachuu, Waaqayyo waliin jiraachuu qabna malee humna ooli nyaachuuniifi dhuguun gammachuu foonii keessa jiraachuun nurra hin jiraatu. ✍Soomni hin jiru jechuun garuu fedhii nyaata keessaa turuu(jiraachuu) miti. Soomni bakka hin jirrettis of bituun barbaaachisaadha. Galanni Waaqayyoof haa tahu! Ameen! Madda: Words of Spiritual Benefit https://t.me/Araaraat
0