Qaroo Post
Ir al canal en Telegram
Qaroo Post is an Educational and news media established with a great vision to be the best Media in our country CHANNELIIN Qaroo Post ODEEFFANNOO WAYTAAWAA YEROO YEROOTTI SINIIF LAKKISA https://telega.io/c/QarooPost
Mostrar más2 428
Suscriptores
-224 horas
-97 días
-6330 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
septiembre '26
septiembre '26
+15
en 0 canales
agosto '26
+21
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+7
en 1 canales
Get PRO
junio '26
+4
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+4
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+4
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+4
en 1 canales
Get PRO
febrero '26
+2
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+2
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+2
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+8
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+3
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+4
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+20
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+30
en 2 canales
Get PRO
junio '25
+10
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+11
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+11
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+6
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+7
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+39
en 3 canales
Get PRO
diciembre '24
+65
en 3 canales
Get PRO
noviembre '24
+58
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+151
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+136
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+299
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+188
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+507
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+928
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+845
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+815
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+559
en 13 canales
Get PRO
enero '240
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+1
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+2
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+6
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+3
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+5
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+8
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+10
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+9
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+7
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+11
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+7
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+11
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+14
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+280
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+2
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+4
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+1
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+2
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+3
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+10
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+10
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+8
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+6
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+5
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+10
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+18
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+1 587
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 19 septiembre | +1 | |||
| 18 septiembre | +1 | |||
| 17 septiembre | 0 | |||
| 16 septiembre | +1 | |||
| 15 septiembre | 0 | |||
| 14 septiembre | 0 | |||
| 13 septiembre | +2 | |||
| 12 septiembre | +2 | |||
| 11 septiembre | +1 | |||
| 10 septiembre | 0 | |||
| 09 septiembre | +3 | |||
| 08 septiembre | +1 | |||
| 07 septiembre | +3 | |||
| 06 septiembre | 0 | |||
| 05 septiembre | 0 | |||
| 04 septiembre | 0 | |||
| 03 septiembre | 0 | |||
| 02 septiembre | 0 | |||
| 01 septiembre | 0 |
Publicaciones del Canal
Ameerikaan Qoqqobbii Meeshaa Waraanaa Itoophiyaa Irra Turee Hojiirra Oolchite
Mootummaan Ameerikaa dhorkaa meeshaa waraanaa Itoophiyaa irra kaa'ee ture kasuu isaa ifa godheera.
Caamsa bara darbe jalqaba irratti Ministeera Dhaabbata Alaa Ameerikaatti Biiroon To'annoo Daldala Ittisa Biyyaa dhorkaan meeshaa waraanaa Itoophiyaa irra ture akka ka'u kan beeksise yoo ta'u, Murtiin kun Fuulbaana 8, bara 2019 A.L.H. irraa eegalee hojiirra ooluun isaa ifa ta'eera.
Haaluma kanaanis Itoophiyaan tarree biyyoota to'annoo daldala meeshaa waraanaa idil-addunyaa (ITAR) Ameerikaa jala jiran irraa akka haqamtu taasifameera.
Biirooni kun imaammata dhorkaa Ameerikaan Itoophiyaa irratti hordofaa turte kaaseera.
Iyyannoowwan heeyyama daldala meeshaa waraanaa Seera To'annoo Daldala Meeshaa Waraanaa Idil-addunyaa jala jiraniif Itoophiyaa waliin walqabatan sakatta'aa erga turee booda ka'umsi dhorkaa kanaa hojiirra ooluun isaa mirkanaa'eera.
Kunis Itoophiyaan meeshaalee fi tajaajiloota ittisaa humnoota waraanaa fi humnoota nageenya biyya keessaa birootiif ta'an alaa bitattee galchuu fi gara alaatti erguu akka dandeessu kan heeyyamuudha.
Dabalataanis, bulchiinsi Pirezidaant Doonaald Traamp dhorkaa Humnota Ittisaa Eertiraa fi qaamolee biroo irra kaa'ee ture kaaseera.
Eertiraa waraana waggaa lamaaf kaaba Itoophiyaatti geggeeffame keessatti hirmaannaa turteewwan walqabatee, Ameerikaan bara 2014 A.L.H. dhaabbata fi namoota dhuunfaa Eertiraa irratti dhorkaa kaa'uun ishee kan yaadatamuudha.
@Qaroopost
| 2 | Liqqinnaa Ambaaw Itoophiyaaf Meedaaliyaa Warqee Argamsiiste
Atileetiin Itoophiyaa Liqqinnaa Ambaaw, Dorgommii Atileetiksii Daandiirra Addunyaa irratti meetira 5,000'n hirmaattee, sadarkaa 1ffaa ba’uun meedaaliyaa warqee argatte.
Liqqinaan dorgommicha xumuruuf daqiiqaa 14:41 itti fudhate.
@Qaroopost | 38 |
| 3 | Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a ni gaggeeffama.
Dorgommichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, guyyaa jalqabaa fageenyoota afuriin ni dorgomama.
Haaluma kanaan Atileet Birkee Ayaaloom fi Fireewayinii Hayiluun dorgommii dubartootaa maayilii tokkorratti ni hirmaatu.
Dorgommichi har’a sa’aatii 5:10 irratti gaggeeffama..
Dorgommii kiiloo meetira 5 dubartootaan Atileet Liqinaa Ambawuufi Aleeshinyi Baawaaq Itiyoophiyaa bakka bu’uun ni dorgomu.
Dorgommiin Atileet Mazgabuu Simee fi Addisuu Yihuunee kiloomeetira 5 irratti hirmaatan Har’a guyyaa Sa’aatii 9:40 irratti eegala.
Dorgommichi borus kan itti fufu yoo ta’u,ganama Sa’aatii 4:10 walakkaa maaraatoonii dubartootaan Atileet Massalachi Alamaayyoo, Zimaam Baaraakii, Tsiggee Gabrasalaam fi Fitaawu Zariyaa ni hirmaatu.
Atileet Taaddasaa Warquu, Barakat Naggaa, Balaay Xilaahuun fi Bayaalinyi Tashaagar Dorgommii walakkaa maaraatoonii dhiirootaan ganama sa’aatii 4:45 irratti ni hirmaatu.
@Qaroopost | 48 |
| 4 | Qananiisaa Baqqalaa Umurii Isaa 44tti Gara Fiigicha Maaraatoonii Barlinitti Deebi'uuf Qophaa'e!
Finfinnee — Akaakuu ispoortii atileetiksii keessatti maqaa fi seenaa guddaa kan qabu, injifataan Maaraatoonii Barlinii yeroo lamaa Beekkamaan Qananiisaa Baqqalaa, umurii isaa 44tti deebi'ee daandiiwwan magaalaa guddoo Jarmanii (Barlinii) irratti dorgomuuf qophaa'uun isaa oduu gammachiisaa jaalla ttoota ispoortiif ta'eera. Innis dandeettii fi murannoo isaa ammas agarsiisuuf qophiirra jira!
Qabxiwwan Ijoo:
• Injifannoo fi Riikardii Isaa Kanaan Duraa: Qananiisaan kanaan dura maaraatonii Barlinii kana irratti milkaa'ina gurguddoo armaan gadii galmeessiseera:
◦ Bara 2016: Sa'aatii 2:03:03
◦ Bara 2019: Sa'aatii 2:01:41 galuun injifate era. (Yeroo sana riikardiiwwan kunniin seenaa fiigicha maaraatonii addunyaa keessatti saffisaan isa lammaffaa ta'uun galmeeffamanii turan).
• Dorgommii Isaa Dhihoo fi Qormaata: Atileetiin kun waggaa darbe dorgommii Maaraatonii Magaalaa Niwu Yoork (New York City Marathon) irratti hirmaatee, ta'us xumuruu osoo hin danda'in (DNF - Did Not Finish) karaatti hafuun isaa ni yaadatama. Kanaafuu, deebi'ee dorgommiin Barliniitti godhu kun yeroo murteessaa dandeettii, jabeenya, fi murannoo isaa ittiin sakatta'uu dha.
Dinqisiifannaa: Atileetonni gurguddoon fi Beekkamoon akka Qananiisaa yeroo dheeraaf dorgommii olaanaa irra turuun isaanii kan ajaa'ibsiifamu yoo ta'u, deebi'ee fiigicha saffisaa ittiin beekamuun daandiiw wan gurguddoo Barliniirratti dorgomuun isaa hawwii gudda uumera.
@Qaroopost | 56 |
| 5 | Sin texto... | 42 |
| 6 | Dhaabbanni Beeksisaa fi Miidiyaa Masarat Dhaabaa, Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee bara 2019 sababeeffachuun, jala bultii ayyaanichaa irratti Konsertii Haaromsa Tokkummaa jedhu qopheessaa jiraachuu isaa har'a ibsa miidiyaaf kenneen addeesse.
Jala bultii ayyaanichaa ilaalchisee ibsa miidiyaa har’a Hoteela Naafleet Paarkii Araadaa keessatti kennameen, sagantaaleen bashannanaa fi konsertiiwwan gurguddoo uummata hawwatan qophaa’aa jiraachuun ibsameera.
Sagantaaleen jala bultii Irreechaa kun Hoteela Skylight fi Hoteela Naafleet Paarkii Araadaa keessatti gaggeeffamuuf qophaa’aa jiraachuun ibsameera.
Konsertii Haaromsa Tokkummaa irratti artistoonni bebbeekamoo fi jaalatamoo ta’an sagantaa isaanii dhiyeessuuf qophii irra jiraachuun ibsameera.
Isaan keessaa:
Artist Amalmaal Abaatee, Artist Jaamboo Jootee, Artist Gadaa Hamdaa, Artist Galaanaa Gaaromsaa, Artist Shukurii Jamaal fi artistoonni biroon hedduun akka argaman ibsameera.
@Qaroopost | 40 |
| 7 | Fiigichi guddaan Irreechaa 2ffaan namoota kuma 50 ol hirmaachisu qophaa'uufi.
Fiigicha guddaa Irreechaa 2ffaa Magaalaa Bishooftuutti fiigamu ilaalchisee miidiyaaf ibsi kennameera.
Fiigichi guddaa kun Fulbaana 21, Bara 2019 guyyaa Kamisaa akka fiigamu ibsameera.
Hoggantuun Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Aadde Roozaa Biyyaa Irreechi mallattoo tokkummaa akkuma ta'e Ispoortiinis jaalalaafi tokkummaa lammiilee cimsuuf gahee olaanaa waan qabuuf fiigichi kun qophaa'uu himan.
Atileetonni koorniyaa lamaaniin kuma 1f 400 ol ni hirmaatu jedhame.
Fiigichi Irrreechaa guddaa kun fageenya KM 10 akka ta'es himameera.
Bu'uuruma kanaan namoota sadarkaa
walduraa duubaan bahaniif badhaasni ni kennama.
Badhaasni kennamus:
1ffaa kan bahu Miiliyoona 1
2ffaa kan bahu 750,000
3ffaa 500,000,
4ffaa 350,000,
5ffaa 250,000,
6ffaa 100,000,
Fiigichi Hawaasaas badhaasa jajjabeessaa akka qabu ibsameera
Atileetiksiin maqaa gaarii Itiyoophiyaa addunyaatti kan beeksisan Atileet Xuruneesh Dibaabaa dabalatee Maatiin Dibaabaa Ambaasaaddara Fiigicha Irreechaati.
@Qaroopost | 50 |
| 8 | Sin texto... | 43 |
| 9 | Yakka daddabarsa namootaarratti kan hirmaatan Daawud Tafarii kanneen biroo irratti himatni yakkaa 31 baname
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa gita isaa Poolisii Eemiratoota Araba Gamtoomanii (UAE) waliin qindoomuun, namoota biyyoota alaa dhokachuun lammiilee karaa seeraan alaa daddabarsaa fi gochoota gara-jabinaa raawwachaa turan, Daawud Tafarii Laggasaafi Dastaa Tagany Abagaaz jedhaman to’annoo jala oolchuu isaa Adoolessa 11/2018 karaa miidiyaatiin uummataaf beeksisuu isaa ni yaadatama.
Dabalataanis yakka kana waliin walqabatee, hirmaattota biyya keessaa kanneen akka Buzaayihuun Agucheewuu Baahayiluu, Iraahimat Abbabaa Isheeteefi Iyyaasuu Ayyaalee Haabtee jedhaman to’annoo jala oolcheera.
Poolisiin Daawud Taaddasaa Laggasee, Iraahimat Abbabaa Isheetee, Ikraam Mahaammad Ayaalewuu, Buzaayihun Agucheewuu Baahayiluu, Iyyaasuu Ayyaalee Haabtee fi Admaasuu Taaddasaa Laggasaaa kanneen jedhaman daddabarsitoota namaa balaa geessisan ijoo fi hirmaattota isaanii biyya keessaa ta’anii, lammiilee irratti gochoota raawwataniin walqabatee galmee qorannoo gaggeesse ragaa namaa fi sanadootaan cimsuun Abbaa Alangaa Waliigalaa Ministeera Haqaaf ergeera.
Abbaan Alangaa Waliigalaa Ministeera Haqaa, shakkamtoonni jahan tokkoon tokkoon isaanii gochoota seeraan alaa keessatti hirmaatan irratti hundaa’uun, Seera Yakkaa FDRI bara 1996 bahe, Keewwata 32(1)(a fi b), akkasumas Yakka Daldala Namaafi Nama Seeraan Alaa Daangaa Ceesisuu Ittisuu fi To’achuuf bahe Labsii Lakkoofsa 1178/2012, Keewwata 11(3) jalatti tumamanii jiran cabsuu isaanii irratti hundaa’uun, waliigalaan himata yakka adda addaa 31 irratti banuun mana murtiitti dhiyeessera.
Shakkamtoonni Ikraam Mahaammad Ayaalewuu fi Admaasuu Taaddasaa Laggasaa jedhaman yeroo qorannoon gaggeeffamaa turetti osoo hin argamiin galmeen qorannoo isaanii qulqulleeffamee Abbaa Alangaa Waliigalaa Ministeera Haqaa biratti himanni irratti banameera.
Haaluma kanaan namni Dastaa Tagany Abbagaaz jedhamuun beekamu, daddabarsaa namaa seeraan alaa fi balaa geessisuun shakkamee Emireetota Arabaa Gamtoomanii, Dubaayitti to’annoo jala oolee gara Itoophiyatti kan dabarfame tahuun amma galmee qorannoo yakkaa biraa irratti qorannoon irratti gaggeeffamaa akka jiru poolisiin beeksiseera.
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa, dhaabbilee poolisii biyyoota biroo fi Inteerpool waliin tumsa qabu cimsuun, namoota yakka shororkeessummaa fi yakkoota daangaa ce’an biroo raawwatan barbaadaman to’annoo jala oolchuun seeraaf dhiyeessuuf hojii isaa caalmaatti cimsee akka itti fufu, odeeffannoo Qaroo Postif erge keessatti beeksiseera.
@Qaroopost | 67 |
| 10 | Sin texto... | 70 |
| 11 | Join waan gootaniif qofa Dollar 3$ kan siniif kaffalu yoo hojjattan ammoo waan gaarii kan irraa argattan airdrop bareedaa kana dafaatii itti bu'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 | 73 |
| 12 | Namoota barreeffamoota safuu cabsan barbaaddan qofaan!.
Barreeffamoota miira namaa kaasan kan Ajaa’ibsiisoo ta’an chaanaala kana irratti argattu!
https://t.me/daabboomioftuu | 124 |
| 13 | 📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details | 87 |
| 14 | Bubbee S1E18
Misirroo
Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa!
https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K | 140 |
| 15 | Bubbee S1E13
Hirmii
Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa!
https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw | 83 |
| 16 | Bubbee S1E12
Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii?
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV | 139 |
| 17 | Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa!
https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46 | 190 |
| 18 | Bubbee S1E8
Boba’aa
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e | 0 |
| 19 | Bubbee S1E5
Battallee
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m | 0 |
| 20 | Bubbee S1E4
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs | 0 |
