cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Faruuwaan Ortodoksii Tawayidoo

Faarfannaan humna guddaa qaba.Qalbii namaa jijjiira, nama barsiisa, gara Waaqayyootti nama deebisa.Faarfannaan nama gadde tasgabbeessa. Madaa gaddaati qoorsa. Faarfannaan humna cimaa qaba,⛪🙏

Mostrar más
Finlandia1 466El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad22 013
Publicaciones publicitarias
4 362
Suscriptores
+1024 horas
+667 días
+34330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i? 🐄🦁🦅🙍‍♂️ Kutaa 2ffaa ♦ Koochoowwan isaanii meeqa? ♦ Maal maaliin fakkeeffamu? ♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha? ♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo? ♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha? ♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama? Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3wX3Mz7 https://bit.ly/3wX3Mz7
Mostrar todo...
9🥰 3👏 1
4_5787432211900797871.aac26.47 MB
4_5979044854892597721.m4a49.24 MB
23
4_6035314557172322681.mp34.60 MB
35👏 5
#MAARIYAAM A". Ayyoo koo sin jechu      Hin obsuu dandaa'e      Kadhaanaa ketinaani      Guyyaa kana gahee.! B". Betaliyeemit       Ifni sira bahe.       Haadha isaa ta'uus,,,,        Dhalooni dhagaahee.! C". Calchiseen jalaadha       Haadha goofta keenya       Siraa kan dhalatee       Nuf labsee nageenya.! D". Dadabaleen jedha       Garummaa Waa'ee kee       Kabajaan sii farsee       Dawitis maqaa kee.! E". Enyummaan koo sii'i       Mallaattoon jalqaba      Arjummaa kee guddaan      Waaqan araarama....! F". Fayyidaan koo sidha      Karaa hunduummani      Milkeesituu jiruudhaa      Kan guyyaaf halkaani.! G". Galaana fakkaata        Ebbii siraa ba'uu       Dheekamsii dinoota       Tasaa sin dandaa'u.! H". Hannaaf Iyaaqem       Haati fi Abbaan kee       Jiraadhe hin dhiisuu       Mariyaam maqaa kee.! l". Ilaalee hin quufu     Qabsuuras, fakkii kee     Dura nuf dhabaadhu     Mariyaam ilma kee.! J". jalaali kee adda      Namootara caala      Ati hundumaa oli      Enyuu sii madaala.! K". Kaallessara,  hara'an       Hubaadhe Waa'ee kee.       Sii keessa kan burqee       Ebbaadha hundeen kee.! L". Lamuumaan koo siidha      Demmsaa dandii kooti      Mariyaami sii farfanaa     Tokkuumman kaaneti.! M". Mana kee nan dhufaa        Galaata qabaadhe.        Dhugumma nan yaada        Mariyaam sii abdaadhe.! N". Namootara adda      Chaphan dubrumaa kee      Ragaa guddaa qabdaa      Isqeel fa'a Waa'ee kee.!    O".Obseen sii egadhaa      Haadha goofta keenyaa      Waaqayyoora kaadhu      Nu hundaaf nageenya.! P". Pheexiros abbaansa       Sii galaateefate       Dhugumma maqaa kee       Dammaara jalaate.! Q". Qabeenyaa naf caltaa       Isaa foon fayyaadu.       Haadhuma kee beekem      Tasumma sin kaadu.! R". Rakkoo tokko hin qabu       Kan waamu Mariyaami.      Badii keenyaa hundaaf      Nuti araaramii.! S". Sosiinadha ati      Wangeelaara jirta.     Isaa cubbuun hidhe     Hiktee too nu furtaa.! T". Takkaatu hin jiru       Hangaa kee kan gahu.       Dhalooni, dhalootaan       Ammas haa dhagaahu.! U". Umaama kee irraa       Kenaani kee gutuudha.       Nama sin bekneetu      Cubbuudhan duutuudha.! V". Vilaa ijaramee       sii'itu naf caala       Kadhaa kee amaanen      Mootummaa isaa Dhala.! W". Waaqa nuf kadhaata        Fulduraa dhabaate        Waada haadhuma kee        Heduu nu jalaate.! X". Xummuuru dandaa'u       Waa'ee kee hunduuma       Guyyaa qofa mitii       Halkaanani gungumma.! Y". Yakkii koo bayeedha       Naf kadhaadhu gifti       Adda koo hin toluu       Anoo sii'in alaati.! Z". Zayitaa jireenyaa      Maqaa kee naf ta'e      Ittii fufee farsaa     Dhalootadhan gaahe.! ~~~ Kadhannaa fi araarrii' arjummaan ishee nuwaliin yaa ta’u    ulfiini fi kabajni galanni ishiif haa ta'u!. Egumsii ergamoota fi kadhanaan qulquullootaa  akkasumaas ebbii abboota kenyaa nu wajjiin haa ta'u. Ameen. @Tawayidoo
Mostrar todo...
36👏 8🥰 6😢 6
Photo unavailableShow in Telegram
23👏 4
F/ttuu Hanna Baayisaa
Mostrar todo...
Yifesal Zimare RE.mp34.91 MB
4_5967818931367315686.mp34.86 MB
🥰 11 5
4_5926769382003838940.mp36.57 MB
6
Har'a geenya seene Luba Geergis Immiruu.mp37.69 MB
👏 11🥰 9 5
Ayyaana Pheraaqilixoos.mp34.65 MB
20👏 6🥰 3
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.