cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Ortodoksii Tawaahidoo

Baga nagaadhaan dhuftan! Channel kana keessatti barreeffamoota Kara Website keenya isiniif dhiyaachaa turan ni argattu! Website keenya ilaaluu hin dagatiinaa :- https://ortodoksii12.blogspot.com

Mostrar más
Finlandia978El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad13 606
Publicaciones publicitarias
7 200
Suscriptores
-124 horas
+667 días
+33430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Meeshaalee Qulqullaa'oo Kutaa 5ffaa • Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti fayyadamnu • Uffannaa Lubootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa • Uffannaa Diyaaqonootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa • Fakkeenyaa fi hiikoo Kaabbaa, Qoobii, Goonfoo fi k.k.f Waa'ee Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti itti fayyadamnuu link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3pixImp https://bit.ly/3pixImp
Mostrar todo...
👏 1
Luboota Digdami Arfan Samii • Luboonni 24'n Samii eenyu fa'i? • Maalif 24 qofa jedhaman? • Dhuguma lakkoofsi ykn baay'inni isaanii 24 qofaa? • Luboota lafa irra jiran irraa maaltu adda isaan baasa? Hiikoo Andimtaa Mul'ata Yohaannis irratti kan hundaa'e. Link jala jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/luboota-digdami-arfan-samii_23.html
Mostrar todo...
Luboota Digdami Arfan Samii

Luboota Digdami Arfan Samii mata duree kana keessatti waa'ee Luboota Digdami Arfan Samii baldhinaan ni ilaalla

4
Photo unavailableShow in Telegram
Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i? 🐄🦁🦅🙍‍♂️ Kutaa 2ffaa ♦ Koochoowwan isaanii meeqa? ♦ Maal maaliin fakkeeffamu? ♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha? ♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo? ♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha? ♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama? Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3wX3Mz7 https://bit.ly/3wX3Mz7
Mostrar todo...
3
Photo unavailableShow in Telegram
Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i? Kutaa 1ffaa 🐄🦁🦅🙍‍♂️ ♦ Koochoowwan isaanii meeqa? ♦ Maal maaliin fakkeeffamu? ♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha? ♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo? ♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha? ♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama? Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3p5ztEN https://bit.ly/3p5ztEN
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Meeshaalee Qulqullaa'oo Kutaa 4ffaa #Share Meeshaalee Qulqullaa'oo armaan gadii kanneen hangam beektu? tajaajila isaan kennan, wanta irraa hojjetaman, Iccitii fi fakkeenyummaa isaanii hoo? → Sahaanii fi Sibiila (ሰንና ብርት) → Ixaana, Qandilii fi Meeroonii → Tsinihaa ykn Maa'ixentii (ጽንሐሐ /ማዕጠንት) → Mudaay (ሙዳይ) → Tsuwaafii fi Shaamaa ykn Dungoo → Maqrazii ykn Baattuu Ibsaa (መቅረዝ) → Maqqosatariyaa (መኮሰተርያ) → Atroons (Teessoo Kitaabolee) → Mudaay Mitsiwaat (ሙዳይ ምጽዋት) → Qaacilii ykn Bilbila xiqqoo (ቃጭል) fi Dawulii (ደውል) → Maqoomaa (መቋሚያ) Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Meeshaalee Qulqullaa'oo kanneenii dubbisaa! 👇👇👇 https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan! ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚! ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚? ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢? ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢? 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚! Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3qC1a7f https://bit.ly/3qC1a7f
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Baga guyyaa Yaadannoo Ifoota Addunyaa Qulqulluu Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos nagaadhaan geessan! Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i! Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa! 👇👇👇 Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html #Share taasisuu hin dagatiinaa!
Mostrar todo...
👍 2 2
Photo unavailableShow in Telegram
Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ifoota Addunyaa Qulqulluu Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos nagaadhaan geessan! Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i! Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa! 👇👇👇 Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html #Share taasisuu hin dagatiinaa!
Mostrar todo...
👍 9 5👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Meeshaalee Qulqullaa'oo Kutaa 3ffaa • Aarsaa (መሥዋዕት • Kan Aarsaan itti dhiyaatu (መሥዋዕ) • Tsaahilii (ጻሕል) • Irfe Meskel (እርፈ መስቀል) • Tsiwwaa ykn Xoofoo (ጽዋ) • Masooba Warqii (መሶበ ወርቅ) • Mahaafadaat (ማኅፈዳት) • Waa'ee Qamadii fi Wayinii Aarsaaf dhiyaatanii, meeshaa itti dhiyaatan, akkaataa itti dhiyaatan fi k.k.f Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat3.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat3.html
Mostrar todo...
👍 4👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Meeshaalee Qulqullaa'oo Kutaa 2ffaa • Waa'ee Taabotaa • Waa'ee Manbarii ykn Teessoo Taabotaa fi • Waa'ee Fannoo Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos dha fi k.k.f Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3xIXd4l https://bit.ly/3xIXd4l
Mostrar todo...
👍 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.