cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️

Publicaciones publicitarias
6 048
Suscriptores
+1624 horas
+1507 días
+1 42330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐫𝐚𝐚'𝐢𝐥 𝐌𝐚𝐚𝐥 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞?
Yesuus ergamaa Rabbiiti. Ergamtoota Rabbiin biraa ergaman irraa addummaa hin qabu. Kitaabni Rabbiin biraa isaaf kennameera. Maqaan kitaabdichaas Injiil jedhama. Maqaan Iisaa [Jesus] jedhamu Qur’aana keessatti bakka 25 tti dubbatameera. Bakka 16 tti immoo ilma Maryam jedhameera. Haa ta’u malee bakka tokkottuu ilma Rabbii jedhamee hin dubbatamne. Kanaafuu, ilma Rabbii miti. Rabbiin ilma hin qabu. Akkasumas,  yeroo 11 Qur’aana keessatti Al Masiih jedhameera. Kiristaanonni hedduun;  Nabi Iisaan (yesuus) aduunyaa hundaaf ergame yaada jedhu qaban. Haa ta’u malee; yaanni isaanii kitaaba isaan hordofan wajjiinis waliif hin galu. Macaafni qulqulluun,Yesuus kan ergameef ummata Israa’el qofaafi jedheera.Qur’aanni kabajamaaniis, yesuus ummata Israa’el qofaaf ergamuu isaa gadi fageenyaan dubbateera. Mee haa hubannuu! (يَاأَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَى مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِنْهُ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ انْتَهُوا خَيْرًا لَكُمْ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَهٌ وَاحِدٌ سُبْحَانَهُ أَنْ يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَكَفَى بِاللَّهِ وَكِيلًا) (Yaa abbootii kitaabaa! Amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaa. Ilmi Maryam, Masiih, Iisaan ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (ta’i jedhu) kan Inni gara Maryam darbeedha. Ruuhii (uumaa) isaa irraa ta’eedha. Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa“Rabbiin sadihi” hin jedhinas, Isarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta’aa)Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofaInni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan Isaati. Hirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha.)  [Suuraa Annisaa’i Aayata 4;171] (مَا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِنْ قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ انْظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انْظُرْ أَنَّى يُؤْفَكُونَ) (Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti. Haati isaas akkaan dhugoomsituudha. Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan. Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali!. Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali!.)  [ Suuraa Maa’idaa Aayata 5:74] (وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ وَقَفَّيْنَا مِنْ بَعْدِهِ بِالرُّسُلِ وَآتَيْنَا عِيسَى ابْنَ مَرْيَمَ الْبَيِّنَاتِ وَأَيَّدْنَاهُ بِرُوحِ الْقُدُسِ أَفَكُلَّمَا جَاءَكُمْ رَسُولٌ بِمَا لَا تَهْوَى أَنْفُسُكُمُ اسْتَكْبَرْتُمْ فَفَرِيقًا كَذَّبْتُمْ وَفَرِيقًا تَقْتُلُونَ) (Dhugumatti Nuti Muusaaf kitaaba kenniineerra. Isa boodas ergamtoota walitti aansuun hordofsiifnee jirra. Iisaa ilma Maryamiifis mallattoolee ifa ta’an kenninee jirra. “Ruuhul Qudsiin” (Jibriiliinis) isa jabeessinee jirra. Sila dhawaata ergamaan waan lubbuun keessan hin feeneen isinitti dhufuun boontaniiti garii kijibsiiftanii garii ajjeeftuu?) [ Suuraa Baqaraa  Aayata 2:86] (وَإِذْ قَالَ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ يَابَنِي إِسْرَائِيلَ إِنِّي رَسُولُ اللَّهِ إِلَيْكُمْ مُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِنْ بَعْدِي اسْمُهُ أَحْمَدُ فَلَمَّا جَاءَهُمْ بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَذَا سِحْرٌ مُبِينٌ) (Yeroo Iisaa Ibni Maryam “yaa Banii Israa’iil! Ani Ergamaa Rabbii kan waan Tawraatiin keessatti na dura bu’e dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad ta’een (isin) gammachiisu ta’ee gara keessan ergame” jedhe [yaadadhaa]Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufes “kun ‘sihrii” (falfala) ifa ala dha” jedhan.)  [Suuraa Saffi Aayata 61:6] https://t.me/Rafiiqul_Islaam/462 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/462
Mostrar todo...
3👍 2
sticker.webp0.25 KB
Mostrar todo...
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐀𝐦𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀/𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐠𝐢𝐥𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐬𝐭 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
Photo unavailableShow in Telegram
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Mostrar todo...
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐨𝐦𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐢𝐫𝐨𝐨𝐟
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐀𝐑𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐆𝐀𝐃𝐈𝐈 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀!!
𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦) 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐢𝐥 (𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚) 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?
Mostrar todo...
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐛𝐫𝐚𝐚𝐡𝐢𝐦 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐌𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
﴿وَلَا تَحْسَبَنَّ اللهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُ﴾. «اللَّهُمَّ يَا فَارِجَ كُلِّ هَمٍّ وَكَاشِفَ كُلِّ غَمٍّ وَمُنَفِّسَ كُلِّ كَرْبٍ وَمُجِيبَ دُعَاءِ المُضْطَرِّينَ ، يَا غِيَاثَ المُسْتَغِيثِينَ وَيَا أرْحَمَ الرَّاحِمِينَ ، ارْحَمْنَا رَحْمَةً تُغْنِينَا بِهَا عَنْ رَحْمَةِ مَنْ سِوَاكَ».
Mostrar todo...
09:57
Video unavailableShow in Telegram
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa #4ffaa (Kutaa #D) #Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin. Baruumsaa wol fakkaataa asiin dura kennamaa turee fi asi booda kennamu argachuuf, #liinkii_asii_gadii tuquun #Follow/#Join gochuu hin dagatinaa. 👇 https://t.me/Xaaliburidallah
Mostrar todo...
229.16 MB
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Mostrar todo...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚