cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Buufata Walaloo

Channelii keenyaaf miseensa tahuun, 💫 Walaloo Oromummaa 💫 Walaloo Jaalalaa 💫 Gaaffii deebii Oromummaa 💫 Baacoolee gara garaa fi kan biroos nu waliin qooddachaa Aartii keenya waliin haa guddifnuu jenna. 💥Yaadaaf @qeransoyebot commentbot qunnamaa!!

Mostrar más
Finlandia2 775El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
1 083
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Dirree Aartii
Itti gaafatamummaan maatii kan itti dhaga'amuu fi dirqama itti gaafatamummaa kan ba'u si qofa taatee, Qormaanni karaa Maatii sitti dhufu si mudatee beekaa? Sanuu irra deddeebiin! Waan gochuu osoo yaadduu gochuuf humna dhabdee dhiphattee agarteettaa? Isa kana Rabbi na gargaaree jala ba'eera; Uuuffee" jettee osoo hin xumurin kan biraa irraan dabalamee... karoora dhuunfaakee fi imala jireenyaa kee hunda zeerootti deebisee takaalamtee beektaa? Waa gochuu osoo dandeessuu akka itti gootu dhabdee, nama waliin maryachuufis rakkattee, Yoo maryattes namni siif hubatu dhabamee jiraachuu si jibbisiisee beektaa? Osoo waa gochuu dandeessuy karaa fi akka dhabdee, Rakkina sana keessatti ilaalaa jiraachuu sammuun si fudhachuu didee waan murteessitu fa'a dhabdee of jibbitee beektaa? Taateedhuma kanahoo akka itti dubbattee ibsitu dhabdee akkanatti jechi si harkaa badeeraa? Si mudatee beeka taanaan atuu beekta. Sin mudanne taanaan, rakkoo wal xaxaa akkasiin hin qoramne taanaan immoo sitti hin fidin; si haa baraaru! Akka nama hirriba keessa waa haasa'uu na goggodhe mitii? Nagaan bulaamee! Alex Taye @dhwalaloo @sammuukeef
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
t.me/FahmiFuad Link kana fayyadamaati Afiya home based clinicf maatii tahaa 🙏
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Mostrar todo...

Repost from Dirree Aartii
Takka takkaa, durii gaaf durii Aadaadha taphanna Seenaadha odeeysina Ollaa wal barsiifna Maatii walitti finnaa Seenaan yoo gad laalan Tapha keeysa jirtii Akka arraa mitii Bara interneetii Takkiyyee fi lamiyyee Ashangidoo laga arbaa Wayin onnetti si darbaa Asiin nabaasaa fii shirgiggoo Tiilleen taableen fii tayoo tayi Tokkoo lamaa mitii Yoo jettaan lakkaayii Utaalloo haadaa fii Okkol okkol saree Baallaa shimbirroofii Shantee faatu jiraree Jarrin ammaa yaame Dhaalmaya abbaa kheenyaa Kan durirraa dhaalle Aadaa warraa kheenyaa Isaaniin waa barraa Hiriyaan wal garraa Waan durii abuurraa Ammammoo deebinee If duuba dachaanee Gufannee dhamaanee Garuu bar... Durillee tan jirtu Tan ambarraa dhaalle Biimoorii fii khoorkii Walaamboo kubbaa Maarrabee fii goommaan Duruu ni argamaa Tan ammaa tun baasa Joolleen gaafa olkaatu Halluu tam dibannaa? Eeysatti qamaanaa? Eenyu xabbasannaa? Waan akkasiit yaaddii Seenaa tam nuu bartii Kanaafuu akkaan je'ee Itti fufa barraa'ee... Shamil Nasir Mohammed ~~ @dhwalaloo @sammuukeef
Mostrar todo...
Repost from Dirree Aartii
Kitaaba dubbifnee, waliin qu'anne, wal qo'achiifne, nuffineerra. Ani siree gubbaa qumxa qofa uffadhe, miila takka gad diriiffadhee takka ol cabsee; duuydaan ciisa. Isheenis: qamisii burraburree tokko uffattee, qal'attee, luka lachuu diriirfattee, duuydan ciifti. "Yeroo hundumaa maaltu akka na gaddisiisu ni beekta? Isa si waliin wal bareedha. Natti dhagayama miirrii ibidda caalaa na gubu. Dhakaa caalaa ulfaatu. Utuu na gubuu, utuu natti ulfaatu, sammuu kiyyaan dirqitti, hoggane deeman. Ana na miidhaara, akka nan miinef, si irraanfaachuf waan hin godhin hin qabu. Amma waantin ani of too'adhu tokko yoo jiraate, sitti dubbadhe si mufachiisu qofa. Namoota saalli isaani anarra faalla ta'an hunda yoon argu situ keessaa natti mul'ata. Uffata, dibata, nyaata, fi walumaa galattii waan dubartoonni, itti fayyadaman yoon arges, sima yaada. Mariya maalif ija jaalalaatin nan ilaaltu? Suuta sutaan gara kiyyatti as dhiyaattee, funyaan keetin funyaan kiyyaa hin xuqxu? Maalif suuta jette arraba tee qara tanaan arraba tiyya dunduma tana hin waraantu? Maalif hidhii tee tan gororri nadhi damma keessaa cophu tanaan, hidhi tiyya hi luugdu" jedhee akka dura ciisurra suuta suutan, itti gara galee morma ishe jala seene fooli ishee suufu eegale. Isheenis dura samii ol ilaalte, na dhageeffacha turte. Gara harka mirgaatte, narra achi fuulan garaglte "Jamaal maalif akkaan irraa deddeebin sitti himu na goota? Ni beekta akkaan nama jaaladhu qabu. Hubachu dhabe miti, humna kooti ol waan ta'eef calliseema si ilaalu filadhe" nan jette "Mariyaa amma anaaf si malee eenyu as jira? Please Mariyaa" jedhee suuta suutan gubbattii bahe. Rifeensa ishee qaqqabachaa morma ishe irraa fooli suufa. Isheenis baay'ee dadhabdee, mormaa gara garanatti mimicciiraa, akka nama duubatti ilaaltu wahi taate "Jamaal ani baay'ee si jaaladha. Garuu Jamaal waan ati jette godhuuf, waada hiriyyaa koos nyaadhe, uumaa koos mufachiisaa? Uuuuff ahaaa Jamaal hin godhin! hin godhin Jamaal! Uuman nu arga" nan jette anis utaalee irraa ka'e. Garaa alatti bahuuf tarkaanfii eegale "Jamaal" na jettee. Yeroo suuta suutan morma koo micciire ishe laalu, luka ishe tokko ol cabsite, tokko diriirfattee, qamisiin immo hanga jilba irraa ol dacha'ee, harka ishee lamaan gara garanatti zaraggaate, rifeensi ishee siree irraan gad rarra'ee, quba miila ishee qofa kan soch'u arga. Isheenis baay'ee laafte na ilaalti. Gororri tokko hidhi isheetirra gad lola'a. anis ilaale ofirraa gara gaalee deeme. Homaa dubbachuuf humna dhabe. Gadi bahee karra dura baaldin tokko afaanin gad deebi'ee ol gara galee jira. Irraa taa'ee, ija koo junuunfadhee "Uuma koo obsa naaf kenni! Obsaa naaf kenni" jedhe. Isheenis gad baatee lafuma fuulle kiyya teessee. Anis irraa joore. " Maalif fuula na dhoorgatta? Maalif duyda natti laatta Jamaal? Jamaal onnee qulqulluun wal jaalanna! Maaltu beeka kan walii ta'uu dandeenya! Uumamni wanti inni waan barbaadu dhabuuf yeroo baay'ee, miira ofii too'achuu dadhabee, waan uumaa mufachiisufiidha. Uumaan immo yoo uumamni seera jallise, duuyda itti laata. Ati dhugumatti goota. Miira kana hunda moo'atte as jirta? Ani gaafan na dhiisi siin jedhu tasa na dhiifta jedhe hin yaanne. Ati garuu jaalala naaf qabduufi sodaa uumaaf qabdu hojiin mul'ifte" ~~ @dhwalaloo @orolovechats
Mostrar todo...
Repost from HOJII ONLINE 🤑
Salphaatti Birri Argachu Barbaaddaa ? Linki asi Gadi kana bantanii account create Gootani Invest Kan Jadhu Kafaltii tokko  male Guyyaatti Birri Argattu.  App kun dhugaadha. 👇 https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346 Yoo hin galmoofne ta'e link armaan Oli fayyadamuun galmaa'aa. Of hin dabarsiinaa. Itti fayyadamaa. https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346
Mostrar todo...
Repost from HOJII ONLINE 🤑
Salphaatti Birri Argachu Barbaaddaa ? Linki asi Gadi kana bantanii account create Gootani Invest Kan Jadhu Kafaltii tokko  male Guyyaatti Birri Argattu.  App kun dhugaadha. 👇 https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346 Yoo hin galmoofne ta'e link armaan Oli fayyadamuun galmaa'aa. Of hin dabarsiinaa. Itti fayyadamaa. https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346
Mostrar todo...
Repost from HOJII ONLINE 🤑
Salphaatti Birri Argachu Barbaaddaa ? Linki asi Gadi kana bantanii account create Gootani Invest Kan Jadhu Kafaltii tokko  male Guyyaatti Birri Argattu.  App kun dhugaadha. 👇 https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346 Yoo hin galmoofne ta'e link armaan Oli fayyadamuun galmaa'aa. Of hin dabarsiinaa. Itti fayyadamaa. https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I489508346
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.