cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dirree Aartii

Aartii saba kootii guddisuuf daqiiqaa tokkoofillee of duuba hin deebi'u kan jettu koottu. Facebook: https//www.facebook.com/siintolii.sabaa Yaadaaf @Samii_koo

Mostrar más
Finlandia868El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad13 046
Publicaciones publicitarias
7 210
Suscriptores
+5924 horas
+2367 días
+1 00430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Kaachuu Promotion
Bilbilli keenya waan hunda keenya Bilbila keessan qofa fayyadamtanii wanta barbaaddan hojjachuu akka dandeessan beektuu? Addunyaa Dijitaalaa kana keessatti dafnee yoo hin dursinu ta'e baayyee duubatti hafna. Koottaa addunyaa faana yaa fiignu.
Mostrar todo...
Waan Haaraa
Odeeffannoo Hojii
Carraawwan Barnootaa
Hojii Online
Nooraa
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
Mostrar todo...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
Repost from N/a
MAALIF TA'E LAATA.....?? Haraama daldaluun Halaala dhiisanii Sheeyxaana jallataa Maaf gammachiisanii Halkaniifi guyyaas Ganamaaf galgalaa Hunduu keeyrii dhiisee Haraama daldalaa Waan jallinaa malee Dhiifneerra dalagaa Hiriyaa godhannee Sheeyxaana alagaa Dubbachuu dadhabne Afaan nu qabamee Fasaadni baay'ate Waa saalfin dhabamee Yoon taajjabee ilaalu Kophaa koo dhaabadhee Kun hundi maalifi Jedhee of gaafadhee Asirratti hubadhe Miidhaa teeknoolojii Facebookarra jiraa Namuu dhiise hojii Onlaayinii koree Haraama daldalaa Bu'aan tokko hin jiruu Harka duwwaa galaa Onlaayinii korraan Daataa kee banattee Kaayyoof mul'ata kee Hundumaa dagattee Hi jettee eegaltaa Haasaa jallinaa Faaydaa siif hin qabu Booddensaa salphinaa Isheenis deebiftee Yoo siin jettu hayii Natti fakkaatteetta Atoo nama wayii ......... Mee eenyu siin jedhan Yaa giiftii walbarraa Suuta suuta jennee Gaaf tokko wal garraa Jedheetin gaafata Sagalee ciratee Haasaa itti fufaa Jechoota filatee Maqaan kee eenyu ree Naaf himuu dandeessaa Achumaan naaf himi Dhaloonni kee eessaa? Waa tokko hin yaada'in Qabaannan amalaa Maqaan koos Naaftolii Mana gaara jalaa Itti gaafatamtu Waajjira jaalalaa Lakkoofsa biiroo koos Barbaannan qabadhuu Iimoo gubbaa bahi Daataa kee banadhuu Bakka hundaa jiraa Bar waajirri kiyyaa Yeroo feete seentaa Hin qabu waardiyyaa Tole yaa giiftii tooooo Maqaan koos Siiftolaa Dubbiin kankee haqaa Kunoo si barbaachaaf Bakka meeqa dhaqaa Biiroo koo barbaannan......... Lakk siif himaa Dafiitii qabadhuu Iimorraa gabbu'ii Facebooka banadhuu Isheenis takkatuu Jijjiiratte biiroo Marii taasisanii Cimsachuuf hariiroo Gaafa takka turee Inni daataa banuu Biiroo jijjiiradhee Si eegaara anuu Liqii barbaachuudhaaf Bakka meeqa dhaqaa Waajjira koo miidhe Hanqinni maallaqaa Kan dhimma maallaqaa Waliin goona shuuraa Waan ittiin si obsu Mee naaf ergi suuraa Takkatuu qalamaan Fuulashee jijjiirtee Of kaafte kaameeran Hidhiishee micciirtee Waa meeqa dibattee Of wawayyeessitee Takkatuu ergiteef Suuraa bareechitee Naaf ergi kaa atis Suuraa kee yaa boonaa Sii eeggachaa jiraa Anoo hanga yoonaa Waan barbaadde hundaa Waliin laallee goonaa ........... Suuraashee gaaf laalu Qalbii isa fuutee Bakka hir'atteenis Sheyxaanni itti guutee Onlaayinii qofaan An sihinbahuu dharraa Yeroo gabaabdutti Osoo hin turin narraa Beellama naaf qabi Mee yoom wal agarraa Ishenis ni jetteen......... Sirumaayyuu hin qabdu Kaarri keenya cufaa Iddoo barbaaddetti Na waami nan dhufaa Haraama daldaluun Ta'eera idilee Gaaf kaan ni waammate Isheedhaaf bilbilee Haasaa qilleensarraa San bira darbanii Turtii xiqqoo booda Qaaman wal arganii Dubbiin bara kanaa Bar nama yaachisaa Taphachuu eegalan Wokii wal nyaachisaa Hojiin rabbiin malee Dhumti salphinaanii Hayiin jalqbanii Xumuran zinaanii Jalqabni gammachuu Xumurri Gaddaanii Akkas waliin jedhan Yoo deeman addaanii Ani si hin barbaaduu Machem ammaan boodaa Jechuun addaan deemuu Lachuu waliin oodaa Sana booda innis Jijjiireera yaadaa Ishee block godhee Kan biraa barbaadaa Afaan keen dubbachaa Harkaan barreessitee Jireenya kee boruu Maaf dukkaneessitee Kun hundi maalifi Yaa obboleewwan rabbii Maaf badii dalagnee Of cabsina qalbii Fedhii lubbuu teenyaa Osomaa obsinee Karaa keeyriirratti Osoo wal gorsinee Qajeelli osoo jiruu Jallinni hin dhufuu Namuu sakaalamee Badirratti hin kufuu Har'a fataa jennus Yeroof shawwadamnee Boru gaafatamuun Keenya waan hin hafnee........ Yaada yoo qabaattan asiin nuun gahaa @HamzaHassenbot Walaloowwan biraa argachuuf Join join 👇👇👇👇👇 https://t.me/walaloomuslimaa
Mostrar todo...
Walaloo Muslimaa

Walaloo muslimaa dubbisaa Sammuu Teessan Cimsaa... Channel Khanaas Join Godhaa. 👇

https://t.me/walaloomuslimaa

Dhumuuf guyyaa saddeet(8) qofatu hafe itti fayyadamaa hin goyoominaa akka isin hin dabbarre tab tab gochuun Dollar argachuu dandeessu kanaafuu ammuma irraa jalqabuu liinkii gadii kana tuquun start godhaatii jalqabaa. Notcoin warri Isin Jala darbe Bot Haaraa kana Irraa Qarshii hojjetachu dandeessa 👇👇👇 Gatiin Ton coin tokko yeroo dhihootti Olka'a jedhamee eeggama. Link kanaan seenaa. Start godhaa tap tap gochuun Coin walitti Qabadha. https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
1
Niiraa Qaraatis qara'aatuma niiraa dalagachuu ni feetanii? Hayyee! Nama waa sodaatu hin tahinaatii link asii gadii tanaan seenaatii taptap godhaa! Dhugaa Rabbii dhugaadha. https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift @orolovechats
Mostrar todo...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Mostrar todo...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Mostrar todo...
✅ 𝐄𝐄𝐘𝐘𝐄𝐄𝐍 ✅
❌ 𝐋𝐀𝐊𝐊𝐈𝐈 ❌
𝐀𝐃𝐃 𝐀𝐋𝐋 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋
Repost from Kaachuu Promotion
Bilbilli keenya waan hunda keenya Bilbila keessan qofa fayyadamtanii wanta barbaaddan hojjachuu akka dandeessan beektuu? Addunyaa Dijitaalaa kana keessatti dafnee yoo hin dursinu ta'e baayyee duubatti hafna. Koottaa addunyaa faana yaa fiignu.
Mostrar todo...
Waan Haaraa
Odeeffannoo Hojii
Carraawwan Barnootaa
Hojii Online
Nooraa
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Mostrar todo...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥