cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oduu Haaraa

Odeeffannoo dhugaa saffisaan argachuuf #Join godhaa 👇👇👇👇👇

Mostrar más
Finlandia2 577El idioma no está especificadoPolítica
Publicaciones publicitarias
527
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Oduulee Dinqisiisoo
Oduu: Gareen finciltoota Yamanii “doonii #Israa’eel” humnaan too’adhe jedhe Gareen finciltoota #Yamanii_Huutii suur-sagalee “doonii Israa’eel” Galaana Diimaa irra geejjibaa jirtu too’annoo jala oolchuu agarsiisu gadhiiseera.   Gareen hidhattootaa kuni “daandiiwwan gara Israa’eel geessan hundi irratti ni xiyyeeffata” jechuun Sadaasa 14 akeekachisee ture.                                                                               Israa’eel dooniin kuni kan koo osoo hin taane kan Ingiliiziiti jechuun taatee kuni “gochaa shorokeessummaa Iraaniiti” jettee jirti. Gochaan doonii butuu Huutiin raawwate kuni yakka idiladdunyaa cimaadha fuula X irratti ibseera. Maddi: #Addis_Standard_Afaan_Oromoo @OduuleeDinqisiisoo @OduuleeDinqisiisoo
Mostrar todo...
Repost from VOA Afaan Oromoo
Oduu: Marii #Taanzaniyaatti adeemsifamaa jiru irratti fooyya'insi gaarii mul'achuu hordofee qondaaltonni mootummaa olaanoo marii hoggantoota waraanaatti makaman ​ Mariin mootummaa #Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) gidduutti Taanzaaniyaa, Daar es salaamitti adeemsifamaa jiru “fooyya’insa gaarii” agarsiisaa jiraachuu maddeen garee maricha qindeessanitti dhihoo ta’an Addis Standarditti himaniiru. Gorsaan Nageenya Biyyaalessaa Muummicha Ministiraa Reedwaan Huseen fi MinistIra Haqaa Geediyoon Ximotiwoos guyyaa kaleessa marii Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa jirutti akka makaman himameera. Akka maddeen kun jedhanitti, haalli kun “milkaa’ina marichaa irratti mari’attoota fi garee qindeessitoota marichaa biratti amantaa uumamuu kan agarsiisu” ta’ee ilaalama. Guyyoota marii kunneen booda, qaamoleen lamaan dhimmoota ijoo irratti mari’atamaa jiran gara furuutti ce’uu isaanii odeeffannoon Addis Standard argate ni mul’isa. Jilli #Ameerikaa, Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Ambaasaaddar Maayik Haamaariin durfamu, fi dippilomaatonni olaanoo #IGAD bakka bu’an, akkasumas mootummoota #Keeniyaa fi #Noorweey marii kanaaf haala mijeessaa jiru.
Mostrar todo...
Repost from Oromia News
Oduu gammachiisaa Karaa telegramiitiin qarshii hojjetachuun danda'amee jira Dhugaa ta'uu isaas adda baafannee jirra 100% dhugaadha itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710

Oduu gammachiisaa Karaa telegramiitiin qarshii hojjetachuun danda'amee jira Dhugaa ta'uu isaas adda baafannee jirra 100% dhugaadha itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 3 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710

Dafaa itti fayyadamaa hanga har'a halkan saatii 2 qofatti tura sana booda ni dhaabbata itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 3 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710
Mostrar todo...
👋Baga Nagaan Gara Bootii keenyaa dhuftan.♻️ Bootii keenya kanarraa™ √Kitaaba barataa √Qajeelcha Barsiisaa √Model Exams √Worksheet √plasma learning √EUEE Questions fi kan biroo nu biraa argattu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oro_library_bot?start=r03061608710 🏆Share 🏆Share
Mostrar todo...
ᴏʀᴏ ʟɪʙʀᴀʀʏ ʀᴏʙᴏᴛ

🤖Bootii kanarraa wantoota baay'ee argattu. #share #share 📢 @Oromian_Students 👥 @Oromian_Students_chat

Ibsa Hogganoota KFO hidhaatii hiikamanii Miseensotaafi Hogganootni KFO hidhaarraa hiikaman, ibsa baasaniin, haalota darbaniifi egeree Ilaalchisee yaadgumee /statement/ ibsatan keessatti, akka dhuunfaattis tahee akka dhaabaatti qabsoo karaa nagayaa gaggeessaa turre itti fufuudhaan, mirga Ummata Oromootifii kan sabaaf sablammoota biyya kanaa dhugoomsuuf akka hojjannu irra deebinee isiniif mirkaneessuu barbaanna jedhaniiru. Itti dabaluunis, haaldureewwan barbaachisoo qabxii torbaan dhiheessanii jiru. Itti dhihaadhaa! .... Amajji 11, 2022 hidhaarraa hiikamuu miseensotaafi hooggantoota paartii KFO ilaalchisuun, yaadgumeen /statement hidhamtoota siyaasaa guyyaa sadii dura hiikamanii ifoomeera. Yaadgumee kana keessatti dhimmootni gurguddoon kan ibsaman yoo ta'u, egeree isaaniifi haalota itti aanan irrattis yaada isaanii ifoomsaniiru. "Hidhaa baatii 18-tiin booda Amajjii 7/2022 hidhaadhaa bahuu keenya isiniif mirkaneessuu barbaanna" jechuun eegala ibsichi. Ajjeechaa Artistii keenya qaalii Haacaaluu Hundeessaatti aansee hidhaan nurratti raawwatame guutummaan guutuutti bu’uura siyaasaa irraa kan madde akka tahe beekamaadha. Qaamoleen nu hidhanis nuti yakka kamirraayyuu bilisa akka taane wallaalanii osoo hin tahin dirree siyaasaa nu keessa jirrutti haqaan nu falmanii moohuun ulfaataa akka itti tahu waan beekaniifi. Egereen siyaasa isaaniis waan isaan yaaddessuufi. Dirree siyaasaa irraa nu dhabamsiisuufi hidhaan siyaasaa kan nurratti raawwataniif. sochiin siyaasaa nuti gaggeessaa turre aangoo isaaniitiif garmalee sodaachisaa waan taheefi” jechuun sababa waggaa tokkoofi walakkaaf murtii malee hidhamanii turaniif ibsaniiru. Itti fufuun ibsichi taateewwan gurguddoo hidhamuu isaanii booda, isaaniifi uummata isaaniirratti raawwate yaadachiisa. "Sodaan guddaan nuti siyaasa biyya keenyaa keessatti dhalachuun ni mala jennee tilmaamaa turres ni dhalate; Abdiin Ummanni Itiyoophiyaa ceehumsa siyaasaa baroota dabran uumamerraa eegaa tures guutumaan guututti fashalaaye" jechuun rakkama siyaasaa biyyattiin saaxilamteef eeruun ibsan. Biyyattiinis haala baay’ee nama gaddisiisuun wal waraansa suukaneessaa keessa galuu kan yaadachiisu ibsichi, Gaaga’ama siyaasaa dhalate, rakkoo hamaa Ummanni nagahaa Miiliyoonotaan lakkaawamu keessatti kufeefii rakkoo wal waraansa kanaan dhalate hunda miira gaddaa guddaadhaan hordofaa turre jedhe. “Hariiroon Ummatoota biyyattii jidduu jiru burkutaawee, biyyattiinis saffisa ol’aanaadhaan gadi konkolaattee yeroo arginu mana hidhaa keessa teenyee wanti godhuu dandeenyu gadduufii guyyaan fooyya’aan akka dhufuuf hawwuufii Rabbi kadhachuu qofa ture. Keessattuummoo yakkoota suukaneessoo Sabaaf Sablammootaaf Nannolee biyyattii kanneen akka Oromiyaa, Tigraay, Beenishaanguul Gumuz, Affaarifi Amaara keessa jiraatan irratti raawwatamaniin gadda guddaatu nutti dhagahame” jechuun addeessaniiru. Gaaga’ama siyaasaa biyyattii keessatti Uumameefi balaa hamaa baatiiwwan 13’n dabran keessa mudate of duuba deebi’anii sirreessuuf yeroon isaa baay’ee barfatuun isaa waan wal nama gaafachiisu hin qabu, kan jedhu yaadgumeen hidhamtoota siyaasaa hiikaman kanaa, haa ta’u malee, hammamuu dhiphatus, badiin biraa akka hin uumamne hambisuu, nagayaaf tasgabbii deebisanii dhugoomsuu, hawaasaf Ummatoota walitti araarsuufii biyyattii deebisanii ijaaruudhaaf carraan ni jira jennee amanna. Kana godhuudhaaf garuu qaama hundaa bira fedhii dhugaa bu’uura godhate, hirmaannaa onneef qalbii guutuun taasifamuufii murannoof kutannoo waan kana dhugoomsuu qabaachuu gaafatas jechuun ibsan. Dhumarrattis qabxiiwwan ijoo torba yaadgumee kana keessatti eeeruun, qophii, haaldureefi gaaffii uummataa deebii barbaadan heeraniiru. Qabxiilee ijoo isaan eeeran kunniisnis: 1- Jijjiirraa Adeemsaa gama mootummaatiin mul’ataa jiru, “kan waraana leellisuu baroota lamaa oliif ture irraa, gara rakkoo uumame nagahaan furuutti fuulleffataa jiru” akka tarkaanfii gaariitti fudhanna. Yaadni kunis qabatamaan gara hojii mul’ataafi irra deebii hin qabnetti geeddaramuu qaba jennees ammanna.
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.