cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia News

Oromia_News ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰Madda Odeeffannoo Amanamaa kan ta'e Odeeffannoolee waaqtaawoo haala yeroo kan guyyaa guyyaa hordofee kan isinii dhiheessuudha. #Join qofa gochuun nu hordofaa @Oromia_News3 @Oromia_News3

Mostrar mรกs
Finlandia1 659El idioma no estรก especificadoLa categorรญa no estรก especificada
Publicaciones publicitarias
588
Suscriptores
Sin datos24 horas
+37 dรญas
-630 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa yoom ifooma? Qormaanni waggaa itti aanuu kaarikulamii kamiin kennama? Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa walakkeessa baatii Adoolessaa bara 2016tti akka ifoomu ibsameera. Ministeerri Barnootaa Prof. Birhaanuu Neggaa dhiheenya kana Ministeerri Barnootaa buโ€™aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa hanga walakkeessa baatii Adoolessaatti akka ifoomsu fi baatii Waxabajjii keessa barnoota yunivarsiitii eegaluuf karoorfachuu isaa beeksisaniiru. Kana malees bara 2015 Qoramaatoonni kutaa 12ffaa Yunivarsiitii Goondaritti qormaata fudhachaa turan, qormaata sadan darban waan hin fudhanneef, hanga dhuma bara kanaatti qormaata akka fudhatan dubbataniiru. Yeroo waldhabdee Gondar keessatti mudate walumaa galatti barattoonni kutaa 12ffaa qormaata hin fudhanne kuma 16 ol akka turan ni yaadatamu. Odeeffannoo birootiin; Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara dhufu bara 2016 gaggeeffamu qormaata kaarikulamii haaraa fi moofaa walmakaa akka ta'u beeksifameera. Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Neegaa; Barattoonni kutaa 12ffaa itti aanan kaarikulamii duriitiin hanga kutaa 11ffaatti kan baratan taโ€™us, bara dhufu garuu kaarikulamii haaraa kanaan akka baratan ibsaniiru. Shiiftii kana keessatti qormaanni biyyoolessaa bifa walmakaan akka kennamu hubachiisaniiru. Kaarikulamii duriitiin kan baratan kanneen armaan duraa fi kaarikulamii haaraatiin kan qophaaโ€™an kan ammaa taโ€™uu fi kana keessatti rakkoon akka hin jiraanne dubbataniiru. Bara barnootaa itti aanutti qormaanni baโ€™uu kutaa 12ffaa yunivarsiitiiwwan kennan naannoowwan interneetii qaban irratti toora interneetii irratti akka kennamu ni beekama. Via @tikvahethiopia @Oromia_News3 @Oromia_News3
Mostrar todo...
Repost fromย Oromia News
Oduu gammachiisaa Karaa telegramiitiin qarshii hojjetachuun danda'amee jira Dhugaa ta'uu isaas adda baafannee jirra 100% dhugaadha itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun ๐Ÿ™Œแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹› แˆŠแŠ•แŠญ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan๐Ÿ’ตแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแŒช Isa jedhu tuqxanii baafattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡linkii kanaan seenaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710

Oduu gammachiisaa Karaa telegramiitiin qarshii hojjetachuun danda'amee jira Dhugaa ta'uu isaas adda baafannee jirra 100% dhugaadha itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun ๐Ÿ™Œแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹› แˆŠแŠ•แŠญ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 3 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan๐Ÿ’ตแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแŒช Isa jedhu tuqxanii baafattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡linkii kanaan seenaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710

Dafaa itti fayyadamaa hanga har'a halkan saatii 2 qofatti tura sana booda ni dhaabbata itti fayyadamaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun ๐Ÿ™Œแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹› แˆŠแŠ•แŠญ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 3 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan๐Ÿ’ตแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแŒช Isa jedhu tuqxanii baafattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡linkii kanaan seenaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hulepay_official_bot?start=r03061608710
Mostrar todo...
MOO'ATAA TA'I! โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ โ Moo'attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. Moo'amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu. โ Moo'attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa qabu. Moo'amtoonni garuu sagantaa dhabuu isaaniif sababa garaagaraa dhiheessu. โ Moo'ataan "siifan hojjedha" siin jedha. Moo'atamaan garuu "kun hojii koo miti, ana hin ilaallatu" siin jedha. โ Moo'ataan rakkoo kamiifiyyuu furmaata barbaada. Moo'atamaan garuu furmaata kamiifiyyuu hanqina yookin mudaa barbaada. โ Moo'ataan "ulfaachuu danda'a garuu hojjechuun ni danda'ama" siin jedha. Moo'atamaan immoo, "Gochuun ni danda'ama garuu ulfaataadha" siin jedha. โ Moo'ataan wayita dogoggoru "nan dogoggore" jedha. Moo'atamaan immoo "Dogoggora koo miti" jedha. โ Moo'ataan waan hojjechuu qabu ni murteeffata. Moo'atamaan garuu yeroo biraa akka hojjetu waadaa siif seena. โ Moo'attoonni mul'ata qabu. Moo'amtoonni hawwii qabu. โ Moo'attoonni "hojjechuun qaba" jedhu. Moo'amtoonni immoo "hojjetamuu qaba" siin jedhu. โ Moo'attoonni garee tokkotti makamanii waliin hojjechuu ni danda'u. Moo'amtoonni garuu hin danda'an. โ Moo'attoonni waan argatan yaadu. Moo'amtoonni immoo waan dhaban yaadu.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 1
๐Ÿ‘Ž
Akkam jirtani ijoollee oromoo! Hardha #bot ajaa'ibaa tokko qabadhee isiniif dhufeera. #bot kanaan gaaffii barbaaddan gaafachuu dandeessu, isiniif deebisa. Afaan Oromootiin qindaaโ€™e waan ta'eef, akka ka Ingiliffaa isin hin rakkisu, afaanuma keessaniin gaafattanii isiniif deebisa. #start godhaa irraa fayyadamaa. hiriyyoota keessaniifis #share godhaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/OromicChatGPTBot?start=1087152512
Mostrar todo...
Oromic ChatGPT Bot

๐Ÿ‘‹Baga Nagaan gara ChatGPT bot dhuftan๐Ÿค–. Gaaffii barbaaddan na gaafachuu dandeessuโœ๏ธ โœ…Join @MT_Projectz

Mostrar todo...
Oromic ChatGPT Bot

๐Ÿ‘‹Baga Nagaan gara ChatGPT bot dhuftan๐Ÿค–. Gaaffii barbaaddan na gaafachuu dandeessuโœ๏ธ โœ…Join @MT_Projectz

Akkam jirtani ijoollee oromoo! Hardha #bot ajaa'ibaa tokko qabadhee isiniif dhufeera. #bot kanaan gaaffii barbaaddan gaafachuu dandeessu, isiniif deebisa. Afaan Oromootiin qindaaโ€™e waan ta'eef, akka ka Ingiliffaa isin hin rakkisu, afaanuma keessaniin gaafattanii isiniif deebisa. #start godhaa irraa fayyadamaa. hiriyyoota keessaniifis #share godhaa
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sรณlo permite el anรกlisis de 5 canales. Para obtener mรกs, elige otro plan.