cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Baruumsa Amantii

Mostrar más
Finlandia2 832El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad69 270
Publicaciones publicitarias
1 013
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
-1230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

“ኢየሱስ ክርስቶስ ከሙታን በመነሣቱ #ለሕያው ተስፋና #ለማይጠፋ፥ #እድፈትም ለሌለበት፥ #ለማያልፍም ርስት እንደ ምሕረቱ ብዛት #ሁለተኛ የወለደን የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስ አምላክና አባት ይባረክ፤ ይህም ርስት በመጨረሻው ዘመን ይገለጥ ዘንድ ለተዘጋጀ መዳን በእምነት በእግዚአብሔር ኃይል ለተጠበቃችሁ ለእናንተ በሰማይ ቀርቶላችኋል።” 1ኛ ጴጥሮስ 1፥3-5
Mostrar todo...
1
Kabajamoo maamilaa hafteen herrega cubbuu keessanii dhiiga Yesuusiin kaffalameera.Haftee herrega keessan kanaan yeroon turtii keessanii hanga Yesuus dhufutti.Kanaaf deebitanii cubbuu hin hojjetinaa.Yesuus deebi'ee ni dhufaa qophaa'aa.Odeeffannoo dabalataaf gara Wangeela Mar 13:33-37 tti bilisaan bilbilaa.Ayyaana gaarii Galatoomaa. Hiriyyoota keessan 2ykn 3f sheer godhaa
Mostrar todo...
1
CIDHA obbo/adde_ tif duran durse naagan kenya kabajaa isinif dhiyeesina yoo jaalala garaa ta'e gaafa guyya27/8/2016sirna nyaata kenya Darg:Biden Xaafifi Durbe Foon Hoolaa walin waan raawanuf guyya kana saati 12:00 irrati ilkan keessan wajin dhuftani hirmaattu Diiman fi Xibsi akka taatan afeeramtani jirtu keessumessitoniObbo cilfa fi Adde albe Teessoon maagala disti Ganda Shunkurti naano saayina cinatti argamana. Naaga Wajjin Baga geesse! Rajii Abiira
Mostrar todo...
🥰 3
JIREENYA DU'UUDHAN ARGAME jireenyi du'uun argamee jireenya haaraadha waan lafarraa maal ittin goona in bada innoo daaraadha maaltu du'ee fida jiruu yoo jireenyaa malee isaanu hin ulfaata akkisaa garmalee inni isheen sodaannee waa cinqii lafarraa falmee walaboomse nu jiraachse hanga harraa du'aan jiruu fidee gootni fannoo yaabe garbummaa jiruu dhabuu ofii du'ee dhaabee falmee falmii falmuun galmaan ga'e argamsiise bu'aa warra badan argee dhaabachiise du'aa guyyaan yaadannoosa baga geessen jedhaa bayyen sin jaaladha share immoo naaf godhaa from " Abenezar Dajanee
Mostrar todo...
3
Barumsa Gabaaba Obboleessa keenya Sisay Azuza irra afaan Amariffaatiin video Isaa ilaala dhaggeeffadhaa! Ergaa Guddaa🙏 👇👇👇 Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa*! Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa*!
Mostrar todo...
4👍 1
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! 1.Karoora kee. 2.Dadhabina kee. 3.Kufaatii kee. 4.Iccitii kee. 5.Sochii kee kan fuul-duraa. 6.Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.        JAHAN KANA IMMOO HUBADHU!   1.Yaadi malee hin dhiphatin! 2.Nama irraa baay'ee hin eeggatin! 3.Dandeettii keetti fayyadami! 4.Dogoggora kee irraa baradhu! 5.Ofitti amani! 6.Dandeettii kee beeki! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Mostrar todo...
👍 4
  • File unavailable
  • File unavailable
👉Bagaa waaqayyoo ittiin sii ga,een jedha. Kitaaba bayyee dinqiisisadha Bitachuun fayadaama...
Mostrar todo...
👍 1
👆👆👆👆
Mostrar todo...
#itti_yaduu fi #Hojjechuu! Duursa hanga naatti dhagahaamee fi hanga keessikoo na ajajee dubbaadha! Yoo yadni kiyya fuudhaatama qabate #Share_like_comment_goodha!  #itti_yaduu Yeroo tokkoo tokkoo namni baay'ee goodhe itti yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo xiqqoo yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo yeroo itti yaaduyuu hin qabu ta'a. Garuu wanta kan biras ta'e kam.namni yaada garagaraa qaba! Akkaata itti yaadus kallaatti adda adda ta'en yaada. ~Namni  baay'ee yaadu. akka yaadu sanatti argachuu dhabuu dandaa'a . ~Namni xiqqoo yaadu garu baay'ees argachu dandaa'a osoo hin beekin jechudha. ~Namni itti yaduuf yeroo dhabee carra argachuu isa xiqoodha. Argaachus dandaa'a! Yeroo hundaa yoo yaadnee argachuu dandeenya. Yaadu qofas mitti. Osoo yaadins argachuu dandeenya. #Garuu inni guuddan erga argataniidha. Yoo argatte inni ati argatteyuu sii jala badu,manca'uu,gubbachuu,saamamuu,fi kkf itti dhufu danda'aa. Maaliif yoo jette? Osoo itti hin yaadin waan argattef osoo itti hin yaadins dhabda ! Yoo itti yaade kaaroorsitee, hojjette argatte garuu inni kanumaa keetti! Hin badus hin saamamtuus ....Yoo dhugumman kaankee ta'e! Kanaafuu yaadu fi hojjechuun waan hundarra filaatamadha! Maliif yoo jette? Osoo hin yaadin hin hojjetuu Yaadu qofanis hin argattuu! Yoo yaade waaqayyoo wal siif qixxeessa! Yoo hojjette waaqayyoo si milkeessa ! #Thinking_and_doing ! GALATOOMA! Yoo Dhuguman dubbiste tatee #Share_like_comment By  Abii
Mostrar todo...