cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Fazakkir

Chanala kanaratti sagantale adda adda argattan inshaallah seenaa rasula kenya (saw) ziikriwan adda adda ,fi Walaloo arkachuf @Fazakkir Join godha irra fayyadama ikwani warren yaada kessan nuf qoodu barbaddan kara kanan nuf qoda @yaarabbalhamdulillah

Mostrar más
Finlandia2 662El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad59 314
Publicaciones publicitarias
1 280
Suscriptores
-224 horas
-77 días
-1630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from KENNAA
Photo unavailableShow in Telegram
Ibaadaan Qeebalamuuf Ulaagaa Qabdii ? ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Ee ulaagaa 3iin Ibaadaan Qeebalamti. 1. Rabbitti Amanuu 2. Rabbi Qofaaf Godhuu (Ikhlaasa) 3. Akka ergamaan Rabbii Muhammadﷺ dalaganitti godhuu qabna. Eegaa Rabbitti amanuun hunda dursiti. Kan Ibaadaa haqa godhatu Allaah qofa. Kan Ibaadaa(dalagaa gaarii) Qeebaluufi Jannataan galata namaaf galchu Rabbi. Rabbiin akkaataa Ibaadaa itti goonu Muhammad irraa akka barru, isa akka hordofnu nu ajaje. Hojiin ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa nu hin gahin Ibaadaa hin taatu. Rabbitti amannee, dhaamsa ergamaa Rabbii hordofnee, yoo qulqulleessinee Rabbi qofaaf Ibaadaa goone Rabbiin nuuf Qeebala. Yaa Rabbi ibaadaa teenya Hunda nuuf Qeebali. @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Mostrar todo...
Repost from KENNAA
N I Y Y A A ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Hojiin keenya kamuu yoo niyyaan tole qofa nu fayyada; yoo kana hin taane balaa guddaadha: Deeds are by intentions إنما الأعمال بالنيات Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee رضي الله عنه ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii صلى الله عليه وسلم akkana jedhanuun dhaga'e: إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوِ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إِلَى مَا هَاجَرَ إِلَيْهِ "Hojiin kamuu sirrii ta'ee kan argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa isaa ta'e, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara addunyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti." Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Waan hadiisicha irraa fudhatamu 1. Dalagaan tokko fayyaa ta'ee argamuufi baduun isaa niyyaa irratti hundaa'a. 2. Dalagaan heeyyamamaa tae kamiyyuu niyyaa gaariidhaan yoo dalagame ibaadaa ni ta'a. 3. Namni Muslimaa dalagaa hunda keessatti niyyaa isaa sirreeffatee (jaalala Rabbii barbaachaaf) dalaguu barbaachisa. 4. Niyyaan dalagaa kamiifuu ulaagaa isa bu'uuraati. Garuu daangaa dabree ittiin shayxaanni nama seenuu hin qabu. 5. Niyyaan bakki ishee qalbiidha; kanaafuu afaaniin ishee jedhuun bida'aa dha. Kan imaam As-shaafi'iin salaata jalqaba irratti ni jedhama jedhaniiruun irraa odeeffamu kijiba malee isaan eessattuu hin jenne. 6. Nama argisiifachuufi dhageessisiifachuu irraa eeggachuun dirqama. Akkasumas hojii mindaan Rabbii ittiin barbaadamu addunyaaf jecha dalaguu irraa eeggachuun barbaachisaadha. Sababni isaas kun hundinuu badii guddaa ta'a. 7. Dalagaa qalbiitti bakka guddaa kennuu qabna. 8. Godaansi dalagaa guddaa ta'uu hubanna. Hubannoo Walii galii galaa Hadiisni kun Islaama keessatti seera bu'uuraa guddaa ta'e of keessaa qaba. Innis niyyaa yoo ta'u, madaalli dalagaa isa irratti hundaa'a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda'ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda baasanuudha. Ikhlaasa jechuun waan dalaganuun mindaa Rabbiin biraa barbaadanii dalaguudha. Namni ikhlaasa qabu akka wanti Rabbiin biraa hunda irra caalu sirriitti beeka. Kanaafuu bu'aa addunyaa barbaachaaf jecha dalagaa khayrii hin dalagu. Wanti uumama biraa akka baduufi kan Rabbii hafaa akka ta'e ni beeka. Rabbiin ni jedhe: "Wanti isin biraa ni dhuma. Wanti Rabbiin biraa immoo hafaadha. Isaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina" (An-nahl: 96). Namni kana beeke immoo hojiin isaa hundinuu kabajaa nama biraa barbaacha ta'uu bira tarti; akkasumas faayidaa duuniyaa duubatti dhiifti. Fedhii lubbuutiin deemuu irraas ni duroomti. Sawaabuma Rabbii barbaacha qofaaf jecha hojjata. Rabbiin ni jedhe: "Nama (duniyaa) jerjertuu taate kana fedhu, ishee keessatti nama feeneef waan feene jerjersina. Ergasii Ibidda jahannam arrabsamaa, darbamaa ta’ee kan seenu isaaf goona. Nama Aakhiraa fedhee haala dhugoomsee jiruun hojii ishee isiif hojjate, warra san hojiin isaanii galateeffatamaa ta’eera" (Al-israa'i:18-19). Yoo niyyaan inni kun bade hojichi guutummaan guutuutti ni bada. Walumaa galatti hanqinni ikhlaasaa hojii diinii hunda ni jeeqa. Kanaafuu Rabbiin sodaannee fuula isaa barbaachaaf qofa haa dalagnu. Niyyaan inni lammaffaa immoo gosa hojii adda baasuuf tajaajila. Fakkeenyaaf salaata sunnaafi waajiba adda baasuuf nu gargaara. Dhiqannaa aadaafi kan janaabaa adda foo'uuf tajaajila. Inni kun ammas mutaaba'aa yookiin Rasuula hordofuu keessattis ga'ee guddaa qaba. @Kennaapost. @Kennaapost https://t.me/Kennaapost
Mostrar todo...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from Al-Bayyinah
Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa! . Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
In your eyes, we see your pain, and it's hard not to be there to comfort you. But know, Allah will never leave you. In either case, you're the victorious. ~~~ @Mhmd_San1
Mostrar todo...
Repost from Al-Bayyinah
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 TapSwap xumuramuuf guyyaa 4 qofatu hafee jira! Ammallee carraa kanatti fayyadamuun coin sassaabbadhaa. Amma yoo jalqabdanis guyyaa hafe kana keessatti COIN miiliyoona keessa galuu dandeessu. Warreen jalqabuu barbaaddan liinkii armaan gadiin eegalaa! Namoonni hedduun akkuma kana NOTCOIN osoo hin hojjetin darbeeraan Ammas carraa 2ffaa kanatti osoo isin hin darbin fayyadamaa. 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788
Mostrar todo...
Repost from Al-Kawsar
Liinkii gadii seenuun step gubbaa/suuraan/ jiru hordofuun galmaahaa; hiriyyoota keessanis affeeraa: Wanti guddaan hiriyyoota keessan itti affeeruudha; nama 25 yoo affeertan gahaadha. 🔸️ Share referral link below with your friends to earn 300Birr for every invite you make. Referral link: https://t.me/KiraFxTradingBot?start=r0796536665
Mostrar todo...
Repost from Al-Bayyinah
Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa! . Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
Repost from N/a
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته. Galgala live stream sa'aatii 2:30 irraa seenuun barnoota hordofaa: 👇👇👇 https://t.me/+fVh0QVZip6Y2YTA0
Mostrar todo...
مركز الكوثر للتعليم اللغة العربية

Afaan Arabiffaatu asirraan baratama!

Repost from Al-Kawsar
Liinkii gadii seenuun step gubbaa/suuraan/ jiru hordofuun galmaahaa; hiriyyoota keessanis affeeraa: Wanti guddaan hiriyyoota keessan itti affeeruudha; nama 25 yoo affeertan gahaadha. 🔸️ Share referral link below with your friends to earn 300Birr for every invite you make. Referral link: https://t.me/KiraFxTradingBot?start=r0796536665
Mostrar todo...
Repost from Al-Bayyinah
Did you know 1400 years ago somebody loved you ? You weren't born yet but our beloved Prophet Muhammad (ﷺ) cried for you asking Allah for your forgiveness, repeating Ummati .. Ummati We can proudly say: We love our Prophet Muhammad Sallallaahu aleeyhi wasallam. . https://t.me/al_bayyinah7
Mostrar todo...