3 347
Suscriptores
+324 horas
+397 días
+5530 días
Archivo de publicaciones
Beeksisa
Barattoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffamtan,Barnoota Gannaa Yuuniversiitii Saayinsii fi Teknoolojii Adaamaatti akka barattan carraan isiniif kennameera.
Kanaafuu Guyyaa wixataa (20/11/2018) Mooraa Yuunhversiitiitti Oreenteeshiniin ni kennama waan ta'eef ganama sa'aatii 2:00tti ASTU deemuun Barnoota kennamu akka hordoftan yaamichi isiniif godhamee jira.
M/Barumsaa!
ማስታወቂያ
ከዚህ በታች ስማችሁ የተዘረዘረ ተማሪዎች፣ በአዳማ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ (ASTU) የክረምት ትምህርት እንድትማሩ ዕድል ተመቻችቶላችኋል።
ስለሆነም ሰኞ፣ 20/11/2018 ዓ.ም. በዩኒቨርሲቲው ግቢ የኦሬንቴሽን (Orientation) መርሃ ግብር የሚሰጥ ስለሆነ፣ በጠዋት 2፡00 ሰዓት ላይ ASTU በመሄድ የሚሰጠውን ትምህርት እንድትከታተሉ ጥሪ ተደርጎላችኋል።
የትምህርት ቤቱ
Barattootni Qormaata Kutaa 8ffaa Bara 2018 Darban Kan Bara 2017 Darban Irra Fooyya'insa 7.7% Agarsiise.
------------
BBO - Adoolessa 15/2018 Qabxii Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Fooyya'aa Dhufeen Walqabatee Darbiinsi Barattootaa Bara Baraan Dabalaa Dhufeera.
Haaluma kana bu'uureeffachuun barattootni bara 2018 qormaata naannoo xumura barnoota sad. G/G kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira 214,965 #dubara 200,123 #walitti, 415,088 yoo ta'an,
kan_darban:
#dhiira - 189,938 (88.40%), #dubara - 168,781 (84.3%)
#walitti - 358,719 (86.4%) gara kutaa 9ffaa darbaniiru.
Bara 2017 Barattoota Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira - 251,120
#dubara - 237,338
#walitti - 488,458
#Kan_darban:
#dhiira - 205,113 (81.7%)
#dubara - 179,388 (75.6%)
#walitti - 384,498 (78.7%) gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u,
Bara 2016 Barattootni Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan:
#dhiira - 266,238
#dubara - 273,636
#walitti - 539,874
Kan darban:
#dhiira - 203,520 (%76.44)
#dubara - 191,173 (69.86%)
#walitti - 394,693 (%73.11) kan darban ta'uun ni yaadatama.
Walumaagalatti fooyya'insi qabxii barattoota kutaa 8ffaa waggoota sadi keessatti walitti aansee (bara 2016, 2017fi 2018) galmaa'e bu'aa barachuu barattootaa fooyya'aa dhufe kan mirkaneesse ta'eera.
Dhumarratti, #Bara 2016 barattootni 73.11%
#bara 2017 barattootni 78.7%fi #bara 2018 barattootni 86.4% qormaata naannoo xumura barnoota sad. Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa darbaniiru.
Kanaafuu, qabxii barattootaa barabaraan fooyya'aa dhufeef #hundaa_ol_barsiisota keenya galateeffachaa, #maatiin barattootaa, #barattootni, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, Gumiin Tiraansifoormeeshinii barnootaa(GTB)fi qaamni nageenyaa sadarkaan jiru hunduu milkaa'inni kun bu'aa keessan waan ta'eef Biiroon Barnootaa Oromiyaa isin galateeffateera. Galatoomaa!
===============
#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Telegram Channel keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!
Channel 👇
https://t.me/QormaataMinistiriikutaa6fi8
Group 👇
https://t.me/Qormaatakutaa6fi8ffaa
Baga Qormaata Nagaan xumurtan!
Barattootni Social Science!Qormaanni har'aa akkam ture!Gaarii dha mitii! Baga nagaan xumurtan!
Mee mana gahuu keessan bilbila 0920941837 irratti text naaf godhaa!
የማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች
እንኳን ፈተናውን በሠላም አጠናቅቃችህ
ተማሪዎች! የዛሬው ፈተና እንዴት ነበር?
ጥሩ ነበር፣ አይደል?
እባካችሁ ወደ ቤታችሁ በሰላም እንደደረሳችሁ በስልክ ቁጥር 0920941837 ቴክስት ላኩልኝ።
@QesemAcademy_Second_Round_Mathematices_Entrance_Exam_2018_1.pdf5.22 KB
This is a previous round examination. Therefore, study it carefully, work through all the questions thoroughly, and use it to prepare well.
