Kombolcha Agricultural Polytechnic College
Official account of Kombolcha Agricultural Polytechnic College to share updated information for its trainees and workers
Mostrar más462
Suscriptores
Sin datos24 horas
+67 días
+3430 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Barattoota Qormaata Biyyooleessa Kutaa 12ffaa fudhattanii Kolleejjii Poolii Teekinika Qonna Kombolchaatti galmooftan hundumti keessan guyyaa jedhamee kanatti akka argamttan haa ta'u. Barattoonni dubartoota keenya tajaajila doormii argattu waan ta'eef kenna leenjiitti akka gabaasa gootan kabajaan isiniif ibsina.
❤ 1👏 1
Kolleejjiin Poolii Teekinika Qonna Kombolchaa guyyaa har'aa (29/03/2016) Madaallii Gahuumsa Ogumma (MGO) ogummaa Animal Health fi Irrigation irratti leenjifamtoota idilee kolleejjicha fi dargaggoota leenjii gaggababaa UC operation and maintenance of irrigation pump jedhamu irratti bifa hoo'a ta'een kennamu eegaleera.
Photo unavailableShow in Telegram
Kolleejjota Pooliiteeknika 40 fi Diinii Haarawoomsa Keessa Dabartanii Biiroo Keenya Irraa Xalayaa Ramaddii Hojii Argattan Qofaaf.
Guyyaa Roobii Muddee 3/2016 Ganama sa'aa 2:30 irraa Eegalee Magaala Finfinnee galma walgahii Mootummoota Gamtooman (UN) የተባበሩት መንግስታት የአፍሪካ ኢኮኖሚክ ኮሚሽን ባንኬት የስብሰባ አደራሽ keessatti waltajjii irratti akka hirmaattan, itti aanee Inistitiwutii Teeknikaatti leenjii hoggansummaa guyyaa 4 walitti aansee akka hirmaatan quba qabaadhaa qophaayaa kootaa.
Diiniin haarawoomsa keessa hin dabrin hirmaachuu hin danda'u.
👍 1
Leenjifamtoota Ogummaa Animal Health fi Small Scale Irrigation Development gulaanta IV akkasumas gulaanta II fi III irratti galmooftaan hundumti keessan harcaatii tokko malee gaafa guyyaa jimaata (28/03/2016) oreenteshiniin kennamu yeroo ta'u, gaafa 29/03/2016 (saftii/sanbata duraa) MGO kan kennamuu ta'uu isaa cimsinee isin hubaachifna.
❤ 6👍 1