cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Gola Beekkumsa

Dandeeti Dubbisuu Warra Qabanif!!!! Jechoota Kessaa Nama Tuuqani wa Barsiisan Jedhee Yaaden isiinif Qopheesse 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #Jecha_Bektoota #Jecha_Kaka`uumsa #Erga_Jalalaa #Walaloo_Jalalaa 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Yaadaf @Naaf_Taanan

Mostrar más
Finlandia1 618El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad26 370
Publicaciones publicitarias
3 452
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Fazakkir-tube
Yeroo waa si gorsu akka si caalu sitti himuufii miti akka ati na caaltuufi malee.! Join👉 https://t.me/fazakkirtube
Mostrar todo...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

🌹Dataa kee yoo ibsitee malif qarshii tee Diin ketif hin Olchine.Channal kan irrattii xiqqolee tahuu yoo wal yaddachisfne fi yoo wal barsisne Ajiriin numafi. 🌹Kanafu Ikwatii kara garii irrattii wal yamnuu fi keyrii irratii wal ha dorgamnuu. Join godhaa 👇👇👇👇
Mostrar todo...
Muslim ummah
Fazakkir/yaadachise
Sunnaa rasuula (sww)
Barnootaa siiraa
Barnootaa Aqiidaa
Barnootaa tawubaa
Islaam is peas
Hunda bakka tokkoti

ቢስሚለሂ ብዬ በአላህ ስም ጀመርኩኝ ሙስሊም ላደረገኝ ምስጋና አደረስኩኝ አሰላሙ አለይኩም ያ ኡመተል ኢስላም በናንተ ለይ ይሁን የአላህ ሰላት ሰላም ትንሽ ማለት ፈለኩ ስለ መልዕክተኛው ልግለፀው ብል እንኳን ቃላት ለማይበቃው ለኔ ሲል ለሞተው ለኔ ሲል ለደማው ትንሽ ልበል እስቲ ስለዛ ድንቅ ሰው የኔ ነብይ እኮ ወላሂ ልዩ ነው መከራና ችግር ምንም ያልበገረው የአላህን ቃል ማድረስ አላማ ያደረገው በጀሊል መንገድ ለይ ያልፈራ ማንንም ሁሉን የቀመሰ ረሀብ ጥማቱንም ባጢል እያወገዘ ሀቅን የሚያስፋፋ እሱ ነው ነብዬ የአንቢዮች አንጋፋ መጨረሻ ነብይ ተደርጎ የተላከው በከበረው ቃሉ አላህ ያወደሰው ረኡፉን ረሂም የተባለለት ሰው እሱ ነው ነብዬ ያላወቀ ይወቀው ወማ የንጢቁ አኒል ሀዋ የማይናገር ነው ታዞ ለስሜቱ ተመስክሮለታል ሱረቱ ነጅም ላይ ከፍተው ይመልከቱ በስነ ምግባሩ ሚጣራ ዑማውን ተብሎ የተጠራ አሲዲቁል አሚን ታማኝ እውነተኛ አማናን ጠባቂ አላህን ከማመፅ ቀድመው አስጠንቃቂ እንኳንስ ለዑመቱ አዛኝ ለጠላቱ ይወቀው የማያውቅ ሚያነሳው በከንቱ ሙሀመዱል አሚን ከወንጀል የጠራ ደሙ የፈሰሰ ተውሂድን ሊያበራ ስለኔ እያሰበ ተክዞ የሚጨነቅ ምላሱ ከዚክር ተቆጥባ ማታውቅ እሱ ነው ነብዬ ያላወቀው ይወቅ ሩሁ ልትወጣ ሆኖ ሞት አፋፍ ለይ የዱንያን ህይወት በድጋሚ ላያይ ሁሉን ጭንቅ ረስቶ ሁሉንም መከራ ዑመቴን ዑመቴን እያለ የተጣራ እያለ የሞተ ዑመቴን አደራ አንቱ የአላህ ነብይ ያ ነብዪ ረህማ ዱንያ ለይ ላገኞት አልታደልኩምና በጀነት እንዳገኞት ለመንኩኝ ረበናን ፊዳከ አቢ ወኡሚ ወሩሂ ያ ረሱለላህ ✍ ፍርዶስ ✍ From፡ ጅማ Code_#48 ውድድሩ የሚካሄድበት ቻናል 👇👇👇 @Sophia_Ahmed1 || @Sophia_Ahmed1 @Sophia_Ahmed
Mostrar todo...
Repost from Fazakkir-tube
Photo unavailableShow in Telegram
Gurbaan kun zalaalam jedhama gazexeessaadha waajira mootummaa keessa hojjeta har’a hojiif gara Jimmaa Dhufee masaraa mootii Abbaa Jifaar deemee suuraa tokko ka’ee mootii Abbaa Jifaariin xiqqeessee jechoota hin taane fayyadamee arrabsaa ture. gurbaan kun uummata jaalalaa Hawaasa Jimmaa guutuu xiqqeessuuf waan kana waan barreesseef qaamni dhimma isaa ilaallatu gurbaa kana nuuf gaafadhaa . @Fazakkirtube mediya
Mostrar todo...
Akkuman si argeen Tasa si jaalladhe Ni dheekkamta jedheen Sitti himuu sodaadhe Ati ofii naan beektu Anis sittin himuu Kanan siif barreesse Gaafa natti cimu ♠♠♠♠♠ Yaada narra tuule Keshaan na baachisa Hunda keessaa filee Sumaan na yaachisa Suuraa keefaa fidee Abjuun na laalchisa Yaadni kee na raasa Qileensarra caale Si yaadeefaan booya Suuraa keefaa laale ♠♠♠ Ati qaama kootiim Si muran na dhiiga Dhibeen kees kan kooti Si tuqan na miidha ♠♠♠♠♠ Onnee koo siif kenne Godhadhu masaraa Qubni koos qalamaan Waayee kee sararaa Gaara jabaatte Nan didiin adaraa ꨄ︎ꨄ︎ꨄ︎ꨄ︎ꨄ︎ Onnee kiyyarra teessee Utuma na darartuu nama hunduma keessaa Akkati na marartu! Siif ibsuun dadhabus Jaalalichan siif qabuu Si argachuuf jechaam kan Ani kufee cabuu Leelloo ilkaan aannanii Magaallee koo qalloo Gubaan jaalala kee Jabaateehoo malloo? Halkan nan raffisu Ilaallaatan bula Yaada kan kee biraa Hin cufadhu ulaa! Natti jabaateera Mee mala naaf malii gabbara hin guddisin Ana woliin gali!🙄 ❣︎ ❤︎ ❣︎ by #Abdulwodud
Mostrar todo...
🌹Dataa kee yoo ibsitee malif qarshii tee Diin ketif hin Olchine.Channal kan irrattii xiqqolee tahuu yoo wal yaddachisfne fi yoo wal barsisne Ajiriin numafi. 🌹Kanafu Ikwatii kara garii irrattii wal yamnuu fi keyrii irratii wal ha dorgamnuu. Join godhaa 👇👇👇👇
Mostrar todo...
Muslim ummah
Fazakkir/yaadachise
Sunnaa rasuula (sww)
Barnootaa siiraa
Barnootaa Aqiidaa
Barnootaa tawubaa
Islaam is peas
Hunda bakka tokkoti
Repost from Fazakkir-tube
"Biyya kanatti namni kan jaallatamu gaafa du'eedha. Animmoo jaallatamuuf jedhee du'uu hin barbaadu!"😜 Namni erga lubbuun darbee jaalallii fi galanni keenya maal godhaaf?🤔 https://t.me/fazakkirtube
Mostrar todo...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa 📧 yaadaf 💌 @Abdulwodud99 @Abdulwodud99

🌹Dataa kee yoo ibsitee malif qarshii tee Diin ketif hin Olchine.Channal kan irrattii xiqqolee tahuu yoo wal yaddachisfne fi yoo wal barsisne Ajiriin numafi. 🌹Kanafu Ikwatii kara garii irrattii wal yamnuu fi keyrii irratii wal ha dorgamnuu. Join godhaa 👇👇👇👇
Mostrar todo...
Muslim ummah
Fazakkir/yaadachise
Sunnaa rasuula (sww)
Barnootaa siiraa
Barnootaa Aqiidaa
Barnootaa tawubaa
Islaam is peas
Hunda bakka tokkoti
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.