cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qaroo Academy

Winners don't do different things, they do things differently! Dhaloota qubeetiin, Dhaloota qubeetiif! @qarooacademy join godhaa! https://www.youtube.com/@qarooacademy9420

Mostrar más
Finlandia2 527El idioma no está especificadoEducación62 363
Publicaciones publicitarias
1 454
Suscriptores
-124 horas
+87 días
+1530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
👍 3
Hi Joollee teenya akkam jirtan? Baratoonni kutaa 12 hoo qophiin maal fakkaata? Eegaa namuu waan facaafate murachuun akkuma jirutti tahee garuu qormaanni waan beekan qofa osoo hin taane waan beektu san irratti confidence fi tasgabbiin keetiis murteessadha beektaa. Kanaafuu, kana booda waan hunda beekuuf rakkachuu osoo hin taane hanga beektu san irratti ofitti amantummaan kee akka cimu irratti hoojjachuudha murteessaan. Anma  yeroon Ji'a tokko hin geenye kan isiiniif hafe waan taheef yeroo hanga hafe kana tasgabbii fi  tooftaan fayyadamnaan bu'aa gaarii galmeessuu dandeessan. Fknf. Yeroon hangi hafe Ji'a tokko yoo tahe, Ji'a tokkichaa kana bakka 2ti qooddee yoo fayyadamte: 1. Torbaan 2n duraa mataa duree 9-12 keessaa Topic naaf hin galle jettee yaaddu adda baastee Topic san baruuf yaaluu fi akka siif gale laaluuf gaaffilee qormaata Topic san irraa dhufaniin of madaalta 2. Torban 2n boodaa san ammoo akka waliigalaatti kan duraan qabatteefi kan torbee 2n duraa keessatti barte san waliin goolabuu, waan kana dura siif hin galin fira itti dhiistee waan siif gale qofa irratti xiyyeeffachuu fi tasgabbii qofa si barbaachisa jechuudha. Dhumarratti yeroo hanga hafe kana ofii keetii hiraaruu mitii namni hiraar qabuhuu sin barbaachisu hiraar fira dhiisa tasgabbiin jiraadhaan isiniin jedha! Galatooma! Carraa Gaarii isiniif hawwina! @Qarooacademy @Qarooacademy
Mostrar todo...
👍 3
Qormaanni kutaa 8ffaa xumurame📍 Naannoo Oromiyaatti qormaanni Naannoo kutaa 8ffaa guyyoota lamaaf kennamaa ture xumuramuu Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa beeksise. Qormaatichi Waxabajjii 4 hanga 5, 2016 kennamaa tureera. Barattoonni kuma 672 fi 500, wiirtuulee qormaataa kuma 1 fi 424tti qormaaticha fudhachuu biirichi eereera. Haaluma kanaan qormaatichi rakkoo tokko malee xumuramuu ibsameera. @Qarooacademy
Mostrar todo...
Qormaatni Naannoo Xumura Kutaa 8ffaa Bara 2016 Guutuu Oromiyaatti Kennamuu Jalqabeera. ----------- BBO-Waxabajjii 04/2016  Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qarmaata Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa har'a ganama guutuu Oromiyaatti kennuu jalqabeera. Qormaata Naannoo Xumura Sad. G/G bara 2016 kennamaa jiru irratti barattootni hirmaatan kuma 672 ol kan ta'an wiirtuu qormaataa 1424 keessatti fudhachaa jiraachuun beekameera. Qormaatni naannoo kun guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'u, guyyaa har'aa(04/10/2016)  barnoota Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii,  Herrega, Gadaafi Lammummaa kan fudhatan ta'uu sagantaan qormaatichaa agarsiiseera. Kanaafuu, barattootni keenya seeraafi naamusa qormaataa kabajuuu, odeeffannoowwaniifi gaaffiiwwan isiniif dhihaatan irratti qofa xiyyeeffachuun, yaadaafi qalbii keessan gurmeessuun hubannoon akka qoramtan dhaamsa dabarsina. @Qarooacademy
Mostrar todo...
3👍 1💯 1
Qormaatni Naannoo Xumura Kutaa 8ffaa Bara 2016 Guutuu Oromiyaatti Kennamuu Jalqabeera. ----------- BBO-Waxabajjii 04/2016  Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qarmaata Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa har'a ganama guutuu Oromiyaatti kennuu jalqabeera. Qormaata Naannoo Xumura Sad. G/G bara 2016 kennamaa jiru irratti barattootni hirmaatan kuma 672 ol kan ta'an wiirtuu qormaataa 1424 keessatti fudhachaa jiraachuun beekameera. Qormaatni naannoo kun guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'u, guyyaa har'aa(04/10/2016)  barnoota Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii,  Herrega, Gadaafi Lammummaa kan fudhatan ta'uu sagantaan qormaatichaa agarsiiseera. Kanaafuu, barattootni keenya seeraafi naamusa qormaataa kabajuuu, odeeffannoowwaniifi gaaffiiwwan isiniif dhihaatan irratti qofa xiyyeeffachuun, yaadaafi qalbii keessan gurmeessuun hubannoon akka qoramtan dhaamsa dabarsina. @Qarooacademy
Mostrar todo...

Qormaatni Naannoo Xumura Kutaa 8ffaa Bara 2016 Guutuu Oromiyaatti Kennamuu Jalqabeera. ----------- BBO-Waxabajjii 04/2016  Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qarmaata Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa har'a ganama guutuu Oromiyaatti kennuu jalqabeera. Qormaata Naannoo Xumura Sad. G/G bara 2016 kennamaa jiru irratti barattootni hirmaatan kuma 672 ol kan ta'an wiirtuu qormaataa 1424 keessatti fudhachaa jiraachuun beekameera. Qormaatni naannoo kun guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'u, guyyaa har'aa(04/10/2016)  barnoota Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii,  Herrega, Gadaafi Lammummaa kan fudhatan ta'uu sagantaan qormaatichaa agarsiiseera. Kanaafuu, barattootni keenya seeraafi naamusa qorma #BARATTOOTA_KEENYAAF #CARRAA_GAARII HAWWINEERRA!
Mostrar todo...
Mostrar todo...
PollBot

Add this bot to groups to create simple polls.

1. Which organelle is responsible for protein synthesis? (a) Ribosomes (b) Mitochondria (c) Golgi apparatus (d) Nucleus
Mostrar todo...
1. Which organelle is responsible for protein synthesis? (a) Ribosomes (b) Mitochondria (c) Golgi apparatus (d) Nucleus 2. What is the semi-permeable barrier that surrounds the cell? (a) Cell membrane (b) Cell wall (c) Cytoplasm (d) Nucleus 3. Which type o public poll 1. Which organelle is responsible for protein synthesis? (a) Ribosomes (b) Mitochondria (c) Golgi apparatus (d) Nucleus 2. What ▫️ 0% 1. A 2. A 3. A 4. C 5. A 6. A 7. C 8. C 9. B 10. D 11 A 12. ▫️ 0% 👥 Nobody voted so far.
Mostrar todo...
1. Which organelle is responsible for protein synthesis? (a) Ribosomes (b) Mitochondria (c) Golgi apparatus (d) Nucleus 2. What
1. A 2. A 3. A 4. C 5. A 6. A 7. C 8. C 9. B 10. D 11 A 12.
1. Which organelle is responsible for protein synthesis? (a) Ribosomes (b) Mitochondria (c) Golgi apparatus (d) Nucleus 2. What is the semi-permeable barrier that surrounds the cell? (a) Cell membrane (b) Cell wall (c) Cytoplasm (d) Nucleus 3. Which type of cell does not have a nucleus? (a) Prokaryotic cell (b) Eukaryotic cell (c) Plant cell (d) Animal cell 4. What is the function of the cytoskeleton? (a) To store genetic material (b) To transport materials (c) To provide structural support (d) To synthesize proteins 5. Which organelle is responsible for cellular respiration? (a) Mitochondria (b) Chloroplasts (c) Ribosomes (d) Golgi apparatus 6. Which type of cell is found in plants but not in animals? (a) Prokaryotic cell (b) Eukaryotic cell (c) Plant cell (d) Animal cell 7. Which type of cell has a cell wall made of cellulose? (a) Prokaryotic cell (b) Eukaryotic cell (c) Plant cell (d) Animal cell 8. Which type of cell has a large central vacuole? (a) Prokaryotic cell (b) Eukaryotic cell (c) Plant cell (d) Animal cell 9. Which type of cell is specialized for muscle contraction? (a) Muscle cell (b) Nerve cell (c) Red blood cell (d) White blood cell 10. Which type of cell is responsible for fighting infection? (a) Muscle cell (b) Nerve cell (c) Red blood cell (d) White blood cell 11. Which type of microscope uses visible light to magnify objects? (a) Light microscope (b) Electron microscope (c) Scanning probe microscope (d) Fluorescence microscope 12. What is the function of the objective lens? (a) To magnify the image (b) To focus the light (c) To collect light (d) To project the image 13. Which type of microscope has the highest magnification? (a) Light microscope (b) Electron microscope (c) Scanning probe microscope (d) Fluorescence microscope 14. What is the function of the diaphragm? (a) To control the amount of light entering the microscope (b) To focus the light (c) To magnify the image (d) To project the image 15. What is the difference between brightfield and darkfield microscopy? (a) Brightfield microscopy uses transmitted light, while darkfield microscopy uses reflected light. (b) Darkfield microscopy uses transmitted light, while brightfield microscopy uses reflected light. (c) Brightfield microscopy has a higher resolution than darkfield microscopy. (d) Darkfield microscopy has a higher resolution than brightfield microscopy. @Qarooacademy
Mostrar todo...
👍 3