cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ

Kaayyoon Channel kanaa Dhaloota Miiraan osoo hin taane Beekkumsaan Hoogganamu Uumuudha. https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg

Mostrar más
Finlandia153El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad2 330
Publicaciones publicitarias
29 986
Suscriptores
-1024 horas
-607 días
+3730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ifti Kee addessaa Mildhanni Kees aduu Oolmaan ke kaleessa Na kessa hin badu
Mostrar todo...
👍 11 8
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=623498942 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=623498942 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Mostrar todo...
👍 4 1
#Oduu_Gammachiisaa😁 Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf🙏🙏🙏 ✍Hulepay galmee  eegaleera🤙🤙🤙🤙 ✍ Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaa✍ ✍️#Hub👌Rabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu👌. ✍ Galmeef step gadii kinoo laali👇👇👇 1⃣Hulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu. 2⃣ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu 3⃣ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa 4⃣VIP filachuun jalqabduu Jechuudha✍️ ✅👍👍👍👍👍👍👍🍀 ✍️✍️Linkii kanaan seenaa 👇👇👇👇👇👇 https://www.hulepay.com?reference=abduse https://www.hulepay.com?reference=abduse https://www.hulepay.com?reference=abduse
Mostrar todo...
Hulepay - Ethiopian money making platform

Hulepay is a Marketing and Advertising platform that allows advertisers to put their ads here. Hulepay also provides an online earning opportunity to Users who want to earn money.

😁 8👍 3
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu, yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'iba." JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Mostrar todo...
👍 6
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin. Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha. :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu
Mostrar todo...
👍 37👏 5😢 3🔥 1
Jechoota Akka dammaa miyaa'an Argachuuf Channel @soriasart Join Godhaa 👇👇 https://t.me/soriasart https://t.me/soriasart
Mostrar todo...
✌S͎o͎r͎i͎a͎'s͎ A͎r͎t͎😘

Allah can't leave me alone اسلام عليكم ورحمتالله وبركات ዉድ የቻናሌ ቤተሰቦች እዚህ ቻናል ላይ 1.ኢስላማዊ ቂሳዎች (ታሪክ) 2.phsycological facts 3.ቀልዶች 4.ምክሮችን ማግኘት ትችላላቹ for any comment 👇👇 @sorii079

👍 3
Maaliif Naan hin jedhin Maaliff Naan hin jedhin Nan gaafatin sababa Baasees Himadheera Onneen kiyya waa qaba Si malee Naan jedha Qalbiin koo yoo mara Maaliif Naan hin jedhin An si jaalladheera An deebii-n barbaadu Yookaaniis Galata Onneen koo Si-Amanee Toluma si jaallata Wanta hundumarraa Ati Anaaf Adda Maaliif Naan hin jedhin Ganamaaf galgalas Ani Suman yaada Jettee nan gaafatin Maaliif Akkamitti Ani kufeen jira Galaana yaada keetti Gammachuu kan keetu Anas na gammachiisa Miirri An siif qabu Naaf hin galle waan-saa Waan hunda koo godhee Siif kennuun onnee koo Anaaf badii miti An si jaallachuun koo Atis kan koo ta'i Atis yaa giiftii koo #Seyfa
@Coba_Qalamaa1 @Coba_Qalamaa1
Mostrar todo...
17👍 8🤔 3🥰 1
Haree baasuu? maree kaasuu? Faffaca'aa yaadaa ulaa kootti wal guure; Sharafamuu waadaa qalbii koo unkure, Haa baduu? balleessuu? Haa taa'uu? qindeessuu? Gufuu na takaalee kaayyoo koo laaffisu, Qawwaa koo ilaalee Jabaa koo kuffisu, Haa cituu? kiyyeessuu? Haa coomuu? miindessuu? Doofaatti maqaa laatee, Dhufa koo wallaale! Deegaan sammuu baatee, Waa dhabni awwaale. Hundeen raasee qaanessuu? Biddeen baasee caasessuu? Gaarii na fakkaatee, maqaa koo xureessu! Laaqii bifa addaatee, carii koo booressu! Haa goobuu? hamileessuu? Haa goguu? laamshessuu? Gaabbii taatee darbee fuul-dura na maru; Kolfa ammee sarbee har'a koo dararu! Haa deemuu? geggeessuu? Haa turuu?.......jabeessuu? Dibata oganaa'ee foolii koo ajeessu; kakuu ligidaa'ee Abdii koo ajjeesu! Miicee qulqulleessuu? Dhiisee kulkuleessuu? #Uggum! Yaadan isin dhamaase! hibboon isin badhaase. Ofiifuu itti hin beeknee, Kiyya anaaf beektuu? Keessanuu hin akeeknee, Kan koo naaf akeektuu?
Mostrar todo...
👍 24 5👏 4
Akkami naan jettee maalsaa na gaafattaa Haala koo ilaaltee hundaa ni hubattaa ~ Nama amansiisuuf hunda'n dubbatanii Yeroo tokko tokko argaadhan baranii ~ Inni argitu kun waa hedduudha baataa Callisii dhaga'i suuraan ni dubbataa ~ @A4mulaa_jireenyaa
Mostrar todo...
👏 8👍 5🤯 1
Umurii xiqqoo Haga dabarre Jiga hin fakkaanneen Jigee agarre… Hurrii ganamaa Waca iddoo gabaa Hundinuu yeroo Murtoofte qaba! Hin abdatiinaa barcuma keessan Hoffaafi dhoqqicha Kan bakkatti hafu Gooftaa Tokkicha! 💰💰 @Coba_Qalamaa1
Mostrar todo...
👍 13 6