cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
7 296
Suscriptores
+824 horas
+727 días
+44630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." #𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑_𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙 'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun. Iccitii keenya bakkee baase!
Mostrar todo...
👍 8😁 3 1
Photo unavailableShow in Telegram
ከአይኖቻችን የወደቁ እይታችንን ግልፅ አርገውልናል ።
Mostrar todo...
👍 4
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Mostrar todo...
👍 6 4
Aadde! Jechaa walitti Aaddi Masaanuun. #Mammaaksa
Mostrar todo...
👍 1
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Mostrar todo...
👏 5👍 1
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
Mostrar todo...
👍 5
🛖    ከቤቴ በር ላይ……… “ማስመሰልህን ውጭ አስቀምጠህ ግባ!” ብዬ ከፃፍኩኝ በኋላ; "ወደ ቤቴ የሚገባ አንድም ሰው ጠፋ" ይላል። https://t.me/hamdquante
Mostrar todo...
👍 6😁 1
Robert Mugaabee ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Mostrar todo...
👍 7
Kan an akkana si jaalladhu Jaalladhee mitiim ☺️
Mostrar todo...
👍 15 1🥰 1
"No free launch" jetti Faranjiin! "Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e. Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa." Moral of the story: Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura, waan duuba jiru ilaaluun shaggaadha! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Mostrar todo...
👍 11 1🔥 1