GoTech🚀
前往频道在 Telegram
Channel kana irratti dhimmoota Technology, Software Development, carraawwan hojii, fi wantoota kana fakkaataniin walqabatan #Afaan_Oromootiin irratti akka waliif qooduu dandeenyuuf baname. Hiriyoota keessaniif share godhaa. #DM: t.me/tech_with_negasa?dir
显示更多未指定国家未指定类别
204
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
帖子数量
数据加载中...
反应
评论
Telegram 星星
按以下排序的热门帖子
数据加载中...
发布分析
帖子 | 浏览量动态 | |||||
Dorgommii EthioStartup irratti taasifne marsaa 2ffaa.
Itti dhiyaadhaa!
https://youtu.be/sPyPnsP6It0?si=bWHfvsxX0JaQHECQ | 43 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
Ashaamaa! 👋
Namoota "100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge" dhaaf galmooftanii guyyaa kaleessaa email isiniif ergame hundumaaf, on boarding (wanttoota itti aanan) emailiin hunduma keessaniif ergamee jira.
Kanumaan walqabatee, email keessan akka check gootan jechaa, training keenya Wiixata dhufu galagala sa'atii 2:30 irraa kaasee walitti fufiinsaan torbee 6f kan kennamu ta'a.
Kanaafis qophii isin barbaachisu maraa akka gootan kabajaan isin gaafanna.
Ulfaadhaa! | 58 | 0 | 1 | 0 | Loading... | |
Akkati quuqama dhaloota kanaaf qabdu galmaan gahattu shakkiin hin qabnu! Cichoomina akkanaa dhaloota irraa arguu caalaa maaltu nama gammachiisa 🫡🤝 | 63 | 0 | 0 | 1 | Loading... | |
Yaada ijaarsaa nuuf kennitaniif ulfinni keessan guddaadha!
#100Youth
#DigitalLiteracy
#ComputerLiteracy | 62 | 0 | 0 | 1 | Loading... | |
👆👆 | 60 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
Nutis yoo xiqqate nama tokko jijjiiramaaf qopheessuuf qophii ximurreerra!
#Ulfaadhaa!
#100Youth
#DigitalLiteracy
#ComputerLiteracy | 59 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
Yaada namoota '100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge' irratti apply godhan keessaa kan fudhatame.
Thank you! 🙏🙏
Hiika namummaa fi lammummaa lammiif qabu nutti agarsiiftaniittu ... | 59 | 0 | 0 | 1 | Loading... |

