Beki Bekam Academy
Ir al canal en Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
738
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
+7730 días
Archivo de publicaciones
common phrasal verbs
1. Call off = cancel --
2. Turn down = reject
3. Bring up = mention
4. Come up= arise/ produce
5. Hand over = relinquish / give a chance
6. Take over= take control /responsibility
7. Take up= require
8. Get on= continue / have a good relationship
9. Talk over = discuss / interrupt
10. Use up = exhaust / use completely
11. Look forward to = await
12. Go on = continue
https://t.me/BekiBekam_academy
Na ofkolchaa 🙏qormaatarran ture, kanaafin barfadhe.
guyyaan hafe gabaabaadha ammallee ifaajjii keessan akka itti fuftan siniin jechuun barbaada, waantota hamma hammaatti as irratti siniif gadhiisaa ture sirritti akka hojjettan abdiin qaba, ammallee warri hin hojjenne guyyaa jalqabaa irraa kaasaatii hojjedhaa, hundaa dubbisuun hin danda'amu ammarratti waan ta'eef.
Jabaadhaa ammallee, barattoonni haalonni sin hin eegne sin mudatan yoo jiraattan immoo jabaadhaa waaqayyo waan hundumayyuu gaariidhaaf godha waan ta'eef waantota jijjiiruu dandeessan qofa irratti focus godhaa.
Guyyaa 15ffaa
maaltu akka sin barbaachisu comment irra naaf ka'aamee👇
https://t.me/BekiBekam_academy
Barnoota akka Biology baay'ee irraanfatamu waan ta'eef, gaaffiidhaan qabachuun baay'ee barbaachisaadha gaaffiidhuma kanayyuu sammuutti yaadaadhaa isa wayya waan ta'eef, note ni irraanfattu.
Guyyaa 14ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
Kana irratti dabaladhaa har'aaf hamma dandeessan hojjedhaa, waanta barbaaddan ammallee comment naaf godhaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
Physics topic sirritti baay'inaan dhufan keessaa inni kun isa 5ffaadha kanaaf sirritti practice godhaa yoo fixxan iyyuu kana dura akka revision tti qabadhaa. Warri kana dura hin hojjenne immoo yeroo hin kenninaafii har'uma xumuraa, yoo xumuruu baattan illee hamma dandeessan hojjedha.
Akkam jirtu qaxaleewwan, torbee haaraa energy haaraadhaan jalqabna, torbee lama qabdu warri marsaa jalqabaa kanaafuu hundumtuu akka torbeen lama hafetti qabanneetu torbeewwan hafan kana lamaanitti seenaa waliin jijjiirru barreessina, imala kanaaf qophii yoo taatan reaction dhaan natti agarsiisaa. Waantota ani fi team koo sin gargaaruu qabnu immoo: https://t.me/BekiBekamAcademychat nuuf barreessaa.
Keessaan yoo na dubbisuu barbaaddan immoo: @BarnafTariku fayyadamaa.
Waliin seenaa hojjenna, hamileen bu'uun, nuufii fi dadhabbiin yeroo kanatti fudhatama hin qabani, torbee lamaaf immoo of kennuu hin dadhabdani.
Warri ammayyuu baqqaa yeroon dhumeera jettan immoo ammayyuu waan baay'ee jijjiiruu akka dandeessan sinitti himuun barbaada, waan biraayyuu yoo dhiistan waantan siniif hamma ammaatti gadhiiseefii itti fufee siniif gadhiisu hordofaa bu'aasaamoo booda argitu waan ta'eef. Jabaadhaa yeroo kootii nama saatii kana jabaadhu naan jedhu waanuman jedhunin dhaba ture baay'ee nama sin bira dhaabbatu sin barbaachisa, animmoo asin jira.
Let's do this one.🤝
Challenjii Guyyaa 13ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
Boqochuun gaariidha jedheen homaa hin gadhiisne guyyaan gaheera garuumoo energy gaariidhaan torbee itti aanu akka itti fayyadamtaniif. Akkam ture guyyaan keessan reaction dhaan naaf ibsaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=5PXcCyQKC1XztslO
Mee subscribe goonee 100 haa seennu, yeroo hunda si bira jirra, sinis immoo nu bira jiraachuu keessan kanaan nutti agarsiisaamee.
https://t.me/BekiBekam_academy
Halkan gaarii.👍
Qormaanni akkuma beekamu kutaa hundarraayyuu haa dhufu malee curriculum amma jiruun garuu garri caaluu 11 fi 12 tti baay'ata kunis kan ta'eef contentiin kutaa 9 fi 10 jiran irra deebi'uun garuu in detail kutaa 11 fi 12 irratti waan dhufaniif har'a gaaffii kana fixaa bulaa.
Hamma dandeessan dubbisaa garuu waantota asi irratti gadhiifaman garuu yeroo hunda hordofaa bu'aa isaamoo qormaata irratti argitu waan ta'eef.
https://t.me/BekiBekam_academy
Imalli ittuma fufa, System Barnoota biyya keenyamoo in jijjiirra.
like and share
Barnoota akka Biology baay'ee irraanfatamu waan ta'eef, gaaffiidhaan qabachuun baay'ee barbaachisaadha gaaffiidhuma kanayyuu sammuutti yaadaadhaa isa wayya waan ta'eef, note ni irraanfattu.
Guyyaa 12ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
https://youtu.be/68534y82S4Q?si=4I9mV9GZSkUru0V5
Math gaaffiin hojjetamee jira. Seenaatii sirritti ilaalaa, subscribe gochuun hin dagatamiin.
Akkam jirtu qaxaleewwan, Dubbisni bifa gaariidhaan akka deemaa jiru Abdiin qaba.
Har'i Guyyaa 11ffaa keenyadha
Gaaffii kana sirritti hojjedhaa xumuraa, dhugaan siniin jedha hamma hammaatti waantotan siniif gadhiisaa jiru sirritti hordofaa jirtu taanaan hamma yaaddanii ol fidu. Just trust the process.
React fi share gochuu hin dagatamiin.
https://t.me/BekiBekam_academy
Mee waanta kana har'a 50 Haa goonumee hunduu seen anti subscribe godhaa galatoomaa.
Unit 8:
- back on: resume (e.g., Let's get back on topic.)
- away from: avoid (e.g., Stay away from that dog, it bites.)
- out of: run out of something (e.g., We're out of milk.)
- forwarded to: send something on to someone else (e.g., The email was forwarded to me.)
- up with: tolerate (e.g., I can't put up with his rudeness any longer.)
- on with: continue (e.g., Let's get on with the work.)
- down on: criticize (e.g., He's always putting me down.)
- get along with: have a good relationship (e.g., I get along well with my coworkers.)
- turn down: reject (e.g., She turned down his marriage proposal.)
- turn around: change direction (e.g., Turn around, we're going the wrong way.)
- turn up: appear (e.g., He turned up late for the meeting.)
- turn in: submit (e.g., Turn in your assignments by Friday.)
- turn off: stop something from operating (e.g., Turn off the lights when you leave.)
https://t.me/BekiBekam_academy
Guyyaa 10ffaa
kuni topic sirritti irra deddebidhaan dhufan keessa tokko qofa osoo hin taanee, hundee chemistry dha. kanaaf sirritti hojjedhaa, jabaadhaa, yeroo hafe keessatti waanta baay'ee jijjiiruu dandeessu,🫡🫡🫡
reaction keessan immoo xiqqaateera, react fi like hin irraanfatamiin
https://t.me/BekiBekam_academy
Guyyaa 9ffaa
