Beki Bekam Academy
Ir al canal en Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
738
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
+7730 días
Archivo de publicaciones
Ingilliffaaf har'a video dhaafii vocabulary kana qabattanii jennaan gahaadha, adaraa vocabulary wwan kana akka salphaatti hin ilaaliinaa, daqiiqaa 15 yoo baay'ate kan sinitti fudhatu qabachuuf. Daqiiqaan 15 har'a sin kana irratti invest gootan immoo akkamitti akka sin fayyadu siniyyuu in argitu.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekamAcademychat for discussion
English vocabulary itti fufeera.
Unit 6:
take up on: accept an offer (e.g., I'll take you up on your offer to help.)
talk down to: speak condescendingly (e.g., He talks down to his employees.)
talk into: persuade (e.g., She talked me into going to the party.)
talk out of: dissuade (e.g., He talked me out of buying the car.)
talk to: have a conversation (e.g., I need to talk to you about something important.)
tear down: demolish (e.g., They're tearing down the old building.)
tear off: remove by pulling (e.g., Tear off a piece of paper.)
tell apart: distinguish (e.g., I can't tell the twins apart.)
tell on: inform on someone (e.g., He told on his brother for breaking the vase.)
https://youtu.be/hXWVOPEL7iU?si=dEEZoqP6H9dXMgkl
kunoo akkuman siniin jedhe ammallee ingilliffa post gochuu itti fufneerra, na amanaa gaaffilee kana hojjedhaa garuu gaafa hojjettan gaaffiin akka kanaa yoo dhufe akkamittin hojjedha kan jedhu sirritti qabadhaa.
subscribe godhaa miseensi hundumtuu, Dhaloota hundumaa bira gahuu qabna system barnoota biyya keenyaa jijjiiruuf.
Yoo inaaffaa Content Afaan Oromoo qabaatte subscribe godhi, Yeroo namoonni baay'ee Afaan Oromoo dandahan Afaan kan biraatiin hojjetan hojjechuu dadhabnee osoo hin taane quuqama Afaan keenya guddisuu waan qabnuufi.
"Polotikaa miti kun, Afaan Ofiitiif iddoo guddaa hawwuudha malee"
System biyya keenyaa jijjiirra gaafa jennus Afaan Oromoodhaan qofa osoo hin taane Afaanota biraa hedduudhaanis gara fuulduraatti hin hojjenna, jabaadhaa imalli ittuma fufa.🤝🤝🤝
Mee har'a chaallenjii keenyaamoo gama keessanitti haa fidu, Youtube Beki Bekam Academy miseensi hunduu subscribe goona, akkasitti galgalaa ganama sin bira jirra silaa sinimmoo kana gochuu hin dadhabdani, baay'ee bira gahuu qabna. kanaaf hundumti keenyayyuu subscribe goona deemnee sekoondii 30 sinitti hin fudhatu, ani guyyaatti saatii lama ol waantota sin barbaachisan adda baasuuf kanin oolchu, sinimmoo sekoondii 30 naaf kennuu hin dadhabdani. Let's do it👍
👇👇👇kunoo ammuma subscribe haa goonu qaxaleewwan, Galatoomaa.
http://www.youtube.com/@BekiBekamAcademy
Gaaffileen chaannalii adda addaa irratti gadhiifaman itti yaadanii waan qopheessaniif mee kana hojjedhaatii of ilaalaa. Bakka irranfattanitti moo refer godhaa yeroon sin refer gochuuf qabdan amma waan ta'eef.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekamAcademychat for discussion
Challenjii guyyaa 8ffaa.
Galatoomaa🙏 jechuun barbaada subscribe 400 telegram ❤️ irratti nu hordofaa jirtaniif, tokko jennee kaanee har'a as geenyeerra, ammayyuu ganaa Oromiyaa guutuu, isarras dabarre biyya waliin geenye. Imalli ittuma fufa, jabaadhaa.
Beki Bekam Academy
System barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra.
https://t.me/BekiBekam_academy
Isaan kana sirritti qabadhaa sin fayyaduu waan ta'eef.
Sat aptitude english part.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/+839m_hwsnUQ4OTU0 for discussion
kanammoo erga hojjetanii booda akka short revision note tti fayyadamaa, jabaadhaa hamileen sin hin bu'iin yeroo muraasatu hafe, waaqayyo sin gargaara. Gaaffii dura sinii gadhiise irraa bahe waan ta'eef, sirritti revise ittiin godhaa.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/+839m_hwsnUQ4OTU0 for discussion
Torbee haaraa, energy haaraadhaan gara chaallenjii keenyaatti itti fufna, har'a physics part murteessoo ta'an keessaa inni kun isa tokkodha, sirritti itti fayyadamaa. Barsiisaa ODA tti kan qophaa'edha, nutis sirritti itti fayyadamne yeroo keenyaa.
Chaallenjii guyyaa 7ffaa
https://t.me/BekiBekam_academy
Halkan gaarii qabaadhaa.
Borumoo itti fufna challenge keenya🫡.
https://t.me/BekiBekam_academy
Chaallenjiin keenya har'a guyyaa 6ffaa irra jirra, boqonnaa muraasa akkasumas dubbisaan dabarsaa akka jirtan abdiin qaba, jabaadhaa baay'ee of hin dhiphisiinaa qaxaleewwan. Akkamitti akka torbee dhuftu akka fayyadamtan plan fi schedule qopheeffadhaa. Dhugaan siniin jedha amma yeroo kanatti waanti akka schedule dhiphinaafi yaaddoo sinirraa hambisuu hin jiru maaloo isa kana sirrittan sin gaafadha obbolotakoo plan fi schedule kan torbee dhuftuu baasaatii 70% ol raawwannaan gahaadha, namni guutuu miti waan ta'eef.
Yoo jaallattan like ❤️, godhaa.
hiriyyoota keessaniif qoodaa maaloo qofaa isaanii maal akka godhan kan wallaalanii dhiphachaa jiran jiru waan ta'eef, yeroo hafte keessatti waliin itti deemna chaallenjii keenyaan.
Hamma ammatti waan tureef immoo reactioniidhaan natti agarsiisaa mee❤️👍🔥
https://t.me/BekiBekam_academy
Part 2 itti fufe jira.
I. Types of Chemical Bonds
1. What type of chemical bond is formed by the sharing of electrons between atoms?
a) Ionic bond
b) Covalent bond
c) Metallic bond
d) Hydrogen bond
Answer: b) Covalent bond
2. What type of chemical bond is formed by the transfer of electrons between atoms, creating ions?
a) Covalent bond
b) Metallic bond
c) Hydrogen bond
d) Ionic bond
Answer: d) Ionic bond
3. Which type of bond involves a "sea" of delocalized electrons?
a) Covalent bond
b) Ionic bond
c) Metallic bond
d) Hydrogen bond
Answer: c) Metallic bond
4. Which of the following is NOT a strong chemical bond?
a) Covalent bond
b) Ionic bond
c) Metallic bond
d) Hydrogen bond
Answer: d) Hydrogen bond (Hydrogen bonds are relatively weak intermolecular forces)
5. A bond formed between a metal and a nonmetal is most likely:
a) Covalent
b) Metallic
c) Ionic
d) Polar Covalent
Answer: c) Ionic
II. Properties of Chemical Bonds
6. What is electronegativity?
a) The ability of an atom to conduct electricity.
b) The ability of an atom to attract electrons in a chemical bond.
c) The tendency of an atom to lose electrons.
d) The size of an atom.
Answer: b) The ability of an atom to attract electrons in a chemical bond.
7. A bond where electrons are shared unequally is referred to as:
a) Nonpolar covalent
b) Polar covalent
c) Ionic bond
d) Metallic bond
Answer: b) Polar covalent
8. Which type of bond typically results in the formation of crystalline solids with high melting points?
a) Covalent bond
b) Metallic bond
c) Ionic bond
d) Hydrogen bond
Answer: c) Ionic bond
9. Which type of bond is primarily responsible for the electrical conductivity of metals?
a) Covalent bond
b) Metallic bond
c) Ionic bond
d) Polar covalent bond
Answer: b) Metallic bond
10. Which of the following properties is characteristic of molecules held together by covalent bonds?
a) High melting point
b) Good electrical conductivity
c) Poor electrical conductivity
d) Formation of crystalline solids
Answer: c) Poor electrical conductivity
III. Bond Polarity and Strength
11. What is the main factor that determines whether a bond is polar or nonpolar?
a) Number of electrons shared
b) Electronegativity difference between the bonded atoms
c) Size of the bonded atoms
d) Temperature of the reaction
Answer: b) Electronegativity difference between the bonded atoms
12. A bond between two identical atoms (e.g., H-H) is always:
a) Polar covalent
b) Ionic
c) Nonpolar covalent
d) Metallic
Answer: c) Nonpolar covalent
13. Which bond is generally considered to be stronger?
a) Single bond
b) Double bond
c) Triple bond
d) Hydrogen Bond
Answer: c) Triple bond
14. The strength of a covalent bond depends on:
a) Number of protons in the nucleus
b) Size of the atoms
c) Number of shared electron
d) Both b and c
Answer: d) Both b and c
15. Which of the following is the weakest type of intermolecular force?
a) Hydrogen bond
b) Dipole-dipole interaction
c) London dispersion forces
d) Ionic bond
Answer: c) London dispersion forces
IV. Related Concepts
16. What is a molecule?
a) An atom with a positive charge
b) An atom with a negative charge
c) Two or more atoms held together by chemical bonds
d) An atom with equal number of electrons and protons
Answer: c) Two or more atoms held together by chemical bonds
17. What is an ion?
a) A molecule
b) An atom that has lost or gained electrons
c) An atom with equal number of protons and electrons
d) A group of atom held by non covalent bond
Answer: b) An atom that has lost or gained electrons
sirritti dubbisaa please kana, engilliffis subject tokko waan ta'eef, yoo dubbisuun sin jibbisiise waantan post siniif godhu qofayyuu yoo hordoftan hamma yaaddanii ol fiduu dandeessu.
https://t.me/BekiBekam_academy
https://youtu.be/wgtZIUCBorA
Galgalaaf ganama hojjechaa jirra siniif !!!
Na amanaa video kun waan hunda qabatee jira, amma irratti baay'een keessan Engiliffa dubbisuu akka dhiistan beekna garuu video kanaafi kana booda gadhiisnu qofa ilaalaatii na komadhaa. rakkoo hin qabu video walitti fufnee siniif gadhiisna hamma guyyaa entrance tti sin bira jirra qaxaleewwan keenya jabaadhaa.
like, comment, share and subscribe godhaa, nuti yeroo hunda siniif hojjechaa sinimmoo kana dadhabduuree ijoollee keenya, nu jajjabeessa.
chaallenjii keenya har'a guyyaa 5ffaa irra jirra, imalli milkaa'iinsaa ittuma fufa.❤️
unit 5 vocabularies(itti fufeedhuma jira)
- zip up: close a zipper (e.g., Zip up your jacket, it's cold outside.)
- work up: gradually develop (e.g., I'm working up the courage to ask her out.)
- wrap up: conclude (e.g., Let's wrap up the meeting.)
- work out: exercise (e.g., I work out at the gym three times a week.)
- work out: solve a problem (e.g., I can't work out this math problem.)
- wipe up: clean up a spill (e.g., Wipe up the spilled milk.)
- wipe out: destroy completely (e.g., The earthquake wiped out the entire village.)
- wipe off: clean something by rubbing (e.g., Wipe off the dust from the table.)
- wear out: become unusable from overuse (e.g., My old shoes are worn out.)
https://t.me/BekiBekam_academy
math tokkicha concept qabannaan gaaffii hojjechuudha waan ta'eef gaaffii kana practice godhaa xumuraa, waan salphaa sinitti hin fakkaatiin yeroo hafte keessatti kan akka kanaa 4 yoo hojjettan, gaaffii 240 hojjettan jechuudha, hamma yaaddanii ol fiduu dandeessu.
Share gochuun akkasumas reaction hin irraanfatamiin.
https://t.me/BekiBekam_academy
Akkam Bultani? Bulmaanni gaarii akka ture abdiin qaba.
weekend kanamoo sirritti fayyadamaatii gaaffii baay'ee hojjedhaa, gaaffii garuu gaaffii argattan hojjettu osoo hin taane amma gaaffilee entrance fakkaatan irratti focus godhaa.👇👇👇
kun Guyyaa 5ffaa chaallenjiiti.
Beki Bekam Academy
"System barnoota biyya keenyaa ni jijjiirra."
https://t.me/BekiBekam_academy
