Kurulus Orhan (Afaan Oromoo)
Open in Telegram
Fiilmii dinqiisisaaf ajaa'ibsiisaa kana torbee torbeen argachuuf maatii chaanaalii keenyaa ta'aa!
Show more402
Subscribers
No data24 hours
+87 days
+230 days
Posts Archive
Daqiiqaa 30 booda ni bada
Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu
10+10×0+10=???
🗣 Ati isa kam?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
1. Qodaa jalqabaatti dinnicha.
2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu.
3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee .
Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise:
➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e.
➡️2. Hanqaaquun: Dadhabaa fi salphaatti kan caccabu yoo ta'u, bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu garuu keessi isaa jabaate.
➡️3. [Garuu bunni adda ture]: Bishaan bulluqaa sana (rakkina) jijjiire! Bishaan sun akka mi’aawaa fi urgaawu taasise.
✉️ Ergaan isaa kana:
✅Jireenyi yeroo hunda "bishaan bulluqaa" (qormaata, rakkoo, oduu, gantummaa) siif dhiheessa. Gaaffiin inni guddaan "Ati eenyu?"
• Akkuma dinnichaa rakkina keessatti abdii kutattee harka kennitaa?
• Akkuma hanqaaquu sababa rakkootiin onnee kee jabeessitee, kan yaaddoftu...
• Moo akkuma bunaa naannoo kee jijjiirta? Rakkoo kana fayyadamtee
+1
🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa 🏦
https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015
☑️Withdraw goone check goonerra
Link gadii jirun ammuma eegalaaa
🔗 Link: 👉
https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015
✅Ammuma eegalaa xiqqoo turee jennan dhaabbachuu dandahaa
Repost from Beeksisa Hojii - Vacancy
Addis Ababa City Corridor Project
Namoota:60 barbaada
Qaxarrii Koontiraata
Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti.
Galmeen hanga 29/9/2018 tti
Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy
Bara durii mootiin tokko dhagaa ulfaataa ta'e daandii namni baay'ee irra deddeebi'u fi gara masaraa mootummaatti geessu irratti kaayee; eenyu akka kaasu arguuf bakka dhokataa ta'e ta'ee hordofuu jalqabe. 🏔👀
Ammas, namootni dhihoo mootichaa ta'an tokko tokko fi abbootiin qabeenyaa daldaltoota masaraa mootummaa naannoo sanaa hin dhabamne, dhagichi daandii irratti akkamitti akka kaayame fi mootichi maaliif akka hin kaasisne dinqisiifachaa; gungumaa osoo hin kaasin bira darban. 🚶♂️💭
Sana booda, qotee bulaan hiyyeessi tokko kuduraa fi fuduraa baatee yeroo darbu, dhagicha daandii irratti yoo argu ba'aa kuduraa fi fuduraa isaa lafa kaayee; dhagicha kaasuuf tattaafachuu jalqabe. Akkuma ta'etti dhagicha yeroo gangalchu, dhagicha jalaa warqee baay'ee fi waraqaa mallattoo mootichaa qabu kan "Nama dhagicha kaaseef, warqichi kan isaati!" jedhu argate. 💪💰✨
Daandii jireenya keenya irrattis gufuwwan baay'een ni jiru. Warra isaan dura dhaabbataniif gufuwwan carraa baay'ee qabatanii dha! Warra abdii hin kutanneef gufuwwan hundi akka nu jabeessanii fi gara sadarkaa ol'aanaatti akka nu ceesisaniif, kaayyof kan kaayaman gaarummaadha. 🌟⛰
Gufuwwan fuuldura keenyatti nu mudatan nama dhibaa'aa ta'e ni kuffisu; nama jabaa ta'e ammoo ni ceesisu. Filannoon kan keenya! 🤝🚀
Akka waan bara baraaf jiraattuutti bari (baradhu), akka waan bor duutuutti ammoo jiraadhu. 📚🌅
@kurulus_Orhan_Oromo
@kurulus_Orhan_Oromo
https://t.me/kurulus_Orhan_Oromo
Daqiiqaa 30 booda ni bada
Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu
10+10×0+10=???
✅Jireenya Kaayyoo qabu jiraachuu yoo barbaadde, dura namoota kaayyoo hin qabne jireenya kee keessaa baasi!
ANNOUNCEMENT
PAASPOORTII WAGGAA 10 TAJAAJILU!
📣Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu?
Torbanoota gabaabaatti isin qaqqaba! Jabaadhaa utuu system 'n deebi'ee hin cufamin
Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya
Ashaaraa kennuu qofaaf Deemtu:-
Isin Maal Barbaaddu Filadhaa!
👉Paaspoortii haaraa baasuuf
Paaspoortii Ariifachiisaa (Urgent Servise)
❖ Haaraa baasuuf
❖ Haareessuuf
❖ Odeeffaannoo sirreessuuf
✤Waraqaa Eenyummaa haaromfame
✤ Kaardii guyyaa dhalootaa
✤Lakkoofsa bilbilaa
😀👉haaromsuuf
✤Suuraa Gurdii
✤ Koppii paaspoortii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Kan Bade/hatame deebifachuuf
✤Waraqaa Eenyummaa
✤Suuraa Gurdii
✤Xalayaa ragaa poolisii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Kan Ijoollee ykn Waggaa 18 gadiif
✤Waraqaa Eenyummaa Kan Maatii
✤Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Umurii sirreessuuf
✤ Kaardii guyyaa dhalootaa
✤Suuraa Gurdii
✤Koppii paaspoortii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf
✤Suuraa Gurdii
✤ Koppii paaspoortii
✤Waraqaa mana murtii
✤Lakkoofsa bilbilaa
Bakka
- Finfinnee
- Adaamaa
- Jimmaa
- Naqamtee
- Mattuu
- Baalee Roobee
- Miizan Amaan
- Dassee
- Dirre Daawwaa
- Hawaasaa
- Hosaanaa
- Baahirdaar
- Woldiyaa
- Walayittaa Sooddoo
- Debre Birhaan
- Asoosaa
- Gambeellaa
- Gondar
- Maqalee fi bakka dameen ICS jiru hundatti
Odeeffannoo dabalataaf nu bilbilaa
📱📱📱📱📱
0717037630
0972629779
irratti bilbila
@Daveyefira
Telegram group : https://t.me/paaspoortii_online
Telegram Channel: https://t.me/ETH_Online_Passport
🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴
Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻
Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓
Kurulus Orhan
part : 48
Video Quality 📎: HD
ሙሉ ክፍሉን ለማግኘት ⤵️⤵️⬇️
@Kurulus_OrhanEthiopia
@Kurulus_OrhanEthiopia
Kurulus Orhan
part : 47
Video Quality 📎: HD
ሙሉ ክፍሉን ለማግኘት ⤵️⤵️⬇️
@Kurulus_OrhanEthiopia
@Kurulus_OrhanEthiopia
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu!
Badhaasa qarshii 200 argamsiisu👇🏿👇🏿
Dhaabbanni teeleekoomii Safaarikoom dhaabbata biyya kamiiti?
🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴
Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻
Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓
