en
Feedback
GYC Ethiopia (generation youth for Christ)

GYC Ethiopia (generation youth for Christ)

Open in Telegram

Generation youth for Christ in Ethiopia official telegram group of sda CHOSEN FOR MISSION Contact us @melkamuleta Call 📞0962151311

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
3 376
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Tole galatooma

Nagaan Gooftaa isiniif haa baayyatu, yeroo qabaanneef galanni Gooftaaf haa ta'u!! Yeroo kadhata dhuunfaa keessaniis ta'ee kan Maatii, kan garee fi waldaan fuula Waaqayyoo duratti yeroo dhi'aattan Obboleettii keenya Abazzeef adaraa yaadattanii akka kadhattan, kadhannu Jaalala Gooftaan isin yaadachiisa!! Eebbifamaa!!

Dr waaqayyo dachaa isin Haa eebbisu nama akka naahimiyaa dhugaaf dhaabatu nu haa taasisu waaqayyo

GOD BLESS YOU PASTOR

Ameen Eebbifami Girmish♥️♥️

God with you Girme

Fagoo miti guyyaan cidhiichaa

ammas humniif ogummaan isiiniif haa keenamuu Dr ebbiifama

Add itti godhaa namoonni Add itti hin goone please 👇👇👇 GYC Ethiopia 3k

Waaqayyo dachaa sihaa eebbisu faarfanna addaati

Miseensa 1000 galleerra Galatoomaa Obboloonni garee kanatti ADD gochuun nu tumsaa jirtan waaqayyo sin haa eebbisu ulfaadhaa Deemsi itti fufa

Sagaleen jeeqaa jira

ANI HOJII GUDDAATTIN JIRA Guyyaa 2ffaa Dr Geetuu Faranjii wajjiin Ayyaanni waaqayyoo siif haa ta'u 🙏

Guddaa eebbifaamaa

Ameeeen waaqayyoo hundumaa keessaan haaa eebbisuu jechuun jaaladhaa!!!!!

Eebbiifama Dr..🙏🙏.. Nurraas Hojii Guddaatu nurraa jira Akkuma Nahiimiyaa.. Gahee keenyaa baha jirraa??? Waaqayyo nu ha gargaaruu✨️

Nagaan Gooftaa isiniif haa baayyatu, yeroo qabaanneef galanni Gooftaaf haa ta'u!! Yeroo kadhata dhuunfaa keessaniis ta'ee kan Maatii, kan garee fi waldaan fuula Waaqayyoo duratti yeroo dhi'aattan Obboleettii keenya Lallisee adaraa yaadattanii akka kadhattan, akka kadhannu Jaalala Gooftaan isin yaadachiisa!! Akkasumasii anaaf Maatii koos waaqayyoo nuuf kadhadha Eebbifamaa!!

Sagaleen gad bu'adha

Hunduumaa kessaan waqaayyoo sin haa Ebbiisuu 🙏

Eebiffammaa dhugaa mata dubbii issaa kaana