en
Feedback
MILKOOMEEDAA

MILKOOMEEDAA

Open in Telegram

Show more
The country is not specifiedEducation102 095
273
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+130 days
Posts Archive
Saayinsiin hawaa saayinsii baay'ee hawwataa namni kamuu yoo qo'ate ofii itti gammaduufii uumaasaa sababa dinqii hojii harka isaaf itti galateeffatudha. Kitaabileen saayinsii Afaan Oromoon barreeffaman hagas mara kan hin jirre ta'uun isaafi nutis jaalala saayinsii hawaaf qabnurraa kaanee kitaabilee Afaan Oromoo saayinsii hawaa irratti barreeffaman dhabamuun kitaabni kun akka barreeffamuuf sababa. Namoonni hedduun pdf'n maaf baastu Hard copy'n utuu baastanii nuun jechaa turtani. Nutillee jalqaba sana yaannee kan tureefi sponsor akka nuuf ta'aniif namoota hedduu kan gaafannedha. Ta'us qabiyyee kitaabichaa yeroo ilaalan qarshii kaffalanii kitaabicha guutummaatti fudhachuu irraan kan hafe nu gargaaruuf fedha hin qaban ture. Kanaaf kitaaba 'MILKOOMEEDAA' pdf'n baasuuf dirqamne. Hojii kana keessatti barsiisonni Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) keessumaa barsiisaa Yaaddessaa Dabalaa, Gulaaltonni kitaaba keenyaafi karaa gara garaan nu gargaaraa kan turan hiriyoonni keenya, barattoonni marroo keenya marroo 7ffaa M/B WMO nu faana dadhabaniiru. Kitaaba kana namni kudhan yoo dubbiseefi namni tokko saayinsii kana baruuf fedhii qabu tokkoof hubannoo yoo uumne nuyiif waan guddaadha. Yoo waaqayyo nu gargaare bifa hard copy'n gola Oromoo kitaabicha barbaaduu hundaa akka gahu akka goonu abdiin qaba. Hagayya 4, 2017 Nu eegaa

Hagayya 4 nu eegaa😊