en
Feedback
Kutaa Faaruu SAIA HU Mooraa Awadaa Kutaa A/Oromootti!!!

Kutaa Faaruu SAIA HU Mooraa Awadaa Kutaa A/Oromootti!!!

Open in Telegram

“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16)

Show more
517
Subscribers
No data24 hours
+47 days
+5430 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+10
in 1 channels
August '26
+77
in 7 channels
Get PRO
July '26
+43
in 0 channels
Get PRO
June '26
+44
in 3 channels
Get PRO
May '26
+27
in 7 channels
Get PRO
April '26
+24
in 5 channels
Get PRO
March '26
+38
in 7 channels
Get PRO
February '26
+41
in 7 channels
Get PRO
January '26
+21
in 3 channels
Get PRO
December '25
+31
in 5 channels
Get PRO
November '25
+45
in 4 channels
Get PRO
October '25
+130
in 4 channels
Get PRO
September '250
in 1 channels
Get PRO
August '250
in 3 channels
Get PRO
July '250
in 1 channels
Get PRO
June '25
+82
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September+1
08 September+2
07 September0
06 September0
05 September+1
04 September+2
03 September+2
02 September0
01 September+2
Channel Posts
እነሆ አበባ ጽኑ በተዋህዶ በእምነታችሁ በርቱ በንስሀ እንጀምር ቀርባለች መንግስቱ        እነሆ አበባ       ይበቃናል እንባ(2)        እነሆ ለምለም    ይግባልን ሰላም (2) Tewaahidoon cimaa Amantaa jabeessaa Gaabbiin haa jalqabnu dhiyaatt e Mootummaansaa PNagaan ol seeneera ጠብ መንጃው  ይውደቅ      እነሆ አበባ ይነሳ ፍቅር                        እንሆ አበባ    አልባሽ አጉራሽ ይብዛ         እነሆ አበባ ይባረክ ሀገር                     እነሆ አበባ    ሰላም አይጓደል       l  እነሆ አበባ   ከአብሮነት ማጀት      እነሆ አበባ   ወንጌል እንጫማ       እነሆ አበባ   እናብዛ ስብሃት          እነሆ አበባ Tewahdon kenyi... Kuno ababoniL Leliste haa sabbontu Atronsin ol bahet Goftaan haa mullatu Gitee kadhannadhaan Rakkinaaf dhiphinaa Gammadee ha simatu Bara haraa kanaa እምነት ተስፋ ፍቅር ፍሞ እንደ ችቦ እንደ መስኩ አደይ እንፍካ በደቦ ጎተራው ይትረፍረፍ ለምለም ይቆረስ ህፃናት ይደጉ ይጦር አዛውንት             እንደ ጸናን በተዋህዶ ተሰብስበን ለአምልኮ ከርሞ ያድርሰን እንደገና እየበዛን ለምስጋና Tawaahidoon jabaanne Waaqeffannaan dhaabbannee Nuun haa ga'u kan dhufuunii Nu baay'isee galaataanii   ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

2
Ishoo Barri Haaraan Dhufe/2/ Moofaan keenyasi nurraati hafe Abaaboon hundumtuu.... BHDh Kunoo daraaree... Martuu haaromee... Moofaa kan ture... Waaqni keenyasi... Seenaa jijjiire.... Dhiphuun darbeera Gooftaan nu fure Waaqni jaalalaa..... BHDh Tola baayyisee Baroota sirreessee Waggaas deemsise Arjummaa isaas Nuyiif baayyisee.... Garrummaa isaas Nun goonfachiise Dacheen keelloodha... BHDh Bacaqiin darbee.... Uumamni haaromee... Birraan qaqqabee... Hir'uun guuttamee... Gammachuun goobe.... Ililleen dachaan... Waaqayyoof Roobe.... Simbirroonni illee... BHDh Bariin ililchu Waaqa hundumaaf Galata galchu Nutis haa kaanu Oolmaasaa qabna Kan nun ceesise Waaroo dukkana F/ttuu Asnaaquu Xilaayee       ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
64
3
Biqilootan marsee dachee Biqilootan marsee dachee miidhagsee Gannaa Dukkanaa'a birraadhan ibsee Bara moofaa irraa haaraatti nu ceesise Galanni waaqayyoof hundumaarra caalchisee Qaqawweessimaa nurraa naasisu sagalee guddaa garreen sochoosu Kana hundaa jalaa nu oolche tiksee Hamaan nun tuqne nu miliqse Rooba cabbii fi lolaa isaa hamaa Hursa galaanaa qilleensa cimaa Dhoksee nu golgee nu fullaasise Boqonnaa Haaraa nu jalqabsiise Jireenya Haaraa abdiin guutame Golgaan dukkanaa nurraa mulqamee Gahatti bootaa?!  naanna'e ta'e Dukkanni ifaaf inni dabaree Lagni hir'atee lafti hoo qooruu Ililleen birraa yommuu daraaru Urgaa tolaa nama hawwatu Uumamni uumaasaa dinqisiifatu             ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
43
4
Abaabooni....Daraareera Ililliinis....urgaa'eera Bara haaraan  nu gaheera Waaqni ittiin nu gahe   Bara haaraani Moofaa keenya haaressee Araara nuuf baayisee Hundumaa nii dabarse Dukkanichi....bari'eera Booqaa birraa...argineerra Galatasaaf....qophoofneerra Waaqayyotti gammanne   olmaasaatiif maqaasaa ni jajanna Aarsaa ni dhiyeessinaa Dhugaan nii waaqeffaannaa Lafa gogaa.....hundaa jiisee Biqiloota..... lalisiisee Tulluuwwanii   Madaqoomsee Hirmaatani uumamni  Arjummaasaarra Bifadhaan faayamanii Halluu gaarii uffatani Mul'atu miidhagani Dungoo hin dhaamne..qopheeffannee Sagalee fiinoo... dhageessisne Gammachuudhaan... Ilil jenne Meeshaa faaruu qabanne galata laanna Oobdiisaa keessa guunne Ayyaanasaan badhaane Kenna keenya galchine Bara Ifa nuuf haa ta'u Kan milkii nuuf haa ta'u eyyeen nuuf haa ta'u Jaalalaan tura nageenyaani Fooniif dhiigasaa fudhattani Gonfoo jireenyaaf qophooftanii Jaalalaan tura nageenyaani   ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲        ✉️
42
5
Bara haaraan nu geessee Ji'oota guyyaatti hirtee waggootas ni jijjiirtee Bara haaraa kanaani kunoo ittiin nu geessee Oolmaa keef jecha hin qabnu kan siif laannu yaa Gooftaa Gammachuudhaan guutamne nu siif laanna galata Bara haaraan nu geessee... Hunduma dabarsitee Baraaf baraan jijjiirtee Kanaaf galata jenna Gammachuudhaan faarfanna Bara haaraan nu geessee... Daannoo gaarii nuuf taatee Barruu keerratti nu baattee Waraansaaf Eeboo diinaa Jalaa nu miliqsitee Bara haaraan nu geessee... Roobaaf qilleensa hamaa Balaa tasaas olchitee Foonif lubbuun nu eegdee Har'a nu agarsiistee    Bara haaraan nu geessee... Daraaraa biqilchitee Abdii haaraan nu geessee Uumamtoota hundumaa Galata haaraan faarfannee Bara haaraan nu geessee... Olmaa keef jecha hin qabnuu Kan siif laannuu ya gooftaa Gammachuudhaa guutamnee Nu siif laannaa galataa ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
52
6
Guyyaa ayyaanaa Eebbifamaa Guyyaa ayyaanaa Eebbifamaa Eebbifamaa ayyaana waggaa(2) Koottuu iyyasuusii abbaa jaalatamaa Kottuu iyyasuusii abbaa amanamaa(2) ......eeyyee Dukkanni hafee ifni yoo dhufuu Namaaf horiin kan nyaatee quufuu Gannaf bonaa waliin jijjiirtaa Bara araaraa nuuf godhi gooftaa Yeroo birraa martuu hin gammadaa Nyaatee quufaa Beelli hin babbadaa Ayyaanomee namni itti tolaa Guyyaa guutuu faarfachaa oolaa Guyyaa fannoo obboroodhaan ka'aa Kiristoostu waggaan nama gahaa Jedhee walii walii isaatti himaa Firaaf maatin gaafas wal simaa Yaa waaqayyoo isa hundaa mootuu Dhikkubsataa kan fayyaa gootuu Kan jaalalaaf kan nagaa godhii Nu gidduudhaa at baasi golii ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
32
7
+1
Hoo jennee dhufnee Hoo jennee dhufnee hoo jennee(2) Waaqayyon qabannee Hoo jennee dhufnee hoo jennee Maariyaamiin qabannee Hoo jennee dhufnee hoo jennee Abaaboo qabannee Hoo jennee dhufnee hoo jennee Nageenyaa lallabnee Hoo jennee dhufnee hoo jennee        Daddaraareraa ..........Eeyyee Daddaraaranii ..........Eeyyee Kino dhufeera ..........Eeyyee Barri haaraanii ..........Eeyyee Goftan wagga haaraa  ..........Eeyyee Nu ilaalchisee ..........Eeyyee Nu jaallateraa ..........Eeyyee Hundaa caalcisee ..........Eeyyee Si farfannaa waaqa abboota  keenyaa nu kenni nageenyaa(2) Akka dubbannuuf ..........Eeyyee Galaata jennee ..........Eeyyee Mil'ata baraa ..........Eeyyee Bara nuuf kenne ..........Eeyyee Dukkanaaf dhiphuu ..........Eeyyee Isaan dabarree ..........Eeyyee Waggaa haaraatii ..........Eeyyee Ifaa agarree ..........Eeyyee Si farfannaa waaqa abboota  keenyaa nu kenni nageenyaa(2) Meexxii qabannee ..........Eeyyee Nagaan lallabnaa ..........Eeyyee Waaqa abba nagaa ..........Eeyyee
34
8
Bara Haaraa ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
35
9
Habaabooni Habaabooni "Daraareera Ililliinis "urgaa'eera Bara haaraan "nu gaheera Waaqni ittiin nu gahe "Bara haaraani" Moofaa keenya haaressee Araara nuuf baayisee Hundumaa nii dabarse Dukkanichi "bari'eera Booqaa birraa "argineerra Galatasaaf "qophoofneerra Waaqayyotti gammanne "olmaasaatiif" maqaasaa ni jajanna Aarsaa ni dhiyeessinaa Dhugaan nii waaqeffaannaa Lafa gogaa "hundaa jiisee Biqiloota "lalisiisee Tulluuwwanii "Madaqoomsee Hirmaatani uumamni "Arjummaasaarra" Bifadhaan faayamanii Halluu gaarii uffatani Mul'atu miidhagani Dungoo hin dhaamne "qopheeffannee Sagalee fiinoo "dhageessisne Gammachuudhaan "Ilil jenne Meeshaa faaruu qabanne "galata laanna" Oobdiisaa keessa guunne Ayyaanasaan badhaane Kenna keenya galchine Bara Ifa nuuf haa ta'u Kan milkii nuuf haa ta'u eyyeen nuuf haa ta'u Jaalalaan tura nageenyaani Fooniif dhiigasaa fudhattani Gonfoo jireenyaaf qophooftanii Jaalalaan tura nageenyaani ✥✥✥✥✥
37
10
Baroota Baraan jijjiirta Baroota Baraan jijjiirta Hundumaa ni dabarsita Ulfadhu mootii moototaa Waktiileen martii yeroon naanna'u Iddoo gadhiisee walirra hin bu'u Seeraan qoqqoodde kan mijeessitee Jireenya namaaf waan gaarii goote Akka daraaraa Habaaboo birraa Umuriin namaa dabareen tara Daangàa hin qabuu kan kee yaa gooftaa Jaalalaan mootee baraan jiraatta Uffata cubbuu ofirraa baasne Kan qulqullummaa ofitti uffanne Kan bara darbeef gaabbi galleerra Bifa haaraadhaan siif hiriirreerra Yeroosaa eegee barri in moofa'aa Isa haaraadhaan bakka ni bu'aa Kan hin moofofne si qofa goofta Duris kan turte har'as ni jirta ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
33
11
✝ Habaaboon daddaraaree✝ Habaaboon daddaraaree Bara moofaas irra ni tarre Ganni darbe ifatti baanee Birraan gahee ni gagammanne Baroonni kee tasa hin dhimani Siif ni jijjiiramu isaani Sirrahin jiru jijjiiramuuni Akka uffannaas isaan jijjiirtaa Umuriidhaan nuun nu gonfita Uumamni hundi qooqa beekuuni Waaqa isaanii siin sifaarsanii Birraan bari'usa argani Gammadanii siinsifaarsani Ati eebbisnaan umuriisaani Ajaa'iba kankee yaa uumaa Yeroon muddee wanta hundumaa Bona geenye ifa argina Gannis dhufee jiidhaan marfamnaa Kanaaf gooftaa nu sidhaadanna Jecha dhabne himuuf oolmaa kee Homaa hin qabnu hoo galata kee Nu eebbisi nu ijoollee kee Bara dhufuun ati nugahi Kadhaa keenyas maaloo dhagahi Bara haaraa arguuf hawwinee Maatiyoos maarqoos luqaas jenne Yohaannisiin nugahi jenne Baatiiwwan jiranis lakkoofnee Kan hawwinees kunoo argine Nu gahi egaa nu gahii Waggaa waggaadhaan nu gahi Foon keef dhiiga kee fudhanne Cubbuu hundaarraa fagaanne Fayyina lubbuu akka argannuuf Mirga kee gooftaa akka dhaalluuf
37
12
Baroota jijjiira    ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
35
13
Hoo jennee!!    ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
38
14
Galanni Kan Kee 📌 Faaruu bara haaraa    ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
39
15
Bara haaraan nu gesseetta Araara kee nuuf baay'istee Hunduma dabarsiteetta galataaf nu qopheessite(2) Abaaboon daddaraareera Ililleenis urgaa'era Biqiloonnis bareedani Magariisa uffatani(3) Bacaqii gannaa darbine Booqaa kan argine Umamni hunduu lalisee Galatan si'if mirgise Inni moofaan sun darbeera Haaraadhan bakka bu'eera Tasa deebi'ee hin dhufu Achiinaan garuu hin hafu(3) Bacaqii... Dachiin miidhagdee muldhatte Galaanni guutees hir'ate Kun hundumtuu hojii keeti Ulfaadhu jiraatamo ati (3) Bacaqii... Umrii keenya eebbistee Bara gaabbii nuuf kennitee Waaqeeffaffamuun si'iif malaa Waaqayyoo abbaa jaalalaa(3) Bacaqii... Bara araara nuuf dabaltee biiftuu jaalala kan baastee Hin jiru sii malee goofta Faaruunuu sitti xiqqaata (3) Bacaqii...          ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
43
16
Ceenee bara haaraatti Yaa arjaa Arjummaa keetti Irreen Keenya Si faanaa Hundaa Ni Moonaa Bara Haaraa bara araaraa Bara Carromtoota Haaromsitee Nuuf Dabalta Galatoomi Gooftaa Arjummaa keen maaltuu sin fakkaataa Abbummaa keen eenyuu sin qiixxataa(2) Yaa guddichaa hangafa lubaa situ nudhaaf Mala Si qabaannee sin gonfannee kan ceene kitilaa Ati jiraannaan maaltu nu takaalaa Ati nu qabnaan hundi nutti tolaa(2) Dhuguma dhukkuba keenya gaddaa Keenya baattee Bara araaraa Nuuf kennite aangoo du'aa gitte Mee akka keetti eenyu kan nu baatee Eenyu akka keetti lubbuu kan nuu laatee(2) Yeroo haaraa nuuf kennitee nutoo ragaa baanaa Maalirraa akkaa nu fayyistee  ni beekna(2) Yaa Iyyasuus kanaaf si faarfannaa Yaa kiristoos kanaaf si laallabnaa(2) Nuti Dhaloonni filatamnee dhiigaan kan bitamee Dukkana irraa Gara Ifaa Si'iin kan waamamne Bara haaraa gaalata haaraanii Ni simannaa gammachuu guddaanii(2) Maqaa Kee Humna Nuuf ta'ee Hundaa Ni moo'anne Fuldura isaa siin oolfate  eenyutu leeyya'ee Siin qabaatee eenyutu qaanaa'ee
57
17
🌼አዕይንተ_ጦቢት🌼 አዕይንተ ጦቢት ከሰተ ወአጋንንተ ሰደደ (፪) ዘይትሃጽፍ ነደ(፬)ሩፋኤል ዘይትሃጽፍ ነደ(፪) ትርጉም አጋንንትን ሰደደ የጦቢትን አይን ገለጠ እሳትን የሚለብስ ሩፋኤል ‹‹ከከበሩ ከሰባቱ አለቆች አንዱአለቃ እኔ                   ሩፋኤል ነኝ››                            ጦቢት፲፪፥፲፭📖 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 📱ሼር // 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄🌐 @Bete_Michael_mezmur_12 @Bete_Michael_mezmur_12          👆☦️ ይ🀄️ላ🀄️ሉን☦️
149
18
Qaamme 3.mp3
145
19
1Qaammee 3.mp3
135
20
Bara haaraan nu geessee Ji'oota guyyaatti hirtee waggootas ni jijjiirtee Bara haaraa kanaani kunoo ittiin nu geessee Oolmaa keef jecha hin qabnu kan siif laannu yaa Gooftaa Gammachuudhaan guutamne nu siif laanna galata Bara haaraan nu geessee... Hunduma dabarsitee Baraaf baraan jijjiirtee Kanaaf galata jenna Gammachuudhaan faarfanna Bara haaraan nu geessee... Daannoo gaarii nuuf taatee Barruu keerratti nu baattee Waraansaaf Eeboo diinaa Jalaa nu miliqsitee Bara haaraan nu geessee... Roobaaf qilleensa hamaa Balaa tasaas olchitee Foonif lubbuun nu eegdee Har'a nu agarsiistee    Bara haaraan nu geessee... Daraaraa biqilchitee Abdii haaraan nu geessee Uumamtoota hundumaa Galata haaraan faarfannee Bara haaraan nu geessee... Olmaa keef jecha hin qabnuu Kan siif laannuu ya gooftaa Gammachuudhaa guutamnee Nu siif laannaa galataa ✥✥✥✥✥ http://t.me/FaaruuSAIAHU http://t.me/faaruuHuSAIA ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
149