Kananisa Tech
Open in Telegram
✍️Fast-paced crypto & Web3 news before it hits the mainstream. 🌐 Your daily dose of Bitcoin, Altcoins, and Blockchain tech. ⏱️ Crypto moves fast. We report it faster. Stay ahead 🚀 💡 Simplifying the world of crypto, one breaking update at a time.
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
2 043
Subscribers
+1624 hours
+1637 days
+33630 days
Posts Archive
2 054
Data 0.00 birriidhaan ammas fayyadamaan jira maal eegduree ammuma bakka data jedhu tuquun seenaa fayyadamaa
2 054
Repost from N/a
✅Barbaaddota Gemini Pro, kan namoota biraa biratti Birrii 300 fi isaa oliin gurguramu faayidaa Gemini Pro gadi-bu'iinsaan ni argattu.
Gemini Pro ji'a 18 ta'e $1 yookaan Birrii 190 qofaatiin Telegram Bot kanaan ni argattu.
Linkii Bot 🔗
📝 Linkii : https://t.me/Ggsomabot?start=ref_QN1N84L7
Faayidaalee Gemini Pro
* Hoojiiwwan Xaxamaaf dandeettii olaanaa: Piroobleemota xaxamoo herregaa, koodingii fi qorannoo gad-fageenyaan hubachuu fi furuuf dandeettii qaba.
* Oodeeffannoo Guddaa Keessummeessuu (Context Window): Barruulee baay'ee dheeratan, koodiiwwan hedduu yookaan dokumentoota yeroodhuma tokkotti dubbisee hubachuu fi xiinxala kennuu dandeessisa.
* Dandeettii Haala-Hedduu (Multimodal): Barruu qofa osoo hin taane, fakkiiwwan, viidiyoowwan, sagaleewwan fi koodiiwwan waliin qindeessee xiinxaluu fi irratti hojjechuu danda'a.
* Ariiti fi Haalaan Hojjechuu:
2 054
Repost from N/a
▶️ ITIYOOPIYAA 🔝
☄️ Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi. 🎃🎃🎃
⚠️ Dafaa nama 20 caalaa hin fudhatu websaayitin kun....... 💯
2 054
Repost from N/a
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10×0+10=???
2 054
## 🤖 Teknoolojii AI: Qorumsa fi Barnoota Keessanitti Milkaa'uuf! 📚✨
Barattoota dhaloota KNOWLEDGE HUB fi tech-savvy taatan hundaaf! Barannoo keessan salphisuu, yeroo qusachuu fi qabxii keessan ol kaasuuf meeshaalee Artificial Intelligence (AI) armaan gadii kanneen beekuu qabdu.
Fakkeenyaaf, herrega wal-xaxaa hojjechuuf, fakkii irraa barreeffama baasuuf (OCR) fi akka tutor dhuunfaatti isan tajaajilu danda'u.
Mee meeshaalee AI barattootaaf baay'ee fayyadan fi hojii isaanii waliin haa ilaallu:
### 1. ChatGPT / Gemini (AI Assistant & Personal Tutor)
Meeshaaleen kun akka barsiisaa dhuunfaa keessanitti tajaajilu. Concept physics, chemistry ykn history ifa hin taane akka isiniif ibsan gochuu dandeessu.
* Fayidaa Isaa:
* Gaaffilee fakkii (image) fi barreeffamaan dhiyaatan kamiyyuu dandeettii
problem-solving fi step-by-step explanation tiin gadi fageenyaan isiniif ibsu.
* Qormaataaf akka isiniif toluuf gaaffilee dabalataa (multiple-choice questions) fi gilgaalota isiniif uumu.
### 2. Google Lens (OCR & Image Search)
Kitaaba keessan irratti gaaffii ykn herrega isan rakkise yoo argitan, Google Lens fayyadamuun fakkii kaastanii deebii fi barruu isaa argachuu dandeessu.
* Fayyada Isaa:
* OCR (Optical Character Recognition): Fakkii ykn kitaaba irraa barreeffama kallattiin gara texttti jijjiira.
* Kitaaba harkaan garagalchuu utuu hin barbaachisne, gaafficha interneetii irratti barbaadee deebii fi ibsa isaa dafsee isiniif fida.
### 3. vFlat Scan / CamScanner (Smart Document Scanner)
Kitaaba irraa fuula baay'ee ykn note keessan gara soft copy (PDF) tti jijjiiruuf meeshaalee bareedani dha.
* Fayyada Isaa:
* Fakkii kitaabaa jallate bifa qajeelaa fi qulqullullina qabuun PDF to photo ykn PDF to Word uumuu danda'a.
* Text remover from image: Fakkiiwwan irratti barruu hin barbaadamne akka salphaatti irraa balleessa.
### 4. Quizlet (Flashcards & Active Recall)
Qormaata biyyoolleessaa ykn qorumsa kutaaf barumsa yeroo dheeraaf sammuu keessan keessatti tursiisuuf (retention) isan gargaara.
* Fayyada Isaa:
* Jechoota, formulas, fi definitions adda addaa Flashcards bifa taphaatiin (gamification) sammuutti qabachuuf isan gargaara.
* Tooftaa Active Recall fi Spaced Repetition
jedhamuun dandeettii yaadachuu keessan cimsa.
### 5. Gamma App / Tome (Presentation & Note Generation)
Hojii garee (group assignment) fi project barataa keessanii daqiiqaa muraasa keessatti qopheessuuf isan gargaara.
* Fayyada Isaa:
* Mataduree isiniif kenname qofa irratti hundooftee slides bareedoo fi educational poster bifa namatti toluun isiniif uuma.
* Content fi fakkiiwwan barbaachisoo ta'an bifa of-arkaa (automated) ta'een walitti qaba.
### 💡 Gorsa Fayyadama AI:
> Remember:
Meeshaaleen AI kunniin akka isin gargaaraniif uumaman malee, akka isiniif hojjetaniif miti! Copy fi paste gochuu qofa utuu hin taane, deebii AI isiniif kennu san dubbistanii
understanding keessan ittiin gabbifachuu qabdu.
Galatoomaa 🙏
2 054
✍Waan ajaa'iba per invite 2$ kan kaffalu, guyyaa xiqqoof qofa tura!
Dafaa hojjeedha
Step:
👉Suura irraa akkuma argitan task kan jettuu seena.telegram fi X isaanii join godha
👉 Connect wallet kan jedhu filadha, tonkeeper connect godha.
👉 Invite kan jettuu filaadhu nama 8 afferuun minimum withdrawal $15 baafadha.
https://t.me/MiningGRAM_Bot/mine?startapp=SQMYL9
https://t.me/MiningGRAM_Bot/mine?startapp=SQMYL9
2 054
Ati deeggeraa kilaba kamiiti❓Maqaa kilaba keetii tuquun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'ee kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇👇
2 054
Repost from N/a
Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10×0+10=???
2 054
ARIIFADHAA
Badhaafamaa namoota dursee ADD godhe qarshii 5000 nama 10 ni badhaafna dursaatii bakka ADD jedhu tuqaa badhaafamaa 👇👇👇
2 054
Sekoondii 30 booda ni badaa
🎁Gaaffii tokko deebisaa birrii 1000 badhaafamaa nama dursee deebise nama 10 f
Bara beelaa jedhamee kan beekamu bara meeqaati akka etiyoopiyaatti?
2 054
Repost from N/a
✔️ Badhaasa kaardii abbaa 100 🔥🔥🔥🔥
✔️ Namoota amma Online jirtaniif 🙌
Daqiiqaa 10 qofaaf kan turu gaaffii gadii kana ariitiin deebisaa Badhaafamaa 👇👇
2 ×2+2÷2-2 🧮
Free wave👉@ffg_promoter📲
2 054
Ethiopian Airlines Group Job Vacancy Announcement
✅POSITION: 1.TRAINEE - INDUSTRIAL ELECTRICIAN
☑️QUALIFICATION REQUIREMENTS:
Level III Certificate in Power Generation and System Installation and Maintenance/ Electrical Electronics /Building Electrical Installation or related field from a recognized TVET/ College /Institute.
N.B:- 2nd grade or Automotive driving License is Advantageous
LANGUAGE
Knowledge of ET working language English is mandatory and other foreign languages are desirable.
AGE LIMIT
18 - 35 Years Old Inclusive
REGISTRATION DATE
From September 21, 2026, to September 25, 2026.
☑️REGISTRATION PLACE
Ethiopian Airlines Head Quarter, Ethiopian Airport Building (Recruitment & Placement Office)
Interested applicants must bring/attach all original and copy of their supporting documents, including but not limited to 8th grade ministry card & birth certificate only from city administration, Grade 10 certificate, Grade 12 certificate, Diploma Certificate, latest educational credentials & Kebele ID card (back and forth).
NB: If anyone found to apply or join Ethiopian with false information will lead to subsequent termination from the process or employment upon discovery of the fact.
✅POSITION:2. TRAINEE - INDUSTRIAL MECHANIC
☑️QUALIFICATION REQUIREMENTS:
Level III Certificate in Industrial Metal Fabrication and Assembly /Machining /Power Generation and System Installation and Maintenance - Mechanical /Fire and Rescue Equipment Maintenance/Industrial Electric machine & Drives Technology or related field per the new curriculum from a recognized TVET/College /Institute.
N.B:- 2nd grade or Automotive driving License is Advantageous
LANGUAGE
Knowledge of ET working language English is mandatory and other foreign languages are desirable.
AGE LIMIT
18 - 35 Years Old Inclusive
☑️REGISTRATION DATE
From September 21, 2026, to September 25, 2026
☑️REGISTRATION PLACE
Ethiopian Airlines Head Quarter, Ethiopian Airport Building (Recruitment & Placement Office)
Interested applicants must bring/attach all original and copy of their supporting documents, including but not limited to 8th grade ministry card & birth certificate only from city administration, Grade 10 certificate, Grade 12 certificate, Diploma Certificate, latest educational credentials & Kebele ID card (back and forth).
NB: If anyone found to apply or join Ethiopian with false information will lead to subsequent termination from the process or employment upon discovery of the fact.
📆Deadline: Sept 25, 2026
2 054
Freshman
Yeroo jalqabaaf gara mooraa Yuunivarsiitii yeroo dhuftan eenyuu faana wal argitu ?
Barattoonni hedduun keessan yeroo dhiyoo asitti yunivarsiitii seenaa waan jiraniif ibsi kun isiniif: Yeroo konkolaataa ykn taaksii irraa buutan seensa mooraa irratti wanti isin jalqaba irratti argitan namoota fuula kolfaan nagaa sin gaafataniidha .
➡️Wantootni isin dagachuu hin qabne muraasni, nama jalqaba argitan hundumaatti mi'a keessan hin kenninaa, keessattuu naannoo buufata konkolaataatti yoo buutan , namoota baajii morma isaanii irraa qaban yoo argitan of eeggannoodhaan chaappaa yunivarsiitii qabaachuu isaa mirkaneeffadhaa. Magaalota tokko tokko keessatti hattoonni baay'ee gurmaa'anii baajii sobaa kan yuunivarsiitii fakkaatu godhachuun waan jiraniif of eeggannoo godhaa.
✅Guyyaa barattoonni haaraan seenan seensa mooraa hundaattiyyuu qophiin addaa ni taasifama, Akkasumas sakatta'iinsi cimaan ni taasifama.
📝Barataan kamiyyuu mi'i isaa osoo hin sakatta'amin mooraa keessa hin seenu; erga sakatta'amee booda barataan kamiyyuu lakkoofsa dormii fi bilookii isaa beekuu qaba, kunis mooraa ala ykn keessatti maxxanfamee jira. Mooraan tokko tokko immoo dursanii marsariitii (online ) isaanii irratti maxxansu.
Lakkoofsa bilookii fi doormii keessan erga ilaaltanii booda kallattiin gara doormii ni deemtu. (Barattoonni senior ykn achi keessa turan hamma gara bilookii keessaniitti isin waliin deemu)
Yeroo gara bilookii keessanii geessan ground isa jalaa irratti yeroo baayyee lakkoofsa tokko keessatti, lakkoofsa doormii keessanii, maqaa, lakkoofsa bilbilaa fi suuraan keessan karaa foddaa proctor ykn dormitory tti kennuun furtuun dormii siif kennama. (Furtuun kan kennamu miseensa doormii dursee dhufee qofaaf). Furtuu yoo si dura namni biraan dhufee fuudhe ammoo lakkoofsa bilbilaa isaa dormitory biraa fuudhuun bilbiluufii dandeessa)
✅Nama jalqaba doormii seente yoo taate siree fi locker barbaadde filachuuf mirga guutuu qabda😎. Yoo feete siree jala kan galu cabaa yoo ta'es jijjiirrachuu dandeessa meeshaa dhuunfaa kan si barbaachisan kamiyyuu fudhachuu dandeessa sababiinsaas namni achi hin jiru🤷; namni si dura yoo qabate garuu isa duraa wajjin osoo wal hin falmiin waan argatte qofa fayyadamuu dandeessa....garuu irratti wal hin falminaa😁.
➡️Doormii yeroo seente immoo firaashiis ta'e tiraazii qulqulluu sitti fakkaateef hin fayyadamin. dura qulqulleessi. (Sababiinsaas fungus+virus waan biology keessatti barattan hin dagatinaa)
📊Doormii keessan erga sirreeffattanii booda kallattiin gara galmee (sa'aatii hojii qofa) ni deemtu; galgala mooraa yoo geessan galmaa'uu waan hin dandeenyeef doormii keessan qofa sirreeffachuuf yaalaa, galmaa'uuf hin yaadda'inaa, guyyaa itti aanutti galmaa'uu dandeessu.
Adeemsa bakka galmee
Jalqaba waraqaa( luukii) bitattee unka kenname guutta, Ragaa barnootaa orjinaalaa fi koppii isaa si gaafatama, orjinaalli siif deebi’a koppiin achitti hafa. Akkasumas Lakkoofsa TIN, suuraa kee si gaafatu, foddaa biraa irrattis ID kee si gaafatu, sana booda xiqqoo turtee xumurta.
🕊Barattoonni kuma lamaa ol ta'an foddaa tokko qofaan sababa walitti qabamaniif, rakkoo qabaachuu danda'a.
✅Erga galmooftanii booda gara dormii seenuun dura waraqaa eenyummaa keessan fudhadhaa.
🔒Barattoonni mooraa hundumaa bifuma wal fakkaatuun galmaa'u, garuu, ID haaromsuu irratti xiqqoo garaagarummaa qabaachuu danda'a malee, wanti biraa hundinuu tokkuma.
Dhumarratti waanti nuti sinii dhaamnu Meeshaalee keessan kanneen akka Bilbilaa, boorsaa fi kkf irratti of eeggadhaa, hattootni hedduun isin quunnamuu danda'u.
Imala gaarii isiniif haa ta'u 🥰
2 054
"Jaalalli du'arra jabaataadha! 💪
“Keessaa nan baasinaa!... Ijoolleen koo lamaan harka koo qabatanii jiru!” 💔
Bara 1999tti ture. Veenzuweelaatti balaan dhoqqee guddaan magaalaa Vargas keessatti kan mudate. Balichi “Vargas tragedy Venezuela 1999 landslide" jedhamuun yaadatama. Balaa kanaan Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman kan du'an yoo ta'u, magaalonni hedduun dhoqqee jalatti awwaalamanii badaniiru..
Namoota kana keessaa Abbaan suuraa armaan gadii kanarraa mul’atu kun, dhoqqee keessatti qabamee ture. Namoonni baraartoonni bakka sana ga'anii isa baasuuf yeroo yaalan, ijoolleen isaa harka isaa qabatanii akka jiran waan itti dhaga'ameef, “Keessaa nan baasinaa!...Ijoolleen koo lamaan harka koo qabatanii jiru” jedhee deebiseef. Ijoollee isaa harka isaa qabatanii turan gadi dhiisee, harka isaa harka isaaniirraa addaan baasuu hin barbaanne. Kana gochuu isaarra lubbuu ofii aarsaa godhee, ijoollee isaa waliin harka wal qabatee, du’uu filate. Milkaa’eefii achumatti isaan waliin du’es.
Jechi dhumaa Abbaa kanaa, balaan Vargas sun hammam akka suukaneessaa ture agarsiisuu qofa osoo hin taanee, seenaa gaddisiisaa akka malee nama tuquu fi Jaalalli du'a caalaa cimaa ta'uu isaa nu barsiisee darbedha.
Wareegamootni tokko tokko addadha. Yeroo tokko tokko, Namoonni biroon akka jiraataniif, osooma lubbuun jirtuu wareegama kaffalta. Gama biraatiin immoo, Namoonni kaan akka jiraataniif, ati ofii duutee wareegamni ati kaffaltus ni jira.
Wareegamni nuti seenaa kana keessatti arginu ammoo, wareegama hundumarrayyuu addaa ta’edha. Kan abbaanis ta’ee ijoolleen irraa hin fayyadamne. Sadan isaaniiyyuu kan lubbuun irraa hin hafne. Garuu, wareegama harki isaanii akka addaan hin baane gochuuf, fedhii irraa kan ka’e kaffalameedha.
Kunis, sodaa gaabbii bara jireenya isaa keessatti, osoo harki isaa sun isaan irraa addaan bahee lubbuun hafeera ta’eetii, barabaraaf isatti dhaga’amuu danda’u sodaachuu fi mararfannaa irraa kan maddeedha. Akkasumas “Abbummaaa Garaa hin jabaadhu!” jedhu kan irratti agarre, wareegama addaati."
🔥🔥yoo isinittii tolee❗️❗️
2 054
Repost from N/a
📣 Channel keenyatti makamuun barnoota garaagaraa kan isin fayyadan argadhaa
➡️ Hojii Online
➡️ Barnoota Crypto
➡️ Airdrop Garaagaraa
➡️ Akkaataa Application Itti Uuman
➡️ Akkaataa Bot Gosa Garaagaraa Hojjetan
🌐 Fi Barnoota Tech Garaagaraa argattu Ammuma Baka Join Jedhu Tuquun Nutti Dabalamaa 👇👇👇
2 054
YUUNVARSIITII AMBOO
1.Kaampaasii Afur qaba
♻Mooraa Guddicha(Magaalaa Amboo)
♻Kaampaasii Hacaaluu Hundeessaa(Magaalaa Amboo)
♻Kaampaasii Gudar(Magaalaa Gudar)
♻Kaampaasii walisoo(Magaalaa Walisoo)
⭕Nyaanni: Foon (Therefore torbaanitti si'a 3 ture, Amma immoo haalota tokko tokkoon si'a lamatti gad bu'ee jira
⭕Freshman: Freshman taatanii yeroo gara Yunvarsiitichaa dhuftan...warri Social Science taatan mooraa guddicha seentu.....yoo Natural Science taatan immoo Kaampaasii Hacaaluu(Techno)tti simatamtu.
🔴Haala Nageenyaa: kanaan dura rakkoon tokko tokko jiraachuun beekamaa ture. amma garuu baay'ee nagaadha. You are secured don't worry!!!
🌘Haala Qilleensaa: Barnootaaf haalli qilleensaa Nama jeequ hin jiru. Yeroo kamuu free taatanii dubbisuu dandeessu. Hangasillee hoo'aa miti qorraas miti.😀
Xumura irratti yeroo gara Kaampaasii Hacaaluu Hundeessaa deemtan Siidaa Hacaaluu jalatti Suuraa ka'uu hin dagatinaa...#Comment hin dagatinaa!!!!!!😂😂😂😂😂
